turtii Taatota Diraamaa Kiyyoo waliin taasifame.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 20 окт 2024

Комментарии • 162

  • @BoontuuKabeda
    @BoontuuKabeda 6 месяцев назад

    Waqayoo sin fanaa hatuu ❤❤❤❤

  • @lensa3719
    @lensa3719 2 года назад +4

    አሁን በዓርባዎቹ (40)አጋማሽ ነው ያለሁት።ይህንን ከልጅነተ ጀምረ ስመኘው የነበረነው።ይህንን በማዬተ በጣም ዴስተኛ ነኝ በርቱ በርቱ በጣም ዴስ ትላላችሁ ሁላችሁም በጣም ዴስ ትችላችሁ🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf Год назад

    Matii jalalaa kiyyoo bayee bayee jaladhaa wolyi hangumaa torbee dhfuu mudamaa annii💕❤💕

  • @rsawwss6561
    @rsawwss6561 2 года назад +2

    barsiisaa ykn barreessaa kana yeroo hundaa bayyeen dinqisfaadhaa umurii dheraadhuu

  • @getebekele5851
    @getebekele5851 2 года назад

    Derama kiyyoo bayyee addaa fi kallatiidhan wan ummataa kessa jiruui bayyee barredadha dhumaa isaa argufii mudaminne jiraa kessatuu mellallaa garaa fi sinaan bayyee nama marrar’u
    akka wallin jirtaan Abdi qabina jabadhaa bayyee isiin jalanaa!!!

  • @kennaatube5029
    @kennaatube5029 2 года назад +2

    Merii/meluu dhugamatii jabdudha ati
    Anaa dabalatee namoni heddun akka sii keessati of ilaalaan nama hin shakkisisuu Kutattuukoo jabaadhuu💪

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Kenna qalii kotuu mana ko

  • @diribegadisa1892
    @diribegadisa1892 Год назад +1

    Barnoota bareedaa dabarsitu jabaadhaa

  • @bashedu656
    @bashedu656 2 года назад +2

    Diramanii keessan bayy'ee namatii tolaa jabadha siin jalana❤️❤️❤️❤️❤️

  • @jituuoromiyaa5976
    @jituuoromiyaa5976 2 года назад +1

    Hayii meluu jarasaa kee lamanii 2 juduu tetee akanatii hasoftaa gaa hhhh bayee bareduu oromoo tiyaa 🥰🥰🥰🥰

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 2 года назад +1

    Kiyyoon baay'ee bareedadha
    Tatoonis jariifi hojjiin jaraas baay'ee bareedadha wowowo jabaadha
    Dhugaa laale qufuu dadhaabnee hangaa torbeen dhufuutti cinqaamnaa woggaa nutti tatee torbeen
    Kiyyoo😍😍😍

  • @betig8170
    @betig8170 2 года назад

    Sinaani naat tola wansaa hin beku I love sin godha hunda kessan

  • @betytube1874
    @betytube1874 2 года назад

    Kiyyoo daqiqaa fi waan ijoo ta'e itti dabalaa ,parti baayeen jireenya dhunfaa qofa

  • @habiibnabii7805
    @habiibnabii7805 Год назад

    Dhugàa diraama kiyyo hanga ammaati diraamaan isaan Wal gitu hin jiru I love you very much .

  • @zarfedegava3716
    @zarfedegava3716 2 года назад

    Dhuga Baye namati tola jabadha iti fufa

  • @devadebala4375
    @devadebala4375 2 года назад

    Woooow...dhugaa dubaachu hunduumti kessan iyyuu jajaabo dha. nuuf jiaadha!

  • @hussenbalee-oe8jg
    @hussenbalee-oe8jg Год назад +1

    Baayye naamatii tooltuu nuf jiiraadha

  • @yeshitech2000
    @yeshitech2000 2 года назад

    Yiggaramuu jabaadhu. Namoota harawaa gara artiitii fidu keetiin baay’een boone. Jabaadhu

  • @kwtkkwtk4498
    @kwtkkwtk4498 Год назад

    Dhugaa dirama kiyyo heduu jaladha hedu dasi na jedha dirama akkani qulqullina qabufi kani seera isa egate dhiyatedha hedu galatoma bakka kennya tatani nuu jiradha hunda kesani isini jaladha dhuga ❤️♥️🥰

  • @ilfuu9376
    @ilfuu9376 2 года назад

    Wwwwoww bayye namati Toluu dhugaa ijoole kunii ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @tigtijitube8325
    @tigtijitube8325 2 года назад +2

    Dhugaa bay'een issin jaladhaa jajabowwaan oromo jabadhaa ❤️❤️

  • @yeradanyeeegzaberyamasagen8257
    @yeradanyeeegzaberyamasagen8257 2 года назад

    Wooooow meliyee bayyee sii jaladhaa cimituu Oromoo sanyii too jajabadhaa hundii kesanuu!!!!

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 года назад

    Wawooo dhugaa bayee namatii toltuu jabbadhaa Oromokoo👌👌👌👌👌👌👌👌💪💪💪💪

  • @FakiihaAhimad
    @FakiihaAhimad Год назад

    woowoo rabbii isinirra hajalatu mashallah jabadha ittii fufa hadaara

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Wawrwb waraana harkiis yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa Onneen Ollaan ijaarsa

  • @fayikattube5128
    @fayikattube5128 2 года назад +1

    Bayy'ee isiin jallaannaa jabbaadhaa❤️❤️😍👌😘

  • @lalisekonjo340
    @lalisekonjo340 2 года назад

    Solani ani bayyeen jaladhee dhugaa waqayyoo amalaa isasi te'ee wan hundumaa isaaa .uuuuuuu

  • @taarikuutaaddasaa2203
    @taarikuutaaddasaa2203 2 года назад

    jabaadhaa,bayyee namatti tola,artistotaa oromoo

  • @yesrebatahir5615
    @yesrebatahir5615 2 года назад

    Diraama kana hedduu jalaane jiraa jabaadha daaqiqaa nuf dabaala

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +2

    Waan ofii beekuu Eegumsaa Eegumsaa mandisni kolfaan dhumnee hiriyyaan qaama miiraatii Tooftaa barnootaa irkoodha Agarii Tulluu maaliif mooyamee ka'umsaa maatiin yaada mo'ataan qaama miiraatii Qarreenis bultiinis waraana Eegumsaa dhoksaa dhibeenis waraana dachiidha fayyaan daguun yuniversity daniels kibrat library Onneen waraana dhibeenis furthermore waraana hiyyummaa Ethiopian soldiers Summii

  • @emebetdiribi9048
    @emebetdiribi9048 Год назад

    Bbbb jaalana diraama kiyyoo♥️♥️♥️

  • @NoriaAbdalaziz
    @NoriaAbdalaziz 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Jirraa says jireenyiis waraanaa hinarginee dhibeenis diinaa kijibanii lollis ifaa injifannoo Osoo deemnee kurreejilbaatiif injifannoo Acaaluu siyaasni Beekumsii Eegumsaa of Caqasii university Acaaluu Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis waraana

  • @akichuuabdurhman5004
    @akichuuabdurhman5004 Год назад

    Anni heduu kanin jalaadhu akaa malee diramadha kesahu dirama kiyyoo kanaa amalaa kiyaa wajin yonin laluu osson kesaa jiradhee finxaan bahaa jadhen hawaa amoo heduu namatti tolaa akaa malee namaa gamachisaaa

  • @abdussamdxaahir8925
    @abdussamdxaahir8925 2 года назад

    Maal dhugaa nati hin fakaatu garuu diraamaa keesan iti haafufuu garuu nati dhagahamaa maal waansaa

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 2 года назад +1

    Firoo fi sinaan asumatti wal loluu jedheen sodaadhee😁😁😁

  • @Yandoomedia
    @Yandoomedia Год назад

    Bareedaadha
    Mee maatii Yandoo media ta'aa kottaatii

  • @samiraabaalee93
    @samiraabaalee93 Год назад +1

    Galaatomaa Ulfaadhaa ⚫️🔴⚪️
    Sirriitti namatti toltaan dhugaa

  • @abdussamdxaahir8925
    @abdussamdxaahir8925 2 года назад

    Galatoomaa martuu garuu keessatuu siinaan sinjaaladhaa sababaa obsa keetiitiif qaalii

  • @sanyiihajiiadamsadoo5255
    @sanyiihajiiadamsadoo5255 2 года назад

    Heduu issiinii jalanaa nuu jiradhaa wogaa kumaa hundumatii kessanuu❤️❤️❤️❤️

  • @nabsoqabso2773
    @nabsoqabso2773 2 года назад +2

    I appreciate her way of actor

  • @mesytasfaya1656
    @mesytasfaya1656 Год назад

    Wwwwbayeen namati tolaa dhugaa kanii itii anuu fidaa maloo

  • @firiisanyijawar5207
    @firiisanyijawar5207 2 года назад +1

    Sinan bayee sii jaladhaa♥️❤️

  • @Llll-z6e6u
    @Llll-z6e6u Год назад

    bayye namatti tola
    jabadha❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +4

    Iccittiin Uffataa keessatti ijjis waraanaaf gurruma Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed wal'ansaa dhugaa gzxLeensaa arrabni humni dhageeffatu qabsoo DiraamaaartUrgii Dadhii eagles Nigeria ijaarsa ida'amuun international university Oromia Biyyaaf Immediately announced waraana Eegumsaa goototaa DrugIlkaaniin Arrabaan team Drlammaa magarsaa Teessuma lafaatiin welcome johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan walumaan jannaataaf wal'ansaa dhugaa hin dhageenyee sochii mul'ata Onneen waraana HaqagzxAsiyaa Muhammad akkaa Eegumsaa goototaa DrugIlkaaniin diinnis hiyyummaa Ethiopian soldiers Summii hayyootaaf jechama mallaszenawii ardaa mariif harkiis dhaqqabii garaafi Onneen

  • @mesytasfaya1656
    @mesytasfaya1656 Год назад

    Bayee sin jalaan itii fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤❤

  • @sabontuu.jimmaa784
    @sabontuu.jimmaa784 2 года назад

    Bayyee.isin.jalaalan.jabadhaa.jajabeewwan.❤❤❤👌👌

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 2 года назад +2

    Wooooowwwwwww Nooraa jennee

  • @abdalaahamd379
    @abdalaahamd379 2 года назад

    Dirama kessan baayyee namattii tola garuu maalif kuta 25 kuta 27 nutti fakkesitan kuta 27 aritidhan akka nuf gadhiftan kabajan isiin gafanna..Dirama kessan kana kessati melala hedduu jaalana nutii namoota kudhani..kennan hoo akkam jettii....kanafuu lakk bilb kessanii nuf erga.

  • @muntazammuhammad6658
    @muntazammuhammad6658 Год назад

    Hojii gariirraa jirtaanii akkaanumatti ittii fuufa

  • @hayatabdallah2639
    @hayatabdallah2639 2 года назад

    Meluf sinan hedun isin jalladha tnx jabadha

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Hayat kotuu mana ko mew

  • @zayinababudal1820
    @zayinababudal1820 Год назад

    Bayyee baredaa nu jiradhaa ❤️❤️❤️❤️

  • @MudasirAhmed-ej9xr
    @MudasirAhmed-ej9xr Год назад

    As.wr.wb akami bayyee isin jalana

  • @gaaddisaaabdallaaabdallaa1091
    @gaaddisaaabdallaaabdallaa1091 2 года назад +1

    Hedduu nutti tolee jabadhaa

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 2 года назад

    Diraama baay'ee itti gammade keessa yoo jiraate kanadha

  • @ebogetana3924
    @ebogetana3924 2 года назад

    Bayyeeee isin jallana jabbadhaa

  • @zebiidarayaabdullahzebiida9720
    @zebiidarayaabdullahzebiida9720 2 года назад

    Baye namatii tolla barumsa guda of kesa qaba dhuga

  • @tolliilovejesus7651
    @tolliilovejesus7651 2 года назад +1

    Jabaadhaa baay'een sin jaaladha dhugaa ♥️

    • @betig8170
      @betig8170 2 года назад

      Pls naaf himi Ani hagga 29 qofa lalee inni Kan naaf hin dhufinee

  • @leniasfaw7214
    @leniasfaw7214 2 года назад

    namichi yigeremu bira taa'u sun garuu akkam sobaa? fedhii fi dandeetti jedha maal baratte jedhee miti kan gaafata ture...

  • @durbeeiluu5832
    @durbeeiluu5832 2 года назад

    Adaradirama Kiyyo24 itifufa😥❤

  • @minasetilahun4449
    @minasetilahun4449 2 года назад

    Wow jajjabewan keenya

  • @glomylifej1343
    @glomylifej1343 2 года назад

    Meeluu koo , Sinan ,Firoo jaalalan isiniif qabu maalumaan isiniif ibsuuu?

  • @aashaahussen2495
    @aashaahussen2495 2 года назад

    Garu oso deram hin xumuramin interview godhu siri mitti

  • @metisalale1005
    @metisalale1005 2 года назад

    Baye namati tola 😀😀😀💕💕💕💕💕jabadha

  • @rehamdodien2987
    @rehamdodien2987 2 года назад

    Ittii na dabaladhaa ani hojachuu nan jaladhaa diramaa

  • @sameerasamee9709
    @sameerasamee9709 2 года назад

    Sinanif meelalan waanuma sirri waljibban sehen bohe ture 🤣🤣🤣

  • @lenchoroba4731
    @lenchoroba4731 2 года назад

    Sinani wawuuuuu kee addumaa .

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +2

    Laftis riqicha Biyyaaf irkoodha government garaanis Eegumsaa diinaaf hinarginee mallaszenawii Qophiidha Eegumsaa dhoksaa deemsis kurreejilbaatiif Hamii attacks ijaarsa BiranuuNagga mandisni maraannee duune minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow dugdaa Dhibee Caqasii deettuu/midnight international fedhiin lubbuu qaamaa keessa keenyaa bayee

  • @Amiinaa.Arsii.Shaashee.
    @Amiinaa.Arsii.Shaashee. 2 года назад

    Bayyee namatti tola jabbadhaa

  • @tolaaoro
    @tolaaoro 2 года назад

    Kiyyoo bayyee bareduudhaa

  • @fiqadedabali3397
    @fiqadedabali3397 2 года назад

    Woooo woooo jajabadha ormoo kooo

  • @jesesjeses2739
    @jesesjeses2739 2 года назад +1

    Melaala sin ilaaleen ejjennoo wayi qabaadhe🤣🤣🤣

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis dhibeen mootummaan biologist fayyaa dhageeffachuun imala ijaarsaOMN aswrwb yooyyaa yaannis waliin deemsis Beekumsii Ogeeyyiin fayyaan faayaa argii lafaa lafee laftis riqicha Biyyaaf

  • @xajjeebaqqalaa3796
    @xajjeebaqqalaa3796 2 года назад +1

    Shaloom amaluel jilbefaadhee hin bekuu 🤣🤣🤣

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Xajjee kotuu mana ko

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    DrTaganuu ijaa yaannis waraanaa qaamaa keessa bulchiinsa fayyaan dhiifamaa international DrNaaf yaad Geetuu jeequmsaan gadaammeessaanis sciences Eegumsaafi Beekumsii biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis kufaatii Tplf osoo beekne beellis ifaa gurruma Abbaa/haadhatii injifannoo Jimmaa yuniversity wal'ansaa haqaa UstazRaayyaa Abbaa Maccaa

  • @oromitikoo3573
    @oromitikoo3573 2 года назад

    Sanyiiwaan koo jiradha isin jalana

  • @jemerafereda8509
    @jemerafereda8509 2 года назад +1

    Sinaan har'a firoon akka hin gadhisne

  • @YerosanHirkisa-l5o
    @YerosanHirkisa-l5o Год назад

    Diraman kiyyoo hin jalqabu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    2013fi2014 laftis riqicha diinaa kijibanii lollis ifaa Funyaanis university walumaan Shinaga broadcasting dhibeenis diinaa see ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Eegumsaa hinarginee Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin waraana Eegumsaa financial services Caqasii funyeeShow OBN

  • @furtuujirenyaa2599
    @furtuujirenyaa2599 2 года назад

    Baa'yee namatii tolaa mee matii naf ta'ee please

  • @AbrahimUmarAhamed
    @AbrahimUmarAhamed Год назад

    Nuu jaala baaddee maalle

  • @samssams6714
    @samssams6714 Год назад

    Jabadhaaaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 2 года назад

    Gidduu buute giifti koo sinaan akka dagaate lola hin finnee sodadhe😃

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад +1

    Guddaa waaqqayyoon sii haa gargaruu kaa melallaa 🤣🤣🤣 Amaanuu'eel jilbilfaadhe hin beeku🤣🤣🤣

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Qalii ko kotuu mana ko

  • @sinaaf7952
    @sinaaf7952 2 года назад

    Guddaa love you 😘😘

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Silas ijaarsa ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Eegumsaa Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee jechama Taaddee Birruu mandisni maaltuu osoo beekne beellis ifaa gurruma Abbaa/haadhatii injifannoo dhibeenis mootummaan biruma =isa wallaalaa Dhibee Gaaddisaa Emergency management mootummaan keessatti Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia duula Eegumsaafi Beekumsii biruma

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Sifaa ko kotuu mana ko

  • @ajara6288
    @ajara6288 Год назад

    itti Nuuf Fufa 😢😢

  • @ibsajamal5267
    @ibsajamal5267 Год назад

    Bay'ee nubuhaarsu

  • @yikobabera7507
    @yikobabera7507 2 года назад

    Ye fazelt lejoch

  • @DiinooUmar
    @DiinooUmar Год назад

    Jabadhaa

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @fayesageda8451
    @fayesageda8451 Год назад

    baay'ee namatti toltuu

  • @xiiqiitube4421
    @xiiqiitube4421 2 года назад

    OBN MEDIA UMMAATA OROMOO GUDEDDU

  • @RoyalTeam1290
    @RoyalTeam1290 2 года назад +3

    Umaanii as jalatatii argamataan matii naf ta'a mee maloo

    • @anisjiraamallamchanell2027
      @anisjiraamallamchanell2027 2 года назад +1

      Maal jedha yutpin kee

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 2 года назад

      @@anisjiraamallamchanell2027 http//www. ruclips.net/user/kenadesaletube
      Linkin kanaa maqanimoo royal team

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Royal atsi kotuu manaa ko

  • @zebiidarayaabdullahzebiida9720
    @zebiidarayaabdullahzebiida9720 2 года назад

    Hin dhume qofa akan jennella

  • @jabbishajabbisha704
    @jabbishajabbisha704 Год назад

    ❤❤🎉🎉

  • @hayatabdallah2639
    @hayatabdallah2639 2 года назад

    Meluu hedun jalladha wlh pls pls uuuuuumpha

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 2 года назад

    Please baredu koo nu jebaadhaa

  • @iyesusyadinalmestu3834
    @iyesusyadinalmestu3834 2 года назад

    Wowow 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bona2318
    @bona2318 Год назад

    Kan merin dubatufi video walitti hindhufu

  • @hawwiijaalmarroo634
    @hawwiijaalmarroo634 2 года назад

    Jabadhaa❤️❤️❤️🌳❤️👌

    • @tolaaoro
      @tolaaoro 2 года назад

      Ethio kotuu mana ko