Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 @/subscribe 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚'𝐚𝐚!!𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚. @t
sirtii ulfaadhaa Bayy'ee namaattii tolaa naf kabaajamaa ❤❤❤❤❤
Barsisa
Bayee Galatoma
Baay'ee galatoomi jabadhu
Very nice🎉
Waan shakkine irratti akka cufaa keessatti maallattoo gaaffii fayyadamnu hin beekun ture. Ulfaadhaa barsiisaa koo!🙏
Hayee tattee obsee barnoonii har'a akkama ja.
@@luqmaneshariif6751 Eeyyeen akka aja'ibaa kanattiim.
Guddaa galatoomi obboleessa keenya
👍👍👍👍👍👍👍❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Ijaarsa himaa gaaffii 1ffaa kessatti Tolaan gabaadhaa gale jennamoo gabaadha gale Jenna?
Barsiisaa keenya baga nagaan nuuf dhufte.
👏👏👏👏👏👏👏👂👂👂✍✍✍✍
Guddaa galatoomi Barsiisaa.
Barefama keessatti
❤❤💯🙏
Galatoomii
👍👍❤️❤️
Hi
Barsiisaa keenyaa rakko nu'utii qabnsu nuf ibsii ga?haye
As wr wb
Galatomi
Ba,ee Gaalatoma barsiisa kee nya
Barsiisaa beekan beekumsa dabalataa nama barbaaduudhaam ati galatoomi
Tole eebbifami. Koottaa baradhaa yoo jennes tole hin jedhan, lakkii dhiisaa qubee hin caccabsina yoo jennes tole hin jedhan. Gara gorru wallaalleem🙊
@@WAAMICHAQUBEEWQ kan barate of fayyada ati hojii kee itti fufi... Barsiisaa keenya uummanni keenya lafa waa baratu ni sodaataam!
galatooma
Faayida afaan Mali?
Barsiisaa galatoomi. Ani gaaffii qaba waan shakkine Tokko cufaa keessatti mallattoo gaaffii galchuun bara ykn waan barreessine sanirratti shakki akka qabnu Ibsine yoo ta'e. Fkn .bara namni tokko dhalatte fi du'e hin beeknu garish waan is a ilaalu barreessine Mira yoo ta'e bara Kaman irratti mallattoo gaaffii cufaa keessa galchine itti fayyadamu no danda'ammas? Fkn: jeneraal waaqaa guutuu bara 1924 (?) Dhalatee bara 2006 (?) Du'e. Akkuma ifa naf ta'u barbaaden.
Tole galatoomi yaada keetiif.Eeyyee akkuma ati jette faayidaa mallattoo gaaffii keessa tokko, barreeffama barreessinu keessatti waan shakkinu yoo qabaanne (keessattu bara yeroo barreessinu) mallattoo gaaffii hammattu keessa kaa'uun shakkii keenya agarsiisna. Kana jechuun barreessan sun waa'ee bara sana guutumatti ragaa ga'a hin qabu yookiin hin mirkaneeffanne waan ta'eef dubbisaan barreeffama sana dubbisu ofii isaati akka adda baafatu ni gargaara. Akkasumas yaanni sun booda dogoggora ta'ee yoo argame barreessaa sana ragaa sobaa kennuurra isa baraara jechuudha.
Barsiisaa keenyaa bay'ee galattomi barsiisaa garuu irina nuti qabnu naf himi me barefama kiya'ra hi barsiisaa ko
Fakkeenyaaf barreeffamuma kee kanarraa yoon ka'e "Barsiisaa keenya baay'ee galatoomi. Barsiisaa garuu hir'ina nuti qabnu naaf himi. Mee barreeffama kiyyarraa ka'i barsiisaa koo" shaakalli kee baay'ee gaarii waan ta'eef itti fufi.
@@WAAMICHAQUBEEWQ hir'ina natii Himii ka barsiisaa koo
@@luqmaneshariif6751 Hanqina qubeessuu ni qabda.Akkasumas sirna tuqaalee irrattis ni qabda. Abshir anis hir’ina kanaa nan qaba waliin baranna jabaadhu!🙏
Barsiisaa keenyaa baay'ee galatoomii barsiisaa koo garuu hirin anii qabu naf. baresimee(?)
Yaaliin kee baay'ee gaariidha. Hir'ina ofii gaafachuunis beekumsa guddaadha. Akkan hubadhutti rakkinni kee sagalee laafaa, jabaa, dheeraa fi gabaabaa addaan baasuun waan sitti hir'atuuf sirriitti shaakali. Jabaadhu.Galatoomi!
barsiisaa lafa kanarratti namni beekumsan guutuu ta'e; hin jiru. Garuu akkuma bifa fihojja Keenya wal dabarse beekumsa Keenya waaqni wal dabarse nu uume jechuu hin dandeenya? Akka kooti natti hin fakkaatu sababni isa haala nutti itti waa hubachu dandeenyu gargaara waa ta'eef qofa maleen, namoota cicimoo yoo arginnu akka isaan Cimnaa walin dhalatan nuti fakkaachu danda'a garuu dhugaan jirtu itti fayyadama yeroo Keenya irratti hunda'a. Isin jabaadha . Akka isinirra irratti barannu Abdii qabna. Dogoggora koo immoo asuma jalatti naaf ibsa. '
Yaada keetiif baay'ee galatoomi.Eega akkuma ati jette, waaqayyo nama hundumaafuu sammuu bal'a kuufame itti hin guutamne badhaase. Garuu garaagarummaan keenya uumama sammuurraatti osoo hin taane akkaata itti fayyadama keenyati. Namoota baay'ee wallaalota jedhamee itti kolfama ture, yeroo itti isaan deebi'ani immoo waan dinqii hojjetani addunyaa kanaaf furmaata ta'an argina. Kanaaf sammuun keenya akkuma qaama biroo amala guddachuu qaba, yoo yeroo hundaa nyaata isaaf kennine. Nyaanni sammuus maal akka ta'e ibsuun na barbaachisa natti hin fakkaatu. Gabaabumatti gabbinni sammuu keenyaa uumama irratti osoo hin taane,hamma nuyi itti fayyadamne irratti hundaa'a. Kana yoon jedhu uumamni gonkuma dhiibba hin qabu jechuu koo miti.
@@WAAMICHAQUBEEWQ yaada gabaabumatti waan hubataniif galatoomaa.
Marr, bsskoo, Mal, nggalii, man,.?
Maal jette?
❤❤
Wabiin maalii?
Wabii jechuun kan namni tokko akka madda ragaatti itti fayyadamuudha ykn waabeffatuudha. Fakkeenya barreeffama tokko yeroo barreessinu kitaaba tokkorraa yoo fudhanne wabii keenya jedhama.
Nalee fudhdhaa
Nale fudhdhaa
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 @/subscribe 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧
𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚'𝐚𝐚!!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚
𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢
𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚. @t
sirtii ulfaadhaa Bayy'ee namaattii tolaa naf kabaajamaa ❤❤❤❤❤
Barsisa
Bayee Galatoma
Baay'ee galatoomi jabadhu
Very nice🎉
Waan shakkine irratti akka cufaa keessatti maallattoo gaaffii fayyadamnu hin beekun ture. Ulfaadhaa barsiisaa koo!🙏
Hayee tattee obsee barnoonii har'a akkama ja.
@@luqmaneshariif6751 Eeyyeen akka aja'ibaa kanattiim.
Guddaa galatoomi obboleessa keenya
👍👍👍👍👍👍👍❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Ijaarsa himaa gaaffii 1ffaa kessatti Tolaan gabaadhaa gale jennamoo gabaadha gale Jenna?
Barsiisaa keenya baga nagaan nuuf dhufte.
👏👏👏👏👏👏👏👂👂👂✍✍✍✍
Guddaa galatoomi Barsiisaa.
Barefama keessatti
❤❤💯🙏
Galatoomii
👍👍❤️❤️
Hi
Barsiisaa keenyaa rakko nu'utii qabnsu nuf ibsii ga?haye
As wr wb
Galatomi
Ba,ee Gaalatoma barsiisa kee nya
Barsiisaa beekan beekumsa dabalataa nama barbaaduudhaam ati galatoomi
Tole eebbifami. Koottaa baradhaa yoo jennes tole hin jedhan, lakkii dhiisaa qubee hin caccabsina yoo jennes tole hin jedhan. Gara gorru wallaalleem🙊
@@WAAMICHAQUBEEWQ kan barate of fayyada ati hojii kee itti fufi... Barsiisaa keenya uummanni keenya lafa waa baratu ni sodaataam!
galatooma
Faayida afaan Mali?
Barsiisaa galatoomi. Ani gaaffii qaba waan shakkine Tokko cufaa keessatti mallattoo gaaffii galchuun bara ykn waan barreessine sanirratti shakki akka qabnu Ibsine yoo ta'e. Fkn .bara namni tokko dhalatte fi du'e hin beeknu garish waan is a ilaalu barreessine Mira yoo ta'e bara Kaman irratti mallattoo gaaffii cufaa keessa galchine itti fayyadamu no danda'ammas? Fkn: jeneraal waaqaa guutuu bara 1924 (?) Dhalatee bara 2006 (?) Du'e. Akkuma ifa naf ta'u barbaaden.
Tole galatoomi yaada keetiif.
Eeyyee akkuma ati jette faayidaa mallattoo gaaffii keessa tokko, barreeffama barreessinu keessatti waan shakkinu yoo qabaanne (keessattu bara yeroo barreessinu) mallattoo gaaffii hammattu keessa kaa'uun shakkii keenya agarsiisna. Kana jechuun barreessan sun waa'ee bara sana guutumatti ragaa ga'a hin qabu yookiin hin mirkaneeffanne waan ta'eef dubbisaan barreeffama sana dubbisu ofii isaati akka adda baafatu ni gargaara. Akkasumas yaanni sun booda dogoggora ta'ee yoo argame barreessaa sana ragaa sobaa kennuurra isa baraara jechuudha.
Barsiisaa keenyaa bay'ee galattomi barsiisaa garuu irina nuti qabnu naf himi me barefama kiya'ra hi barsiisaa ko
Fakkeenyaaf barreeffamuma kee kanarraa yoon ka'e "Barsiisaa keenya baay'ee galatoomi. Barsiisaa garuu hir'ina nuti qabnu naaf himi. Mee barreeffama kiyyarraa ka'i barsiisaa koo" shaakalli kee baay'ee gaarii waan ta'eef itti fufi.
@@WAAMICHAQUBEEWQ hir'ina natii Himii ka barsiisaa koo
@@luqmaneshariif6751 Hanqina qubeessuu ni qabda.
Akkasumas sirna tuqaalee irrattis ni qabda. Abshir anis hir’ina kanaa nan qaba waliin baranna jabaadhu!🙏
Barsiisaa keenyaa baay'ee galatoomii barsiisaa koo garuu hirin anii qabu naf. baresimee(?)
Yaaliin kee baay'ee gaariidha. Hir'ina ofii gaafachuunis beekumsa guddaadha. Akkan hubadhutti rakkinni kee sagalee laafaa, jabaa, dheeraa fi gabaabaa addaan baasuun waan sitti hir'atuuf sirriitti shaakali. Jabaadhu.
Galatoomi!
barsiisaa lafa kanarratti namni beekumsan guutuu ta'e; hin jiru. Garuu akkuma bifa fihojja Keenya wal dabarse beekumsa Keenya waaqni wal dabarse nu uume jechuu hin dandeenya? Akka kooti natti hin fakkaatu sababni isa haala nutti itti waa hubachu dandeenyu gargaara waa ta'eef qofa maleen, namoota cicimoo yoo arginnu akka isaan Cimnaa walin dhalatan nuti fakkaachu danda'a garuu dhugaan jirtu itti fayyadama yeroo Keenya irratti hunda'a. Isin jabaadha . Akka isinirra irratti barannu Abdii qabna. Dogoggora koo immoo asuma jalatti naaf ibsa. '
Yaada keetiif baay'ee galatoomi.
Eega akkuma ati jette, waaqayyo nama hundumaafuu sammuu bal'a kuufame itti hin guutamne badhaase. Garuu garaagarummaan keenya uumama sammuurraatti osoo hin taane akkaata itti fayyadama keenyati. Namoota baay'ee wallaalota jedhamee itti kolfama ture, yeroo itti isaan deebi'ani immoo waan dinqii hojjetani addunyaa kanaaf furmaata ta'an argina. Kanaaf sammuun keenya akkuma qaama biroo amala guddachuu qaba, yoo yeroo hundaa nyaata isaaf kennine. Nyaanni sammuus maal akka ta'e ibsuun na barbaachisa natti hin fakkaatu.
Gabaabumatti gabbinni sammuu keenyaa uumama irratti osoo hin taane,hamma nuyi itti fayyadamne irratti hundaa'a. Kana yoon jedhu uumamni gonkuma dhiibba hin qabu jechuu koo miti.