Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Aberraa Guddataa Waaqayyo dachaan sii haa eebbisu. Farfannaa keetiin baay'ee eebbifameeraa. Jabaadhu ayyaanni Gooftaa siif haa baay'atu.
Ijoollummaa kooti KASEE gatii guddaa natii basee dhugaa dha kun Eebbiiffaammii Abarraa
Abaraa kana akkattiin jalladhuu waqayyoo bara kee irraattii bara ,dibata irraattii dibata siif haa dabaluu farfanaa kee hundasaa dhageeffadhee hin qufuus hin nufus dhugaa waqayyootuu siif kennee farfanaan dibata ni beekama baay,e Nama tuqa,dhageeffadhees itti Milka,era Ameeen ameeeeen dabalii farfadhuu ammallee🙏🙏
Farfannaa isaatin kanan isa bare Abarraa Guddata jechuun nama hafuurri Yesus Kristoos akka qaanqee ibiddaatti keessaa xaaxa'udha yoon jedhe dubbiin Waaqaayyoo wabii naaf ta'a. Guuddaa namaa! Waaqni waaqotaa kana caalaa si haa kabaju! Ati dhuguma Dhagna Kristoosidha! Dubbiin kee akka sogiddaa miyaa'a. Jireenyi kee akka Ifaatti itti caalee kana irra akka ifu siif haa godhu Gooftaan! Love you forever!
Ebbfimaa namaa Waaqayyoo,Aayyanni isaa dachaan isinirraati ha dhangalasuu😊👍
waaqayyoo isini haa ebbisuu ebbifamaaa obbolessaa kenyaa Abaraa guddata bayyee farfanaa isaa jalaadha
Waaqayyoo saa eebbisu ayyannaa isaa dachaan sif haa dabalamu nama waaqayyoo eebbifamaa dachaan
Waaqayyoo akkas jedhee namaa umuukoottii naan gaddee jedhee namnii waan hamaa waan hojjetuu argetuu Abera atii jabadhuu qulqulluu namaa warrii waan hamaa hojjetaan hammeenyaa isaani ittaa fufaani warrii waan garii hojjetaan garummaa isaanii ittaa fufaanii guyyaa tokkoo waaqayyo Re'ootaa fi Holootaa gargar baasuuf nidhufaa
Farafaata Abaraa Gudataa Ebbifami ani farafaana ketin gara Gooftaa Yesusn dhufee dhugaa waaqayyoo ebbifami!!!!!!!!!!!!!!
Waqayyoo baraafi yeroo keessanii haa ee ebbissuu baraa jirenyaa kessaanii isiniifi haa ebbissuu
Maqaa Kiristoos ol qabaa faarsaa ! Maqaa Kiristoos ol qabaa faarsaa ! Guddaa eebbifamaa !
Hebifamaa dhugaa bayyee namaa Barsisaa wwwwwwooooowwww Kolfaasa qabbaa
Waaqayyo Guddaa isin haa eebbisu, Eebbifamaa.
Dhugaa anu bekaa F//Abara guyyaa tokkoo adu fachasa sagata somafi sagadatu jira ture nafi kadhatani waaqayyoo sena kee jijira nani jedhani ameen jedheni fudhadhe nama sadi tane nufi kadhate bayyee jaladha dhugaa waaqayyooti namni ilacha gara gari qabachu dada garu ani kara saa senani koo kedarameera😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ayyanumma Waaqayyotu Issaa Garggaare Maalle Baay'ee Ulfaatadha
Abaraa waqayyoo jirenyaa kee dachaa dachaa haa ebbisuu
Dhugaa baay'ee namatti tola.Guddaa eebbifamaa!!!dhaggeefadheetuman xumure uuf baay'ee dhugaa baati gaariidha..jiraadhaa lamaan keessaniyyu.
Akkatis sii argee sidhaggeeffachu koof bayyee Gammadee dhuga rabbii💜💜💜
Dhugaadhaa baayyee jaalatamaadhaa adda baasiini farfaana abaraakunii
Waan baay'ee nama barsiisudha haasaan isin nuuf qooddan. Nuuf jiraadhaa Aseefi Abeen!
Www eebbifamoo namoota waaqayyo asee & abee 💕🙏
Uuuuuffffeeeee yesuus ulfaadhuuEebbifamaaaaaaaaWakjirra tube Akkasumma pastorAbera gooftan sin haa eebbisu eebbiffamaDhugaa hundee dhalootaf karaa ta'aHaafa maqa yesusin eebbiffama eebbiffama eebbiffama
Bayee namaati tola Pastor Abera namaan bayee jalaadhuu Eebbifamaa
Sirrittan beka yeroo waldaa sana jalqabduu achaan ture waqayyoo bayyee si gargaree male, halli nannoo sana ulfaatadha. Ammaalle waqayyoo si haa gargaruu
Waaqayyoo sii haa eebbisuu haadhookoo galatomi
Waaqayyo Eebba Dachaa si haa EEbbisu
Abarraan Guddataa Sagalee Waaqayyoo hubannaan dubbata isa jedhu tokko dhageeffachaan guddadhe, hubannaan siniif haa baay'atu ammayyuu!
goftaan ayyaana isaa dachaa sii irrati haa dabaluu jabadhuu barumsaa guddaa wowwww eebbaffimaa
Baayee si jaladhana waqaayyoo baraakee haa ebbisuu
Abera atii dhugumaa namaa waaqayyoottii warraa wan jallinaa hojjettaan waaqayyoo isaan hin dhisuu atii hojjii waaqayyoottii jabadhuu.
Abarraa! edaa warruma ayyaana isaa jibbantu akka biraatti bocee isa nutti dhiyeesse malee inni akkuma faarfannaa isaati jabaadhu dhugaatti ati nama waaqayyo kaafatedha.
Waqayyoo dachaa sin ebbisuu ebbifamaa
Namaa gudaa kenyaa nuufii jiradhaa anii bayyee isnii jaldhaa ayyan isnfii haa dabalamuu❤❤❤❤💯💯💯💯💯
Lamaan keessanuu eebbifamaa. Ab farfannoota keetiin ijaaramneerra ammayyuu darbii deemi!!!!
Eebbifamaa barumsa guddaa nuuf qodaan
Uuuuyyiii dhugaa baay'ee nama gaddisiisa maaloo wanti namni nama irratti hojjetu maaliif garuu yaa Waaqayyoo koo nu fuuri mee Wanti hundu akka fedha kee nuuf haa ta'u, namni waliif akka yaadu garaa nama jijjiiri, yaada kee akka hojjennuuf nu uumte yaada kee hojjenne akeeka kee rawwanee akka jiraannu nu gargaari ameen 😢🙌
Ameeeeeeeenn 🤲
Asaffaa M. duraan durseen jabina karaa gooftaa Keenyaa Iyesuus Kiristoosiin argateef waaqayyoo Abbaf galanni haa ta'u.yaadaan sagantaa kee irratti qabuu akka waligaalatti garrii dha jabaadhu. ta'uus garuu yeroo gaafattu xiqqoo osso jabbina qabatee keessatuu yeroo wa'ee sagalee goftaa wajjin walqabate gaafattu.Far/luba Abaraa G. kan yeroo daa'ima taanee yaadanuu fi ittin waaqn. jajachaa ture bayyee kan jaalanuu waan ta'eef baga dhuftee siin jechuun barbaada.# deebiin dhoksaan mana Waaqa keessa hin jiru wangeelli keenya essatuu ni gurguramaa, enyuus dubbisuuf haala salphaan ni argata kanaaf dhooksaan hin jiruu kan jedhuu suun natti toleera kun dhugaa hundi beekuu qabuu waan ta'eef.# gaafiif deebii atti Far. Abaraa wajjin gootee ilaleen akka armaan gaditti deebi isaa akka ati irra debitee yaaduun barbada1. ambaaqoom akkas jedhee kadhatee(guumgumee), samu'eel waaq. akkas jedhe aniis akkuma isaani jedheen nan gumgume. deebi jedhu siif laatee ture.ergaa akkas ta'e maaliff akka daawitt diinota koo naaf bittimsi luka koo gadi naaf godhii jedhee kadhadhachuun ni danda'ama?. Ambaaqoom fi eliyaas nama kakuu moofaati akkuma qajeelfamaa isaatti jiratama waan ta'eef amma kun hindanda'amu.#Ambaaqoom fi eliyaas ilmaan waaq. mitti. mucummaan kakuu dhaloota haaraadhaaf waan ta'eef# Gumgumuun akka kakuu haaraatti cubbuu jabaa waan ta'eef siirii natti hin fakkatuu. sababni isaas kana booda issingarboota mitti. garbbi yaadaa gooftaa isaa waan hin beekneef garbi ni gumguma ilmi hin gumgumu yaada abba isaa waan beekuuf. 2. waaqayyoo irratti waan gumgumaniif lafti isaan liqimsee jedhe Far/lubnii kun garuu kunis siirri mitti macaaficha dubbisii ilaali. gaaffiin saba isra'eel iddo sanaa angafaa lubba akka isaaniif kaasuuf sabni israa'el qomoon 12n isaanii waan gaafataniif kan lafti isaan liqimsee. waaq. garuu Aroon qofatu Angafa lubaa ta'a jedhe kun gumgumi mitti gaffi dha. otto ta'ees isaan dhaloota kakuu haara miti. #Waluumaa galatti gababseen siif barreesse yaadaa bakka tokko qofaa. yoon dogogore dhiifama.
eebbifamaa baayee siin jaallana.haasa'aan keessan namati tola.
Ebbifama dhugaa jirudha💯💯💯
Waaqayyo isin haa eebbisu
Nama baay'ee jaaladhuu waaqayyoo si haa eebbiisuu eebbiifamii dachaan eebbiifama nama waaqayyo 🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️
Asee namoota akkasii fiddee ergaa isaan kanaan dura karaa faarfannaa nutti himaa turan irra deebiin qaamaan argamanii ibsa akka keennan gochuu keetiif galatoomi jechaa akkuma kana warra akkka Addisuu goota warra ta'an fidii wal-nu argisiisi kan ati itti himuu qabdu garuu ayyaana faarfannaa kana dhaloota dhaalchisuu qabu isa dhalootni ammaa kun qabatee jiru utuu hin taanee karaa isaan keessa darban sana dhalootni kun akka keessa darban
Faarfata Abbaraa guddaa eebbifamii namaa ejenoo qabudha Eebbifamii asee🙏 baayyeen irraa baradhee
Waqaayyoo sin haa ebisuu ebifamaa
Waaqayyo waaqaraa ammalee ayyaanasa dibatasaa siifi haabayisuu abaraa nama waaqayyo and asafaa
akkuma phexiroos gurra mure aabboo gurbaan
Eebbifami, eebbifama!, Ati Asaffa mataan kee faarfatadhas, lubadhas, tajaajiladhas, raajiidhas, ogeessadhas.....Waan baay'eedha. Eebbifami hojii ati hojjechaa jirtutti eebbifama jirra. Ummata social media hin fayyadamnetu fayyadama kee dhabe male, namoota hedduuf bakka fi daandii isaan ittin gara Waaqayyootti dhiyaatan taateetta. Tajaajiltoota nu jalaa badan akkanuma nuuf barbaadi, Warreen haala gaari irra jiran illee nuuf dhiyeessi warra kaaniif daandii ta'u! Galatoomi!
Baarumsa baareeda nuu jiiraadha
Ebbifama abbo and Ase namotaan bayyee jalladhu wan gudaa isin irra baracha jiraa
Waaqayyoo sihaa eebbisuu
Bayyee namatii tolituu garuu lamataa simintoo iraa tisisaa namaa hin egisisinii farfataa Abaraa
Maloo osoon beekke mucaa sana nan fudhadhan ture! Ayyaani si irraa jiru muchicha bakka inni /isheen jirtuti haa argatu! Eebbise haa guddisu!
Obbooleesa koo faarfataa Abera waanti ati dubatee hunduu sirri fi dhugaadha! Waaqayyo gooftaan maccaa bara kee haa eebbisu eebifami! Isin lachuu guddaa eebbifama! Ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!
Baga nagan dhufta
Abera Gudeta sagalee waaqayyoo hubannaan dubbata ,jabadhu goftaan sii eebbisuu
Wwwwwwwwwwoooooo bagaa waaqayyoo wataa hundumaa keessaa sii dabarasee uuuuuuuuu Abee koo ebifamaa namaa ebifamaa
Abarraa Guddataa fi Asaffaa MW Waaqni si haa eebbisuu! ulfaadha!
Jiradhuuuu amayyuuu si jalanaaa
Waaqayyoo si haa ebbisuu
Waqayyoo siin haa Ebbisu dhugaa wan bayy.ee irraa hubatu kan irraa!!!!!!
Eebbifamaa. Barumsa guddaaf erga gaarii kan qabu dha.
Waaqayyoof haagalatu. Kosii daraa keesaa na fuutee nama jaalatamaa nagootee, stay blessed Abo koo !!!
Ebifamaa Atii nama jabaadha dhugaa ebbaf ta.ii Ayyannii isaa Amayyuu kanumaan caalatii sif haa dabalamuu 👏👏💞💞💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaqayyo baaraf jiirenya keessan haa ebbisu ebbifama biiyyakenyaf gaafi haanafiyyu gaafi malif goote lata bayye si jaallasha sin lachuu
Abarra Guddata sagalee waaqayyo hubanne Dubbata
Asee Waqayyoo saa Eebisuu Eebifamii.. jechaa ...Baayee Waan dheerate naati fakkata Kutaa lamatti hirtee Osoo nuu gadhiiste garii turee .😍😍🙏🙏
Dhugaadha wani Bay'ee sii irraa baradhee💗😭💚
Namatti tola ,nama barsiisas
ግልፅ የሆነ interview I like it ነገሩ ከእግዚአብሔር ዘንድ ነው :pastor Aberra
Uuuuuuffffffeeeee ebbifamaa ebbifama Ase and Abera waaqayyoo gooftan maccaa baraa fi jireenyaa keessan haa ebbisu ebbifa barumsaa guddan argaadhe ebbifama
Wowowo uuuuuuuuuuuffffffffeeeeee gooftaa Iyesus kiristoos wajiin jirtcuun ulfiinnaa 😭😭✅✅✅✅👏👏👏👏 Gaalaniifi ulfiinnii waqaayyoo fi haa tau,u eebbifamii eebbifamaa maqaa Iyesus
Eebbifamaa, hedduu nama barsiisa🙏🙏🙏Saba keenyaa ammallee, ormaaf eegee dhaabuu dhiisnee waliif eelee haa dhaabnu.Wal xiqqeessuu irraa Rabbi nu haa fayyisu!
Farfanna kee keessa tokkuma kanan dagadhe nufu hin qabu waaqayyo ayana kana irra caalu sifa dabalu ebbifami Abera atis ebbifami Asefa!
Wawuu nagaan waqaayoo isinii haa bayaatuu gudaa galaatomi namaa bayee jalaanuu farfaataa alaamuu barumsaa baredaa fi mudaanoo fi muxaanoo baredaa nu qadaanif galaatomaa ebifaamaa🙏🙏
Ameen naga sifis haa ta'uujabba keenyaa
waaqayyo isin ha eebbisuu
Esqayo waqara siaebisu Abara farfana ke itin ebifamera ebifami 🙏🙏👍👍
Maal Asee waa'een gurra foolisii baayyee si dhibe 😀😁
Na sodaachise.
baayee mudannoo irraa baratamuudha dhugaa eebbifama
Farfaataa abara gudataa amalee gooftaan dabalee dabalee ebaa isaa siti haarobsuu
Waqaayyoo sin ebbisuu
jabaadhu nama yaada waaqayyoo galmaan ga'uutu waaqayyo gargaara nama wallaalummaasatti amanee jabina waaqayyoottimmoo of gatu duukaa Waaqayyotu wajjiin jira!
Wooww abera God bless you& amazing testimony ..Asee koo atis baay'ee eebbifami..waan si dhibu halkaan hiribaa koo dhiseen ta'ee dhageefachaa jira dhugaa dubbaachuuf waan baay'een irraa baradhee..itti gamades..Abera yeroo jalqabaaf kan wal arginee bole cidha far.bilise kaarasaa irraatti wal argine wal biraa teenye wal baree..baay'ee nama amala qabeessaa akka tahe argeraa..waaqayyoo ammayyuu ayyanaa akkasi sif haa baayisu..!
Bagaa nagaan dhuftan Ase fi Abarraa koo ❤❤
Namni Waaqayyo mormu n
Waaqayyoo sin haa eebbissu Abera
Wel come bagaa nagaan dhuftaan nuuf jiradhaa 💞💞💞💞
Nagaan waaqayyoo isiniifaa baayi'atu TV Wakjiraa tube hundumaaf Woowwoo baayi'ee namatti toltuu Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin Ergaa babbareedaa of keessaa qaba. 🙏🙏
Yesus goftadhaa Saa.olii haaree abbaa saa soqaa waqaayyoo moo saa.oliin soqaa attii birri soqu dhaxee goftaan imoo dhimaa siraa qabaa haleeluyyaa
Anumani iyyuu waqayyoo waan bayyee na baarsisee nama dadhabduu kaan 🥺🥺🥺🥺❣✍
Faarfataa Qaalii Abarraa Guddataa Ogummaan Dubbata.#Dhaamsa_dhaamsan Dabarsaa
Amen amen amen amen Ebifamii werknesh oromo shawa 💪❤
WOWOW baayee namatti tola ebbifama As and ab waqaayyo bara keessan haa ebbisu
Maalo faarfanicha ittii arifaadhumee
Anii akka santibeen nii arcaa'a jedhamuu amman dhagaa'ee
Ameeeeni ameeeeni eebbifamaa dachaa dachaa nama waaqayyoo eebbifamaa 📖📖📖📖📖🍇🍇👌👌💌💌💌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍
Wawoo waaqayyo goftaan koo Asee fi Abarra haa ebisuu amaa dhumatii dhagefadhaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
Wowowo baay'ee namati tolaa dhugaa waaqayyoo ebbifama ❤💚❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👏👏👏👏👏👏👏
Wow abaraa kanaa baay'ee faruu kee baay'ee jaladha turee amma garu ani musilma alhamdulillah siilee rabiin dinni isilmaa siif haa kenuu insha Allah ☝ rabbi dandadha
Kkkkk ati kan duukan kessa jirtuu kotu gara ifa ifa keesa gara duukan dhuufun hin jiruu
Wwooww farfataa bayee jalaanuu dhugaa bagaa nagaan dhuftaanii garuu mudanookee jawee jawee jetee sanaa kolfaa garaa na dhukubsee dhugaa kkkkkkkk😆😆😍😍😍😍
Aberraa Guddataa Waaqayyo dachaan sii haa eebbisu. Farfannaa keetiin baay'ee eebbifameeraa. Jabaadhu ayyaanni Gooftaa siif haa baay'atu.
Ijoollummaa kooti KASEE gatii guddaa natii basee dhugaa dha kun Eebbiiffaammii Abarraa
Abaraa kana akkattiin jalladhuu waqayyoo bara kee irraattii bara ,dibata irraattii dibata siif haa dabaluu farfanaa kee hundasaa dhageeffadhee hin qufuus hin nufus dhugaa waqayyootuu siif kennee farfanaan dibata ni beekama baay,e Nama tuqa,dhageeffadhees itti Milka,era Ameeen ameeeeen dabalii farfadhuu ammallee🙏🙏
Farfannaa isaatin kanan isa bare Abarraa Guddata jechuun nama hafuurri Yesus Kristoos akka qaanqee ibiddaatti keessaa xaaxa'udha yoon jedhe dubbiin Waaqaayyoo wabii naaf ta'a. Guuddaa namaa! Waaqni waaqotaa kana caalaa si haa kabaju! Ati dhuguma Dhagna Kristoosidha! Dubbiin kee akka sogiddaa miyaa'a. Jireenyi kee akka Ifaatti itti caalee kana irra akka ifu siif haa godhu Gooftaan! Love you forever!
Ebbfimaa namaa Waaqayyoo,Aayyanni isaa dachaan isinirraati ha dhangalasuu😊👍
waaqayyoo isini haa ebbisuu ebbifamaaa obbolessaa kenyaa Abaraa guddata bayyee farfanaa isaa jalaadha
Waaqayyoo saa eebbisu ayyannaa isaa dachaan sif haa dabalamu nama waaqayyoo eebbifamaa dachaan
Waaqayyoo akkas jedhee namaa umuukoottii naan gaddee jedhee namnii waan hamaa waan hojjetuu argetuu Abera atii jabadhuu qulqulluu namaa warrii waan hamaa hojjetaan hammeenyaa isaani ittaa fufaani warrii waan garii hojjetaan garummaa isaanii ittaa fufaanii guyyaa tokkoo waaqayyo Re'ootaa fi Holootaa gargar baasuuf nidhufaa
Farafaata Abaraa Gudataa Ebbifami ani farafaana ketin gara Gooftaa Yesusn dhufee dhugaa waaqayyoo ebbifami!!!!!!!!!!!!!!
Waqayyoo baraafi yeroo keessanii haa ee ebbissuu baraa jirenyaa kessaanii isiniifi haa ebbissuu
Maqaa Kiristoos ol qabaa faarsaa ! Maqaa Kiristoos ol qabaa faarsaa ! Guddaa eebbifamaa !
Hebifamaa dhugaa bayyee namaa Barsisaa wwwwwwooooowwww Kolfaasa qabbaa
Waaqayyo Guddaa isin haa eebbisu, Eebbifamaa.
Dhugaa anu bekaa F//Abara guyyaa tokkoo adu fachasa sagata somafi sagadatu jira ture nafi kadhatani waaqayyoo sena kee jijira nani jedhani ameen jedheni fudhadhe nama sadi tane nufi kadhate bayyee jaladha dhugaa waaqayyooti namni ilacha gara gari qabachu dada garu ani kara saa senani koo kedarameera😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ayyanumma Waaqayyotu Issaa Garggaare Maalle Baay'ee Ulfaatadha
Abaraa waqayyoo jirenyaa kee dachaa dachaa haa ebbisuu
Dhugaa baay'ee namatti tola.Guddaa eebbifamaa!!!dhaggeefadheetuman xumure uuf baay'ee dhugaa baati gaariidha..jiraadhaa lamaan keessaniyyu.
Akkatis sii argee sidhaggeeffachu koof bayyee Gammadee dhuga rabbii💜💜💜
Dhugaadhaa baayyee jaalatamaadhaa adda baasiini farfaana abaraakunii
Waan baay'ee nama barsiisudha haasaan isin nuuf qooddan. Nuuf jiraadhaa Aseefi Abeen!
Www eebbifamoo namoota waaqayyo asee & abee 💕🙏
Uuuuuffffeeeee yesuus ulfaadhuu
Eebbifamaaaaaaaa
Wakjirra tube
Akkasumma pastor
Abera gooftan sin haa eebbisu eebbiffama
Dhugaa hundee dhalootaf karaa ta'a
Haafa maqa yesusin eebbiffama eebbiffama eebbiffama
Bayee namaati tola Pastor Abera namaan bayee jalaadhuu Eebbifamaa
Sirrittan beka yeroo waldaa sana jalqabduu achaan ture waqayyoo bayyee si gargaree male, halli nannoo sana ulfaatadha. Ammaalle waqayyoo si haa gargaruu
Waaqayyoo sii haa eebbisuu haadhookoo galatomi
Waaqayyo Eebba Dachaa si haa EEbbisu
Abarraan Guddataa Sagalee Waaqayyoo hubannaan dubbata isa jedhu tokko dhageeffachaan guddadhe, hubannaan siniif haa baay'atu ammayyuu!
goftaan ayyaana isaa dachaa sii irrati haa dabaluu jabadhuu barumsaa guddaa wowwww eebbaffimaa
Baayee si jaladhana waqaayyoo baraakee haa ebbisuu
Abera atii dhugumaa namaa waaqayyoottii warraa wan jallinaa hojjettaan waaqayyoo isaan hin dhisuu atii hojjii waaqayyoottii jabadhuu.
Abarraa! edaa warruma ayyaana isaa jibbantu akka biraatti bocee isa nutti dhiyeesse malee inni akkuma faarfannaa isaati jabaadhu dhugaatti ati nama waaqayyo kaafatedha.
Waqayyoo dachaa sin ebbisuu ebbifamaa
Namaa gudaa kenyaa nuufii jiradhaa anii bayyee isnii jaldhaa ayyan isnfii haa dabalamuu❤❤❤❤💯💯💯💯💯
Lamaan keessanuu eebbifamaa. Ab farfannoota keetiin ijaaramneerra ammayyuu darbii deemi!!!!
Eebbifamaa barumsa guddaa nuuf qodaan
Uuuuyyiii dhugaa baay'ee nama gaddisiisa maaloo wanti namni nama irratti hojjetu maaliif garuu yaa Waaqayyoo koo nu fuuri mee Wanti hundu akka fedha kee nuuf haa ta'u, namni waliif akka yaadu garaa nama jijjiiri, yaada kee akka hojjennuuf nu uumte yaada kee hojjenne akeeka kee rawwanee akka jiraannu nu gargaari ameen 😢🙌
Ameeeeeeeenn 🤲
Asaffaa M. duraan durseen jabina karaa gooftaa Keenyaa Iyesuus Kiristoosiin argateef waaqayyoo Abbaf galanni haa ta'u.
yaadaan sagantaa kee irratti qabuu akka waligaalatti garrii dha jabaadhu. ta'uus garuu yeroo gaafattu xiqqoo osso jabbina qabatee keessatuu yeroo wa'ee sagalee goftaa wajjin walqabate gaafattu.
Far/luba Abaraa G. kan yeroo daa'ima taanee yaadanuu fi ittin waaqn. jajachaa ture bayyee kan jaalanuu waan ta'eef baga dhuftee siin jechuun barbaada.
# deebiin dhoksaan mana Waaqa keessa hin jiru wangeelli keenya essatuu ni gurguramaa, enyuus dubbisuuf haala salphaan ni argata kanaaf dhooksaan hin jiruu kan jedhuu suun natti toleera kun dhugaa hundi beekuu qabuu waan ta'eef.
# gaafiif deebii atti Far. Abaraa wajjin gootee ilaleen akka armaan gaditti deebi isaa akka ati irra debitee yaaduun barbada
1. ambaaqoom akkas jedhee kadhatee(guumgumee), samu'eel waaq. akkas jedhe aniis akkuma isaani jedheen nan gumgume. deebi jedhu siif laatee ture.
ergaa akkas ta'e maaliff akka daawitt diinota koo naaf bittimsi luka koo gadi naaf godhii jedhee kadhadhachuun ni danda'ama?. Ambaaqoom fi eliyaas nama kakuu moofaati akkuma qajeelfamaa isaatti jiratama waan ta'eef amma kun hindanda'amu.
#Ambaaqoom fi eliyaas ilmaan waaq. mitti. mucummaan kakuu dhaloota haaraadhaaf waan ta'eef
# Gumgumuun akka kakuu haaraatti cubbuu jabaa waan ta'eef siirii natti hin fakkatuu. sababni isaas kana booda issingarboota mitti. garbbi yaadaa gooftaa isaa waan hin beekneef garbi ni gumguma ilmi hin gumgumu yaada abba isaa waan beekuuf.
2. waaqayyoo irratti waan gumgumaniif lafti isaan liqimsee jedhe Far/lubnii kun garuu kunis siirri mitti macaaficha dubbisii ilaali. gaaffiin saba isra'eel iddo sanaa angafaa lubba akka isaaniif kaasuuf sabni israa'el qomoon 12n isaanii waan gaafataniif kan lafti isaan liqimsee. waaq. garuu Aroon qofatu Angafa lubaa ta'a jedhe kun gumgumi mitti gaffi dha. otto ta'ees isaan dhaloota kakuu haara miti.
#Waluumaa galatti gababseen siif barreesse yaadaa bakka tokko qofaa. yoon dogogore dhiifama.
eebbifamaa baayee siin jaallana.haasa'aan keessan namati tola.
Ebbifama dhugaa jirudha💯💯💯
Waaqayyo isin haa eebbisu
Nama baay'ee jaaladhuu waaqayyoo si haa eebbiisuu eebbiifamii dachaan eebbiifama nama waaqayyo 🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️🙋♀️
Asee namoota akkasii fiddee ergaa isaan kanaan dura karaa faarfannaa nutti himaa turan irra deebiin qaamaan argamanii ibsa akka keennan gochuu keetiif galatoomi jechaa akkuma kana warra akkka Addisuu goota warra ta'an fidii wal-nu argisiisi kan ati itti himuu qabdu garuu ayyaana faarfannaa kana dhaloota dhaalchisuu qabu isa dhalootni ammaa kun qabatee jiru utuu hin taanee karaa isaan keessa darban sana dhalootni kun akka keessa darban
Faarfata Abbaraa guddaa eebbifamii namaa ejenoo qabudha Eebbifamii asee🙏 baayyeen irraa baradhee
Waqaayyoo sin haa ebisuu ebifamaa
Waaqayyo waaqaraa ammalee ayyaanasa dibatasaa siifi haabayisuu abaraa nama waaqayyo and asafaa
akkuma phexiroos gurra mure aabboo gurbaan
Eebbifami, eebbifama!,
Ati Asaffa mataan kee faarfatadhas, lubadhas, tajaajiladhas, raajiidhas, ogeessadhas.....Waan baay'eedha. Eebbifami hojii ati hojjechaa jirtutti eebbifama jirra. Ummata social media hin fayyadamnetu fayyadama kee dhabe male, namoota hedduuf bakka fi daandii isaan ittin gara Waaqayyootti dhiyaatan taateetta. Tajaajiltoota nu jalaa badan akkanuma nuuf barbaadi, Warreen haala gaari irra jiran illee nuuf dhiyeessi warra kaaniif daandii ta'u! Galatoomi!
Baarumsa baareeda nuu jiiraadha
Ebbifama abbo and Ase namotaan bayyee jalladhu wan gudaa isin irra baracha jiraa
Waaqayyoo sihaa eebbisuu
Bayyee namatii tolituu garuu lamataa simintoo iraa tisisaa namaa hin egisisinii farfataa Abaraa
Maloo osoon beekke mucaa sana nan fudhadhan ture! Ayyaani si irraa jiru muchicha bakka inni /isheen jirtuti haa argatu! Eebbise haa guddisu!
Obbooleesa koo faarfataa Abera waanti ati dubatee hunduu sirri fi dhugaadha! Waaqayyo gooftaan maccaa bara kee haa eebbisu eebifami! Isin lachuu guddaa eebbifama! Ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!
Baga nagan dhufta
Abera Gudeta sagalee waaqayyoo hubannaan dubbata ,jabadhu goftaan sii eebbisuu
Wwwwwwwwwwoooooo bagaa waaqayyoo wataa hundumaa keessaa sii dabarasee uuuuuuuuu Abee koo ebifamaa namaa ebifamaa
Abarraa Guddataa fi Asaffaa MW Waaqni si haa eebbisuu! ulfaadha!
Jiradhuuuu amayyuuu si jalanaaa
Waaqayyoo si haa ebbisuu
Waqayyoo siin haa Ebbisu dhugaa wan bayy.ee irraa hubatu kan irraa!!!!!!
Eebbifamaa. Barumsa guddaaf erga gaarii kan qabu dha.
Waaqayyoof haagalatu. Kosii daraa keesaa na fuutee nama jaalatamaa nagootee, stay blessed Abo koo !!!
Ebifamaa Atii nama jabaadha dhugaa ebbaf ta.ii Ayyannii isaa Amayyuu kanumaan caalatii sif haa dabalamuu 👏👏💞💞💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaqayyo baaraf jiirenya keessan haa ebbisu ebbifama biiyyakenyaf gaafi haanafiyyu gaafi malif goote lata bayye si jaallasha sin lachuu
Abarra Guddata sagalee waaqayyo hubanne Dubbata
Asee Waqayyoo saa Eebisuu Eebifamii.. jechaa ...Baayee Waan dheerate naati fakkata Kutaa lamatti hirtee Osoo nuu gadhiiste garii turee .😍😍🙏🙏
Dhugaadha wani Bay'ee sii irraa baradhee💗😭💚
Namatti tola ,nama barsiisas
ግልፅ የሆነ interview I like it ነገሩ ከእግዚአብሔር ዘንድ ነው :pastor Aberra
Uuuuuuffffffeeeee ebbifamaa ebbifama Ase and Abera waaqayyoo gooftan maccaa baraa fi jireenyaa keessan haa ebbisu ebbifa barumsaa guddan argaadhe ebbifama
Wowowo uuuuuuuuuuuffffffffeeeeee gooftaa Iyesus kiristoos wajiin jirtcuun ulfiinnaa 😭😭✅✅✅✅👏👏👏👏 Gaalaniifi ulfiinnii waqaayyoo fi haa tau,u eebbifamii eebbifamaa maqaa Iyesus
Eebbifamaa, hedduu nama barsiisa🙏🙏🙏
Saba keenyaa ammallee, ormaaf eegee dhaabuu dhiisnee waliif eelee haa dhaabnu.
Wal xiqqeessuu irraa Rabbi nu haa fayyisu!
Farfanna kee keessa tokkuma kanan dagadhe nufu hin qabu waaqayyo ayana kana irra caalu sifa dabalu ebbifami Abera atis ebbifami Asefa!
Wawuu nagaan waqaayoo isinii haa bayaatuu gudaa galaatomi namaa bayee jalaanuu farfaataa alaamuu barumsaa baredaa fi mudaanoo fi muxaanoo baredaa nu qadaanif galaatomaa ebifaamaa🙏🙏
Ameen naga sifis haa ta'uujabba keenyaa
waaqayyo isin ha eebbisuu
Esqayo waqara siaebisu Abara farfana ke itin ebifamera ebifami 🙏🙏👍👍
Maal Asee waa'een gurra foolisii baayyee si dhibe 😀😁
Na sodaachise.
baayee mudannoo irraa baratamuudha dhugaa eebbifama
Farfaataa abara gudataa amalee gooftaan dabalee dabalee ebaa isaa siti haarobsuu
Waqaayyoo sin ebbisuu
jabaadhu nama yaada waaqayyoo galmaan ga'uutu waaqayyo gargaara nama wallaalummaasatti amanee jabina waaqayyoottimmoo of gatu duukaa Waaqayyotu wajjiin jira!
Wooww abera God bless you& amazing testimony ..
Asee koo atis baay'ee eebbifami..waan si dhibu halkaan hiribaa koo dhiseen ta'ee dhageefachaa jira dhugaa dubbaachuuf waan baay'een irraa baradhee..itti gamades..Abera yeroo jalqabaaf kan wal arginee bole cidha far.bilise kaarasaa irraatti wal argine wal biraa teenye wal baree..baay'ee nama amala qabeessaa akka tahe argeraa..waaqayyoo ammayyuu ayyanaa akkasi sif haa baayisu..!
Bagaa nagaan dhuftan Ase fi Abarraa koo ❤❤
Namni Waaqayyo mormu n
Waaqayyoo sin haa eebbissu Abera
Wel come bagaa nagaan dhuftaan nuuf jiradhaa 💞💞💞💞
Nagaan waaqayyoo isiniifaa baayi'atu TV Wakjiraa tube hundumaaf
Woowwoo baayi'ee namatti toltuu Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin Ergaa babbareedaa of keessaa qaba. 🙏🙏
Yesus goftadhaa
Saa.olii haaree abbaa saa soqaa waqaayyoo moo saa.oliin soqaa attii birri soqu dhaxee goftaan imoo dhimaa siraa qabaa haleeluyyaa
Anumani iyyuu waqayyoo waan bayyee na baarsisee nama dadhabduu kaan 🥺🥺🥺🥺❣✍
Faarfataa Qaalii Abarraa Guddataa Ogummaan Dubbata.
#Dhaamsa_dhaamsan Dabarsaa