HIR-KOO KUTAA 26FFAA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 433

  • @mameeoborraatube9334
    @mameeoborraatube9334 9 месяцев назад +21

    Hojii dhabdummaan 95%tu jira garuu kan hojidhabdummaa fidu 1, kan hojii qabu qaama mootummaas tahee qaamani dhunfaatiis hojii dhabdootaaf yaaduu dhabuudha
    2, wallaalli baayyachuudha
    3, yaada beektootaa fudhachuu dhabuudha
    4, ilaalchi hojiidhaaf qabnu ilaalcha sirrii tahuu dhabuudha
    5, ofitti amantummaa dhabuudha
    6, biyyattiin nageenya dhabuudha
    Kana qofaa miti baayyeedhaa garuu furmaanni numa bira jiraa jabaadhaa

    • @m5gtv644
      @m5gtv644 9 месяцев назад

      Bara dhufu akkati paarlaamaa seentuu sagalee guutuun murteessineerra🤣

  • @sabaafjiradhuu7352
    @sabaafjiradhuu7352 9 месяцев назад +6

    Duraan diraama jechuun waan lafarraa hin jireedha.
    Dhugaa waan ajaa'ibaatti. Waan keessa keenya jiruudha. Galatoomaa❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 9 месяцев назад +5

    Dansaadha. Continue more language❤jajjabaadha❤ Hir-koo❤ worldwide🎉

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 9 месяцев назад +2

    Garuu waan bayee nama hubaachise jirtu jaabadha keSuuma immo gamtaan jabadhuu❤❤❤

  • @dessialiy7600
    @dessialiy7600 9 месяцев назад +2

    Wayyoo😂😂😂 Dhugaa Hojiin kessan Qoosa fakkata Male Erga Bayyee qaba Jabadha❤❤

  • @Miidiyaa_Qaraaniyoo
    @Miidiyaa_Qaraaniyoo 9 месяцев назад +8

    Maaloo ilaaltanii like osoo hin godhiin hin darbiinaa

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube9335 9 месяцев назад +1

    hhhhhh kolfaan nuu fixan gamtaan hojii tonkolii malee hin hojjetuu jabadhaa namati tolaa😍😍

  • @tananyeewaldee88
    @tananyeewaldee88 9 месяцев назад +1

    Abdii nu kesatii dhumee batir low jechaa jiraa jedhee ayi waqoo😅😅❤❤❤

  • @jimliban.
    @jimliban. 9 месяцев назад +6

    ❤❤❤❤❤Hoji dhabdummaa ilaalcha nuuti hojiif qabnuttu fida❤❤❤❤❤❤

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa 8 месяцев назад +1

    Lakki abboo sammuu kee hin qoorsin qooree jennan hojiin ala ta'eera

  • @sufianibrahim2787
    @sufianibrahim2787 9 месяцев назад +1

    Yaaddoo ol adeemtotaa
    Beela'uu dargaggootaa
    Mufannaa maanguddootaa

  • @wal-male
    @wal-male 9 месяцев назад

    Wow kun diraamaa osoo tahin dhugaa Rabbi erga dhalootati baay'ee namatti tola, jabadhaa jechun barbada

  • @onlyjesus7594
    @onlyjesus7594 9 месяцев назад

    Gudaa Baayee Galatomaa hojjiin keessaan boonsaadha
    quqaama saba ofiif qaban bifa kanaan jojjehuun Ciminaa Aja'ibaattii
    Nuf jiraadha hedduu issiin Jallaana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @CaalaaJamal-pc6eh
    @CaalaaJamal-pc6eh 9 месяцев назад

    Gamtaa fi irkoo very nice kkkkkkkkkkkkYaaddoo ol adeemtotaa,beelauu dargaggootaa,mufannaa maanguddootaa=joonjahuu ummattootaakkkkkkkkkki jabaadhaa hawaasa waan baayyee barsiisaattan

  • @FilembarGirma
    @FilembarGirma 8 месяцев назад

    Gamtaa karoorri kee yommuma siif milkaa'a laata 😂😂😂
    jabaadhu heddu dandeeessa

  • @ZubeydaM
    @ZubeydaM 9 месяцев назад +3

    Nurra hin turina baay'ee isiin jaaladha ❤❤❤

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 9 месяцев назад

    Biyya bakkee hinjedhamuuuuu gurrrrrr yeroo meeqan sinitti himaa an biyya alaa biyya ambaa jedhama bakke jechuun iddoo or bakka jechuudha

  • @golabarnootaa.kumadheresa
    @golabarnootaa.kumadheresa 9 месяцев назад

    yeroo dubbisa Koo qaalii irra kuteen sin daawwachaa Jira.
    edduu natti toltu dhugaa.

  • @Sena-n1r
    @Sena-n1r 9 месяцев назад

    Dubbin keesani dhugadha biyya keesaa wan jirudha nama galufi qabufi hin galla yaddaa diqidha

  • @mameeoborraatube9334
    @mameeoborraatube9334 9 месяцев назад

    Hojii dhabdummaan 95%tu jira garuu kan hojidhabdummaa fidu 1, kan hojii qabu qaama mootummaas tahee qaamani dhunfaatiis hojii dhabdootaaf yaaduu qabuudha
    2, wallaalli baayyachuudha
    3, yaada beektootaa fudhachuu dhabuudha
    4, ilaalchi hojiidhaaf qabnu ilaalcha sirrii tahuu dhabuudha
    5, ofitti amantummaa dhabuudha
    6, biyyattiin nageenya dhabuudha
    Kana qofaa miti baayyeedhaa garuu furmaanni numa bira jiraa jabaadhaa

  • @MatewosEmiru
    @MatewosEmiru 9 месяцев назад +4

    Jiraadhaa ijoollee oromoo

  • @ummiisufiyaan5554
    @ummiisufiyaan5554 9 месяцев назад

    wel come
    baga nagayaan nuf dhuftan jabaadhaa
    hedduu nuf galatooma
    hedduu isin jaalanna❤❤❤

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 8 месяцев назад +1

    Wwww,Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🤝❤️💚🎉🎉🎉😢😂😂😂24🎉😂❤❤

  • @eliasmaskalo
    @eliasmaskalo 9 месяцев назад

    kun comady miti, wan dhugadha. jabadha hirkoko

  • @HiroLamesa
    @HiroLamesa 9 месяцев назад

    You are the best and I love you ❤️❤️❤️

  • @DerejeAdugna-t4w
    @DerejeAdugna-t4w 9 месяцев назад

    Baay, ee namatti tola waan ajaa'ibaati ❤❤❤❤❤ isin jaalanna!!

  • @EbisaAdugna-lj1li
    @EbisaAdugna-lj1li 9 месяцев назад

    Waca keessan jiraafan akkatti daawwadhu dhabe malee baayyee gaarii ta’uusaa nan abdadha. 😮❤😢😂❤🎉😂❤

  • @abdusalamkoo269
    @abdusalamkoo269 9 месяцев назад +1

    Hojii dhabduman ilalchaa nuti hojiif qabnutu fidaa 👍
    Whats generation
    Arabaa dhadhaa diibaatee😂
    Fandii

  • @Looko347
    @Looko347 9 месяцев назад

    Jajaboodhan tiyyaa jabadhaa❤❤ heduu isiin jaaladha

  • @shimelisdejene4336
    @shimelisdejene4336 9 месяцев назад

    Dhugaa dubbachuuf ergaa yeroo waliin deemudha jabadha fakkeenya gaarii dha

  • @TSaayeeTekela
    @TSaayeeTekela 9 месяцев назад

    Jabadhaa qaxaalee waan ijoolee oromoo

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa 8 месяцев назад +1

    Lafarra jiruka lafa isa hundayyu hin dadhabne😂😂

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 9 месяцев назад

    Wanumaa sabni keenyaa
    Keessa jiruu dha wantii sin hojjetan
    Galattomaa nufi jiradhaa❤❤❤❤

  • @HanaMulatu-q3r
    @HanaMulatu-q3r 9 месяцев назад

    Lubbuuwwan koo qaqqaaliiwwan hamtuun isin hin argin bara naa quufaa isin jaallannaa

  • @KTG200A
    @KTG200A 9 месяцев назад +1

    Gaazexeessaa keenya dhugumattuu otoo gaazexeessaa taatee sirraa bareeda.gamtaa hojii kee nyaadhu😂😂😂

  • @habtamudebela7839
    @habtamudebela7839 9 месяцев назад

    Yeroo gamtan bo'uu Ana kolfatuu na qabaa wayyoo gamtaa hirkoo yeroo hojjeetuu Kan isaa hundii kolfaa isiin jaladhaa

  • @AkraJamal
    @AkraJamal 9 месяцев назад

    Akka wallalumma yadaaAkram jamaalitti comadiyaani keessan kanaa keessatti hirkoo fi tiyyan waliin yoo hin hasoynee nan gammachisuu . 2 ,hasawaa tokkoofi tokko jiddu jiruu daqiiqa muraasa ha ta'uu. Dhifaama Yoon dogoongoree

  • @ETAA267
    @ETAA267 9 месяцев назад +2

    Afachumee,DHALOOTA FANDII😂😂😂😂

    • @Z_BLACK_1
      @Z_BLACK_1 9 месяцев назад

      youtube.com/@Z_BLACK_1?si=-_g8vYtude-tGrnC

  • @temamtube9357
    @temamtube9357 9 месяцев назад

    Akkaataa itti hattoonni miidiyaa da'oo godhatanii biyyaafii ummata itti gurguran ibsa
    San booda gabroonfattoonnis waan afaan qawweefi shira addaa addaatiin dadhaban karaa maqaa gargaarsa jedhuun karaa laafaadhaan biyya guutuufi ummata guutuu gabroomfatu.
    Kanuma

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 9 месяцев назад

    😂😂 bayeeee namatii toltuu Matii jaalalaa 🥰🥰❤️❤️❤️😂😂😂

  • @BahiirAbdurahman
    @BahiirAbdurahman 9 месяцев назад

    Wow 👌 👏 😍 👍 🥰 heddu Das ja'a

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 9 месяцев назад

    Mucaan inni itti ulfudhii boyii jedhuu bayee nama kofalchisa

  • @TakurTube29
    @TakurTube29 9 месяцев назад

    siin hin dandeessuu aboo nuuf jabaadha

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 9 месяцев назад +1

    Wwwwwwooowww Qaaqaliwaankeenyaa ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥ ✊ ♥

  • @habtamu84
    @habtamu84 9 месяцев назад +4

    Perfect as usual! Hats off the team.

  • @Dhereessa
    @Dhereessa 9 месяцев назад +1

    Gamtaa hojii kee nyadhuu😅😅😅

  • @FantuyazewFantu
    @FantuyazewFantu 9 месяцев назад

    Low battery 😂😂😂❤❤❤ hedun namati toltu jabadha🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Feysaliiyyee
    @Feysaliiyyee 9 месяцев назад

    Instructorii fi harmee Ayyuu wal fuudhuu qabuu

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 9 месяцев назад

    Wayii hirko fimistariinfa nama kofalchiisuu😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @OliyadAbdisa
    @OliyadAbdisa 9 месяцев назад +3

    Instructor ❤

  • @osmanalsaied476
    @osmanalsaied476 5 месяцев назад

    Heeduu Namma.tii Toolaa ❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂 5 USA Seattlii

  • @AsmaAlhammadi-g8w
    @AsmaAlhammadi-g8w 9 месяцев назад

    WOW amazing 😍😍hojii baredadhaa dhugaa

  • @MammeBushura
    @MammeBushura 9 месяцев назад

    Jabadha sirti jirtan

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 9 месяцев назад

    Dhugaa bayyee ergaa guddaa qabaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ galatomaa bayyee ❤❤😂

  • @Habiibsaiduhabiib-yu2cr
    @Habiibsaiduhabiib-yu2cr 8 месяцев назад

    Hojii dhabdumman inumàa jira akkaa rakkiisaa

  • @jimliban.
    @jimliban. 9 месяцев назад +1

    The fund problem😂😂😂😂
    Galatoomaa jabaadhaa,gaaffii saba kanaaf karaa furmaataa barbaadaa jirtuu.

  • @BontuKedir-x7t
    @BontuKedir-x7t 9 месяцев назад

    Qoosaa fakkaatee ergaa guddaa of keessaa qabaa❤❤❤❤❤❤

  • @RuhamaHusen
    @RuhamaHusen 9 месяцев назад

    Abdin nuu keesati dhumee batter low jechaa jirra jedhee hirkon 😂😂😂haayi gamtaa hoji Kee nyaadhu 😂😂😂Baga diramichati dabalamtee heddu barrechite😂hirkooti anteetin ❤❤❤❤

  • @gadaatube9522
    @gadaatube9522 9 месяцев назад +4

    You guys made my night 😂

  • @isimiihashim4123
    @isimiihashim4123 9 месяцев назад +2

    Welcome bagaa dhufatani❤

  • @KeeoliiAkariim
    @KeeoliiAkariim 9 месяцев назад

    Kir-koo sirra barachaa jiraa

  • @milkesatube4981
    @milkesatube4981 9 месяцев назад

    Dhugaadha darqagoonni hin biyya exophiaa hin jiran😢😢

  • @MuhammadAhmadMuhammadahm-vw3bl
    @MuhammadAhmadMuhammadahm-vw3bl 9 месяцев назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂 kkkkkkkkkkk hojii keanaa🎉🎉😂😂😮😮😮😅😅😅

  • @kennadubaro2910
    @kennadubaro2910 9 месяцев назад

    Hirkoo silaa qolumaa kitabaa baresiu mallen bektuu😅😅😅😅

  • @AlemDiriba-c7s
    @AlemDiriba-c7s 9 месяцев назад

    Mataa dureen sun akka aja'ibaati 😢😮
    Yaddoo ol ademtoota, bela'uu dargaagota, mufaana manguudota!!!
    Jireenyi dhume battery low 😂

  • @AbdulkarimAbdalla
    @AbdulkarimAbdalla 9 месяцев назад

    Ana dubbima hirkoittu na kofalchiisa😂😂😂😂😂teele woliin haasaya😅

  • @sabahaabdulbasir951
    @sabahaabdulbasir951 9 месяцев назад

    Baay'ee namatti toltu dhugaa dubbatan jabaadhaa😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @arjuuneshow1130
    @arjuuneshow1130 9 месяцев назад

    Namni keenya yoomuu akkanuma bar faallaa walii deemu namni tokko hojii dhabee rakkataa namni tokko garuu hoji dhabdummaan hin jirtu jedha ajab😢

  • @Dursa-kg5zl
    @Dursa-kg5zl 9 месяцев назад

    Diraama itti aanuu wa'ee
    1. Qaala'iinsaa jireenyaa
    2.Hoongee
    3.Malaamaltumma, waan akka biyyaa tana keessatti hojii argachuun matta'aan malee hin danda'amu
    4.Buqqaati ummataa
    5.Kufaatii barnootaa fkn yeroo ammaa kana nama kutaa 12 baratu kan an ija kiyyaan arge sirnaan barressu hin danda'u kutaa 5 barata yoo jennen itti gudata
    Walii galatti biyya kana kessatti yoo wal sobne malee namni jireenyii harka hin badin hin jiruu
    Kan nama aja'ibuu garu namoota tokko tokkotti jookii fakkata kolfa godhatu
    Ay!!! Ofittii kolfuu

  • @kibrebanti5171
    @kibrebanti5171 9 месяцев назад

    maaliif iyyummaan dargaggoota fira godhachuuf barbaadaa?

  • @FiromsaAhmed-m6w
    @FiromsaAhmed-m6w 9 месяцев назад

    Yaada qaabna , Bilbilaa keessan Aas jaallati Number Nuf kaaa

  • @FiroomsaSafayi
    @FiroomsaSafayi 9 месяцев назад

    ergaa guddaa qaba, baay'ee galatooma👍

  • @Tola_Lemi
    @Tola_Lemi 9 месяцев назад

    Silaa nu maraachitaanim hojiin keessan baayyee namatti tola

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 9 месяцев назад +1

    Hangaa sagaaleen kee dabalee faandii dabalaama kit kit

  • @Elii4Abera
    @Elii4Abera 9 месяцев назад

    it has great message

  • @metiolfirisa945
    @metiolfirisa945 9 месяцев назад +3

    Great message be strong

  • @muassirach940
    @muassirach940 9 месяцев назад

    I like it

  • @BaahuddiinWallaggaa
    @BaahuddiinWallaggaa 8 месяцев назад

    Maa namtokko tokko ofitti dabalaka daandirra fuudhaati😂

  • @CaltuuCaltu-r9n
    @CaltuuCaltu-r9n 9 месяцев назад

    Ergaa m gudaa qabaa of kessaa ❤❤❤😢😢

  • @kuulleetube9383
    @kuulleetube9383 9 месяцев назад

    Yaa Gamtaa dhumumaa ke naa argisisuua😂😂😂

  • @DawitBekela-j3o
    @DawitBekela-j3o 9 месяцев назад +1

    Wwwo diraamaa ajaayibaa ❤

  • @DanielBokore-xp6mj
    @DanielBokore-xp6mj 9 месяцев назад

    Hojii Gamtaa yeroo hundaamma nama dhibba

  • @beletealemu
    @beletealemu 9 месяцев назад +1

    Ilaalcha dhiisi mee. Fund dhabneeeeeeee🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @Hawa-lb2xz
    @Hawa-lb2xz 9 месяцев назад

    Bayyee namati toltuu jabadha🎉🎉🎉😂😂😂

  • @chalayusuf3702
    @chalayusuf3702 9 месяцев назад +1

    Gamtaa always with Idea 😂

  • @Enjoying1.8
    @Enjoying1.8 9 месяцев назад

    Dhugaa comedy ergaa guddaa qabuudha. hojii dhabdummaan hedduu dargagoota midhaa jiraa.

  • @tarreemedia
    @tarreemedia 9 месяцев назад +3

    Dhiisi maaloo hin boo'innitoo yaa nama😂😂😂😂

  • @diribadhaba8200
    @diribadhaba8200 9 месяцев назад

    Bushaawaa jira diraamichi erga namoota tokko tokko ofitti dabaleetii.

  • @AbabayeKena
    @AbabayeKena 9 месяцев назад

    Namati tolaa jabaadha jajabduko

  • @WabiDerara
    @WabiDerara 9 месяцев назад +2

    best commedy for all member

  • @looyangalaantube7322
    @looyangalaantube7322 9 месяцев назад

    Waan dhiisani mitii jette boo'ichii

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 9 месяцев назад

    Mirgi daawwattoota diraamaa hirkoo nuuf haa eeggamu gamtaan haafannifamu inni nama badiisaarraa barachuu dandayuu miti waan ta'eef

  • @CaltuuCaltu-r9n
    @CaltuuCaltu-r9n 9 месяцев назад

    Jabadhaa namatii toltuu ❤❤❤😂😂😂

  • @tegeneasefa112
    @tegeneasefa112 9 месяцев назад +1

    Dhaloota Fund😀😀😀 what a generation😀🤣❤❤❤❤

  • @looyangalaantube7322
    @looyangalaantube7322 9 месяцев назад

    Happy new year 2024🎉🎉

  • @huzefimuhammad8225
    @huzefimuhammad8225 9 месяцев назад +1

    nurraa dubbatteem hirko😂

  • @GutuAbdulkarim-so5nh
    @GutuAbdulkarim-so5nh 9 месяцев назад

    Jabaadha ergaa ajaa'ibaa qabaa ❤

  • @DawitAlemayehu-m8p
    @DawitAlemayehu-m8p 9 месяцев назад +1

    wow best

  • @jundiahmed
    @jundiahmed 9 месяцев назад

    😂😂😂😂😂😂😂Gamtaan akkan dhegenyetti Jabuuti geheera😂😂😂😂😂

  • @TigistiDagafa
    @TigistiDagafa 5 месяцев назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂 osso hirkumti hojetee diramaa ibboo