Dhimma Irreecha irraatti gaaffii ka'ef mormiin abba'iba umamee! Dhangaa Lubbuu Media

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 фев 2025
  • Dhimma Irreecha irraatti gaaffii ka'ef mormiin abba'iba umamee! Dhangaa Lubbuu Media
    🙋‍♂️🌹❤️👉Please don't forget to Like, Share and Subscribe to Our Channel
    💚💚💚💚💚💚💚💚💚
    💛💛 🕊WEL COME 🕊 💛💛
    🤷‍♂️👉Baga gara fuula channel kiyyatti nagaan dhuftaan. Channel youtube koottif haaraa kan taatan Subscribe gochuun video yoo ilaaltan, Like kana malees video kun namoota biroof ni faayada jeetani yoo yaadan Share ,Subscribe gochuun akkasumaas mallattoo bilbilaa tuqa
    Galatoma
    Welcome to our page channel.you are family of our youtube channel,as i saw in the video subscription,like me assume a video is useful for other peoople,share subscribe click on the ringtone.
    Thank you
    ............. you may also like:-.............................................
    ............................................................................................................................................

Комментарии • 56

  • @gishunigashuna3582
    @gishunigashuna3582 2 года назад +1

    wawo🙏👍👍

  • @darajjetube654
    @darajjetube654 2 года назад +1

    Dhugan jiruu kanumma waqayyoo issin haa ebbissuu abba kenya

  • @zernashprano3184
    @zernashprano3184 2 года назад +1

    Waqayoo goftaan dhuguman dhugumatii sagalee jiraanyee baraa isini haa dhagechissuuu mana isaa quluquummaa keessatii isini haa qusatuu kanumaa caalati isinitii isaanif haa ibsuu silaseen isini haa eebiffamaa dhangaa Lubbuu ⛪⛪✝️✝️✝️✝️❤❤💯💯💯🍇🍇🍇🍇🙏🙏🙏
    Barumasa bayee hubaana Guddaa namaa hubaachiisiuu dhugumatii jiradhaa ✅✅✅✅✅✝️✅✅

  • @HdhDhhdh-y3d
    @HdhDhhdh-y3d 14 дней назад +1

    ❤👍👍👍

  • @ethio1love898
    @ethio1love898 2 года назад +1

    Hecccc... Isinis warra sanyii faarsudhaayi an waaqayyo qofaa warra faarsun sehe waaqayyo isin haa yaadatu

  • @birkeebirhnu9279
    @birkeebirhnu9279 2 года назад +1

    Ebifamaa waaqayyoo sagalee jirenyaa sina dhagesisuu

  • @sabkebardammana9007
    @sabkebardammana9007 2 года назад

    Ameen 🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️Barsisaa kenyaa sagaalee jireenyaa sin haa dhagesisuu 🙏🙏🙏

  • @keneniLongele
    @keneniLongele 3 месяца назад

    Waaqayyo sagalee jireenya isin ha dhageessisu barsiisa keenya

  • @Darartu-ik4un
    @Darartu-ik4un 6 месяцев назад

    Heebbifamaa Barsiisaa keenya ❤❤❤❤

  • @almazjod9296
    @almazjod9296 2 года назад

    🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Ameen Ameen Ameen Waaqayyoo sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu

  • @senaajirenyameroonikoo4958
    @senaajirenyameroonikoo4958 2 года назад

    Dhuguma dhugumati waqayoo sagalee jirenyaa isin yaa dhagechisuu barsisaa Kenya dhifama

  • @masiiabera4068
    @masiiabera4068 2 года назад

    አሜን 🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @yerosancaalaa9982
    @yerosancaalaa9982 2 года назад

    amen amen amen waqqayoo sagalee jireenya isin yaa dhagesisuu barsisa keenyaa

  • @WenduG-fr3nu
    @WenduG-fr3nu Год назад

    Guda galatoma barasisa sagale jirenya isini haa dhagesisu 🙏🙏🙏

  • @fathhima-qv6ps
    @fathhima-qv6ps 2 года назад

    Amen amen amen baga nagan dhuftani anadhufu barsisa kenya sisimanne

  • @bashedu656
    @bashedu656 2 года назад

    Ameeen ameeen ameeen hunduma keenyaaf haa bayyatuu nagaan waqayyoo bagaa nagaan nuuf dhuftanii barsiisaa keenyaa

  • @almaziisalalee32
    @almaziisalalee32 2 года назад

    Barsisaa keenyaa Bagaa nagahaa dhuftanii dhugumatii waaqayoo Gootanii sagalee jireenyaa Sini haa dhagechisuu Ebbifamii umurii Tajajilaa keessani sinifi haa dheresuu Ameen

  • @mizeritlebanon3637
    @mizeritlebanon3637 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebifamaa barsiisaa keenyaa

  • @workenesh4169
    @workenesh4169 2 года назад

    Dhugaa keessaan jetan barsisaa keenyaa waqqyyoo sagalee jireenyaa si haa dhagisisuu

  • @Waganetube
    @Waganetube 2 года назад

    Ameen AmeenAmeen 🙏 🙏

  • @qananiidaadhii7800
    @qananiidaadhii7800 2 года назад

    kabajama barsisaa kenyaa🤲🤲🤲

  • @tadelechburusu3459
    @tadelechburusu3459 2 года назад

    Ameen Aeen Ameen waqayyoo Goftaan isni yaa Eebbisu barsiisa kenya Eebbifamaa ❤️❤️❤️🙏🙏🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 года назад

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii

  • @aberurobele6512
    @aberurobele6512 2 года назад

    Waaqayyoo sagalee jireenya sini haa dhageesisuu Ebbifama

  • @beshaduhunde
    @beshaduhunde 2 года назад

    Barsisaa kenyaa waqayyoo sagalee jirenyaa kan dhumaa hin qabnee isn haa dhagechisuu ameen 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 года назад

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii

  • @warikiethiopia6029
    @warikiethiopia6029 2 года назад

    AMEEN AMEEN AMEEN GALANI waaqayyoof haa ta'uu Barsissa keenyaa dhuguma dhugaati waaqayyoo sagale jireenyaa bara baraa kan dhuma fi darbaa hin qabne isiin haa dhagesissuu AMEEN bara tajajjiluma keessan isiinif haa ebbiisuu AMEEN

  • @salamgiza2801
    @salamgiza2801 2 года назад

    Waqaayyoo sagalee jirenyaa siini yaa dhageesissuu

  • @biculotolosa7227
    @biculotolosa7227 Год назад

    Akkumaa ayyanaa waggaattii waggaa waggaan dhufaa

  • @brotherssisters7101
    @brotherssisters7101 2 года назад

    😁Haayyyyiiii baaster
    Baarsisaa kenyaa dhuguumati Waaqayyoo sagalee jirenyaa isiini haa dhaagesisu

  • @dasta9840
    @dasta9840 2 года назад

    Waaqayyoo goftaan saagalee jiirenyaa siin yaa dhaagesisuu baarsisaa keenyaa
    dhugumaatii baarumsaa gudaadhaa baarsisaa keenyaa baraa Taajajilaa keessaanii siinif yaa dheereessuu

  • @biculotolosa7227
    @biculotolosa7227 Год назад

    Guddaa galatoommii Barssiisaa kenyaa

  • @imabetasaffa3290
    @imabetasaffa3290 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen barsisa keenyaa ararii fi nageenyii waqayyoo hunduma keenyafu yaa baayatuu

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 года назад

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii

  • @hawwii5954
    @hawwii5954 2 года назад

    Dhugumati waaqaayyo Gooftaan sagale jireenya isin haa dhageesisu barsisaa keenya

  • @ወለተአማኑኤል-ጐ2ዠ
    @ወለተአማኑኤል-ጐ2ዠ 2 года назад

    Erreeeeeeee Barsisaa

  • @tejiteji1738
    @tejiteji1738 2 года назад

    Ebbifami jabaa keenya

  • @ailmm9212
    @ailmm9212 2 года назад +1

    dhifaama nai 😏😏😏

  • @galnewarquu6607
    @galnewarquu6607 2 года назад

    Amne amne amne barsisa gudhaa ggaltomaa

  • @Gano-xh6uv
    @Gano-xh6uv 2 года назад

    Waqayyoon sagalee jireenya isiin isiin dhageesisu barsiisa keenya umuri tajaajila keessani isinif yaa dheeresu waqayyoon isiin yaa ebbisuu ebbifama ebbifama

  • @shitoshito6589
    @shitoshito6589 2 года назад

    Waqayoo laphee ididiyaa Fi banee nufii haa banuu basirsaa keenyaa ebifamaa dachaa dachanii firii wan tawaidoo

  • @biculotolosa7227
    @biculotolosa7227 Год назад

    Galatoomii naaf debisuu keetiif

  • @loomedhami8055
    @loomedhami8055 2 года назад

    Waqayoo sagale jirenya isini hadhaefisu galatomaa

  • @Ayinalem-dq7xt
    @Ayinalem-dq7xt Год назад +1

    Baarsisa keenya jaarrii kunii baayyee dogoggora gudda qabuu isaanii Waaqayyo hin kabaju gaaru dubbaroo teenya qulqulleeti hin kabajanii, fkn namni ilmaa kabajee hadha yoo hin kabajee ilmii hadhaa sana kabaja nama sana fudhachuu hin danda'a? Kanaf jarri peenxee akka sanadha

  • @fathhima-qv6ps
    @fathhima-qv6ps 2 года назад

    Attisi galatomi ulfadhu

  • @galaaneeshuuba1456
    @galaaneeshuuba1456 2 года назад

    Sin hundii keessanuu ni bektuu akkaa amantaan sadan jiraan Alagaadha oromiyaa keessaa galaanii

  • @selamapptube4316
    @selamapptube4316 2 года назад

    Umuri dhera nufi jiradhaa barsisaa kenyyaa jechani itin isinii isu qabu dhugaa anii

  • @ethio1love898
    @ethio1love898 2 года назад +1

    Pasterichi dhugaa jedhe dhugaan ilmoo waaqaati barsiisaa keenya isin in kabaja isinin jaalladha garuu dubbii irreechi aadaadha jedhu irratti naaf liqimfamaa hin jiru yaadni keessan dhuguma dhugaatti lagatti lukkuu gurraatti qaluufi muka dhadhaa dibuun akkasumas haraqee itti dhangalaasuun buna itti dhangalaasuun hoo akkam jettu kun aadaadha jechuu hin dandeenyu
    2ffaa immo waaqeffattoonni waaqa beeku Kan jettaniif isaan hin beekani keessumattu amantii keenya kana hedduu balaaleffatu so ilaalcha dogoggoraa nu hin hubachiisiina aadaa keenya ni guddisna garuu lagaaf abdaariitti sagaduun dhorkaadha galatooma

    • @tgyetewahedolij4501
      @tgyetewahedolij4501 2 года назад

      Barrii kee haa ebbifamuu jiraadhu anis yaadne koo kanuma🙏💗✝️💚💛❤️ raajidham kan nama keenya kun....🤔

  • @shitoshito6589
    @shitoshito6589 2 года назад

    Barsisaa Kenyaa ebifamaa wajininii aniyuu irensaa in jaladhuu malifii yoo jetanii achittii sirbaa wanii gegesanifii in jaladhuu😥😥😥😥sirbitunii Fi ejitunii motumaa waqayoo in dhaluu akkaa manaa amataa kiristanaa keenyaatii

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 года назад

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii

  • @warkinesh1243
    @warkinesh1243 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🫶🫶🫶🫶🫶🫶

  • @retayomilata7942
    @retayomilata7942 2 года назад +1

    Mee karaa telee giraami naa dubbisaa gaafin qaba gaafi guddan qaba orthodoxsin aada akkaamiti fayyaadamu qaba jedhu. Gaafin qaba?

  • @rehauthreha4367
    @rehauthreha4367 2 года назад

    🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐 oromumatuu mitii kan motumaa waqaayoo nu galchuu Kirstanuuumati barii waqetafan amatadha male adaa mitii irchaa demun hin dadamaa garuu irfachuu cubudhaa watii maqaa yesusii maqaa waqaayoo gurachaa hin fasisun isa nuf dhudee fasiin ok waqaayoo qabiikee sifii haa banuu

  • @eizekerneezeberi
    @eizekerneezeberi 2 года назад +1

    Ayii waqayoo laphee lidiyaa nufii yaa banua maalee wabiraa wani jedhani hin jiru lakkii yaa barsisaa adaa mitii kunii waqefatadhaa malee egaa amanataa mitii jetani maragaa batanii bishanii tuquu maali jechudhaa dhadhaa dhagaa dibunii malii jechudhaa egaa addaa tayee oromoo hunduu maafii hin waqesinee akkaa namoo salaletii hin jiruu sibiraa bichaa mafii tahuree maalii gafidhaa kuni gogumaa addaa mittii waraa sexanaa gabaruu bichatuu demaa maalee nuyii hin ilalatuu ?????? Barsisaa kunii sibiraa hin egamuu wayumaa amanataa bichaa nu barsisaa maalee irechii waa biratii