Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Barsiisaa keenyaa Galatomii jabadhuu
Jabadhuu baay'ee naaf gala barrumsii kee 🙏
Baga nagaan dhufte bro
wooww bayyee galatomaa 🤝
galatuomi barisasa bayyee sijalan😍😍😍😍
❤ 5:03
Dhugaa ketii galatomi ❤️❤️
Barsiisaa keenyaa baga nagaan dhuftee
mashaAllah jaabadhu
❤❤
Baga nagaan dhufte siin jedha dursa, itti aansuun yaadaa fi gaaffii keetiif galatoomi!Sababa qixa sirriin Afaan Oromoon barreeffamuu dhiiseef inni guddaan akka yaada kootti namoonni Afaan kanaan baratanis ta'ee barsiisaan xiyyeeffannoo itti kennuu dadhabuudha. Akkuma beekamu naannolee oromiyaa keessatti loqoda hedduutu jira, baay'een keenyalleen akka loqoda naannoo keenyaatti yeroon barreessinu ni argama. Garuu Afaan Oromoo qixa yaada keenya ibsuun waltawwa ta'ee barreeffamuutu irra jiraata. Akkasumas seer-luga Afaan Oromoo irratti xiyyeeffachuu dadhabuu keenya. Fknf Afaan amaaraa qubeen dogoggoramee barreeffamuu hin danda'u yeroo barreeffamu jechuma tokko ibsa irras hin hir'atu ittis hin dabalumu. Afaan Oromoo keessatti jechaa laafaa fi jabaa adda kan hin baafanne yoo ta'e akkuma atiyyuu jette hir'atu jecha biraa kenna, itti yoo daballes jecha biraa kenna hiikas dhabuu danda'a. Kanaaf caalatti seer-luga irratti osoo hundumtuu xiyyeeffatee fooyya'insi ni argama jedheen yaada. Kun immoo waliin taane namoota barsiisan cina dhaabbannee, nutis karaa dandeenyuun qixa sirriin barreessuuf yoo hojjanne malee nama tokko ykn lamaan jijjiiramni ni dhufa jedhee hin yaadu. Akkasumas namoonni sadarkaa garaagaraatti kitaaba maxxansuu, barreeffamoota edite gochuun, barsisonni mana barumsaa jiranitti dogoggorri qubee akka xiqqaatu itti gaafatamummaa isaanii ba'uu qabu. Kun yaada dhuunfaa kooti bu'uurri hir'inichaa kana ta'uu dhiisuu mala.
Ulfaadhu!🙏🙏🙏 namni tokkooyyuu yoo namaaf hubate 😥fooyyeedha!
Anii mana banootaa gokuuma yyuu seenee waliiti qabee naduu bisaa yeroo jedhee hibaadaa😢😢😢😢
Sababa namni akka argetti barreessus namni baay'een nama dogoggorre sana akka dogoggorra ta'e itti hin himef aniwaan baay'een barnoota kanaraa argadhefurmaani isaa barachuu qofa jedhen yaada Galatooma.
Dhugaa ketii galatomii
Jiiradhu koodee kee nyaa
Dhugaa keeti nuuf jiraadhu
Aka kooti hanqin Barumsati
Dhagfachu.qabna. barsisa..ogabarsisa.barsiuu..agfachu.qabna...dogore.dhifamaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Garaagarummaan afoolaa fi og-afaaniin maalii?
Aanii Hadhfu
galatomi
Galatomi Barisasa nufii jiradhaa
Tole ammayyu nagaan waaqayyo siif haa bayyatu akkam jirta Gaafii qaba gaafii koo wa,ee qubee afaan oromoo ratiidha namoonii tokkoo qubee 26 jedhaan basiirsu namonii tokkoo tokkoo immoo qubee 33 jedhaan basiirsuu malii? fidha afaan oromoo dubbii ratii iyyuu hadanda yoo ta,e iyyuu maliif? dhaa bareeffama iraati akkami? tugargaraa ta,u danda,ee nama baay,ee gaafa dhee garuu namnii tokkoo iyyuu naafi ideebine galatoomaa guddaa saa iji keenya siin nuuf banaamee ijoollee biyya araba jiruu galatoomaa olmaan keessa baay, ee baay,ee guddaadha waaqayyo siif haa deebiisuu obboleessa keenya,
Viidiyoo kana dhaggeeffadhumee...sana booda waan siif hin galle yoo jiraate na gaafadhu.ruclips.net/video/3UUXC5VJ_SU/видео.html
Barsiisaa keenyaa Galatomii jabadhuu
Jabadhuu baay'ee naaf gala barrumsii kee 🙏
Baga nagaan dhufte bro
wooww bayyee galatomaa 🤝
galatuomi barisasa bayyee sijalan😍😍😍😍
❤ 5:03
Dhugaa ketii galatomi ❤️❤️
Barsiisaa keenyaa baga nagaan dhuftee
mashaAllah jaabadhu
❤❤
Baga nagaan dhufte siin jedha dursa, itti aansuun yaadaa fi gaaffii keetiif galatoomi!
Sababa qixa sirriin Afaan Oromoon barreeffamuu dhiiseef inni guddaan akka yaada kootti namoonni Afaan kanaan baratanis ta'ee barsiisaan xiyyeeffannoo itti kennuu dadhabuudha. Akkuma beekamu naannolee oromiyaa keessatti loqoda hedduutu jira, baay'een keenyalleen akka loqoda naannoo keenyaatti yeroon barreessinu ni argama. Garuu Afaan Oromoo qixa yaada keenya ibsuun waltawwa ta'ee barreeffamuutu irra jiraata. Akkasumas seer-luga Afaan Oromoo irratti xiyyeeffachuu dadhabuu keenya. Fknf Afaan amaaraa qubeen dogoggoramee barreeffamuu hin danda'u yeroo barreeffamu jechuma tokko ibsa irras hin hir'atu ittis hin dabalumu. Afaan Oromoo keessatti jechaa laafaa fi jabaa adda kan hin baafanne yoo ta'e akkuma atiyyuu jette hir'atu jecha biraa kenna, itti yoo daballes jecha biraa kenna hiikas dhabuu danda'a. Kanaaf caalatti seer-luga irratti osoo hundumtuu xiyyeeffatee fooyya'insi ni argama jedheen yaada. Kun immoo waliin taane namoota barsiisan cina dhaabbannee, nutis karaa dandeenyuun qixa sirriin barreessuuf yoo hojjanne malee nama tokko ykn lamaan jijjiiramni ni dhufa jedhee hin yaadu. Akkasumas namoonni sadarkaa garaagaraatti kitaaba maxxansuu, barreeffamoota edite gochuun, barsisonni mana barumsaa jiranitti dogoggorri qubee akka xiqqaatu itti gaafatamummaa isaanii ba'uu qabu. Kun yaada dhuunfaa kooti bu'uurri hir'inichaa kana ta'uu dhiisuu mala.
Ulfaadhu!🙏🙏🙏 namni tokkooyyuu yoo namaaf hubate 😥fooyyeedha!
Anii mana banootaa gokuuma yyuu seenee waliiti qabee naduu bisaa yeroo jedhee hibaadaa😢😢😢😢
Sababa namni akka argetti barreessus namni baay'een nama dogoggorre sana akka dogoggorra ta'e itti hin himef ani
waan baay'een barnoota kanaraa argadhe
furmaani isaa barachuu qofa jedhen yaada
Galatooma.
Dhugaa ketii galatomii
Jiiradhu koodee kee nyaa
Dhugaa keeti nuuf jiraadhu
Aka kooti hanqin Barumsati
Dhagfachu.qabna. barsisa..ogabarsisa.barsiuu..agfachu.qabna...dogore.dhifamaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Garaagarummaan afoolaa fi og-afaaniin maalii?
Aanii Hadhfu
galatomi
Galatomi Barisasa nufii jiradhaa
Tole ammayyu nagaan waaqayyo siif haa bayyatu akkam jirta
Gaafii qaba gaafii koo wa,ee qubee afaan oromoo ratiidha namoonii tokkoo qubee 26 jedhaan basiirsu namonii tokkoo tokkoo immoo qubee 33 jedhaan basiirsuu malii? fidha afaan oromoo dubbii ratii iyyuu hadanda yoo ta,e iyyuu maliif? dhaa bareeffama iraati akkami? tugargaraa ta,u danda,ee nama baay,ee gaafa dhee garuu namnii tokkoo iyyuu naafi ideebine galatoomaa guddaa saa iji keenya siin nuuf banaamee ijoollee biyya araba jiruu galatoomaa olmaan keessa baay, ee baay,ee guddaadha waaqayyo siif haa deebiisuu obboleessa keenya,
Viidiyoo kana dhaggeeffadhumee...sana booda waan siif hin galle yoo jiraate na gaafadhu.
ruclips.net/video/3UUXC5VJ_SU/видео.html
Barsiisaa keenyaa baga nagaan dhuftee
Barsiisaa keenyaa baga nagaan dhuftee