Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Sobduu fi hattuun ummaata oromoo goyyoomsuu hin daanda'uu 💯💯💯 WBO- ABO Originala walin araara dhugaa gochuutuu furmaatadha.
👎👎👎😅😅😅😅
Yooyaa AGM gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
Kijiba malee dhugaan isin keessatti hjn agarre. 5:33
Dhugaas haa ta'u sooba araaramuu isaaniitiif gamanneera.
Bagaa.gamadani.bagaa.gamanee.sany.orimtotaa❤❤❤❤❤
Lubbuu darbeefi qabeenya qonnaan bulaa irraa saamamaa tureefiis itti haa gaafatamu sanyiin
Qumaara sobaa dhiisaatii Uummata keenyaaf furmaata dhugaa ta.eef hojjadhaa ,Rakkina Uummata Oromoo furuuf hojjadhaa !!
Biyoo nyadhuuu hatuu
Rabbii warra haafanisii nagadha haa gaalichuu
Baga.nagaan.dhuftan.kahafees.nagaan.galaa.jennaan
bayyee namatti tola marroon garuu rakkoon ummata oromo maliif isatti hinmullanne?
Duraan shanee jechaani ture mitii Shimeen. Har'a akkamitti WBO jedhe?
Bagaa Nagan Gallee Nutii matii kenyaff nagaa barbana silaa kann Afetuu callaa hundumtuu gala Malloo Harrmenn kenyaa Boqonaa yaa Argatuu uuuuuffffff ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Kkkkkkkkkk akkanumatti galuutu harmeef boqonnaa kenna jattee yaaddaa?Dhugaa dubbachuuf Arra osoo WBON jiraachuu baatee PPiin qaaxa Nafx*** jara morma fi harka muru jalatti nugalchan ture Kanaaf Akkanumatti galuun oromoo fi biyya saniifillee ngy hin fidu sanyii fi shimallisiis gatootaa fi hattoota
yoo ini hidhati hin darbatamin caqasaa
Aangotu kennamaaf malee warra hafan gowwomsuuf
Jaal marroo koo my king
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maaf tokkumaa dhabnaa oromoo kooo😢😢😢😢😢
Jawaar kan hacaaluu ukkaamsamuu maa hin dubbanne kanaas bahee
Oso dhugaa ta'e gaaridha gaaru kijiba kun😮
Bagaa gamadaa ❤❤❤❤❤❤
Isaa hafeettuu caala maal fayadaa
Maal argatte namittin nana
Danta. Saba.isarrati.walii. galuun.bareda
Caalaa h
Galataa waqaytoo ellleelllellleeeeeeeee
Jaal sanyii Nagaasaa dargaggoota Oromoo gammoojjii Oromiiyyaatti keessatti fixee ofiisaa galeef itti gaafatamuu qba!
Bilthginanii nutii tabachuu dhisuu didaani🙈
Sanyiin galef nagaan bu'uu Jira ???
❤❤❤❤
Yaa jiruu opdo wanta hnifakanee hojecha jirtu amma garidha gantuni bekamteti oladhafi bayyee gaarriidha
Way jawwee❤❤
Sanyiin duraan bashannanaaf bahuu isaa alkallattiin himan jechuudhakaa!!
kuni qaata galee ama ol baasan maalee ufiu sooba maale nama soobu hin daedeta
Oromonwaligaluduranu
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Fannoo oromoo Qaliia jiruu wajiini hojiita jararonii ini diinaa oromoo tii Faannoo wallaggaa yoo dhufatuu malee egaa jaromoni egaa oromoo dha hojiite
Baga waliin gamanee,Ar'aa seenaa qabsoo oromoo keessaatii galgalaa irraa gara ganamaati demee jiraa fakkaata waraana bilsumaa oromoo wbo lixaa shagarii jaalaa sanyii nagasaa durfamuu guyyaa Ar'aa motummaa naannoo oromiyaa obbo shimaliisi Abdiisaa waliin walii galtee Araaraa malateessanii jiruu,akka Ajjaajan waraana bilisumaa oromoo jaalaa sanyii nagasaa jedhaaniin wantii garaa walii galtee kan nuu fidee Rakkoo ummanii keenyaa keessaa jiruudhaa jedhaanii jiruu, qabsoo jaarraa kan dhugaan qabsoo bilisumaa ummata oromoo yoo kan ta'uu yoo ta'ee akka jaalaa sanyii nagasaa rakkoo ummata isaanii hubaatanii galan yoo ta'ee qamaa biroo hidhaatee garaa jiruu maliifi akka galuu diidee malii rakkoo ummanii keessaa jiruu isaaniifi bal'iinaa moo salphiinaa ,qamaanii jiruu garaa walii galtee sadarkkaa barbaachiissuu irraa gahuu qaba,
Baga naga galttee
Taanzaaniyaa kan deeme Sanyiidhamoo Shimee?Dhugaan facaafamee sobni irraa haamamee;Dhugaan huhuqqatee sobnimmoo cocoomee;Dhugaan mufatamee sobni simatamee;Dhugaan facaafamee sobni irraa haamamee;Dhugaan awwaalamee sobni afarfamee;Oromoon Salphatee qe'eensaa jeeqamee;Dhugaansaa awwaalamee ;Dhugaan nutti himamuun sobni raawatamee;Dhiiro attam goonuree nu'iifoo nuu gamee?
Sobduf hattuun warra nagaa diidaannii dhiiga ummata oromoo dhangalaasuuf bosona ta'aani sababiinsaan nagaa diidanif nagaan bunaan biyyattii debi'uu akka durii angoo da'oo godhatanii saamuutu itti hir'ata sodaa kanaa nagaa buusuu diduu malee wannii nagaan hin buunef hin jiru warra saamiichaaf bobbaa'an kanaaf jiraachuu dadhabee oromoon du'a bichaa miti dutii hin oltu isa takka ajjeessan wayya saamanii beelaaf rakkiina garaagaraatiif saaxiiluu mannaa takka isa ajjeesantu gaariidha walumaa galattii warrii hamma nagaa diidee saamtu fi ishee dhiigii ummatta oromoo baal'aa akka dhangala'uuf murteffatee jirtudha kanaafuu motummaan kana irrattii xiyyeeffatee daaraa bootooroo ishee.goochuu.qaba.akka nama dhunfaa tokkottii ani kanan dhaamaa
Maqaan Amata 6 shanee shanee shanee jedhamaa bubbule har'a ammoo "ABO - WBO!!" jedhamuun ana ajaa'ibeera!!!!! Siyaasni ajooftuudha jechuus mirkaneeffadhe jarana!!!
Jaroronii oromoo Lafaraa fiicisuu barabada nafaxayafii.tirega ijolee tirgarii.olii gadii isanii ofaa
Gantoota xurii sabaa kijibaa OPDO PP bilixqinnaa nikufa jaalatuus jibbituus. 😂
Sanyii can not represent ABO-WBO !!!!
Otoo walgowwoomsuunis taatu nagaan dhufee diina malee maaltu jibba? Garuu Waliigalteen nama dhaaba keessaa arya'me faana gootan nagaa Oromiatti akka hinfidne qalmaatiin Dharraa agarsiseera. Sanyiin baga gale. Garuu waraana dhaabuu hindanda'u. Tapha ijoolleef dhiisaatii furmaata dhugaa barbaadaa.
bayaa.gmanaa gltomaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉
❤❤❤
❤❤
Sobduu fi hattuun ummaata oromoo goyyoomsuu hin daanda'uu 💯💯💯 WBO- ABO Originala walin araara dhugaa gochuutuu furmaatadha.
👎👎👎😅😅😅😅
Yooyaa AGM gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
Kijiba malee dhugaan isin keessatti hjn agarre. 5:33
Dhugaas haa ta'u sooba araaramuu isaaniitiif gamanneera.
Bagaa.gamadani.bagaa.gamanee.sany.orimtotaa❤❤❤❤❤
Lubbuu darbeefi qabeenya qonnaan bulaa irraa saamamaa tureefiis itti haa gaafatamu sanyiin
Qumaara sobaa dhiisaatii Uummata keenyaaf furmaata dhugaa ta.eef hojjadhaa ,Rakkina Uummata Oromoo furuuf hojjadhaa !!
Biyoo nyadhuuu hatuu
Rabbii warra haafanisii nagadha haa gaalichuu
Baga.nagaan.dhuftan.kahafees.nagaan.galaa.jennaan
bayyee namatti tola marroon garuu rakkoon ummata oromo maliif isatti hinmullanne?
Duraan shanee jechaani ture mitii Shimeen. Har'a akkamitti WBO jedhe?
Bagaa Nagan Gallee Nutii matii kenyaff nagaa barbana silaa kann Afetuu callaa hundumtuu gala Malloo Harrmenn kenyaa Boqonaa yaa Argatuu uuuuuffffff ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Kkkkkkkkkk akkanumatti galuutu harmeef boqonnaa kenna jattee yaaddaa?
Dhugaa dubbachuuf Arra osoo WBON jiraachuu baatee PPiin qaaxa Nafx*** jara morma fi harka muru jalatti nugalchan ture
Kanaaf Akkanumatti galuun oromoo fi biyya saniifillee ngy hin fidu sanyii fi shimallisiis gatootaa fi hattoota
yoo ini hidhati hin darbatamin caqasaa
Aangotu kennamaaf malee warra hafan gowwomsuuf
Jaal marroo koo my king
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maaf tokkumaa dhabnaa oromoo kooo😢😢😢😢😢
Jawaar kan hacaaluu ukkaamsamuu maa hin dubbanne kanaas bahee
Oso dhugaa ta'e gaaridha gaaru kijiba kun😮
Bagaa gamadaa ❤❤❤❤❤❤
Isaa hafeettuu caala maal fayadaa
Maal argatte namittin nana
Danta. Saba.isarrati.walii. galuun.bareda
Caalaa h
Galataa waqaytoo ellleelllellleeeeeeeee
Jaal sanyii Nagaasaa dargaggoota Oromoo gammoojjii Oromiiyyaatti keessatti fixee ofiisaa galeef itti gaafatamuu qba!
Bilthginanii nutii tabachuu dhisuu didaani🙈
Sanyiin galef nagaan bu'uu Jira ???
❤❤❤❤
Yaa jiruu opdo wanta hnifakanee hojecha jirtu amma garidha gantuni bekamteti oladhafi bayyee gaarriidha
Way jawwee❤❤
Sanyiin duraan bashannanaaf bahuu isaa alkallattiin himan jechuudhakaa!!
kuni qaata galee ama ol baasan maalee ufiu sooba maale nama soobu hin daedeta
Oromonwaligaluduranu
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Fannoo oromoo Qaliia jiruu wajiini hojiita jararonii ini diinaa oromoo tii Faannoo wallaggaa yoo dhufatuu malee egaa jaromoni egaa oromoo dha hojiite
Baga waliin gamanee,Ar'aa seenaa qabsoo oromoo keessaatii galgalaa irraa gara ganamaati demee jiraa fakkaata waraana bilsumaa oromoo wbo lixaa shagarii jaalaa sanyii nagasaa durfamuu guyyaa Ar'aa motummaa naannoo oromiyaa obbo shimaliisi Abdiisaa waliin walii galtee Araaraa malateessanii jiruu,akka Ajjaajan waraana bilisumaa oromoo jaalaa sanyii nagasaa jedhaaniin wantii garaa walii galtee kan nuu fidee Rakkoo ummanii keenyaa keessaa jiruudhaa jedhaanii jiruu, qabsoo jaarraa kan dhugaan qabsoo bilisumaa ummata oromoo yoo kan ta'uu yoo ta'ee akka jaalaa sanyii nagasaa rakkoo ummata isaanii hubaatanii galan yoo ta'ee qamaa biroo hidhaatee garaa jiruu maliifi akka galuu diidee malii rakkoo ummanii keessaa jiruu isaaniifi bal'iinaa moo salphiinaa ,qamaanii jiruu garaa walii galtee sadarkkaa barbaachiissuu irraa gahuu qaba,
Baga naga galttee
Taanzaaniyaa kan deeme Sanyiidhamoo Shimee?
Dhugaan facaafamee sobni irraa haamamee;
Dhugaan huhuqqatee sobnimmoo cocoomee;
Dhugaan mufatamee sobni simatamee;
Dhugaan facaafamee sobni irraa haamamee;
Dhugaan awwaalamee sobni afarfamee;
Oromoon Salphatee qe'eensaa jeeqamee;
Dhugaansaa awwaalamee ;
Dhugaan nutti himamuun sobni raawatamee;
Dhiiro attam goonuree nu'iifoo nuu gamee?
Sobduf hattuun warra nagaa diidaannii dhiiga ummata oromoo dhangalaasuuf bosona ta'aani sababiinsaan nagaa diidanif nagaan bunaan biyyattii debi'uu akka durii angoo da'oo godhatanii saamuutu itti hir'ata sodaa kanaa nagaa buusuu diduu malee wannii nagaan hin buunef hin jiru warra saamiichaaf bobbaa'an kanaaf jiraachuu dadhabee oromoon du'a bichaa miti dutii hin oltu isa takka ajjeessan wayya saamanii beelaaf rakkiina garaagaraatiif saaxiiluu mannaa takka isa ajjeesantu gaariidha walumaa galattii warrii hamma nagaa diidee saamtu fi ishee dhiigii ummatta oromoo baal'aa akka dhangala'uuf murteffatee jirtudha kanaafuu motummaan kana irrattii xiyyeeffatee daaraa bootooroo ishee.goochuu.qaba.akka nama dhunfaa tokkottii ani kanan dhaamaa
Maqaan Amata 6 shanee shanee shanee jedhamaa bubbule har'a ammoo "ABO - WBO!!" jedhamuun ana ajaa'ibeera!!!!!
Siyaasni ajooftuudha jechuus mirkaneeffadhe jarana!!!