Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wo wowo ani sirba bayee hin dhageefadhuu garuu Bayee namati tolaa jajabee sabontu oromoo nufi jiradhuu
Jabaduu qalii koo
Hedduu namatii tolaa Hawwii tenyaa nuf jajjabadhuu rabbiin sii haa eguu
Baga dhalachu kenya gofta iyesus kirstosin ishin gaheee ayyana gariii
Wow hedduu bareeda hawwii bareedduu waraabbiinis natti tolee jira Kiliippii Ajaa'ibaati🙏
Galatomii Afaan oromotin nuf sirbuu ketifii Garuu sabinii Gabrumaa jalaa jiruu jalalaaf Yeroo qabuu yoo dadesee Sirbaa oromoo fi oromiyaa qofaa nuf sirbii kan oromiyaa farsuu qofaa si jalanaa sabotuu oromoo 🥰❤💚❤
Hiikanii sirbicha siif hin gale faakkataa. Waa’ee jaalala mitii
Nyaataan garaa eegaanAbbaa karaan ummataaf irkoodha garaan gzx kabeekuufi ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah
Yaa raabbii gingiichaan dhugaa sii biraa jiraa
Hawwiin nama oromoof murannoo hojjatudha saanyii ofiii buliii jiraadhuu gaantuu akka salihaa ajjoftuu sana itti him maqaashammaran keenyaa balleessittii hawishii siin jaalan.⏳⏳⏳⏳⏳⌛⌛⌛🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩🏩
Jabadhuu.itifufii.bayee.baredadhaa.garuu.ilalchaa.namaa.qabdaa.dhisii❤
Hawwii baga nagaan dhufte jabduu koo furtuu media galatoomaa
Hawii koo jabadhu bagaa nagani dhufee qotiyoo koo biree koo gagarii koo garani rafuu diddee kee garani akkami
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚❤❤
Nuuf jiraadhu baareedukiyyaa haawiiko baareedu kenyaa💋💞💞💞💞💞💖👍👍
Ergaa ani achii sii ka'ee essaa fidee yaada moofa afaan damma haa goodhu Waaqani Uuuffffffff nuuf jiraadhu Saboontu namaa
Hawwii kooo galatomiii garuu siribaa oromiyaa jedhuu akaumaa haccee nuufii sirbii ishii onnee💞💕💚💛💞💓🧡💗❤😭
hawi koo baga nagan dhufate❤
Ofi hin rakkisin yookiin achi cittee pp hin taatuu ykn asi citte saba hin taatu rakkattuun tuni seenaan si hin dagatu kan ijoollee waraanatti ergaa turte
Jabduu oromo kan ejjannon ishee akka hacee . galatoomi way sagalee kee
jabduu akka feroo nuu jiradhuu❤❤🥀🥀
Hawwi tenyaa tole jabadhu sanyii too
ሰላም ላንተ ይሁን ፍርቱይ ወንድም አለሜ ለሀገራችን ሰላም ፍቅር አድነትን ፈጣሪ ይስጠን መተሳሰብነሰ መልካም የምንሰራበት የመድለን ("ኮድ ስልሳ አንድ)
Baga nagadhi dhuftee ❤️💚❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 baretoo
አብዲ ኮ እንተለ ሸዋ ዋው ሀዊኮ ጀባዱ 😘😘😘
Hawwi jabduu tenyaa ❤️❤️💚💚❤️❤️
Wo Wo heddu gareedaa furtuu keenyaa nufi jiradhaa 😍😍
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏🙏
Egaa achii sii kayee essaa futee yadaa mofaa
wwwwww baga naga dhuftani sanyii Like sheri bayee namati tola jabadhu itti fufi ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Uuuuffff sagalee kee akkami baredaa jabadhuu
Baga nuuf deebite Hawwishaa teenya🥰🥰😍
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiikoo orokkoo
Hawwichooo galaatomi baay'ee.....ammaayyuu itti dubbaati hin debi'iin!
Anii Gulmaan Barbadaa Ati Nan harkiisin Irtatii 😘😘😘😍😍😍 Hawwikoo
Woooow waan baredaa bareddu jajabeetoo
Future Bayy'ee barreedda Dha. Gallatomma. Love it
Wwwwowwww Hawwii koo nuufii jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤
Baay'ee baredaa jabduu koo nu jiradhuu si jalaanaa ❤❤❤❤❤❤
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko orokoo
Hawwii ''sokki achi'' jabadhu kodee.
እንኳን አደረሳችሁ ለጌታችን ለመደሀኒታችን ለእየሱስ ክርስቶስ የልደት በአል አመሰግናለሁ ጥሩ ዘፈን ነው
Wwwwwooo bagaa dhalatee haawwiii koo sanyii koo
Bagaa nagaa dhuftee wow ❤❤❤❤❤❤💋👌
Wwww Jabduu tenyaa nuufii jiradhuu 👌👍👍🥰🥰🥰❤💚❤
Gaalatoomii lafee tiyyaa jabduu too 💚❤💚
ሠላም ጤና ይድጥልኝ ዋው ወዝውዝ አሪፍ ነው ከልብ እናመሰግናለን ወንድማችን ኑሪልን
Galatomi hawi oromo nuf jiraadhu haabaa hacee ❤️💚❤️🙏🙏
ሰላም ለዚህ ቤት ይሁን ፍሩትዬ ይተርጎምልኝ አልገባኝም ግን ቡሬ የሚለው ገብቶኛል ደስ ይላል
ሰላም ሰላም ሰላምክ ብዝት ይበል ወንድሜ ፊሩቱ እህታችን ከልብ እናመሰግነለን ለሙዚቃሺ ዋውውው👌🙏💃💃💃💃💃💃💃🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Nufis yaa roobukaa!!!!!!!!!!!!!!!!!
እንኳን አደረሳችሁ ለብርሀነ ልደቱ በጣም ደስ የሚል ዘፈን አመሰግናለሁ አገራችንን ሰላም ያርግልን
nuuf jiradhuu oromoo koo
hawwii teenya sabboontu dhugaadha
ዋውው ትርጉሙ ሳይገባኝ አብሬ ጨፈርኩ
Art Acaluu gabaa gaafa xiiqii ardaa marii onneen Bulchinsi kurreejilbaatii Biraanuu juulaa waliindubbadhu biyyeettis guyyaan guuza always alhamdulillaah jaalalti lafee dugdaa lafaa deemsa baratee beeknee1997fi2013
እንኳን ለብርሀነ ልደቱ መታሰቢያ በአል በሰላም አደረሰን፣ እንኳን አደረሳችሁ❤❤❤🙏
እንኳን አብሮ አደረሰን ለአገራችን ሰላም ያርግልን
ija hamtuu irraa hafi goota sanyi goota
Jiraadhu jabduu intalaa
Hawwi ko .ko garaan rafuu dide ke ho ?garaan akkami 😍❤❤💚❤👨🎤
Hika baay’ee qaba Galatomi Hawwii, dhugaa kee jettee
Wowwwe sanyii too jabadhu 😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ❤💚❤
Artistooni Oromo Onnee Oromo irraa dubbaata jirtu jabaadha warrii saba keessaan jalaatani quuqamaa qabdan agarsiistan galaata qabdu seena keessan bareeffama bara baran Onneen Oromo keessa jirtu lubbuu keessaa caala saba keessaa jalaatu nuuf jiraadha quuqama saba qabaachuu akkasi haawwiisho
hawwii koo bayye namati tola furtuu thank you for sharing ❤❤❤💃
Wow jabduu kenyaa ❤💚❤
Bayyee namatii tolaa
Hawwichoo jajjabee teenna 💗
Jaabadhuu kaa bayyee namatii.tola
Baayyee bareeda
Nuf jiradhuu jabduu oromoo ❤💚❤
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko brokoo
Wooooowwwwwww Nice music 🎶 Hawiiiiiiiiii
ፍርቱዬ እንኳን አብሮ አደረሰን ለጌታችን ለመድሀኒታን ለእየሱስ ክርስቶስ የልደት በአል። 🙏🙏🙏
ሰላም የምውድህ ውድሚ ብረታልን የኛ ጀገና 😂😂
sagaleenke'oo hn du'e maaloodha gifti
እንኳን ለብርሃነ ልደቱ በሰላም በጤና አደረሰን አደረሳችሁ መልካም በዓል ይሁንላችሁ 🌹
Haawii jajjabee ko nuuf jiraadhuu
Wow wow 🥰 bay'ee baredaa dhaa
ሰላም በጣም አሪፍ ነዉ ደስ የሚል ትሬጉሙን ባላቀዉም በጣም ደስ ይለኛል
Welcome my sister
Baga nagaan dhufte🥰
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank daawaadhuu
Welcome back Howii Koo best one ❤️☘️❤️
Love it, great music based season. Thank you Hawwii very much
Baga siif ife
Hawwine ko i love you so much
Qashtii italaa kushWww
Ijaa oromo Artist Hawaii Taazaraa
sabontuu.koo.collee.qaxalee.intala.shaawaa.nu.jiradhuu❤❤❤❤bayyee.sijallannaa
👍👍👍👍 wawa bagaa nagani dhuftee muluu kenyaa❤💚👋
Dhugaa keettii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu jabdu kenya
Wowow kkkk❤😁😂
Furtuu Media ❤️🙏🎄🎁
Wwww baye namati tolaa
Hawwiikoo
wow nice music Hawi 👍👍😍
Jabiduuu teenyaa❤️❤️❤️❤️🐆🐆🐆🐆
Daas namatii jedhaa Oro muziqaa
Bareedaa
ሰላም ላንተ ይሁን ወድሜ ፍርተ ዋዉዉዉዉዉዉ በጣም አሪፍ ነው መላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን አደረሳችሁ
Yaa.hawii.tazaraa.hin.dullomitee
Galatoomi Hawwii
Wow best music 🎶
Wow Nuuf jiradhuu jabduu😘😘😘🥰🥰
Wwwwww namati tolaa
Sirbii kee milkii nuuf tolee baqalaa fi jawwaar fi hayooni oromo har'aa manaa hidhaati nuuf banii bagaa gammadani oromo tiyyaa
Wo wowo ani sirba bayee hin dhageefadhuu
garuu Bayee namati tolaa
jajabee sabontu oromoo nufi jiradhuu

Qashtii italaa kush
Www