Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Galatoomaa doctor keenya
Baay'ee Galatoomaa Dctor
Barnoota gaariidha doc maamillummaan keessan itti haa fufu. Faayidaa fi miidhaa isaa osoo wal bira qabdee gaariidha. Fknf over exposure miidhaa ifa aduu daa'imman irratti qabu wajjiin odoo kaastee gaariiidha! galatoomi doc!
Dr Hedduu galatoomi Barnoota hedduu barbaachisu nuuf kennite
Doctor Aduu galgalatti yoo daa'ima baasne rakkoo qaba? Hamma ji'a sadiitti sitti baasera amma garuu hojiitti waanin deebi'eef dhiphachaan jira
Hedduu galatoomaa doctor barumsa baay'ee gaariidha 💯.
Galatoomi magee!
Dr/galtoomaa jechaa daa'ima aduutti baasne yoo dibata dibne baasne akka ifa aduuu hin arganneetti laakkaa'amu moo ? Ykn qorichoota amma jettan kana argachuuf dirqama qabumoo' maal gochuu qabnaa?
Akkam jirtu Dr.Daa'imni kiyya umriin isaa waggaa lamaaf ji'a tokkodha. Yeroo dhalatus hospitaalatti dhalate. Haa ta'u malee handhuurri isaa waan sirnaan hin handhuuramneef (harkifameef) alatti bahee jira. Kanaanis walqabatee yeroo tokko tokko karaa uraa handhuuraa sanaan mar'imaan bahuun akka dhagaatti jabaatee dhukkuba. Yeroo kana daa'imni bishaan naa kennaa jedha garuu wanti garaa keessa jiru hunduu ni baha. Baay'ee cinqama. Akka malees dhukkuba. Booda sodaadhee mana yaalaa geessinaan surgery haa hojjetamu jedhan. Ogeessonni hedduun ammoo umrii kanatti surgery tti hin jarjaramu. Hanga waggaa 3-5 ofumaanuu deebi'uu danda'a naan jedhan.Anis umrii kanatti surgery taasisuurra jedheen akka turu filadhe. Isinihoo maal na gorsitu Dr. Bu'aa ultra sound isiniif erguu? ??Galatoomaa! !!!!!
ruclips.net/video/zt3J1jK04Xo/видео.html
Welcome
Bay,ee galatoomaa
dr baayee gaalatomii .ani garuu gafii addaa ta'een qabaa .wantii qamaa daa'imaa kelloo godhuu maliidha? aduu waliin hariroo malii qabaa. dhifaama naf rakadhuu
ruclips.net/video/azBZUEwjnJw/видео.html
Dr, Galata guddaa nurraa qabdu👍
Thanks dear!
Doctor gidduu kana ganama aduun hin jiru kanaaf daa'imakoo erga ifa aduuttin baasee torban tokko ta'eera vitamin D pharmacy jiru bitee yoon keenne rakkoo qaba moo xiqqo eegu hanga aduun bahutti
torban tokko lama rakkoo hinqabu-xiqqoo eegi. yoo sanaa ol ture Vit.D kennitaaf Ayyantuu!
@@DrAberaOlaniOfficial4635 Galatoomaa Doctor
Dr bayee galatomii
Thank u nurea!
DR.Fayyaa ta'i
Amen bro!
Dr galatoomaa ani garuu aduu mitii ifattu baasuun dandau ifa mobraatii malee viitaamin D nan kennaaf harma kiyyallee dhugeen beeku aanan daakuu qofa dhuga ani biyya arabaa jira ala baanaan polisin nuttin dhiisan rakkoon daaimakoo qabu jiraa
Daa'immaa ergaa Aduu ho'ifte boodaa dafquu malidha dacotor
Bulgattin daa,immatti baay,attuu mafidha Doctor maal yoo ta,ee dhissas???
daaimni tokko yoo ifa ibsaa ilaalte ijaa isaanirratti rakko geessisu qaba
lakki....kan aduu ifti isaa cararii (ultraviolet) waan ta'eef malee ampuuliin rakkoo hedduu hinqabu
@@DrAberaOlaniOfficial4635 Galatooma D/r
Qileensaa dha,ha.jedhaani maatii keenyaa kkkkk
77uuuuu77uiiiiiiiiiuiuiiiiiiiiiiiiiiiiooiiiiiiiiiGalattommaa
Galtoma
Galatoomaa doctor keenya
Baay'ee Galatoomaa Dctor
Barnoota gaariidha doc maamillummaan keessan itti haa fufu. Faayidaa fi miidhaa isaa osoo wal bira qabdee gaariidha. Fknf over exposure miidhaa ifa aduu daa'imman irratti qabu wajjiin odoo kaastee gaariiidha! galatoomi doc!
Dr Hedduu galatoomi
Barnoota hedduu barbaachisu nuuf kennite
Doctor Aduu galgalatti yoo daa'ima baasne rakkoo qaba? Hamma ji'a sadiitti sitti baasera amma garuu hojiitti waanin deebi'eef dhiphachaan jira
Hedduu galatoomaa doctor barumsa baay'ee gaariidha 💯.
Galatoomi magee!
Dr/galtoomaa jechaa daa'ima aduutti baasne yoo dibata dibne baasne akka ifa aduuu hin arganneetti laakkaa'amu moo ? Ykn qorichoota amma jettan kana argachuuf dirqama qabumoo' maal gochuu qabnaa?
Akkam jirtu Dr.
Daa'imni kiyya umriin isaa waggaa lamaaf ji'a tokkodha. Yeroo dhalatus hospitaalatti dhalate. Haa ta'u malee handhuurri isaa waan sirnaan hin handhuuramneef (harkifameef) alatti bahee jira. Kanaanis walqabatee yeroo tokko tokko karaa uraa handhuuraa sanaan mar'imaan bahuun akka dhagaatti jabaatee dhukkuba. Yeroo kana daa'imni bishaan naa kennaa jedha garuu wanti garaa keessa jiru hunduu ni baha. Baay'ee cinqama. Akka malees dhukkuba. Booda sodaadhee mana yaalaa geessinaan surgery haa hojjetamu jedhan. Ogeessonni hedduun ammoo umrii kanatti surgery tti hin jarjaramu. Hanga waggaa 3-5 ofumaanuu deebi'uu danda'a naan jedhan.Anis umrii kanatti surgery taasisuurra jedheen akka turu filadhe. Isinihoo maal na gorsitu Dr. Bu'aa ultra sound isiniif erguu? ??
Galatoomaa! !!!!!
ruclips.net/video/zt3J1jK04Xo/видео.html
Welcome
Bay,ee galatoomaa
dr baayee gaalatomii .ani garuu gafii addaa ta'een qabaa .wantii qamaa daa'imaa kelloo godhuu maliidha? aduu waliin hariroo malii qabaa. dhifaama naf rakadhuu
ruclips.net/video/azBZUEwjnJw/видео.html
Dr, Galata guddaa nurraa qabdu👍
Thanks dear!
Doctor gidduu kana ganama aduun hin jiru kanaaf daa'imakoo erga ifa aduuttin baasee torban tokko ta'eera vitamin D pharmacy jiru bitee yoon keenne rakkoo qaba moo xiqqo eegu hanga aduun bahutti
torban tokko lama rakkoo hinqabu-xiqqoo eegi. yoo sanaa ol ture Vit.D kennitaaf Ayyantuu!
@@DrAberaOlaniOfficial4635 Galatoomaa Doctor
Dr bayee galatomii
Thank u nurea!
DR.Fayyaa ta'i
Amen bro!
Dr galatoomaa ani garuu aduu mitii ifattu baasuun dandau ifa mobraatii malee viitaamin D nan kennaaf harma kiyyallee dhugeen beeku aanan daakuu qofa dhuga ani biyya arabaa jira ala baanaan polisin nuttin dhiisan rakkoon daaimakoo qabu jiraa
Daa'immaa ergaa Aduu ho'ifte boodaa dafquu malidha dacotor
Bulgattin daa,immatti baay,attuu mafidha Doctor maal yoo ta,ee dhissas???
daaimni tokko yoo ifa ibsaa ilaalte ijaa isaanirratti rakko geessisu qaba
lakki....kan aduu ifti isaa cararii (ultraviolet) waan ta'eef malee ampuuliin rakkoo hedduu hinqabu
@@DrAberaOlaniOfficial4635 Galatooma D/r
Qileensaa dha,ha.jedhaani maatii keenyaa kkkkk
77uuuuu77uiiiiiiiiiuiuiiiiiiiiiiiiiiiiooiiiiiiiii
Galattommaa
Galtoma