simannaa jawar mohammed 07.01. 2022

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 21 окт 2024
  • simannaa jawar mohammedif baqalaa garbaa naannoo kallitti mana hidhaatti uummanni oromoo 10'000 ol bahee gammachuusaa insataa jira.

Комментарии • 6

  • @romanechala2006
    @romanechala2006 2 года назад +1

    Mashallah jawar keenya baga nagaan nuuf baate goota oromiyaa

  • @fatiyahmusa3500
    @fatiyahmusa3500 2 года назад +1

    Mashallah baga nagaan nuuf baate jawwee keenya

  • @markoschala4697
    @markoschala4697 2 года назад +1

    Mashallah jawwee keenya baga nagaan nuuf baate

  • @fatiyahmusa7086
    @fatiyahmusa7086 2 года назад +1

    Mashallah jawar goota keenya baga nagaan nuuf baate

  • @newneshida
    @newneshida  2 года назад

    Mashallah jawwee keenya bahuusaa gaafa arginu gammachuu guddaatu nutti dhagahama baga gammaddaan uummatni oromoo hundi!

  • @markoschala62
    @markoschala62 2 года назад +1

    Jawar goota oromiyaa welcome jenneerra