Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Gaalatomi bro❤❤❤❤
Information bayyee nama gamachisuu dhaa Afaan kenyaan information nuu dhageesuseekef dhifaamaa waaliin gaaruu hamaa hojechaa jiraa lamiilee waarii biyyaa keessaa hin jiree akkaam bafaachuu danda'uu
Akkamaa nagumaa kessaan aninagaakooti ❤❤
Viidiyoo kee jaalladheera. Garuu wanti naa galle eye color fi hair color jechuun kuni akkami?2ffaa Gaafa maqaa guunnu qubee gurguddaa fayyadamnaa?
Lata bayyee barreeda jabadhuu jajaboo koo
😢Ani koopis hin qabu lakkoofsa isale hin qabu garuu badee dalgadhar biyya amba akkamiti basadha me paspoorti pls na debisi brother 🙏
WOW. Bother Barumsii kee Bayy'ee Namaatii Tolaa Dhugaa dubbachuudhaf Bayy'ee Galatoomii.Garuu Yeroo darbee passport Online gutaan kan hin deebiin hafee Lammaffa debinee guutu hin dandeenyaa?
Baayyee namatti tola
Galatoomi❤❤❤❤
akka nuu dhufe akkamitti beena ani ergan turee ji'a tokko gute naf hin deebin hamamitti deebiyya
Namni baayyee baafachaa jira yoo ta'ee ni tura. Guyyaa beellam kee immoo ni deemta.
Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii ❤❤❤
Said Adam AELEMO maqan pasporti aka bahe naf lali😊
Said Adam😮
Ethiopia irraa gara dubia kafaltiin xiyyaaraa birri meeqa? please ammuma naadebisi lammiikoo
Telegram koon naaf barreessi@lata_tech
Akkaataa itti laaptoppii fayyadamani video nu hojjedhu
Waan gaariitti jirta ... jabaadhu
Me akkamii gunaa
Haresudhafii qarshi meqadha?
Ani Baasaa booraati baafadheen jira viza yknDukhuliyaa akkami tiin argadha
waraqaan eenyumma kana dura upload godhe yeroon irra darbee jira waan ta''éef irra deebi''ame upload gochuun ni danada''ama?
Mashaa allah
Jajjabaadhu jajjabee koo!!
Hayyee atille naaf jiraadhu
Malooo Naa gaargari mee Akkamitti baafaatiu naaf galiiii didee dhiifaama wajii
Nuradin mahmmed ❤❤❤
Galatoomii br
Jabaadhu namatti tola
Ebbifaami Dachaan hadhoo koo
Ebbifami jabadhu anii
Password badee defachu akamit dandama kopii malee
Password isa kam?
Mee kan Amata tokofii jia.a 3 gahee Akamitin Laladha Aka sistama keysa jiruu fii wan inii ira jiruu
Hayyee obbooleessa kiyyaa qalii
bilbila koon 🙌🏼
❤❤
Maqaan passport yoo dhufe akkamitti beekna
hello!! ammaa hojjechaa jiraa?
Said Adam
Esstii baftanii
Yoo nuu jaala badee malii gonaa pls
❤
Worii amarifaa hin benee hooWorii biyaa itophiyaa alaa jiruu akamiti bafataa nufii debisii
As wr qb
Nuradin mahmmed
Bayyeegaridha 👍👍👍
me gafi qaba dhifama walin passport dubyi bafachuni ni danda maa
Jabaadhuu💪🏾💪🏾💪🏾
Nahaa jalaa badehaa malaa nafaa wayyaa 😭😭😭
Jabadhuu qaxakeekoo
Garuu maqaa bahee jijjirrachuu dandeenya?
Eeyyeen ni danda'ama.
Wowa jabaadhu lammii
L2 Tech Gaaffiin qaba waa'ee you tube irratti jechuudha..
Gaafachuu dandeessa
Karaa kamiin galaa olaainiraa yeroo gutuuf jenuu
Nuti Warri biyya hambaa jirru akkam goona
Ethiopia dhufu siin gaafata
Qarshìi meeqa
maloo lakosaa kee nufii egi kaa akkaataa isaa baraa
Telegram koo : @lata_tech
Nagaalee biroo
Najaalaa.baadee.Akamittii.bafadhaa
Inter dal passpor ithiopia la aadi karaah
Akkam Naa Fiduu dandadeesaa
Wari hin qabinee akkami bafatan
Fb irrati bareefaman nu maxansi mèe
Please Kan koos advertise Naaf godhii🙌🏾🙌🏾
Hayyee toran siif qabsiisa
Pasporti adisisundha biri meqa amami tura
Info baayyee barbachisaa dha
As we wb
Hey Ana abdi4k dha Garu kan durse ana kiyya ati garu kan nama bira beksiste homamiti
Akkasitti hin yaadiin video baayyee hojjeedha atis keess tokko taatati. Itti fufeee kankeedha
Pasporti Amma Aschokai migreshini deemne baafachu hin dandenyu naf debisi
Yeroo waan dhabbate natti fakkaata
Basaporatinii kiyyaa naa jallaa bade akamittii argadhaa mee
Gafa Fudhachuf Deman San Ishaar Kenani Fudhatan mo akkanumati Kennam
Please Gafii kiyyaa Kan Na Debisi Oso Ishar hin kenin Fudhatun Hin Danda'am
Lakki ashaaraa kennitee, yeroo bira deebitee fudhatta
Sirriittii barabadee obboolleessaa kottiifii yeroo dhihotii
Sinii egaa dafee akkaa baftii mee olanii akkamiittiiargadhaa dhabateehoo jedhuu
Naagalee
Welcome
Galatoomi
Analee nadhibee jiraa
Aderaa obolesaa ko esaan si qunamuu dandaa
Lakofsaa kee nuf ergii me?
Telegram keenya @lata_tech naa argaadha
@@L2Tech1 ok
Lakobsake.ergi.thank
Xubaa amaan gana
Gaafii sirraa qaba gurbayo
Said Adem AElemo jedhu lali
Bilcho Media Subscribe godhaa
Anaatu gaafii qaba
Kani keessa dhume Hammad basa jiru
Sanyiii bahaa jira am
Said Adam AELEMO maqan pasporti aka bahe naf lali
ani abbudhabin jira
SEID Adem AElemo
Nabekisisii
Lakkoofsa ke nufi kahi me galatoomi
Telegram kiyyaa naa qunnami@lata_tech
RUclips makiya Aman
🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
♥️💚♥️
DEMMEE
DEMEE TULU AUNYAA
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Galatomi
Lakkobsaa kee naaf ergii Mee harawaan barbadaa
Passporti guteen ture asharas fotos Kendra garuu jia tokko boda mana postal akkan furadhu nati homame ture garuu nanbilbilamne maalgochuun qaba
Lakikejelanakayii
Subcrt sif godhera silkiikee ergime
Silki.ke.ergii
❤❤❤❤❤👌👌👍👍👍
Lakkoofsa
Telegram koo @lata_tech naa qunnami lammi
Nan barbadaa
Gaalatomi bro❤❤❤❤
Information bayyee nama gamachisuu dhaa Afaan kenyaan information nuu dhageesuseekef dhifaamaa waaliin gaaruu hamaa hojechaa jiraa lamiilee waarii biyyaa keessaa hin jiree akkaam bafaachuu danda'uu
Akkamaa nagumaa kessaan aninagaakooti ❤❤
Viidiyoo kee jaalladheera. Garuu wanti naa galle eye color fi hair color jechuun kuni akkami?
2ffaa Gaafa maqaa guunnu qubee gurguddaa fayyadamnaa?
Lata bayyee barreeda jabadhuu jajaboo koo
😢Ani koopis hin qabu lakkoofsa isale hin qabu garuu badee dalgadhar biyya amba akkamiti basadha me paspoorti pls na debisi brother 🙏
WOW. Bother Barumsii kee Bayy'ee Namaatii Tolaa Dhugaa dubbachuudhaf Bayy'ee Galatoomii.Garuu Yeroo darbee passport Online gutaan kan hin deebiin hafee Lammaffa debinee guutu hin dandeenyaa?
Baayyee namatti tola
Galatoomi❤❤❤❤
akka nuu dhufe akkamitti beena ani ergan turee ji'a tokko gute naf hin deebin hamamitti deebiyya
Namni baayyee baafachaa jira yoo ta'ee ni tura. Guyyaa beellam kee immoo ni deemta.
Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii ❤❤❤
Said Adam AELEMO maqan pasporti aka bahe naf lali😊
Said Adam
😮
Ethiopia irraa gara dubia kafaltiin xiyyaaraa birri meeqa? please ammuma naadebisi lammiikoo
Telegram koon naaf barreessi
@lata_tech
Akkaataa itti laaptoppii fayyadamani video nu hojjedhu
Waan gaariitti jirta ... jabaadhu
Me akkamii gunaa
Haresudhafii qarshi meqadha?
Ani Baasaa booraati baafadheen jira viza ykn
Dukhuliyaa akkami tiin argadha
waraqaan eenyumma kana dura u
pload godhe yeroon irra darbee jira waan ta''éef irra deebi''ame upload gochuun ni danada''ama?
Mashaa allah
Jajjabaadhu jajjabee koo!!
Hayyee atille naaf jiraadhu
Malooo Naa gaargari mee Akkamitti baafaatiu naaf galiiii didee dhiifaama wajii
Nuradin mahmmed ❤❤❤
Galatoomii br
Jabaadhu namatti tola
Ebbifaami Dachaan hadhoo koo
Ebbifami jabadhu anii
Password badee defachu akamit dandama kopii malee
Password isa kam?
Mee kan Amata tokofii jia.a 3 gahee Akamitin Laladha Aka sistama keysa jiruu fii wan inii ira jiruu
Hayyee obbooleessa kiyyaa qalii
bilbila koon 🙌🏼
❤❤
Maqaan passport yoo dhufe akkamitti beekna
hello!! ammaa hojjechaa jiraa?
Said Adam
Esstii baftanii
Yoo nuu jaala badee malii gonaa pls
❤
Worii amarifaa hin benee hoo
Worii biyaa itophiyaa alaa jiruu akamiti bafataa nufii debisii
As wr qb
Nuradin mahmmed
Bayyeegaridha 👍👍👍
me gafi qaba dhifama walin passport dubyi bafachuni ni danda maa
Jabaadhuu💪🏾💪🏾💪🏾
Nahaa jalaa badehaa malaa nafaa wayyaa 😭😭😭
Jabadhuu qaxakeekoo
Garuu maqaa bahee jijjirrachuu dandeenya?
Eeyyeen ni danda'ama.
Wowa jabaadhu lammii
L2 Tech Gaaffiin qaba waa'ee you tube irratti jechuudha..
Gaafachuu dandeessa
Karaa kamiin galaa olaainiraa yeroo gutuuf jenuu
Nuti Warri biyya hambaa jirru akkam goona
Ethiopia dhufu siin gaafata
Qarshìi meeqa
maloo lakosaa kee nufii egi kaa akkaataa isaa baraa
Telegram koo : @lata_tech
Nagaalee biroo
Najaalaa.baadee.Akamittii.bafadhaa
Inter dal passpor ithiopia la aadi karaah
Akkam Naa Fiduu dandadeesaa
Wari hin qabinee akkami bafatan
Fb irrati bareefaman nu maxansi mèe
Please Kan koos advertise Naaf godhii🙌🏾🙌🏾
Hayyee toran siif qabsiisa
Pasporti adisisundha biri meqa amami tura
Info baayyee barbachisaa dha
As we wb
Hey Ana abdi4k dha Garu kan durse ana kiyya ati garu kan nama bira beksiste homamiti
Akkasitti hin yaadiin video baayyee hojjeedha atis keess tokko taatati. Itti fufeee kankeedha
Pasporti Amma Aschokai migreshini deemne baafachu hin dandenyu naf debisi
Yeroo waan dhabbate natti fakkaata
Basaporatinii kiyyaa naa jallaa bade akamittii argadhaa mee
Gafa Fudhachuf Deman San Ishaar Kenani Fudhatan mo akkanumati Kennam
Please Gafii kiyyaa Kan Na Debisi Oso Ishar hin kenin Fudhatun Hin Danda'am
Lakki ashaaraa kennitee, yeroo bira deebitee fudhatta
Sirriittii barabadee obboolleessaa kottiifii yeroo dhihotii
Sinii egaa dafee akkaa baftii mee olanii akkamiittiiargadhaa dhabateehoo jedhuu
Naagalee
Welcome
Galatoomi
Analee nadhibee jiraa
Aderaa obolesaa ko esaan si qunamuu dandaa
Lakofsaa kee nuf ergii me?
Telegram keenya @lata_tech naa argaadha
@@L2Tech1 ok
Lakobsake.ergi.thank
Xubaa amaan gana
Gaafii sirraa qaba gurbayo
Said Adem AElemo jedhu lali
Bilcho Media Subscribe godhaa
Anaatu gaafii qaba
Kani keessa dhume Hammad basa jiru
Sanyiii bahaa jira am
Said Adam AELEMO maqan pasporti aka bahe naf lali
ani abbudhabin jira
SEID Adem AElemo
Nabekisisii
Lakkoofsa ke nufi kahi me galatoomi
Telegram kiyyaa naa qunnami
@lata_tech
RUclips makiya Aman
🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
♥️💚♥️
DEMMEE
DEMEE TULU AUNYAA
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Galatomi
Lakkobsaa kee naaf ergii Mee harawaan barbadaa
Passporti guteen ture asharas fotos Kendra garuu jia tokko boda mana postal akkan furadhu nati homame ture garuu nanbilbilamne maalgochuun qaba
Lakikejelanakayii
Subcrt sif godhera silkiikee ergime
Telegram kiyyaa naa qunnami
@lata_tech
Silki.ke.ergii
❤❤❤❤❤👌👌👍👍👍
Lakkoofsa
Telegram koo
@lata_tech naa qunnami lammi
Nan barbadaa