FiB: Barataa Kutaa 7 Doonii Kalaqe!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024
  • Utubaa Biyyaa (June 12, 2021) Finfinnee

Комментарии • 131

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel7184 3 года назад +32

    Oromoyya oromiyaa nubonsitaan qaxaleewwan ijollee oromoo mee warrii akka koo gammaddan like 👍👍👍 waqayyoo sihaa milkessuu milka'ii

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 3 года назад +5

    Wawoo ijoolee oromo koti bayee nubonsitsni dhugaa waqayyoo yadda keessaan hundumaa kessaati isin yaa gargaru jabadhaa ogumaan kana Calatii siif yaa dabalamu oboleessaa ko 👍👍❤💚❤

  • @hassannasser6254
    @hassannasser6254 2 года назад +1

    He is intelligent student.
    He will be the hope of our country. We have to encourage and support his idea.

  • @Masiitube211
    @Masiitube211 3 года назад +7

    Wahoo ijoollee Oromoo jabadhaa waqayyoo ijaa hatuu isini iraa haa qabuu 💯👍✅❤

  • @feruzaatub3034
    @feruzaatub3034 3 года назад +1

    Wowwwwwwww osomaa motumani ethiopia umataa oromoo wallaggaa cafaqu ijolleni Kenya garuu kalaqaa adda addaa qabatani asi bahuu mashaallah rabbii Sina jabaesuu lamiikoo ❤️❤️💚💚💚❤️💚💚💚❤️💚💚❤️❤️💚💚❤️Sinin bonaah

  • @uaeu3800
    @uaeu3800 3 года назад

    dhugaa rabbii atii namaa jabaadha nuuf jiraadhu ijaa haatu sirriraa haa qabuu ijoolee oromoo👍👍👍❤️❤️❤️

  • @jimmagibeegamaa5041
    @jimmagibeegamaa5041 3 года назад

    Akkasi qaxaleekoo jabaadhu rabbi siha gar gaaru nutis siwaliin jira 😍😍😍😍 yaa dandeettii ilmaan Oromoo!!

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 года назад +2

    Jabadhu Qaxalee oromoo ijoollee oromoo keenaa addaa qabuu namaa jajjabesuu dhabani malee

  • @adaneyadeta130
    @adaneyadeta130 3 года назад +1

    Amazing. Osoo Oromiyaan bilisa baatee waan raajii hojjetti ijoolleen Oromoo. Jabaadhu gooftaan sammuu kee haa eebbisu!

  • @ncell4947
    @ncell4947 3 года назад +5

    ljoole orom jabadha qalii wannii baa'yeen sinis boona

  • @hundadandeessu8564
    @hundadandeessu8564 3 года назад +8

    wooooow oromon beeka heddu qaba galanni isaani bilisumma haata,u

  • @shamsiya1236
    @shamsiya1236 3 года назад +7

    qaxalee warraa wallaggaa koo bagumaa sinii fanaa dhaladhee

  • @Cool-yb3ux
    @Cool-yb3ux 3 года назад +1

    Oromiyaan ijoollee akkanaa otoo qabduu beela’uufi deeguu hin qabdu🥸👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽

  • @oromiyaajitu1502
    @oromiyaajitu1502 3 года назад +1

    FIB Bayyee galatomaa ijoolee kennaa jajabesuu keessaanif 🥰

  • @shamsshams2988
    @shamsshams2988 3 года назад +1

    Mashalaa mashaalaa oromoo tiyaa nafii jiradha

  • @juharsiraaj3590
    @juharsiraaj3590 3 года назад +2

    Wow wawo wwww nugaammaachiiftaanii ija infaanftuuf sirnaa Abbaa hiirree sirraa haa qabuu rabbiin kee wallaaggaa wallaaggaa sinan boonneerra milka'i

  • @dualecomedianduale1941
    @dualecomedianduale1941 3 года назад +2

    WOW. Our future engineer. We're as Oromo people so proud of you bro. Keep it up 💪♥️

  • @sarawarke154
    @sarawarke154 2 года назад

    Praise the Lord.

  • @geniitube2738
    @geniitube2738 3 года назад +3

    Wwwwww bayyee namati tola jabaadhu jajjabee koo waqayoo kana calaa wan hundarati siyaa milkeesu dhugaa hin danda'amne sanyii jaal marroo❤❤

  • @waqaayoolooladhaajabaako66
    @waqaayoolooladhaajabaako66 3 года назад

    Wowoww gooftaan sihaa gargaruu jabadhuu
    Galatoomii qopheesaa keenya dani.eel

  • @AbbeeTaariku
    @AbbeeTaariku 3 года назад +1

    Wwwwawwooo
    Ijoollee Wallaggaa
    Baay'ee nama gammachiisu!!! biqilaafi lelisa xiyyaara kalaaqun
    Mul'ataa Aja'ibaa Waaqayyoo dandeettisan dhaloota keenyaa mul'isaa Jiraa

  • @lelookej7097
    @lelookej7097 2 года назад

    Proud of you oromo student
    Jabadhuu Oromia keessati
    Wasn’t bayee hojeetaa.

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 3 года назад

    Ulfaadhu yaa wqy dhaloota Abdii boruu hedduu nuu laacha wanta,akkasumaa warra ka'an kana nuu milkeessi ati,akkasumaa ammallee.dacha dacha dacha nuufa baay'aatan dhaloonni Eebbaa,Obboleessa koo jabaadhu kan kana caalutti wqy akka sii milkeessuu shaakkii hin qabu cimi😍😍😍😍😍😍😍😍😍🙏

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 2 года назад

    Wwwwoooo dhugaa eduu namaa gamachisaa Arkaa kefii fayaa yaa kenuu rabii jabadhuu kodee koo

  • @ahmedmuhmmed8880
    @ahmedmuhmmed8880 2 года назад

    Masha Allah rabbiin nuuf haa heddumeessu

  • @helenbaqalaa3566
    @helenbaqalaa3566 3 года назад

    Wowo jabaako jabaadhu waqayyoo goftan lafaa hawwiken sagahu sanyiiko😘😘

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xz Год назад

    What great work some people are borne to be geniuses 👏

  • @Funny20208
    @Funny20208 3 года назад

    Jabaadhu ilma oromoo ganaa kana caalaatti hojjettaa si waliin jirra

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад

    Wwwwwooo akkam nama gammachisaa dhugaa waqqayyo gudaadhu bakka guddaa gahii qaxalee mucaa ❤️❤️❤️❤️😘😘😘warra fib galatomaa hojin keessan heddu nama boonsa ijjoolee oromoo jajabeessu keesanif 🙏🙏🙏

  • @faniandsif3401
    @faniandsif3401 3 года назад +3

    Woooow jabadhuu sanyii ofii kunni kenna adatti

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala7491 3 года назад +2

    Wowwww bro koo jabadhu sifan jira 💞💞💞💞💞💞💞💞💯💯

  • @ifaterefe1899
    @ifaterefe1899 3 года назад +2

    nuf jabadha fib galatoma baayee sinjalana

  • @lalisaberhanu6531
    @lalisaberhanu6531 3 года назад +1

    Jabaadhu waqayyoo sii haa milkeessuu milka'ii

  • @urjiioro8110
    @urjiioro8110 3 года назад

    Jabadhaa ijoolee oro koo waaqayyoo ija dinaa isin iraa haa qabu 💚❤💚❤💚

  • @Mimi-nn4hj
    @Mimi-nn4hj 3 года назад

    woowoo ijolee walgaa kan malees jiraa mucan tokko kan makinaa Dalaguu issalee demaa jajabessa walgumaa kessa jiraa innis

  • @martadiriba6449
    @martadiriba6449 3 года назад +1

    Waaqayyo sii haa mil'ikeesuu

  • @amanehusen815
    @amanehusen815 3 года назад +1

    Mashalaa oromiyaa.kesaa.namini.ajibaa.qofa.nufii.omishamaruu..yoo.budani.bilxiginaa.nuu.jalaa.nyatee.malee.rabbii.baka.gudaa.sifii.haa.kenuu

  • @AyantuuAsallaa
    @AyantuuAsallaa 3 года назад +1

    Woooooow jabadhaa dhugaa 🌹🌹🌹🌹🌹💞💞

  • @nagaanbiyyaakoof9815
    @nagaanbiyyaakoof9815 3 года назад +1

    wow bay'ee mucaa jabadhaa jajabefamus qabudhaa jabadhuu qaxalee mucaa

  • @heeranboruuofficial3323
    @heeranboruuofficial3323 3 года назад

    Jabaadhu Itti Fufii Qaxalee Koo Mucaa Biyya Kooti Jabaadhu Waaqayyoo Ogummaa Kana Caaluu Sif Haa Kennu

  • @nabeehaa2487
    @nabeehaa2487 3 года назад +2

    Jabadhuu gotaa✍kichu koo

  • @yusufhassensadike9367
    @yusufhassensadike9367 3 года назад +2

    Dhugaa bayyeen namaa ajaa'iba keessaatu foonin inni kalaqee wawoo

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 года назад +1

    Wowww hedduu nama bonsaa hoji kee qaxalee koo waaqayyoo si milkisuu ❤️💘🥰

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 года назад

    Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah 👍👍👍👍👍👍Rabbiin sif haa dabalu✍

  • @loomiishow5192
    @loomiishow5192 3 года назад +1

    Wawuu ebifaamii jabaadhu kanumaa calaatii waqaayoo dandentii sif haa kenuu

  • @LalistuDammaqaa
    @LalistuDammaqaa 3 года назад

    Wowwww baay'ee nama gammachisaa jabadhuu waqayyoo saa milkesuu
    Atis gudaa galatomii Danii keenyaa ❤❤❤dhugumaa dhaloota utubaa biyyaf ta'an nuf jabbessa jirta

  • @halimaorotube2314
    @halimaorotube2314 3 года назад +4

    Dhugaa dubachuuf ijoolleen wolgaa dandeettii addaa qabu

  • @sifani1036
    @sifani1036 3 года назад

    Wowwwwwow bayyeee namatii tolaa dhugaa rabii jabadhuu sanyiikoo waqaayoo si haa milkeesuu

  • @raamiiraamii5170
    @raamiiraamii5170 3 года назад +1

    Wallaggaako akkasittin si beeka💪💪

  • @meazagetuu4140
    @meazagetuu4140 3 года назад +1

    Wwwwwwoooo bay'eeee namatii tollaa ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💯💯💯💯👌👌👌👌👌

  • @welega2624
    @welega2624 3 года назад

    Qacalee wayii jabaadhu waqayyoo si ha milkeesuu jabaa namaa

  • @bangg1467
    @bangg1467 3 года назад

    Jabbaadha milkaa'ii kan yaadee biraa gahii

  • @ayyantukaachalii4242
    @ayyantukaachalii4242 3 года назад +1

    Jabadhaa Qaxalee waan KOO

  • @bonidesale5752
    @bonidesale5752 3 года назад +1

    oromooon ni badhaati abdi qabna ijoollesheen

  • @keyadhaile4320
    @keyadhaile4320 3 года назад +1

    Wow amazing bro keep it up ♥️❤❤

  • @jimmabiyya8368
    @jimmabiyya8368 3 года назад

    Jiradhaa ijolee woleega

  • @eshetuwaktoli542
    @eshetuwaktoli542 3 года назад

    Baayeen gammadee galatoomaa ulfaadhaa!!!

  • @kanziallah3491
    @kanziallah3491 3 года назад

    Nuuf jiradhuu siin bonna obbolleesa tiyya

  • @merartumerartu6277
    @merartumerartu6277 3 года назад

    Jabaadhuu Saanyii koo👍💚

  • @rahmaethi2123
    @rahmaethi2123 3 года назад +1

    Wowow oromoo koo👍👍🥰💯

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    Galatoomii hayyuun/nnii Yaada mo'ataan medicine and pharmaceuticals Eegumsaa barataa bara barnootaa dubarttoonnii garaa/Obbolummaa answer Eegumsaa congratulation ASTU

  • @jawarandmarro7230
    @jawarandmarro7230 3 года назад

    Ijolee oromo mati nafii taa sanywani ko woli haa gudifunu ❤💚❤

  • @biraanetube320
    @biraanetube320 3 года назад

    Jabadhuu bakka guddaa geesaa qaalii namaa

  • @bontuumotummaa4850
    @bontuumotummaa4850 3 года назад

    ijjoole qaxxaale hedduu qabdii Oromiyaan 💔💚💔

  • @zenashtolosa6025
    @zenashtolosa6025 3 года назад

    Jabaadhu qaxallee koo

  • @tsegayechemeda7363
    @tsegayechemeda7363 3 года назад

    abooo Jabaadhu jabaa oromiyaa

  • @zarakadir453
    @zarakadir453 3 года назад

    Rabbii Hawwii kee sii haa dhugomsuu inshaa Allah

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 3 года назад

    Jabadhuu kormee koo

  • @waliifbirab8777
    @waliifbirab8777 3 года назад +1

    Mataa dhiiraa nuf jiraadhu😍💚😍

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад

    Wowww bayyee nama boonsaa🥰🥰🥰❤️💚❤️

  • @JesusL0vesYou
    @JesusL0vesYou 3 года назад

    Aro ko nu boonsite nuuf jabaadhu dhiiro

  • @stayonline5130
    @stayonline5130 3 года назад

    Guddaadhu waaqayyoo saa milkeessu ,Dani atis baay'ee galatoomi

  • @nasaphone3340
    @nasaphone3340 3 года назад +1

    Woow jabaadhu

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 3 года назад +2

    Gootaa.namaa.gaalatomii

  • @seenaaartiishowss7632
    @seenaaartiishowss7632 3 года назад +2

    JABADHUU kormeekoo

  • @firyanifiryanzi2187
    @firyanifiryanzi2187 3 года назад

    Gudadhuuu nama koo❤❤❤

  • @obsa4408
    @obsa4408 3 года назад +1

    Thanks Daniel for having him

  • @direwaqayo875
    @direwaqayo875 2 года назад

    Wowo

  • @tigistitube6405
    @tigistitube6405 3 года назад

    Wwooww oromo koo baay'ee nu bostaanii ammalee jabadhaa waaqnii jabinaa keessaan nuf haa ta'u

  • @alfiyaarsiidodolaa2513
    @alfiyaarsiidodolaa2513 3 года назад

    Wowoa jabadhuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    Maqaan lubbuu wal'ansaa kurreejilbaatiif biruma eegiif wirtuu lafeedugda Barsiisaa Barsiisaa nyaataanis nafaa Dubai international Nageenyaa sawsaw injifannoo

  • @caaltuutube4360
    @caaltuutube4360 3 года назад

    Jabadaa sanyii leencaa itii fufiii💔💔💔🌳🌳🌳🌳💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🐅🐅🐅🐅🐅🐅👈

  • @afiauganda9238
    @afiauganda9238 3 года назад

    Mashaaallh

  • @abiyuabate2897
    @abiyuabate2897 3 года назад

    Thank you so much Daniel

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 3 года назад

    Rabbii si haa guddisuu

  • @ayyantukaachalii4242
    @ayyantukaachalii4242 3 года назад +1

    Bayyee daas nama jedhaa dhugaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    Jabaadhaa/Uumaa

  • @caltucaltuindiris1986
    @caltucaltuindiris1986 3 года назад +2

    Jaabadhuu

  • @obsa4408
    @obsa4408 3 года назад +2

    Proud of you 👏

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xz Год назад

    Please do an update on this guy

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 3 года назад

    Wowwwwww

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Jabdhuu Lenca

  • @dararturegasa1911
    @dararturegasa1911 3 года назад

    Wow kalaqa aja'ibati!

  • @bilisummaadarajjee8559
    @bilisummaadarajjee8559 2 года назад

    Galatooomi Danii namatti tola.

  • @faniandsif3401
    @faniandsif3401 3 года назад +6

    Mucaan kuni jabefamuu qaba dhugaa kenna addatti kunni

  • @mohammedkaliil6034
    @mohammedkaliil6034 3 года назад

    You tuben kee malii jedhaa

  • @rahimaa4228
    @rahimaa4228 3 года назад +5

    RUclips isa asi jaala kayya link isaa

    • @milkisaantube
      @milkisaantube 3 года назад

      ruclips.net/channel/UCdY9QWJSgkyIjVdfSD4wQ6A

  • @hundarraagaaddisaa2307
    @hundarraagaaddisaa2307 2 года назад

    Guddinni kee kan dhaloota boonsudha.Jabaadhu.

  • @aynalmaynalm828
    @aynalmaynalm828 3 года назад +1

    👍👍💝👌

  • @yusufhassensadike9367
    @yusufhassensadike9367 3 года назад +1

    Maqaan Yuutuba isaa nuufi erga