Diraamaa Arjaa Kiisha Qullaa | Jaarsa Jaartii Rakkisu | Roras Tube

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 20 окт 2024
  • Diraamaa Ajaa'ibaa Arjaa Kiisha qullaa
    Gorsa Bareedaa Qaba Waan Taheef Daawwadhaa Itti Bashannanaa #RorasTube

Комментарии • 434

  • @faamiiibrahim4178
    @faamiiibrahim4178 4 года назад +3

    Wwwmasha allga masha allha masha allha masha allha masha allha jabaadhu Mucaa Keenya silaa like irra kanii dadeebi'uu tatee hoguu kumaan sif godhaa maliin godhaa ga mee itti jabaadhu gorsaa ajaibaa ofi keeysaa qaba

  • @sanyiioro908
    @sanyiioro908 4 года назад +7

    Heduu namatii toola jabaadhu RORAS TUBE kenyya siif jiiraa jabaadhu

  • @abdis8010
    @abdis8010 4 года назад +7

    Dhugaa ketii itii himii mee umataa mataa qulfii yoo kaa dhagayaan tatee 👌

  • @abdoadem453
    @abdoadem453 Год назад +1

    Mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha

  • @gshd6390
    @gshd6390 4 года назад +14

    Maashaallaah wollaahii barumsaa gudaa qabaa maashaallaaah❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 3 года назад

      Maatii naf ta,i qomo ko video ko dawadhu

  • @ejjeeejsieiee2230
    @ejjeeejsieiee2230 4 года назад +3

    Amiroo walhii duraan takaa sii hordofee hin bekuu amaa gaaruu hedun sii hordofuu jaladhaa waanii atii hojatuu baayee naatii tolaa jiraa jabadhuu 👍👍👍

    • @mdakhter3216
      @mdakhter3216 4 года назад

      Asi akkasuma Amiraa bay ee jaladha dhugaa 🖒🖒💫💌💌💌

  • @samribintislam3063
    @samribintislam3063 4 года назад

    Dhugaa jettee obboleessa khiyya
    Amshiir rabbii dadhabii keeysan isiiniif haa deebisu wly heddun gaddee😥😥 ummata sammu qulffi mee mal isaan fayyada dharttii subaahan'Allah jabadha isiin rabbii isiin haa gargaaru

  • @iaiaiaia4904
    @iaiaiaia4904 3 года назад

    Dhugaa keetii yaa harayuu kenaa raabini namaa haa qajelechuu👍👍❤❤❤

  • @abdiraoromoomahammed2679
    @abdiraoromoomahammed2679 4 года назад +2

    dhugam sanyi koo jabadhuu

  • @kennaarabbii8233
    @kennaarabbii8233 4 года назад +2

    Hojiin itti jirtu gaariidhaa Jabaadhu!

  • @عبداللهاحمد-غ6ذ
    @عبداللهاحمد-غ6ذ 4 года назад

    Wly heddu barumsa gaarii qaba jabaadhu hojiinkee nama boonsaa ❤❤❤❤❤💝💝💝💝

  • @gshd6390
    @gshd6390 4 года назад +4

    Maashaallaah ijoleen kuun baye.ee naatii tolteen❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰⚘⚘⚘

  • @haroocity4320
    @haroocity4320 4 года назад +3

    Wwwoooow heduu bareeda wly bro Kiyya jabaadhuu roras tube kuma 100k 👈godhuu qabdaan galatooma 👈jabaadhuu amiir Kiyya

  • @muradahmed9930
    @muradahmed9930 4 года назад +1

    Amiro proud to you baba 😍Guffuuf Guffataa hundaa Rabii siduraa haafudhu

  • @hjklasss5742
    @hjklasss5742 4 года назад +2

    Masal ijarhafii sabako oromo love

  • @xaahiroro1419
    @xaahiroro1419 3 года назад +3

    Hedduu taphattaa hedduu namatti tolta I LOVE YOU ❤❤❤

  • @firomsaabdulkarim664
    @firomsaabdulkarim664 4 года назад +3

    Waluman ci hatahu mash Allah iti fufi haye iti jabadhu amir show

  • @iaiaiaia4904
    @iaiaiaia4904 3 года назад

    Www maashallaah tabarakala heduu baredaa diramani keessaani barnotaa namaafi ta'aa❤❤❤

  • @kaibr159
    @kaibr159 4 года назад

    Masha allahaa heddu heddu. namati tola diraman ke koflaan nu fiixee

  • @bakkalproduction1063
    @bakkalproduction1063 4 года назад +3

    Mashaa Allaah bro kiyya hedduu bareedadhaa jabaadhuu haluuma kanaan itti fufi....
    Nuttis si ciina jirra!👌

  • @nurowboruu.asalamaleykumwa5000
    @nurowboruu.asalamaleykumwa5000 4 года назад +2

    Masha.Allah.wallahi.wan.ilmanamatif.gorsa.guda.qaba.jabadha.rabiin.is an.ha.jajabesina.itii.fufaa.nagatii

  • @shamsiyabashir.bamudi8625
    @shamsiyabashir.bamudi8625 4 года назад +5

    Mashallah mashallah baye namati tola galatomi barumsa hedu namafi kena

  • @queenhangaatu9020
    @queenhangaatu9020 4 года назад +1

    Hedduu takka dass ja’a!! Jabbadhu

  • @alfealfe5962
    @alfealfe5962 4 года назад

    Maashallah guraa Rabbii sii haa qajeelchuu obboleettii tiyyaa

  • @hafizahmed5081
    @hafizahmed5081 4 года назад

    Hujiin tee hundinu bayyee na gammachifti jabaadhu
    Classical dhumarra san jijjiri obn natti fakkata

  • @zamzamzamzam3009
    @zamzamzamzam3009 4 года назад +5

    Wwwwoo bayee namati tola jabadhaa 😂😂😂👍💪❤💚💚💚🥰💪👍❤

  • @misraamisraa2861
    @misraamisraa2861 4 года назад +1

    mashaallaa mashaallaa barumsaa guddaa qabaa dhugaa rabbii

  • @biinii__ye__Arsii__lij
    @biinii__ye__Arsii__lij 2 года назад

    Maashaa allaah rabbiin sirraa haa jaalatuu

  • @kulehabibty6825
    @kulehabibty6825 4 года назад +4

    Jabaadhu amiir sho haaluma kanan itti fufii👍

  • @dursitubeker9394
    @dursitubeker9394 4 года назад +1

    Jabaadhaa itifufhaa heduu namatolh

  • @foziahuseen1723
    @foziahuseen1723 4 года назад +4

    Dhugaa keetii waalhii 💕💕💕💯✔️

  • @maryamaallekheirdoon2012
    @maryamaallekheirdoon2012 4 года назад +2

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah, lammi koo Umrii dheeradha

  • @halimausman1743
    @halimausman1743 4 года назад +1

    waayi amiir bayee namati tola jabadhaa qaliwan nama

  • @sanyiioro908
    @sanyiioro908 4 года назад +1

    WELCOME RORAS TUBE kenyya bagaa nuuf dhuuftan heduu naa gamachiise walahii

  • @eliyasmohamed7816
    @eliyasmohamed7816 4 года назад

    Waw heduu nama boharsaa masha Allah jabadhuu roras Tube

  • @AsifTV2708
    @AsifTV2708 4 года назад +5

    Amir haaluma kanan itti nuf jabadhu si jaalana 🌹

  • @yaarabbiikoobosafisodaakee1211
    @yaarabbiikoobosafisodaakee1211 4 года назад

    Wowowoww bayee bareddaaa jabadhaa iitii fufaaaaaaa barumasi gudaaa qabaa 💘💘💘💘💞💞💞💞

  • @zinababdullah3157
    @zinababdullah3157 4 года назад +2

    Wallahi rabbii siif haa keennuu dunyaa qiimaa hinqabnee taa atii akkaa feetee gootuu taa miskiinaan gargaartuu

    • @RORASTUBE
      @RORASTUBE  4 года назад

      Aammin Allaahumma Aammin Galatoomi

  • @najaatube1299
    @najaatube1299 4 года назад +2

    Heddu Namati Tola Jabaadhu Garuu,diraamale kee sagalee koflaa san jalaa qabii Akkasiti irra tola sagalee Qulquluu Godhi

  • @rahmahahmed9018
    @rahmahahmed9018 4 года назад +3

    mashaallaah tabarakallh jajabadha sanyiko ❤❤❤❤❤😍😍

  • @kennaarabbii8233
    @kennaarabbii8233 4 года назад

    Namni arjaan hinlolu! Niis hinsheenahu! Guddoo rabbii bakka buusaaf

  • @munamohamed4308
    @munamohamed4308 4 года назад +1

    Wwwwwwwww bayee namatii tolaa jabadhaa

  • @MohamedIbrahim-wv4vp
    @MohamedIbrahim-wv4vp 4 года назад +1

    Ohh bro kiyya wahuma dhugarra baste diraama khana

  • @osaamtube1397
    @osaamtube1397 4 года назад +1

    Jabaadhu si moggaa jirraa

  • @ibrahimmusaa6709
    @ibrahimmusaa6709 4 года назад +2

    bayee bayee namatii tolaa jabadhaa isin jalanaa

  • @makiyaaissaa9163
    @makiyaaissaa9163 4 года назад

    Hedduu namatii tolaa
    jabadhuu naa kolfaa fi barsusa.garii.qabaa

  • @mullatavine2229
    @mullatavine2229 4 года назад +1

    Jajjabaadhu Dhiira Tiyya Si Faana Jirra

  • @siffanisennakoo9660
    @siffanisennakoo9660 4 года назад +6

    Jabadhu bayye namati tolla barumsa gudda qaba amri kenya dirama kee bayye natti tolla hanga lalluti bayye arifadha garru koronna irra offi egadha waqayyo issini yaa egu 😭🙏

    • @abdiioromiyaa7427
      @abdiioromiyaa7427 4 года назад +1

      Jaabduu 🍒🍒🍒🍒🍒🍑🍑🍑🍑🍑🍑🍑🍒🍓🍓🍓🍓🍒🍒

  • @shamsuddinahmed6857
    @shamsuddinahmed6857 4 года назад

    Dirahamanii kesanii heduu gorsaa qabaa heduu jabadhaa👍

  • @qananisaadnan4566
    @qananisaadnan4566 4 года назад +1

    Bayee baredaadhaa jajabadhaa

  • @tiyaashorxa6022
    @tiyaashorxa6022 4 года назад

    Heduu namati tola jabadha roras tube jajabesa ijolee oromo wal male maal qabna sabiskirabi like share godhafi bira dhabadha

  • @hodenz8457
    @hodenz8457 4 года назад +2

    Masha allah wlh heduu barnotaa qabaa heduu galatomaa

  • @mdakhter3216
    @mdakhter3216 4 года назад +4

    RORAS Tube galatomi quliwwa oromoo heduu nama toltuu hundinu keesani😃😃💘💘👢👢👢👡👡👠👠👝👝👝👝💎💍

  • @مشاعلمشاعل-م3ه
    @مشاعلمشاعل-م3ه 4 года назад +1

    Jabadhaa dhugaa rabii www bayee namatii toltanii😘😘😘😂😂😂😂😂😂😂

  • @sabbontuintalaaoromoo4381
    @sabbontuintalaaoromoo4381 4 года назад

    MASHAALA ergaa gaarrii qabaa jabbadhaa nuuf jiradhaa👍👍👍♥️♥️♥️

  • @hannitaabaale5056
    @hannitaabaale5056 4 года назад +5

    Mashaa Allah baay'ee tokko namati tolaa wallahi barumsaa baay'ee qaba galatoma Roras tube itti fufii akkanumati please like itti robsaa subscribe godhafi guddisa

  • @gutemachimdi6285
    @gutemachimdi6285 4 года назад

    Jabaadhaa, eelanii eelee dhaabbatuu jedhamaa! waa mara kutannoon hojjedhaa!

  • @mubiinaisaa1414
    @mubiinaisaa1414 4 года назад

    dhugaa hedduu namaati tolu nuu jabaadha itti nuu jabaadha

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 4 года назад +1

    Diramma kana ilale waan bayye natti dhagamtee walaahi 😭😭😭😭😭Osso orommon akana waal jalattu nutti garru biyya ormma kesa 😭😭😭😭😭

  • @roobaaahmed367
    @roobaaahmed367 4 года назад

    Heeduu bareedadha roraas keenya jabaadha

  • @jamaalahmaadkasim3895
    @jamaalahmaadkasim3895 4 года назад +1

    Bayee garidha jabadha roras

  • @hadhaakalidiibinuabduljaba9486
    @hadhaakalidiibinuabduljaba9486 4 года назад +1

    Wolaah baree nati tolee nu dabalaa amalee

  • @sanyiioro908
    @sanyiioro908 4 года назад +1

    Walahii baruumsa guuda qaba jabaadha

    • @hasenaahashimi7946
      @hasenaahashimi7946 4 года назад

      Baarumsaa qaba dhugaa jaabbadha attii maaliifi alaattii faacaffittee haadha waarra kee irraa deeffatta qarshii namaa tollaa

  • @abasabdi4159
    @abasabdi4159 4 года назад

    Jabadhaa itti fiufaa bayyee namati tolaa

  • @richrahama5669
    @richrahama5669 4 года назад +1

    Woow heduu namti tolaa jadhaa

  • @ikranshamsaddin4768
    @ikranshamsaddin4768 4 года назад

    Masha Allah jabaadhu Amiiro ija hamtu sirra haa qabu rabbin

  • @kuliyeejawar8935
    @kuliyeejawar8935 4 года назад +2

    Maash Allah tabarakaalAhaa 😍😍

  • @abditube8989
    @abditube8989 4 года назад

    Masha Allah Jabadhu gaa Hayyee

  • @ofinbontu7961
    @ofinbontu7961 4 года назад +2

    Jabadhaa nuuf jiradhaa 😍😍😍

  • @samiraaqashtiiryuu9649
    @samiraaqashtiiryuu9649 4 года назад +1

    Wwwwwwwooooooowwwwww👍👍👍👍😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍💋💋💋Jabadhaa Jabadhaa Namaati toltni Jabadhaa 🤣🤣🤣🤣🤣

  • @zamieomar3982
    @zamieomar3982 4 года назад

    Kkkk jabadhaa ittii fufaa bayyee garii jirtanii

  • @ebsaamohammad5206
    @ebsaamohammad5206 4 года назад

    Welcome wow heduu namaa tolaa jabadhaa

  • @oromiyaaoromiyaa3153
    @oromiyaaoromiyaa3153 3 года назад

    Masha Allha ijaraa hafii qalii nama

  • @kherowosman3835
    @kherowosman3835 4 года назад +1

    tnks 4 ur advice

  • @samiiraabdulkariim648
    @samiiraabdulkariim648 4 года назад

    Wwwww heddu taaka namaiti toltani jabadha

  • @obsaaabdallahmohammedabdul9973
    @obsaaabdallahmohammedabdul9973 4 года назад +1

    I'm so exciting to watch this drama because I like it, you go forward and successful way,so never give up

  • @zemzem4326
    @zemzem4326 4 года назад

    Wwwwwooo. Bayee. Namatii. Tolaa. Jabadhaa♥️♥️❣️❣️💕💔💔💔💪👍💯

  • @sumayaqasim9744
    @sumayaqasim9744 3 года назад

    Jabadhuu bayyee namaati tollaa 🤭🤭❤️💚❤️

  • @ilyaashaajii3708
    @ilyaashaajii3708 4 года назад +1

    Maasha allaah hedduu barumsa guddaa of keessaa qaba jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaa yaa oromoo piles walaa dhageenyuu video namni itti laffa'ee dalage fuutanii fb gubbaa hin baasinaa piles

  • @sanyiioro908
    @sanyiioro908 4 года назад +3

    I love you may brothers RORAS TUBE

  • @ilmijamal2293
    @ilmijamal2293 4 года назад

    jabaadhaa samiir team isin jaalanna

  • @qeeroooromopwr6020
    @qeeroooromopwr6020 4 года назад +3

    Wow baye namati tula iti fufi ❤💚❤👍

  • @abduazizahamad2698
    @abduazizahamad2698 3 года назад

    Hayye bareeda itti dhufaa qoppesitoota keenya

  • @f_a_r_h_a_a_nfarhaan45
    @f_a_r_h_a_a_nfarhaan45 4 года назад +3

    Yes you right I'm not sure if you will find a way to make

  • @zinababdullah3157
    @zinababdullah3157 4 года назад +2

    Dhugaa keetii kunii dhaabbatuu qabaa lammiin biyyaa ormaa waliif tumsaanii wal guddiisan nutii immoo wal dadhabaa kunii tahuu hinqabuu

  • @kadirmartuofficial1787
    @kadirmartuofficial1787 4 года назад

    Jabadhu amir heddu namati tolaa

  • @hlemahhlemah930
    @hlemahhlemah930 4 года назад +1

    Abshiira warrootni waan akkasii dalagdan adaraa if qusadhaa
    wolitti gufuu tayuun bu'aa hin qabu yaa lammii koo

  • @intalaharargetube52
    @intalaharargetube52 4 года назад +12

    Diramaan kuni gursa Of keessaa qaba nama sirritti Laalef Galatomi Amiir show❤

    • @llovemother7337
      @llovemother7337 4 года назад +2

      Channala kanaas subscribe nuuf godhii inkii kaanan
      ruclips.net/video/XXS6nopVFMw/видео.html🙏

    • @rhmatmohammad3431
      @rhmatmohammad3431 4 года назад +1

      Mashaallaa hedduu barumsa qaba jabadhaa

    • @qsdssdedfr2183
      @qsdssdedfr2183 4 года назад +1

      Masha alla Yada baredadha

    • @qsdssdedfr2183
      @qsdssdedfr2183 4 года назад

      Dhugaa keeti badawa Namni akasi Namni Yada samu isatiin deemu qaba

  • @zinababdullah3157
    @zinababdullah3157 4 года назад

    Abboo ijollee dalagaa teessaan jabaadhaa 👍

  • @حواءفايزة
    @حواءفايزة 4 года назад +1

    mashalla mashalla heddu nama tolla namni malaqa dhabee akkanuma ta a

  • @uaeuae8226
    @uaeuae8226 4 года назад +1

    Wwwwwww❤❤❤❤❤dhuga ketiiiii

  • @zinababdullah3157
    @zinababdullah3157 4 года назад +1

    Har aaa laalee wallahi namattii tolaa jabaadhuu👍👍👍👍👍👍💝💝💝💝💝💝😘😘😘😘😘😘

  • @sead1165
    @sead1165 4 года назад +1

    Bayyee namatti tola 👍👍👍👍👍

  • @jenajena-yf6rv
    @jenajena-yf6rv 4 года назад

    Abshiii jabdhuu bayye baredda

  • @samira2580
    @samira2580 2 года назад

    Mashaa allah oso ilima oromo tah.u Bata na gaddaa bay'ee sii jaladha obolesa Koo naaf jiradhuu

  • @sartunasir7364
    @sartunasir7364 4 года назад +1

    Nama sira furatu jira Qashima

  • @ikramahmed7335
    @ikramahmed7335 4 года назад

    Mashalla jajabadha barnota guda baba

  • @mandiszaakir7450
    @mandiszaakir7450 4 года назад +1

    Jabadhu Diraaman ke huddu namatti tola

  • @caaltuulijtewaahidoo9452
    @caaltuulijtewaahidoo9452 4 года назад

    baredadaa diraman jabadaa 👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @sweetloveriim795
    @sweetloveriim795 3 года назад

    Wallahi anaaf barnootta heduu irra baradhe gatomi