⭕️ Madaani’alam faaruu afan oromo haaraa Faarfattu Fasika Makonin መድኃኔዓለም ዘማሪት ፋሲካ መኮንን

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 20 окт 2024
  • Akotet Tube Subscribe gocha
    tajaajila kenya nuf deggaraa 🙏🏻
    Madaani’alam
    Madaani’alam inni maal dadhabaa
    Amanuel hunda ni danda’aa
    Gaafa inni dubbatu gaarri dirre ta’aa
    Madaani’alam inni maal dadhabaa
    ++++
    Ani hin yaadne ture nan hulluqa jedhe
    Micce cisichako imimmaakoo loola’e
    Dadhabinakoorrati humnisaa mullate
    nan darbe hongicha ba’aan Koo salphate
    +++
    Muummee mana kooti dursaa karoorako
    Haamaattis gaarittis barsisaa lubbuko
    Nan daganne ume naaf dhufee umaan koo
    Gammachun gutame ni qoore immimmaan koo
    +++
    Kallessa an dhuwwaa dha waan safaru hin qabu
    Lakkaa’uf mullisuf kan hin qabne waayyuu
    Arjummaa isaatini kuno har’a gutudhaa
    Qabaa kan na hindhisne haa ta’uf galataa
    +++
    Na dhowwachaa ture wanta faayidaa hin qabne
    Waan na fayyadumo yeroosaatti naaf kenne
    Hundu isaan ta’e hin taane isa malee
    Wuddaaseef galanni haa ta’uf ammaleni
  • ВидеоклипыВидеоклипы

Комментарии • 40