403. That’s an error. Your client does not have permission to get URL /adsense/api-signup from this server. That’s all we know. Monitor iz Goona Jennaan Akkana Ja.aa Rakkoon Saa Maali..........?
Yeroo hunda sin hordofa Gaafii kana yeroo 10 Ol sigaafadhe naaf deebisuu didde Garuu ammas Sin gaafadha Bakka wifi seenuuf jedhutti jawaalli kiyya duraan camera qaba Amma hin qabu kana naaf sirreessi Yoon ofirraa hidheera ta'eef😢
as wr wb ❤❤Maatii naaf taha warii asjalaa jirtaan oboleyaan koo hunduu❤❤ nabiraa hin darbinaa keyirin isin hin darbinii hamtun isin hin arginii mana keessan🎉🎉 keyirin Haa gortuu harkii🎉🎉 keessan fayyaa Haa argatuu ❤❤❤
Amin
Naaf tahii Siif taha
@DuretiiArsii ok
Mee rabbii jedhii waspiin sagale naaf erguu fi busulee didee naaf himii kitaba ittti baradhaa
Waan dansaa nuuf fidde tankeyou
Masha Allah❤❤❤❤
@@usmaantube4294 as wr wb maati an godhaa
Jabadhu
@@REDIMANTUBE maatii anfi ta ii
Galatomii sanyii ❤❤❤
abdul barrumsii ke namattii tolaa garuu aakkamittin fuulaa kenyaa jijiree videoo tiktokii irrattii hojjechuu dande`nyuu nuf hojjedhuu fknf akka minmul /astamarii mokonon hojjechuu dande`nyuu nuuf hojjedhuu addaraa
Rabbiin isin qabe Please 🙏 oromoo too qaali warrii asjala jirtan hundi Nabiran Kutinaa please 🙏 😢 sabiscirib naaf godhaa oromoo too qaalii Rabbiif jacha
Yeroo jalqabaa anatuu lallee
@@usmaantube4294 maatii naa tahii
As wr wb ❤❤❤❤❤❤❤maatii naaf tahaa umataa qalii
@@RadiyaAbu atis kotuu maatii naa tahii lubuu
@SiifMAmiin eshii qalii
@@RadiyaAbu maati anfi ta ii atsii damee comnti an ka ii sif debisa
@sabontuwalaga eshii maati sif ta,ee qalii
5:22
Oromo music
Akkmiti what's apy bannatani
Sura ykn muziqa gara nimoriti akkamiti dabarafama
❤❤❤❤❤❤
Maloo bilbilaa kiyyaa pattern isaa dagadhee naa garagaruu dandeessaa please 😢😢😢
Danii Shawa
As wr wb
Please barsiisaa kiyya qaalii Ani jalqabaa hanga ammaa barnoota kee hordofeen as gahe kanaaf amma youtube Appeal natti erge kanaaf please furmaataan si gaafadha?
Whatsapp kiyaa naf bibiluu didee malif?
Play store baddee dechuuf ykn kan ol ba,uu diddee
Akkaataa imeelii itti banana
Gaaffii tokko naaf deebisi, youtube kiyya Adsense irratti posport waanan hin qabne kan namaan guute. Account bank kan kiyya galfachuu nan danda'a?
Mee telegrami tiktok jalaa akamiti kayanii hojedhuu❤
As wr
Naaf,jiraadhu, WhatsApp kiyyaa hatanii jiru,maallaqa guddaan irraa qaba, akkamiinan deebifachuu danda'a?
403. That’s an error.
Your client does not have permission to get URL /adsense/api-signup from this server. That’s all we know. Monitor iz Goona Jennaan Akkana Ja.aa Rakkoon Saa Maali..........?
Video tiktok kootii akka namni hin buufanneef akkamitti hidhama?
Maaloo dafii video isaa naaf dalagi.
well Come Abduu Naamootni comment koo argitanii matii naaf taha anis Subscribe siif goodhaa galatooma.
Pls maatii an godha angudisaaaaa
@@sabontuwalaga atis Maatii naa tahii
@ tole dame comnti anfi ka ii sin debisa
Yeroo hunda sin hordofa Gaafii kana yeroo 10 Ol sigaafadhe naaf deebisuu didde Garuu ammas Sin gaafadha Bakka wifi seenuuf jedhutti jawaalli kiyya duraan camera qaba Amma hin qabu kana naaf sirreessi Yoon ofirraa hidheera ta'eef😢
Mallo barsisaa logoo water mark tiktoki kotuu iraa na jalaa badee akamitiin defadhaaa malloo plase
Aswrwb akkami jirrata kani durra you tuba sii bittadha turra hattu male rakko adda naa muddate😂 turra sabba Sanofi online irra hin turre yoo irrati debihu you tubako hin dhabe naa debisi dandesa lakofsi kelle naa jalla badee yoo naa debisu dandesi naa gargari dhifama woji
fkn fi jena tubbi kani jedhu sira bitte turre
Your channel will be suspended from the
RUclips Partner Programme on 20 November
2024 if you don't appeal. Learn more
Appeal
Oromo musiv
Email akkamit baanma
Abdul as wr wb siin jechaa subscribe 1118 ga'ee accountin wolirratti hidhuuf maaltu naaf barbaachisa akka na qajelchitu amaana ke
❤❤❤❤
Oromo music
As wr wbmee akkaniitutukii badatanii naafhinii pls
❤❤❤