Waan ati uummata kana barsiisaa jirtu doktooronniifi profeeseroonni seenaayyuu hin barsiifne. Galatoomi. Jabaadhu. Hin sodaatin.Duubattis hin deebi'in.
I'm pround of PM Dr. Abiy, President Shimelis, F. M. Birhanu Jula, M. G. Yilma Mardasa., Mayor Adanech Abiebie., Dr. Lema Megersa., Prof Merara, Dr. Dima, Obbo LENCO LETA, Dr. Ali Bira, Hachalu H. Jawar M, Bekele G., Dawid I. Elemo K. Jara Abba G., Nadi G. Gudina Tumsa, Ebisa A, G. Taddese B., Baro Tu., Bakir Sabano, Megersa Bari, Yigezu Banti, Hayle Fida, etc. I THANK YOU: for your contribution to OROMO and OROMIA. That’s it!!!! They are hated, tortured, and killed because they are an OROMO. OROMO, if you deny this fact, you don't know ETHIOPIA!!!!
Really I understood politics after the oromo cames to powers oromo people really understand how defend their enemy ensure their peace and instability 10 Q for naming all heroes all together here.
Great job, Habtamu! I hope all Oromos realize this before it’s too late. Instead of going against each other, we should stand united to show everyone who we truly are. This country can’t move forward without the contributions of Oromos. Look at what we’ve accomplished for this nation in the past six years of leadership compared to what others have done over hundreds of years.
Bravo Ob. Habtamu. You nailed it. You are to the point and raised the critical issues, about which any Oromo individual should be mindful and take it seriously as an existential factors.
Waawu! Dhuguma Qaxalee dha ,goota keenya dhas,Habtish! Ummata keenya Channel TV n Yoo darbeef,of beeke of qopheessa,Galatoomi.. .deemsi keenya si waliin fulduratti.
Oromoon jaanjoo fi hinaaftuu malee kan faggeessee yaaduu danda’u hedduu of keessa hin qabu. Isayyuu alagaatti osoo hin taane walitti hinaafti. Jaanjoowwaan ganda keessa yaatee uummata darartu kanatu amma bilisa nu baasa jedhee kan abdii godhatee Abiyyirratti duulus hedduudhaam.😊
May God bless you, brother, You are speaking what I face day to day in my workplace. I'm working with those guys. Most of our people do not understand. Keep it! Don't give up, Bro. Those guys imagine/think of an OROMO on their mind; they DO NOT KNOW about OROMO NOTHING!!! They speak for themselves. They clamp hands for what they said. Habtamu GOD BLESS YOU!!!
Haabte sii waqaatu nuufkennee Sila ammaas ummaata oromoof kana xiqessan bulchuuf haala mijeffacha jiru Garu ummaaniii keenya Garu ummanni keenya irriba hin damaaqu maal goona uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu maal goona haabte
Waan ati uummata kana barsiisaa jirtu doktooronniifi profeeseroonni seenaayyuu hin barsiifne. Galatoomi. Jabaadhu. Hin sodaatin.Duubattis hin deebi'in.
Woooow gutuu Isa gafaan dhagefadhuu dhugaan jiru kanummaa jabaadhu jabaa keenyaa.baraatuu gingilchaa!!!!❤❤❤❤
I'm pround of PM Dr. Abiy, President Shimelis, F. M. Birhanu Jula, M. G. Yilma Mardasa., Mayor Adanech Abiebie., Dr. Lema Megersa., Prof Merara, Dr. Dima, Obbo LENCO LETA, Dr. Ali Bira, Hachalu H. Jawar M, Bekele G., Dawid I. Elemo K. Jara Abba G., Nadi G. Gudina Tumsa, Ebisa A, G. Taddese B., Baro Tu., Bakir Sabano, Megersa Bari, Yigezu Banti, Hayle Fida, etc. I THANK YOU: for your contribution to OROMO and OROMIA. That’s it!!!! They are hated, tortured, and killed because they are an OROMO. OROMO, if you deny this fact, you don't know ETHIOPIA!!!!
Really I understood politics after the oromo cames to powers
oromo people really understand how defend their enemy ensure their peace and instability
10 Q for naming all heroes all together here.
Let them talk we walk bro
Great job, Habtamu! I hope all Oromos realize this before it’s too late. Instead of going against each other, we should stand united to show everyone who we truly are. This country can’t move forward without the contributions of Oromos. Look at what we’ve accomplished for this nation in the past six years of leadership compared to what others have done over hundreds of years.
This is the best review of Ethiopian politics ❤❤❤
Jabadhu qaanqee show haftee sanyii gingilchii irraa Guddaa Galaatoomii
Habtee koo galatoomi dhugaa rabbii ummata keenya dammaqsaa jirta.
Dhugaan Jiru Kanuma Habtaamuu Keenya Jabaadhu Baay'ee Galatoomi.
Kan nu dhibeetu kanaa beeki Oromoo Teenya Tanaatu Of baruu didee bar Akkam Goona.❤❤❤
Habtee! Nuti ummanni Oromoo baay'ee si jaalanna.dhugaa jiru itti himi! Waan harka keenya jiru abadan hin argitan jedhiin.❤
Jabaadhu tokkummaa faarsuun kee akka malee nagammachiise kan wal nyaachisu duwwaa ta,e❤
Waw 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 dhugaan jiru Kanuma kana kan faalleessu yoo juraate seexxana qofa jagna koo( Haafte ilmaa Haqaa)
Jabaadhu niwukilar kee itti gingilchiiiiii! Of eegiii garuuu Ganda budaa tana! Nama hedduu nu jalaa nyaattee!!
Akkasuma politikan jirtu thank you for your amasing understanding
Bravo Ob. Habtamu. You nailed it. You are to the point and raised the critical issues, about which any Oromo individual should be mindful and take it seriously as an existential factors.
Keep it up Habitish, please come every day I love your show. Your message is great ❤
Waawu! Dhuguma Qaxalee dha ,goota keenya dhas,Habtish! Ummata keenya Channel TV n Yoo darbeef,of beeke of qopheessa,Galatoomi..
.deemsi keenya si waliin fulduratti.
Habtaamuu, jabaadhu.
Habtamu koo naaf jiraadhu ati iccituma jara kana jalaa baasa jirtaa jabaadhu
Mucaa baga dhalatte ,dubbadhu wan takkalle if duuba hin laaliin dimokraasi jechuun kana guyyaa yaada kee bilisaan dubbatte ,waan namni barbaadu dubbachuu miti ,...galatoomi
Tokkummaa tokkummaa tokkummaa
Yaa ilmaan Oromoo tokkummaa
Qabeenya Oromoo kan kunnuunfatu OromoofiOromoo qofaadha.Nuti sabni Oromoo kan dhufe osoo hin taane kan itti dhufaniidha.namni gadi fageenyaan seenaa ofii baruun kitaaba seenaa Oromoo hanga Jaarraa 16ffaa jedhu dubbisaan ergaa kooti! ❤
Fetari yibarkih haqu yihe new❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Habtamu dhugaa keeti . Waaqni tokkumma nuuf haabusu malee waan biraa kan jennu hinjiru !!!
❤❤❤jabaadhuu dhugaa jette sabakoo oromon tokko tahu qabaa❤❤
Akkam jirtaa fayyaa Haftee keenyaa jabbaadhu
Habtee koo ati sirrii jirtaa itti nuuf himi Uummata keenna kana ❤❤
Wow!! Good idea!! True!! I wish all United Oromo understood this guy!!
Gallaatoomi lenca koo.❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Callistee hin iyyin haaboo waan ati dubbattu kana namni dubbachuu wallaale hin jiru
።።Habtamu nagadha ?Baga jiraattee ! Tokkummaan Saba Oromoo akka jabaattuf waan ati gochaa jirtu kun baayyee gaaridha . Habtish namn Chuchu jedhamu asaa wa'ee saba Oromo Obbo Lencoon Midiyaa tokko waliin godhanirra kanka'ee saba Oromoo walumaa galatti arrabsaa salphisa midiyaa argamee hundarratti maqaa baleessa jiraa .Mee yaada kana caqasii nuufidhiyees .Galatoom !
አቦ ይመችህ
Kaadiree PP ummaataf jedhee biyyaa galee jedhaa farsituu kun
Habtamu, Gooftaan si haa eebbisu🙏 Jabaadhuu👍
Oromo dammaqi👀
Oromoon jaanjoo fi hinaaftuu malee kan faggeessee yaaduu danda’u hedduu of keessa hin qabu. Isayyuu alagaatti osoo hin taane walitti hinaafti. Jaanjoowwaan ganda keessa yaatee uummata darartu kanatu amma bilisa nu baasa jedhee kan abdii godhatee Abiyyirratti duulus hedduudhaam.😊
100% agree. Oromootu addaan walqoode malee jarri Oromo addaan qooddee hinbeektu. Kanaafan isaanii mannaa bineensuma Hacee keenya nyaate sana wayya laata jedha, otuma akka handoodee natti hadhaawuu. Waraanni Oromia keessati deemaa jiru dhaabatee Oromon tokkuummaan jara kanatti duulee dhabamsiisuu baannaan fuundurri Oromo dukkana.
❤ guddaa galatoomi habtee koo kan keenya kun baayyee nu dhukkubsaa jira ammallee. Nutu keenya hubachuu didaa jira malee keenya nu hubateera duruu
Nuujiraadhu umri dheraa❤❤️🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹👍👍👍
Jabaadhu aderoo Habtamuu lamuu dhugaa baanta metiin harka ofii irraa kopisoodha ykn jedha oromoon yeroo mamaakuu
Yaadikee gaariidha Habtumu Hata'u malee
Tapha siyaasaatu nurratti baayyate
Takka Takkaa Motummaan ofiima isaati OROMOO adda adda baasuu barbaada
Waan tokko tokko immoo
yaroo umaamu .
Media adda addaa irratti waa'ee tokkummaatu Labsama
Gidduu Gidduu nu hingodhinaa !!! 🤔🤔🤔 Yaadikoo siigala jedheen yaada isan barreesse caala
Habtumu
dhugaa keeti haftee
Jabaadhu baayyee galatoomi habte
Jabaadhu Habtamu Lamuu dhiira lafti wallaggaa biqilchite!
Right You Are Bro.
Habtaamu kiyyaa jabadhu sifanna jira
What amazing attitude
Dhugaa argadhu Habtee koo.❤
❤
Misooma koriidorii Fifinnee isaantu hojjete utuu ta'ee off tulumaan isaanii hindanda'amu ture, amma garuu waanuma akkana bareedu balaalefatu.
Thank you brother this is the reality
Hhhhhhhh yimachish habtisha❤❤❤❤❤❤❤
Ati iyyitu malee hindhagahamuu xiqqoo miira keessa bahi mee
Oromoon hundii amma dammaquu qaba 🙏🙏🙏 galatoomi ati🙏🙏
Afaankee dammaan qabbaadhuu umrii dhertuu nafjiradhuu
Habtish! You are most welcome!
Habte ati dhugaa dubbattam
የእውነት ትችላለህ ያቀረብከው ሁሉ ትክክል ነው❤❤❤
May God bless you, brother, You are speaking what I face day to day in my workplace. I'm working with those guys. Most of our people do not understand. Keep it! Don't give up, Bro. Those guys imagine/think of an OROMO on their mind; they DO NOT KNOW about OROMO NOTHING!!! They speak for themselves. They clamp hands for what they said. Habtamu GOD BLESS YOU!!!
Gaarii dha, jabaadhu!
warri Ethiopia keessaa turmaata waggaa kuma afur(4000) qabdu oromo isa yoo xiqqaate turmaata waggaa kuma kudhan(10000) ii ol qabuun kara adeemtota jaarraa 16ffaa nuun jetti. wow! galatoomi Habte oromoon oromummaa isaa akka lubbuu dhiiga keessa jirtuutti ilaaluu qaba. dhiigaaf lubbuu addaan baasanii jiraachisuun akka hin danda'amne. oromoon oromummaa isaa ganee jiraachuun hin danda'amu.
like godhaa warri jaalattan!
Haabte sii waqaatu nuufkennee Sila ammaas ummaata oromoof kana xiqessan bulchuuf haala mijeffacha jiru Garu ummaaniii keenya Garu ummanni keenya irriba hin damaaqu maal goona uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu maal goona haabte
Long live Birhaanu Julaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Jabadhu ❤❤
Jabadhuu🎉🎉🎉
Namanaa waa siif hima, aangoo fi yeroon ni dabarti, Oromoon garuu bara baraan ni jiraata, Dr. Abiyyiin beenyaa Oromoon kaleesaa siif kaffalee achiin sii ga'ee dagachuu hin qabdu nuuf jedhaani, tarkanfiin siyaasaa kamiyyuu madalamaa fi kan namuuma gidduu galeessaa godhate tahuu qaba, immoo warrii biyyaa bulchaa jiraan Uummataf naatoo qabachuu qabu, tana qalbeeffadha nuuf jedhaanni
Namni Naga hin feene bilxiginnaa fi seyxaana
Jara kana ka boollaa baasee akka sabota biyya sanaa irratti diddigan godhe jaruma ati sagadduuf kana😢
Jabadhu
Jabaadhu jabaa Keenyaa
Yes nuf jabadha
ልብ ያለው ልብ ይበል እንግዲህ ከሊቃቸዕ እስክ ታጋይ ነኝ ባይ ለኦ 14:47 ሮሞ ሕዝብ ያላቸውን ጥላቻ እያየን እየስ
Wow ❤❤❤
Jabadhuu
Dhugaa jette Oromoon of baru qaba
Habtee koo jabadha jajebessa itti himi yaa dhagahanii
Right 👍
Haabtish jebaadhu sichinaa jira bollessakko
Habte Ati sammuu yaduu qabaa bayyen gammade jecheke sigale jira
Habetamu gaalatome🙏
Amarri nun barsifne nurra baratan male qunxadhan dhufani surre kayachu nirra baratan harren dhufani farda yabachu baratan cantan dhufani kope kayachu❤ nurra baratan🎉
This is preaching
Isuma kaleessa jechaa turte jedhi
Galatoomi❤🎉
Sirratti barameeram
Well explained❤
kana meeshaan
Jabbaadhu🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤si jaalanna nuttis tolta❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯
Jabadhu Habtish❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qomceen ሀሬኛ maleesa አርበኛ hinqabdu !!!
Habtamukoo ❤❤❤❤❤
dhugaa keeti leenca kiyya
Dhira Nama 💪💪💪💪
oso akkasitti yaadne akkas hin jennu qabaachu walaalle mootummaa kana thank you
Dhuga ketti
Married kataka nun barsifne nurra baratan male qundhan dhufani surre kayachu nirra baratan harren dhufani farda yabachu baratan cantan dhufani kope kayachu nurra baratan🎉
Furii
Yes
Nagaaaaaaaaaaaaaa barbaada uummanni kuni
Deeggartoonni Abiy Ahmed Oromoo hin taane hunda arrbsan jiru. Lola labsuun isaanii ilmaan Oromoo qofa gara waraanaatti erguu akka danda'an agarsiisa.
Dhugan kanuma
Exactly 💯💯💯💯💯
Jabaadhuu oromoon baay'ee hin naqaanee
Excellent 🌹 🌹 🌹
Dhugaadha habte nuuf jiraadhu dhugaa jiru haasofte