BEST OF

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 ноя 2024

Комментарии • 29

  • @Artistkadirsaid
    @Artistkadirsaid Год назад +4

    Dr Alii Birraa fuulli rabbii sitti haa tolu Adeeroo.

  • @SafiyaHamid-x5g
    @SafiyaHamid-x5g 2 дня назад

    ❤❤❤❤ gotaa oromoo urjii bara barayuu iiftuu qaraayoo sabaa good reast ❤❤❤❤

  • @robaoddaa2362
    @robaoddaa2362 Год назад +2

    Birraa always new
    Always unforgettable
    Stay rest in heaven ( janatal fordoos )
    U are not dead but ur soul leave us but ur all legacy weakling a life

  • @oromootube5972
    @oromootube5972 Год назад +2

    Maal jeedhani mal himaanii yeero yaadan dhibaamanii jiruu afaan waalalanii kan laafa dhaabe hoorii saamamee
    Kan Roorroo jiibbe gaaratti gallee
    Mal heerga mal dubbata mee
    Kan jiruun dhaabe jaalalee firaa kophaa isaa hafe ijja Hiriraa
    Mal abdaata me jiruu adunyaati irraa
    Kan facaafatte kaadha muudate
    Kan irra hoongayee wani abdaate mal odeessaa irra wani wan isaa muudate
    Dur Qaaqayyoon boonne Kan arra jaamme Kan ifnii jiruu guyyan iti dhaame mal anaanaata guufun yoo dhowwame
    Kan Roorroon alaaga muukatii galchite Kan bilisumman dhiiga qaadhimate mali Abjuun isaa yoo duuti isaa argaate yoo duuti isa argatee
    Mal jeedhanii mal himaanii yeero yaadan dhibaamanii jiruu afaan waalalanii

  • @hawisaibrahim
    @hawisaibrahim 10 месяцев назад +1

    Kan jiruun dhabe Jaalallee firaa
    Kophaa isaa hafee Ija hihiraa.

  • @sirajbona
    @sirajbona 9 месяцев назад +1

    Rabbiin rahmata haa godhuuf. Leenca Oromo.

  • @fathiibrahim8186
    @fathiibrahim8186 Год назад +2

    My ALLAH have mercy on his soul and the writer of the lyrics the great abdi qoophee

  • @badhaasoobookhee8186
    @badhaasoobookhee8186 4 года назад +1

    Ahh!Naatolii Rabbumti si haa qananiisu!!UMRII DHeertuu wajji raaheefadhu booo

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  4 года назад

      Badhaso, akka irraa gamdde abdachss . Galatoomi.

  • @ZahraIbsa
    @ZahraIbsa 3 месяца назад

    I proud of my bro natole pls go head with ali

  • @milkessanegeriofficial
    @milkessanegeriofficial 2 года назад

    This is an expression of Oromo's trauma of the time! It depicts the traumatic life of every Oromo's life that's enforced by the Empire on Oromos!

  • @abiyegemechu6415
    @abiyegemechu6415 Месяц назад

    Maal ja'dhani

  • @kadirsaid739
    @kadirsaid739 6 месяцев назад

    Fuulli Rabbii sitti haatolu Alii Birraa

  • @ahmedhassen8217
    @ahmedhassen8217 4 года назад

    Yaa Ali birra umrii si haa dheereysu rabbiin
    Yaa natoli osman Galatoomi

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  4 года назад

      Galatni khee hinbadin obbeleysa khoo, Dhihaadhu.

  • @afandiimuttaqii2894
    @afandiimuttaqii2894 2 года назад

    Natoli Galatoomi.
    This was one of the favorite songs of my late father.

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  2 года назад

      Galatoomi,Afandi. Dhihaadhu.

    • @robaoddaa2362
      @robaoddaa2362 Год назад

      What a lyrics at that dark age of out society
      Biraa we are ur real offspring in ground and after us too
      Bug love ❤️
      Sleep well in heaven u build unforgettable story u well done

  • @komlaoroeth7609
    @komlaoroeth7609 4 года назад

    Osoo Rabbiin Alii Birraa fi Nuus waggoota 100000000000000000000000000000000000000000000000000000000000000000..... nu jiraachisee...

  • @mahammadahimadhasan9035
    @mahammadahimadhasan9035 Год назад

    Welcom

  • @nvmann
    @nvmann 2 года назад

    Ali baba الله يرحمه🕊💔🤲🏻

  • @ASADALI-uw6zb
    @ASADALI-uw6zb Год назад

    😍😍😍😭😭😭😭😭

  • @MahemmedAbdalh
    @MahemmedAbdalh Год назад

    Lik share godha