Waaqayyoo si haa eeguu namnii dhaadateef homaa hin taatuu bakka jirtuutii gooftaan si wajjiin haa ta,uu gurbaa dhumaa mataa malaaxa sana na jibbiisiisa otuu haadha mana qabuu fuuchun maaliifi😢😢😢😢😢
Anii akka obolti tokoti kan sii jedhuu atii badii hin qaduu nama jalatan fatan sii qofa iran hin banee odo atisi gochu bate watii kun inuma umama wan toko yoo nama mudate rabuma biraa dhute ati garu saba tate male wati kun inuma umama kanafi wan sii ciquu hin qabuu badisi hin qaduu insha'Allah wan hudafu Rabii sii biraa haa jiratu brother 😍😍😍😍
Jabaadhu Obboleessa koo waanti hunduu ni darba Waan darbenis of hin dhiphiisin waanti hunduu waan ta'uufi qaba Jabaadhu waaqa kadhadhu inni furmaata gochuu danda'a
Bagaa nagan dhufte Qalii Namoni Akka Koo Wabi Jalatan Like Godhefi Jajabesaa Oromoo Jaba ofi Abbatu Jabefata Galatoma❤❤
@@sabboontuuwallaggaalixaa As wr wb akamii nagaya jirtaa qalii nama Mee lakofsa wabbii naaf ergii waa gafadhee kessaan naa dubisii naan jedhee
Bagaa nagan dhufte qalii Nama Rabbii Bakkaa Jirtuti Fayyaa Si Haa Tasisu Obsa Qabesaa Kenyaa Naf Jiradha Hundaa Keessanif Rabbiin Nagaa Haa Busu isin Jalala ❤❤❤❤❤
Dhugaa keetii rabbiin siifi haa laafissuu ishallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍
Waaqayyoo si haa eeguu namnii dhaadateef homaa hin taatuu bakka jirtuutii gooftaan si wajjiin haa ta,uu gurbaa dhumaa mataa malaaxa sana na jibbiisiisa otuu haadha mana qabuu fuuchun maaliifi😢😢😢😢😢
Amshiirr Rabbiin tokkichii waan atii jettee siif haa kennuu osoo atii hiin niiyyattii hunddafuu Rabbiin kadhachuun barredduudhaa.innii.siif.haa.keennuu..habibii.namanii.akka.kee.obbassa.qabuu.hiin.jirruu.qallii.koo.obboleessaa.hakkiirraa.rabbiif.jechaa.sii.jalladhaa.wly..🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Dhugadha hatiikole akasa jeetii duubiinii ijolee duurubaa hin chiituu jeetee nagorasiitii wly ayyyiiii hadhaaa ofii anahadhuu dhuga siijeedhanii hatiikee❤❤❤😢😢😢
dhuga jete wabi hali itini,naama,qoran bayetu jira ture garu atile dogogorte,jirta garu naamani sifii,hubachudadhabe jira wan,tayefii rabbi nagaya habusu dubin dubartifii dubinsare hindhamu uuuuuuu😭😭😭
Ani akka kootti utu biyya baate natti tola ammas balachi hin dhaabatu❤❤❤🎉🎉
Wabiyee Wayyee jaraa kana keessaa bahii jireenya kee jiraadhu ati baayee nama Garamidha sii miidhu bro yoo dhistee siif waaya baayeen sii jaaladha dhugaa rabbii Obboleesa koo❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoon si bira haa jiraatu obboleessa koo homaa miti kan darbbe dhiisi jechama namaa.
Rabbii galamanii,si hagaytuu,qalii jabdhuu❤❤❤❤❤❤❤
Dubbii kun dhaabataa in jiruu wabiiko rabbii si haa gargaaruu❤❤❤
Wabii qalii Nama rabbin furmataa sif hafiduu anii kana sin jedhuu namani furmataa sif fiduu hin danaduu Kan furmataa sif fiduu rabbin qofaa kanafuu Salatii Rabbin kadhuu sin jedhaa obbolleessa ko qormanii nijiraa atii hin yadinii rabbin Nabii yunusin dukana sadii keessaa basee silee siyaa furuu hamaa dhihotii 😢😢😢
Walleyakuu assallam warrihhimattuullah habbiibii. Kennaa mashaallaah amshiirr Rabbiin siif jiraa wly🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan dhuftee wabii Nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabin chlenji kandabaares dabare akitu kanganh Rabin sirhhqabu akhatiniyhqabdu rabinsifhatu hdhmanale gari akhhdhAtetisifhkenu ishalh tan madhte sifayiftu 😥🥰🥰❤️🤲☝️
Wabii koo ani jeechoota sifi bareesuuni dhabee❤
Abshiir adhokoo alkaan dukanaahe osoo hin bariine hin afu nii darba hunduu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftee brother, anaa dhufuu like godhaa maatii naaf taha ijoollee oromoo kadhatu keessan😂😂😂
Bagaa nagahan dhuftee mucaa baredaa ❤Mashaallaah ❤❤❤ siraa jenee ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Abshiir namnii dhadatef womaa hintatuu warabii godhee malee rabiin siyaa eguu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abshir wobiye rabiin sii haa laffisu insha'Allah ❤❤❤
Baga nagah dhuftee abshiri wobii koo homaa hin tatuu rabbii sii haa lafisuu attii ammaa wotii attii gotuu duraa jalalafii kana godhee ammaa garuu kesaa batemiree kanaa hundaa jalalatuu sii godhee waan jedhanii nama wolachisaa kanafii sii rabbini sii haa lafisuu abashirii wanumaa sii jedhuu walalee garaa attii akkana tananii hin benee kaa sanumafii waan sii jabatee wunadayuu rabinii sii haa lafisii obolesaa kaa waan jedhedhuu wolalee anii garaa kooti
Wa wr wb Bagaa Nagaan dhuf the qalii namaa.❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Kanatuu dhufaa yomii seteree atii wabi homaa mitii hin aru dhugaa 😢😢❤
Nagaan siif haa Ameen🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍👍
Rabii siiwoliinhajiiratuu. Qaliif gariinama umuriidheertuu sif. Hakeenuu😢😢😢😢❤❤❤❤
Yaa oboleesa koo Abbishr rabbiin guyaa tokoo keesaa sii basaa akkaa dhiteetii hin hafuu Abbishr ❤❤ jaabadhuu ❤❤❤
Dhugaa dha lakkii dubiin dhalaafi ijoleen katee hin cammuu🎉🎉🎉🎉🎉
Well come my dear ❤ formwallaga
abshirri.hadhoo koo❤❤❤❤ayuun mulatee furmaata sif haa kenuu waaqayyoo
Rabbi bakka yaadee fi waan yaadee sii haa milkessu☝🏾waan hin taane hundaa Rabbiin dandeeti isaatin sirra haa qabu inshaa'Allah ❤
Yoo namni gadii si qabuf yaade ati ol jedhi jaba ta'i cimi dhabadhu.
Mismaruu adada rukutamun Jabata deema #wabii koo
waallaah inshaallaa rabbii cinqi kana keessaa sii haa basu wanti hunduu nii darbaa obsi rabbii dhugaa kee siif haaa basu😢😢😢😢😢😢😢😢
Amala qabesaa koo bagaa nagan dhuftee❤❤❤
Anii akka obolti tokoti kan sii jedhuu atii badii hin qaduu nama jalatan fatan sii qofa iran hin banee odo atisi gochu bate watii kun inuma umama wan toko yoo nama mudate rabuma biraa dhute ati garu saba tate male wati kun inuma umama kanafi wan sii ciquu hin qabuu badisi hin qaduu insha'Allah wan hudafu Rabii sii biraa haa jiratu brother 😍😍😍😍
Kan durabe dhisii kayyoo kee fulaa duratii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ tarkanfadhuu dhugaa
Bagaa Naga dhufte wabii miskiina ❤❤❤❤❤
Aii wobi atti namii jabadhaa rabii garuu jabadhuu❤❤❤❤❤ ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🫠🫠🫠🫠🫢🫢🫢🫢😭😭😭😭😭
waqayoo sii fanaa yaa taa, uu kode koo❤❤❤❤
Waqayyoo bayyee akkaa sii jalatuu beeki maalif jetee yoo jetee ishiin keeti mitti duraa yuu siif hin ta'tuu kanaf sirraa qabee hadhoo ani sin hundaa yuu hin beeku garuu dhugaan jirtuu kanumaa
Intallii sun afuura hamaa qabdii sammuun ishee sirrii miti bakkeetii guddattee moo maqaa shamarranii nyaattii aboo kun kosiin kun😮😮😮😮
Jabaadhu Obboleessa koo waanti hunduu ni darba
Waan darbenis of hin dhiphiisin waanti hunduu waan ta'uufi qaba Jabaadhu waaqa kadhadhu inni furmaata gochuu danda'a
Wl wr wb Rabbiin waan jabatee kulii sif haa Lafissuu inshaallah ❤
Wabbii Koo Waaqayyoo Jabbadha Qaaqaliwwaan Koo Jabadhu haadhoo Koo Waaqi Yeroo fi guyyaa Qaba Waan hundumaafu ❤️🥹
W❤❤❤❤❤🎉🎉Abshirii rabinii isinii haa jirtuu inshaallaah ❤❤❤❤
Wly an kan issanii calla ketuu naa yachisaa jiraa garuu hundafuu Alhamdulilah
Wabii aba dubii hasanii das nan jedhaa lakkoofsa kee naf ergii hin jeene
Abshir 😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa ketii nuakkasumaa❤❤❤
Rabbiin sii haa furu sii bira haa dhabbatu ☝️ rabbiin hunda oli furadha
Abshiir rabbiin sirra haa cufuu rabbiin kessa sii haa basuu🤲🤲🤲🤲
Kan darbee barumsaa nama ta,a isaa dhufuf kanaf jabaadhu
🥰 🥰 🥰 🥰 Wow Wl Wr wb ❤❤❤❤❤❤️
Rabbiin sihaa tiksuu .kanin jedhuu matiin hayuu bekaanii bakaa jirtuu hayuun ittii himtetii hin jenee barbaaduudhiisaakaa dhokaatee quftee amaas gafaa waain saidoo ittii kahuu mulaatee dhuftee uuuuuuyyy hajeetuu
Wabii baga nagaan dhufte nageenyi kee baay'ee nu dhiphisa garuu amma baga dhufte❤.Oromticha keenyaa hamaan sirra hin gahiin gammachuu kee qofa arguu feena .Ayyuun sun huma mul'achuu diddee nu fixaa jirti mitii⁉️ani erga isheen baddee midhaan ofumaafan nyaadha malee natti goraa hin jiru🥺😁
Leelll kakuu ..... 😂
baganagatate atidhisiwesani sibateei❤❤❤❤❤❤
muca rakkasa sana jetee hin maratinii wabii qalii
Baga nagahan dhufte Leen caa kenya Abshir qallii naf jiradhu waga kuma
Wolahi aboo rabii furamataa isini haa godhuu😓😓😓
Rabbin dadadhaa wanumaa kaana hudaahu .siraa halaafisu oboleeso kiyaa bayee gataa namaa nyaata amirii siiti ulufaate kaana rabbin siffi halafisu
Bagaa nagayaan dhuuftee bro❤❤❤
RABBIN NAMA EEGUU OFDOGOGREE NAMA DOGORSAA SAIDO MISIN MIDHAMEE GARRAAMUMMAN BAYEEN GARIII MITI
Rabbii sii biraa haa jiratuu sanyii ufii😢😢😢
Rabii kess sii ha bassu❤❤
Ws wr wb Amshri mube koo❤❤❤❤
Hedduu garaa naa nyatee ❤❤❤
Bagaa nagaan dhuftee nuuf jiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wabii my lubu ❤
Ayyuun eessa seente enuutu kuuchisee jarrati sadeen san shakka😢😢
bagaa nagayaa dhutee ❤❤❤❤❤
😮 wlekumsalam mubee abshri Rabin siti alafisuuuu😢😢😢😢😢😢 😢
ashir wabyye😢😢❤❤
Atti akka hare malxaa sani tatte
Waa banani namani hundu sirra qophataa😂😂😂
Amala qabesa ko❤🎉😢💪🐅❤️🩹🥹 yadafi murada ke sif ha gutu inshallah Rabiin🤲☝️
Dhugaa ketii ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😂
💓💓💓💓🐅🐅🐅✅✅✅✅
Baga naga argatee dhuga 🙏🙏🙏
🐅🐅🐅💘💘💘💘💘🦋💘❤️❤️
Abshiir wobii koo ni darba wani hundii wanuma rabbin fidetu ta'aa
Ws wr wb 🐅🐅🐅🐅 jabadhuu hin canaqamin
Mubee dhugaa Sedoon bayee Nama gadisisaa garuu dhugaan bikaa jirtuu rabituu bekaa
Jabadhu maati nafta.i Dhugaa
Maqaan keessaanifi amaniti keenyaa xiqqaa jiraa dubbii kijibaa tif pirnkaadhafi ummaan keenyaa soba kee dhabbii
Abshiir Abshiir wabii hin darbaa wanti hin darbinee hin jiruu
Wabiikoo dhuguma rabbii dubbachuuf akkamitti dubaree jaallattu tokko akka namni piraankii godhu affeerte badi guddaa guddaa kanqabu sihi hiriyaskee saydottis guddaa itti taphatte ati kun hundinuu sababii keti bari
Ws wr wb ❤❤❤
Rabbin si bira haa dhabatu rabbin si haa gargaruu obolesa ko
wl wr wb ♥️♥️♥️♥️♥️
wl wr wb atilee nagaa nuf ta'ii qalii kenyaa rabbin bakka jirtuuti nagayaan sihaa tasisu
❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
Wl wr wb Rabbii Nagaa Giddu Keessan Haa Buusu 🥹
Waalaikumussalam warahamatullaah wabarakaatuhuu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Afuftu dhira
😢😢😢Sido 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Yes dhugaa keti wabii 👍
በአማርኛም አውራ እኛ እንዲገባን🙏
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉✅✅✅✅✅✅✅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉