EGEREE COMEDY: ARTISTICHA
HTML-код
- Опубликовано: 15 дек 2024
- ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMed...
Telegram group
t.me/EgereeNew...
😍😍😍 ba'yeen barreduu
Ajaaiba baayyee bareeda nama kofalchiisa, keessumaa siyaasa ckiikota Oromoo nutti agarsiifte.....Ame 10Q.....10Q......10Q.....
Amanuelillee artistii buleessa; mucaan isheen Leensaa taatee hojjette baay'eema tokko hojjetteetta; jechuun akka kootti mudaa malee taphatte, jabaadhu! Boontuu taatee kan hojjettellee gaariima , garuu bakka tokko tokkotti xiqqooshee of laattee taphachuurratti utuu fooyyessitee.
Good casting and acting specially seniors one Amanule and Lensa. Unique acting
maatii naaf ta`ii pls
KK😂😂😂😂😂Way artistii! Dhugaa baay'ee namatti tola. Keep up it
video quality 100% I like it.
Waw bay'ee namaat toola jabaadha 😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkkkk wayyoo dhugaa waan baay'ee namattii tolaa
amoof liidoo nuu jiraadhaa😍😍
Galatoomaa Amo, Lensa
Muca kaana yerooni ariguu komedi isa keessa activist ta,ee haala Xopiyani keesa jirtu yeroo xinxaluu sanatu na kolifisisa. That was the best👌
namatti tola itti nuu jabaadhaa
Kkkkkkkkk dhugadha jirenyaa bara kana qofaa nama kolfisisaa, yaa artisittii keenyaa shamaran suuni jirenyaa irratti waal ololaa jiruu atti garuu naratii waal ololuu setee🙄😂😂😂🤔
Jbaadhaa...
Kkkkiiiii wayyoo 🙈
Bayyee namatii tolaa jabadhaa 🥰
maatii naf ta`ii pls anis maatii keetii
Baqa dhiisaame bestoch♥️♥️
thank you dhugaa na kolfisiistan waama dhuga jiruu hasooftan🤣🤣🤣
Jirenyi dhugumaa artii tahera ibbo ini qabu hin jirataa ini qabne isaa jirattu ta,e dawataa
kkkkkkkuuuu😂😂😂😂😂😂😂😂🙄🙄wayyoo wayyoo 😂😂
Yooyyaa
ijoollee teenna
Yaa Jamaal hojii kee😂
Yaa miindaa!!! Miindaa maalitii miidhaadha malee kkkkkk
galatoomaa nutti toltanii jirtu dhugaa nuuf jiraadhaa ijoollee oromiyaa
Farfanna Sanaa osoo fayyaadamuu bataanu gaaridha
Jajjaabadhaa
Nice movies
OMG 😂 kolfaan dhumne. Dhugaa Waaqaa baay'ee nama tolaa jabaadha.
maatii naaf ta`ii pls anis maatii keetii
Aartistii namatti tola jabaadhaa!!!🥰❤❤
maatii naf ta`ii pls anis maatii keetii
jaarsichumatti heerumuu siif wayyaa
baayyee baarreedu🥰❤❤🙏🙏
Kotuu matii naf ta.i
The best
Bayyee Bareedu babaareduwwan koo
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Kkkk abboo hojii keessan
Nama osoo hin heerumin waggaa baay'ee lafa tureefis amallee waggaa itti haa dabaluuf🤭
Galatoomi
Kolfuma ATI kolfitu ilaaleen kolfa du'a ani amoo
Artist Nagaadha Kaa 😂😂
maatii naf ata`ii pls anis maatii keetii
😁😁💘💘💘
jira mitii! maaltu?
kkkkkk
Amanuel jabaa nama nu jiraadhuu 🥰
wowowowowo
maatii naaf ta`ii pls anis maatii siif ta`eeraa
Ani hin jaallanne
Kkkkkkkkkkk👌👌
Kkkk baayyee namati toltuu
Woow jabadhaa
Kotuu matii naf ta.i lubee
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Noraa
Jabaadhaa
maatii naaf ta`ii pls anis maatii siif ta`eeraa
Niiqoostuyii
🙏🙏👌🥰
Matii naaf taii namakoo
😘😘
Baqqaan,ishiin, kun utuu hir'atee?..?????
amooko kolfan due kkkk
qulqullinni video bayye namatti tola
Hojiin keessan baay'ee natti tola garuu yeroo dubbataan Afaan Oromoo qofa dubbadhu jechuun barbaada
in baredaa
😅😅😅😅
Kkkkkk
ayi jaarsaa ayi jireenyaa akkas nama godhaa?
😍😍😍😍😓
Maaloodha inni isin Jamaal Jamiilaa jettan? Maal yaaddan?
Artist 😂
Maaf waliti taphana 😂
👉ruclips.net/video/wh-4OrHRt70/видео.html
Hhhj
Jabaadhaa
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰