Комментарии •

  • @bunagimbii2712
    @bunagimbii2712 3 года назад +20

    Waan Oromoon qabu oromoof beeksisuun kee jabaatee itti haafufu 👍
    Hojii boonsaa hojachaa jirta 🎯👍

  • @jilooqocoo2225
    @jilooqocoo2225 3 года назад +1

    Bayyee takka galatoomi waan ofii
    Keenya haabtee itti jabadhu

  • @asnakechdenboba6530
    @asnakechdenboba6530 3 года назад +23

    ሀብትሽ ምርጥ የኦሮሞ ጀግና ስንወድክ ኑርልን ፈጣሪ እረጅም እድሜ ይስጥልን

  • @olinadhufe4338
    @olinadhufe4338 3 года назад +1

    Habtaamu baay'een qaanqee show jaalladha. Garuu namittii adala kana ishee Angaassaa jedhamtu bitamtuu kana ija keenya dura hinfidin !

  • @shaashituucawaqaa6784
    @shaashituucawaqaa6784 3 года назад +2

    Wow baay ee garidhaa waqaayyoo si haa ebbisuu oromoo qulqulluu koo

  • @jalduukoluuqaqaaliitube9216
    @jalduukoluuqaqaaliitube9216 3 года назад

    Qaanqee Show qaxalee Haftee jabbadhuuu baayeen naamatii tolaa hojiin kee baayee yadaa namaa bareesisuu cuftee dubbataa😍😍😍🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤🥰😍😍😍😍

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 3 года назад

    Sabonaa oromoo kenyaa bagaa nagaa dhuftee ❤️💞💞💞💞 nuuf jiraadhuu leencaa sanyii Koo ,, , , Habtashii , ,, ani Kan jiruu Dubai ,, Biniyam , suraa Haccee hojjatee naaf erguu dandaah Maloo

  • @ayatiayaati4473
    @ayatiayaati4473 3 года назад +1

    Dhugaa atii gota oromoo jiradhuu Abatee koo🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆💋💋💋❤💚❤👈

  • @jilooqocoo2225
    @jilooqocoo2225 3 года назад +1

    🥰👍👍👍🤩👍👍👍👍👍👍👂👂👈
    Gaalani kee Bilisumma siif
    Haatahu siin ja'aan leencaa koo
    Leencaa caaluu

  • @bentissilam7969
    @bentissilam7969 3 года назад +1

    Goshi qaxalle koo siifi haa barakattuu

  • @tametube1313
    @tametube1313 3 года назад +1

    Abiyyi dhama'aadhaadhiisi kadhaa hin beekuu Jaldeessi kuni.
    Hundaafuu galatoomi bro Hamtaamuu.❤💚❤

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад +2

    Wwwwwooo sodaree koo baga nuf debite bayyeen gamade waaqa 💝💝💝💝👍👍👍👍

  • @yearsiiassalalij2668
    @yearsiiassalalij2668 3 года назад +3

    Habtish dhugaa rabii bekumsaa qabduratii siif haa dabaluu nuf bulii hamtuun sin argiin lencaa hatii desee umrii dheradhuu I miss you 😍😍😍👍👍👍

  • @leencooabudurhmen9994
    @leencooabudurhmen9994 3 года назад +1

    itigafatama wajira qanqe show saganta gingilchaa jeneral habtamu lammu harka fune

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 3 года назад +1

    Abtee koo jabbadhuu gingilchii si wajjiin jirraa

  • @yearsiiassalalij2668
    @yearsiiassalalij2668 3 года назад +18

    Ahlaan haptee qalii kenyaa anaa dhufuu❤️❤️👌👌itti mudii gingilchaa kee

  • @faxumaitalaislam2873
    @faxumaitalaislam2873 3 года назад

    Dhugaa keti haayuu oroma iti fufi waan garii hojataa jirataa 💗💯

  • @naolregasa7899
    @naolregasa7899 3 года назад +1

    Qaanqee show jabaadha ammayyuu gara fuula duraatti imalaa

  • @robaoddaa2362
    @robaoddaa2362 3 года назад

    Qanqe’e show qoopheesaa habtishi
    Heduun siraa gamaade’e akata ati qoophesituu
    Good job 👍🏾

  • @عفافالحجيلي-ج4ص
    @عفافالحجيلي-ج4ص 3 года назад

    jabbadhu gingilcha koo jabadhu xaafi fi habbaqqa adda nuf bassa jirtta jabbadhu

  • @bunagimbii2712
    @bunagimbii2712 3 года назад +8

    Fayyaa ta'ii Qaxalee itti himii👍

  • @kunudmuhamed9568
    @kunudmuhamed9568 3 года назад

    Abo hedduu naff taatee kiyyaa jabadhuu habtesh siciinaa jirraa abshir

  • @ahmedhussenarbay3590
    @ahmedhussenarbay3590 3 года назад +2

    Dhugumaa dhugaa heddun eega jira sagantaa jabaadhu

  • @odaabultum2662
    @odaabultum2662 3 года назад +1

    Haftee gingilchaan qaanqe show waan baayee nubarsiisaara jabaadhu leenca sabaa

  • @gemechuduguma7372
    @gemechuduguma7372 3 года назад

    Qaanqee show waan baay'ee nu barsiifta!

  • @Gezayeinatu
    @Gezayeinatu 3 года назад

    Anaa dhufuu hayuu kenyaa jabadhuu waqayoi sii haa gargaruu

  • @misakotola371
    @misakotola371 3 года назад +1

    Dargageessi konkolaataa ibiddi itti qabate badii jalaa lubbuu fi qabeenya baraare Magaalaa Bulee Horaatti akka sirraa'u

  • @geletaabera1344
    @geletaabera1344 3 года назад

    karaa sirrii irra jirta jabaadhu Habtaamuu ilma sabaa sabaaf jiraachaa jiru.

  • @mariamatyope2908
    @mariamatyope2908 3 года назад +8

    ሀብትሽ ኮ በርታልን ፕሮግራም አያመልጠንም እከታተላለው አሪፍ ነው 💪💪💪💪💪💪❤️❤️

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад +7

    Gingilchaan kee naf ta'ee jabadhu habtee

  • @zamzamzamzam3009
    @zamzamzamzam3009 3 года назад +5

    Welcom habtamu jabadhaa lencaa kenyaa 👍💯❤💪💪💪👍❤💯

  • @miftahhoussein3121
    @miftahhoussein3121 3 года назад

    As wr wb masha allah dinqu dayyas abba oromo hundati alham dililah baga waluman gammadan ya sodari olibuli ijinaa sirra hachabuu

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 3 года назад

    Whwww mashallah bagaa rabbii debise sodaree baye.ee namaati tolaa

  • @shukriyamuhamud3230
    @shukriyamuhamud3230 3 года назад

    Habtee wan garri hojacha jirta jabadhu 🙏 ummani durran dhabaa ABO kessa turan wa'een isani nama dhiba dhuga! Warra kayyon isani irra tuqamte nati fakkata.

  • @hayuaman4344
    @hayuaman4344 3 года назад

    💚💜💜💜💜💙💜💜💞💞habteee sii jalanaaa umrii nuu dheradhuuu

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 года назад

    Hafite qaxale kenya nufi jiradhu💪💪💪💖💖💖💖

  • @hevenushalom1066
    @hevenushalom1066 3 года назад +1

    Qaanqee show bayye galatoomi habtamu lamu you make my day

  • @gemechukebede7051
    @gemechukebede7051 3 года назад +2

    Galatoomi Haadhoo keenyaa dadhabbii guddaatiin qophii bareeda qopheessiteetta.Garuu lubbuun qaqqaaliiwanii akka baalaa harca'aa jira Oromiiyaa keessatti,osoo qaanqee show kallattii furmaataa kan ta'u beektota mariisisee qabatee dhiyaate bareeda dha. ulfaadhu umurii dheeraa jiraadhu Waaqayyoo si ha eegu.

  • @mueezeynu
    @mueezeynu 3 года назад +1

    Obbo Haabtamu bayee ulfadhuu walahi gingilchan kee 37 kuun baayee bayee kanufayadudha galatomi jabadhu attii siluma dhugaa hiin dabsituu amas jabadhu

  • @yaredgudina3539
    @yaredgudina3539 3 года назад

    Jabaadhu Qaxalee. Waan gaarii kana itti fufi

  • @abdatabekele8553
    @abdatabekele8553 3 года назад +1

    Bifa haaraadhan haqa oromoo baasaa jirtuuf galata qabda!!

  • @bunagimbii2712
    @bunagimbii2712 3 года назад +10

    Qaxalee Oromoo baga jiraatte 👍
    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @ramadaanabdii1551
    @ramadaanabdii1551 3 года назад +3

    Jabaadhu ilmakiyya ka Hangafaa

  • @kemalkitaba2280
    @kemalkitaba2280 3 года назад

    Habtish hojii dansaa dalagaa jirta nama gammachiisa.
    Magaalichi garuu yaaballoo osoo hin taane bulehoraa which is far away about 100km from yabello.
    Jabaadhu
    Horii buli!

  • @bilisabahu2863
    @bilisabahu2863 3 года назад

    Galaatomii ayyuu kenyaa ,!
    Hacee kentaa yommuu sin dagaattuu oromoo n lammiiiiiiin kee ♥ ❤ 😢

  • @wayiniwayini3607
    @wayiniwayini3607 3 года назад +1

    Dhugaa waan si qabnuuf heedduu sittii gammaadna nuuf jiraadhu

  • @dabbalepicture2748
    @dabbalepicture2748 3 года назад +1

    Yaaballoo kan jette Bulee Horaatti jijjiri Habtish iddoo Bule Horaatti waan taa'ef, mirkaneefaadha maaloo

  • @Lenjisohabebe
    @Lenjisohabebe 3 года назад +1

    Jaartiin tun baayyee afuuftii bar barana Birhaanuu fi Birhaanee dadhabne.

  • @mahiyiiramadaan6076
    @mahiyiiramadaan6076 3 года назад +1

    Jiradhuu H kenya heedduu sii hordafaaa jiraa jalqabaa 1 fi 37 sii waliin jirraaa 143

  • @arsioro8329
    @arsioro8329 3 года назад

    Wwwww haftee jajaabadhuu wan gaarii dalagaa jirtaa haftishiii

  • @abubakeribrahimofficialcha610
    @abubakeribrahimofficialcha610 3 года назад +1

    Akkana Bukkura Namaa.Jabaadhuu

  • @hayuaman4344
    @hayuaman4344 3 года назад

    qanqee show hedun jaladhaa yoon areelee sitin arii koo dagadhaa jabadhuuu

  • @hannaataddasaa9320
    @hannaataddasaa9320 3 года назад +6

    Nami akkaa kee kun osoo miliyoonaa dhalattee maal qaba nama Dhugaa jalattuu Eebbifamii

  • @zabibaahmad7478
    @zabibaahmad7478 3 года назад

    Wowowowo nama Aja, iiba Lubbu ofii gummachee. Saba ofiiti jechaa.

  • @uaeu3800
    @uaeu3800 3 года назад

    atii nuuf jiradhuu sayii koo waggaa kumaa tokko😍😍😍

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 3 года назад +5

    Galtoomaa qanqee showe ulfaadha💪🎧🎧🎧🎧🎧

  • @turekadir823
    @turekadir823 3 года назад +1

    Baggaa ngyaan dhuftee jeneral💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕

  • @نصرةادريس
    @نصرةادريس 3 года назад +2

    Mashalla bagaa nagan dhufteeeee

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 года назад +1

    Abiyi abshir fuula rabbi inuma dhaabbata guyyaa tokko ☝️mallasu waraanan seenne waanan buuna osoo jedhuu mootin haqaa osoo ararama waaqa hin gaafatin gara azaaba ykn si'ooli deeme jabaa nurraa sitta ajaju

  • @halima1294
    @halima1294 3 года назад

    Gingilcha kee bay,ee namati tola, jabadhu❤❤💚💚❤❤

  • @rabowaqjirahatau4073
    @rabowaqjirahatau4073 3 года назад

    Kun Oromoo mitti.nama safuu Oromootu hin beeknee.balaagee dandiirraattii guddaateedhaa.nama haadhaafi Abbaan hin gudsneedhaa.nama siyaasaattis mittii.

  • @wacaalewalloo5224
    @wacaalewalloo5224 3 года назад +1

    Thank you bro jabadhu Habtish ❤👌👌👌👌👍👍👍👍

  • @meseretwelde8836
    @meseretwelde8836 3 года назад +1

    Noruu qaxaalee keenyaa
    💪💪💪💪💚❤💚❤😍😍😍😍😍
    Jabadhuu

  • @siihamsiiham5583
    @siihamsiiham5583 3 года назад

    Jabaadhu qaxale haabtee keenya

  • @gemechuduguma7372
    @gemechuduguma7372 3 года назад

    Qaanqeen show gara broadcastiitti jijjiiramu danda'a!

  • @feisalsarur1903
    @feisalsarur1903 3 года назад +1

    Habitiye mee mani sifi gona.nufi jiradhu dhiraa nama ❤️💋💖

  • @solomon5376
    @solomon5376 3 года назад

    Hojii gaarii dha! Jabaadhu!!

  • @Asliyatube37
    @Asliyatube37 3 года назад +7

    Bagaa nagayaan dhuftee Obboo Habtamuu kenyaa Hordoftotaa Qanqee Show Mee Asumaan Channel kiyyaa Subscribe naf godhaa Basii isin hin Gaafatuu Oromoo Ko

    • @dagnustudio3457
      @dagnustudio3457 3 года назад +1

      ruclips.net/video/aM59em1WiYQ/видео.html

  • @oromiaentertainment193
    @oromiaentertainment193 3 года назад +2

    Great job keep it up haptee

  • @wayessaolkaba249
    @wayessaolkaba249 3 года назад

    Hojii gaariidha Habtish. Waanuma nu ijaaru irratti xiyyeeffadhu!

  • @ofiinbulaa7528
    @ofiinbulaa7528 3 года назад

    This one is simply superb

  • @Zainab-uy7mo
    @Zainab-uy7mo 3 года назад +2

    Namni akkaa keessani osoo bayatee maali qabaa lataa
    Waaqayyoo isiin haa ebbisuu

  • @misbaahuabdu1497
    @misbaahuabdu1497 3 года назад +1

    Anaa dhufu habtee keenya nuuf jiraadhu

  • @abdatadhuga7237
    @abdatadhuga7237 3 года назад

    Laali gama biraan deeninnatiin dursee Tigraayitti kaampii leenjii wbo ijaaree akka waan duraan tureetti Woraana daawwachiisa. Mee gaafii fi deebii jeneraal Muzayyin caqasi.

  • @sinaaf7952
    @sinaaf7952 3 года назад

    Nuti hoo warreen biyyaa biroo jirannu ummataa oromoo biyyaa kessaaf gumachuu barbanna abo biraa dhabachuuf fedhii guutun qaba 😢😭

  • @wodehord7063
    @wodehord7063 3 года назад +1

    Habtshi bayye glatomi❤️💖❤️💯💯💯✅✅✅

  • @wakeyodabi202
    @wakeyodabi202 3 года назад

    Jabeessi yaada itti fufi...haqa qabna akka warrattiin safuu hin qabne miliksitu miti...
    "NAMA AJAA'IBA DUBBACHUUFILLEE NAMA DHIBA
    DIINA CAALAA NUUN TAPHATTE FIRRI KIJIBAA" Jedhe Fayyeen. Hedduu galatoomi yaada amansiisaadha kan ati nuuf kennitu...

  • @qeerroowalloo2391
    @qeerroowalloo2391 3 года назад

    Dhugaa rabbii Hasofnii Habtaamuu lamuu nabochisee😭

  • @futurebillionnaire
    @futurebillionnaire 3 года назад +1

    dhugaan siif galte isuma nuuf galee waan goonu dhabnee teenyee gubannuu dha. ati sarees, loonis, namas, bineensas, diinas ta'i pp deeggarta taanaan isaan dr mitii mootii godhanii si muudu waan argaa jirruudha

  • @ahmedsulee
    @ahmedsulee 3 года назад +6

    Welcome habte

  • @lensagammada3364
    @lensagammada3364 3 года назад +1

    Girlfriend Takele Uma, argaa ishee😷. Duura Hailu Gonfaa jeelaa kachaa batee wogoota 10f, ishee kanuma mallaqa 💵 💰 itti kennee jeela kaati yommu. Abba Hassani what a shame, all because of his son Hassan Hussein and Leenco Baati: salphinaa fi qaanyii akkana nama hin argisisini😬🤔🤦
    Sagantani kee hedduu hawatadha Obbo. Habtamu...jabadhuu.

  • @bekiagurmu3656
    @bekiagurmu3656 3 года назад

    Ati 1ffaadha Leencakoo Umurii dhuuf Dheeradhu Qaxalee Ilmaa

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 3 года назад +1

    Habtamuu koo namni akkaa kee kun osoo miliyoonaa dhalatee maal qaba garuu nama dhugaa jalattuu Eebbifamii

  • @sifanyoutube7240
    @sifanyoutube7240 3 года назад

    Baga nagani dhufete habate koo bayyee sii jalalan dhuga

  • @ahmedsulee
    @ahmedsulee 3 года назад +6

    Baga nagahan dhuftee habtee

  • @gedefadinsa
    @gedefadinsa 3 года назад

    jabaadhu Qaxalee keenyaa!

  • @miresa7048
    @miresa7048 3 года назад

    Jeneraalichi Dhugaadha anattis toleera!😍

  • @kooabdinjiramegersa1131
    @kooabdinjiramegersa1131 3 года назад

    Wow na gamachiseraa banamunsaa

  • @نصرةادريس
    @نصرةادريس 3 года назад +2

    Bayye sijallana si kabajjna

  • @seidshow9647
    @seidshow9647 3 года назад +1

    Dinagden Nucabsuf sodareran marsuuf hayuu kenyaa hidhaa ibarbanuu jedhaa

  • @ufitahiijiraadhu91
    @ufitahiijiraadhu91 3 года назад +2

    Baga nagahani dhuufte 😍😍😍😍💯

  • @robaoddaa2362
    @robaoddaa2362 3 года назад

    Qanqe’e jabadhuu sibiraa jiraa

  • @ghgghggff7925
    @ghgghggff7925 3 года назад

    Aahhhh garan nugubate dafxar abiyi hatudha

  • @dhidhimsaachannel1768
    @dhidhimsaachannel1768 3 года назад +2

    Qaanqe show jabaadha

  • @tesfaberhanu4044
    @tesfaberhanu4044 3 года назад +2

    Maaloo, warra hattootaf gantoota akkasii saggantaa ke irraat dhiheensuun ke baayyiise gaarii dha. ammayyuu jarreen akkasii saaxil baasuu irraa of hin qusatiin. galaatoom!!!

  • @hawwiiwallaga4149
    @hawwiiwallaga4149 3 года назад +1

    Nuuf jiradhuu atillee

  • @mebrattsegaye1039
    @mebrattsegaye1039 3 года назад

    Waaqayyo Gudaa Siiyaa Ebiissu Hdhookoo

  • @kenaskids4126
    @kenaskids4126 3 года назад +1

    Habtish!!!!!!!!!!!!!! Long live!!!!!!!

  • @tamenediribsa1371
    @tamenediribsa1371 3 года назад

    Habtish jabaadhu eebbifami

  • @bunagimbii2712
    @bunagimbii2712 3 года назад +6

    Down Dawn Ethiopia 🎯😄