Xayyaara Airbus A350-1000 Itiyoophiyaan bitte Afriikaatiif kan jalqabaati

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 22 окт 2024
  • Xayyaara guddaafi ammayyaa Airbus A350-1000 Itiyoophiyaan tibbana bituun tajaajila geejibaaf mijeessaa jirtu Damee Aveeshinii Afriikaatiif kan angafaa ta’uun Oduu aagaati jedhame.
    Xayyaarri kun altakkaatti imaltoota 400 qabachuurra darbee teekinooloojiinsaas waanuma addaati jedhamaa jira. Xayyaarota kaanirraa Maaltu adda godha kan jedhurratti waan odeeffanne qabna

Комментарии • 2

  • @leymanshow
    @leymanshow 2 часа назад

    Wow🎉🎉🎉

  • @EttChu
    @EttChu Час назад

    Oromiya jedhabbo