Janjoftuun kan waa hubtee adda bafnee ishii anii hubdheen dhagefdheen wan garii fakenyaa dhalootaf ta,u kesaan dhabe maal yoo nama arbsituu ebbisaa jirti siti faktaa wan tokko garuu dagtiin isuma hara facftuu guyyaa tokkoo sasabtaa me garii kam of kesa qabaa nan dhabeem wan gariin kesan dhabe isa nama arbsitu moo sif haa dhisuu goftan ko
Bashakadan Hin gubbaattee bara guutuu 🤣🤣🤣🤣🫡🫡🫡🫡
Ijaa jabaatuu shiibbiiree ❤❤❤❤❤❤jagnaa 😂😂😂😂I
Olfudhii ijoolee naqamtee😂❤❤❤❤ 😅😅😅👉✋️🙋♀️💘 sher like shibiree❤️❤️❤️❤️❤️
Shibiree hojjii kee nyadhuu atii kkkkk garaa naa dukkubee 😂😂😂
Ati maaliif kana goota namni keenya baadiyyaa amanamaawoo maaliif atm dhaan maallaqasaa tuttuqxe barreessaa diraamaa kanaa haasirreessu hinseenee taatummaake any ur moment's very nice it's appriciete
Dhugaa bayyee sitii buharaa nuf jiradhuu garuuu maqaa waqaayyootiin hin kakatiin isaa kannaa sirefadhuuu ishii
😂😂Jabadhuu
Shibreen abba silk sana qofa kabaja keeniteef 😅😅😅😅
Gombifamaaa😁😁😁😁 Soqaa nana
Qaxalee kenyaa nufi jiradhuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤❤❤ ijoo maalii kuni 😅😅😅
Woyyoogaa an duheeraa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂.
Shibirreeko❤❤❤
Jabaadhu jabaa ofii abbaatu jabeeffata
Shibirree baayyee gaariidha jabaadhu , akka comment ti kanan siin jedhu yeroo haasoftu baayyee irra hin harkisiin maamiloota kee nuffisiisu danda'aati
🤣🤣🤣😍😍😍much love, hilarious👏👏👏
Shibire hattuuu😂😂😂😂😂😂 wagga 1000 jiradhu
Ayi shiiboo jabaadhu qashttii
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤kolfaa dune hochi
😂😂😂😂😂😂😂😂😂shibireekoo nuf jabadhuu ❤😅😅😅kkk
Malo mati naf time
Malo mati naf time
Basii basii birrii jete ayyii shibirreee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂 nu jiradhu bareeduukoo
Malo mati naf time
😂😂😂😂jabadhuu
Atti jabduu namati
Ajaa'iba. Baayyee bareeda mucaa biyyaa oofkali jenne.
Maaliif akkas Abaarta?bashkada.😂😂😂😂😂.nuuf jiraadhu.haadhoko.jabaadhu
Wawwwoo bayyee Namati tolaa
Jabadhuu waan nared qabda
Dhugaa jiraadha obbolewwaan gariidha isin
Bashkadaa bashkee😂😂😅😅🙏🙏🤌🤌
enyu akka Koo hawwidhan egaa shibirre like me❤
Shibiisheen barana kolfaan nu fixuun shii hin oolu
Wayyoo garaakoo garuu shibirree Oochii jechuu dhiissii ijoolleen Wallaggaa Akkasitti dubbatu nun jedhanii Nuu arrabsaajiru Gandibiraan
Guddaa Galatoomi jabadhuu kkkkkkkkkkkkkkkk👏
Bareedu koo 🥰🥰🥰🥰
Jabadhuu waan guddaa hojechuuf humnaa guddaa qabdaa
Malo mati naf time hadhoko
Omg hhhhhhhhhhhhhh jabaadhu jabduu nama
Fincaan baachun dadhabaa jeteee😂😂😂😂
Afaan biraa itti makuu hir'isuuf yaalaa
Kkkkkkkkkkkkkuuuuuuufff waayyoo garaa koo tasfuudhaf male bastuu jetee
Maaligaa dafaa gadhiisaamee hin hooganaa'inaatii🤣🤣🤣
Malo mati naf time hadhoko
Malo mati naf time hadhoko
Shibbiiree saboontu wallagga
😂😂😅😅 waal makaa
Basii basii jette 😂😂😂birr sif bassu didde
Malo mati naf time
Warra hojii qoosaa hojjetaniif ( comedian)
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Mee gara yaada kootti osoon hin seeniin dura luqqisii kana Waliin haa dubbifnnu.
"Ani Waaqayyo nama akkasumaan maqaa koo dha'u utuun hin adabin waan ani hin dhiifneef, ati maqaa koo maqaa Waaqayyoo gooftaa keetii akkasumaan hin dha'in! Ba'uu 20:7
" Achitti immoo warri nu booji'an akka nuyi isaaniif weeddifnu, warri nu dhiphisanis gammachuudhaan akka isaaniif faarfannu nu irraa barbaadan; "Weedduu Xiyoon keessaas tokko nuuf weeddisaa!" jedhan. 4 Wanta Waaqayyoof weeddifnu, attamitti biyya ormaatti weeddisuu dandeenya ree?"
Far 137:3-4 Warri isan booji'an faarfannaa isaaniitiin bashannannu yoo barbaadaniyyuu. Isira'iloonni garuu maqaa Waaqayyootiif baay'ee waan of eeggataniif ni didani
Qoosaan hojii Arti keesaa isa tokko ta'ee Aadaa fi eenyummaa saba tokko muli'isuu keessattillee qooda ol aanaa qaba. Karaa qoosaatiin salphaatti ergaa guddaa dabrsuun ni danda'ama. Amma immoo namoonni qoosaa qoosanii nu bashanansiisu danda'anii fi ergaa baay'ee nuuf dabarsuu danda'an baay'ataniiru. Kun ta'uun isaa Waan baay'ee nama gammachiisu yoo ta'ellee, namoota tokko tokkoon qoosaan qoofamaa jiru garuu baay'een isaa Qoosaa maqaa Waaqayyootiin qoofamu ta'uunsaa waan baay'ee nama gaddisiisudha. Akka nama tokkootti qoosaa miidiyaa hawaasaa kana irra jiru yoon jaaladheyyuu qoosaa qoofamaa jiru tokko tokkoo akka ani hin deeggarre Waanti na godhu garuu isa isaan maqaa Waaqayyootiin qoosanidha. Kanumaa immoo namootuma Maqaa Waaqayyootiin fayyantu maqaa Waaqayyootiin qoosa jira. Obboloota koo namni soddaa isaayyuu Waan kabajuuf maqaa soddaa isaayyuu akka salphaatti hin Waamu. Maqaa abbaa keenya isaa fooniiyyuu iddoo hin barbaachifnetti Waamuu hin barbaannu. Maqaa nama guddaa tokkoyyuu iddoodhuma hin barbaachifnnetti hin waamnu.
Maqaan Waaqayyo inni lafaa fi samii uume kun, Yesus Kiristoos inni fannoo irratti nuuf du'ee jireenya barabaraa nuuf kenne, qorichi nuti du'a barabaraa irraa gara jireenya barabaraatti ittiin dhufne kun garuu namoota baay'eedhaaf maqaa ittiin qoosanii hordoftoota Tiktok fi hordoftoota page, Subscribe isaanii ittiin guddifatan ta'eera. Kana yeroon jedhu immoo warra qoosaa qoosan qofaa osoo hin taane, al kallattiidhaan maqaa Waaqayyoo isa guddaa kana kan arrabsiisan kan gadi buusan baay'eetu jiru. Waaqayyo guddaadha. Waaqayyo isa uumama hundumaa uumedha. Kanaaf beekaniis haa ta'u osoo hin beekiin warra maqaa Waaqayyootiin qoosaniif dhaamsan qaba . Nama biratti jaalatamtanii, laphee nama keessatti guddattani Waaqayyo keessatti xiqaachuurra nama keessatti xiqaattanii Waaqayyo keessatti guddachuu isiniif Wayya. Gabaabumatti qoosaa haa dhiifnu jechuu koo osoo hin taane maqaa Waaqayyootiin qoosuu haa dhiifnu jechuu baarbaadeeni. Please ×1000
Waaqayyo guddaadha.
Aqnaw Dhimmaa
ebifamii yaada gaarii waqaayyoo nuuha gargaaruu hundarrayuu bilisa akka tanuu
huubtaa namaa goftaan hubnaa kee haa bayisuu maqan gota kan itiin fayanii malee kan diraamaa ittiin hojatnii mitii bayeen kanyuu hubtee beknee ebbifmiii gudaa kan guraa qabuu kanumaa dhagahaa
Maqaan goftaa kenyaa lafaa kamituu haa dhahamuu dhiisaa, kessaa lubbun ittiin fayyuu jirachuu dandaaatii, hojjii mataa isaattiin hin fayyuu yoo dhiiga iyesuusin taee malee maloo obnolessakoo rom 8 guuttummaa isaa dubbifadhuu
Wow:: Ergaa Guddadha Waaqayyo
Sin haa Eebbisuu Eebbifamaa
Dhugaa keeti obboolleesa Koo maqa waqayyoo bakka qaliditi hin yamanii❤😢
😂😂😂😂😂 urgufaamaa
Oomacha'a😂😂😂😂kkkk hojii kee nyaadhu Shiiboo koo
Hocci arbsoo dhisii shibiree😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Malo mati naf time
😂😂😂😂 hurgufama wayi shibire atimo
Bareeduu koo 😂😂😂😂
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
Gimbie biyya koo, biyya Buna minyawa. Nice job❤❤
Hin ooganaain dafii gadhiisi soqaa 😂😂😂😂😂😂I can't wait
Malo mati naf time hadhoko
Malo mati naf time hadhoko
🤣🤣🤣🤣wayi shiibirree 😁
😀😀😀😀😂😂 Oomacha'aa
Wow❤❤❤❤
Qosaa bayyee namati toludha!!!!
Oh my gosh I can’t stop laughing 😂 gobifamaa 🙄
Malo mati naf time hadhoko kotu adara
❤❤❤❤ sini
Kolfaan nufixee intalii waraa bonayyaa 😂😂😂😂😂 garaa kurfee olsiqiimee
Malo mati naf time hadhoko
HOCHI 😅😅😅😅
Welcome back sibiraa ❤❤❤
dhugaa ojji bardaa Dhaa garuu maqa gofftaa oso kasuu batte
🤣🤣🤣🤣🤣🤣 wayi shibirree!
❤❤❤❤l love you shibireee koooo
Malo mati naf time
Malo mati naf time hadhoko kotu
😂😂😂😂😂 yarabii kooooo
jabadhaa
Kkkkkkkkkk akka cororsaa bakoo kkkkkkkk
Kkkkkkkkkkkkl tabsudha male bastuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
የነቀምት የኔ ቢጤ በዳንስ ነው😂😂😂😂😂😂😂ደስ ይላል
Hatu koo.jabadhuu❤❤❤❤❤
Wayyookaaa
Gombifamaa😂😂😂😂😂
Malo mati naf time
Tasfuuuf qofadha Vs Ka'i Balaay sagalee isaa
Jabaadhu Shibiree Saboontu oromoo ❤❤💚💚❤❤
Malo time naf time hadhoko
basii😂😂😂
akka mucaa aritee bektuu amma jalqabaa yo mana batu kan qarshii malee man fincynii dhaqxee loltuu 😂😂😂😂😊
Nandue kolfan
Wow! Olee baayyee natti tole jiraadhaa ammallee! 😍
Malo mati naf time hadhoko kotu
Kkkkkkkkkkk 😂❤
Goobfaama dha ugaayu😅😅😅😅😅
Ani namamaqaakoo akkasumaan dha'u utuun hin adabin hin dhiisu jedha Ba'uu 20 keessa,
Hhhh wayii shibiree🤣🤣🤣😃😃😃
Kanati finca'u. Ture
🎉🎉❤❤❤
Maafan Manaafidee Alattiballessa Haha
Jalqabaarra birriiriin maaf hincoofnee dhumarraa birriitiin hin fincaa'uu yaada wal dha'aa
❤❤❤❤❤❤
🤣🤣🤣🤣🤣 jabadhu itti fuufi
Malo mati naf time
Wow.😂😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰🥰
𝚆𝚊𝚊𝚊 𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚍𝚑𝚒𝚋𝚊
Wow
❤❤❤😂😂❤❤wayyoo garaakoo😂😂😂😂
Wayii jartii BASHKAADAA
Malo mati naf time
Malo mati naf time hadhoko
@@obsaadugna3364 Mal hette
Hoccii dafati gad dhisaka ❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅
Malo mati naf time hadhoko
Malo mati naf time
maqaa warra soddaa malee hin waamtu: Biraanee, Shibirree, Taammanaa, ....
Kkkkkkk😂😂😂😂😂😂
🥰😁😁😁😁😁😁😁
Ananii kan naa arsituu qosaa kee miti isaa atii maqa gofta ketii akkaa maqa bashkddatii fayddamtuu bichatuu natii dhagamaa😢😢
Jonjoftun akkaa kee yeroo hundumaa gadhee gadhee malee ijaa wan garii garii argu hin qabduu!! Gombifaamtuu!!
Janjoftuun kan waa hubtee adda bafnee ishii anii hubdheen dhagefdheen wan garii fakenyaa dhalootaf ta,u kesaan dhabe maal yoo nama arbsituu ebbisaa jirti siti faktaa wan tokko garuu dagtiin isuma hara facftuu guyyaa tokkoo sasabtaa me garii kam of kesa qabaa nan dhabeem wan gariin kesan dhabe isa nama arbsitu moo sif haa dhisuu goftan ko
Abaa diibiichoo
Wwwwoooo ❤
Oleedhumaa keenyaa nan jedhiikaa🤔😮
Kkkkkk 😁😀
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙆🏻🙆🏻🙆🏻
😍😍😍😍😍🌹🌹
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂