Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Maloo dhugaadha najedhaa waqqayyoo nadhagaheeree. Wayyoo yaraabbii kadhannakootif Debbi naf debsitee❤❤❤❤😢😢😢😢😢.
Yaa waaqayyoo galatakee dhugaa nuuf taasisi🙏🙏🙏🙏
Ara rabbi sodaadha dhugaa nuuf godhas angoon hin dabartii uuuuuuuf baha gala dhabne miidhane jiddutti ahaaaaaa waan keessa jirru rabbuma nu argaa 😭 qaala'insi jireenya addati nagaa dhabuun addati waan bara keessan taane bara opdo akka taane mililik seena dhageenye maalo ango darbuuf nun dararina tokko ta'a diina alaa qoladha ❤
Jara keenya fakkeessuu dhiisaati Ummata nagaya kennaa. Ummanni Kijibaa Siyaasaa osoo hin taane walii galtee dhugaa barbaade
❤❤❤❤❤Masha ahlaa baga nagan dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa waqaayyoo attii nagaa kee araraa kee nuffii dirirsii❤🎉❤🎉🎉
Masha.alllll.yarabi.dhuga.nufgodhiiiiiiiii
Oh wow i can't believe this, my eye full of tears, God can do anything & thanks God to hear this ❤❤❤👋👋👋🙏🙏🙏!
Yaa rabbi dhuga nuf tasisis umani kenya ngh dhobatan yaa rabbi ngh nuf busii ❤❤
Rabbiin dhugaa haa godhuuu
Wow baayee gaaridha wal ajjechan haadhabatuu ummani nagaa yaa hargaatuu
Waaqayyo fiixan haa baasu dhugaa
Maaloo yaa rabii dhigaa kenaa laffaan gatin
yaa rabbii gaalaanii si hagahuu dhuugaa dha gaa yaa rabbii koo dhugaa godhii atii yaa rabii koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Alhamdulaillah Yaa rabbiiko galanii kan rabbiti kan walitti isin dachaase
Mee haa ta'u Mal Jenna miti!rabbii fixaan haa baasu
Alhaamdulillah yaa rabbii dhugaa nuuf godhi 🤲🤲🤲
Shime Amma Refii kara Argate me hin Lala wan demu
Walii galtee baay'ee nama kolfisiisu😂😂😂😂😂Isin qoosaa uummatni haa rakkatuu!
Yaa rabbii nagaa busii🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoon dhugaa nuf haa taasisuu😢😢
Wow Oromon ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa tananii waqayonii galanii haguuu🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Yaa rabbii dhugaa nuufgodhii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲 irraa
Dhugaadha garu
Maashallaa maashallaa maashallaa Allahmdulilahi ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Waqayyoon dhugaa nuf haa taasisu🎉🎉
uffff akkana kuno shime kenna nuf jiradhu dursite of dura ofte shime kabbajan kee yu adda bee
Waaqqayoof galani haa ta,uu!!!!!!
Anii utalan jiraa kun dhugamoo maloo Yaa waqayyoo sii haa galatuu
Alhamdulillah
Yeah waqayyo dhuga nu godhi❤❤❤
dhugaadhamoo ani amanuu dadhabeera galatakee yaa waaqayyo kadhannikoo imimmaankoo sibira anaaf gaheera ulfaadhu
Alhamduuliilah yaa rabbii 🤲❤❤❤❤
No More war between two brothers
Dhugaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hatuu hin barbaanu hojaane haa bulluu biyii keenya hatasggaboftuu😢😢😢
du'uuuuuf yeroo qabadhu. shak hin jedhi mallateesiteee
Yaa rabbi dhugaa godhi 😭😭
uummanni Oromoo marti baga gammaddan baga gammanne!
Garee shanee waliin waliigaluun keesan gaariidha....garuu caalati gaari kanta'u yoo ABO WBO waliinis nagaabuustaniidha
Tamazigeeen ufff namatii tolaa❤❤❤
Rabbikoo galatakee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Maaloo laphee koo naa olte dhugaa waqqayoo
Galataa waaqa.👏🏼👏🏼👏🏼
Jaal sanyiin eessati bakka Wbo bu'a jedhamee Isa ji'a 3 dura gashitan amma reefu gadi baastuOduu sobaa akkasii ummataraa dhaaba rabbiif sodaadhaati Soba soba soba😮😮😮😮😮
Oduu,Mee ilaallakaa!😊
yaa waaqayyo Galata ke
Elelelelelele yaa rabii at nu yadadhu
Jaal Sanyiin walii gala WBO bakka bu'ee moo gartuu isaa qofa bakka bu'eeti?
Diqoo foyesaa ammallee
Masha.alah❤❤❤
Gantuu.Maal jechaa turte kaleessa?
The devil dwells in the details.
Bayee gamachisaa ✌🏼🎉🎉🎉
wooo nagaa fedha ummannii oromoo
Rabbi dhugaa nuuf yaa godhu!
Wow baayyee namattii tola
Yoo dhugaa tahe wanti akka kana nama gammachisu hin jiru. Ummanni keenya wagga meeqaf giddutti dhumaa ture.
Yaa rabbi nuu gargarii
Shane tesanin baga wal gartan ya badhadhina😂😂😂😂😂😂😂😂
Sganee waliin akuma taadistan WBO waliinis taasisaa
Comments kanneen ilaalun uummmatni ammam akka nagaa fedhu beekun salphaadha
Marroon maal jechaa jirra yoona
Huduu Haree senaa😂😂😂😂
Bagaa waqayyoo nagaa nubusee galata kee yaa waqayyoo
Waaw Baayee namattii tola.
Fakkesu dhisa WBOn walin Naga buusaaaa..Sanyii Nagasa akka dhunffattii Harkakennate gale WBO 2 ykn 3 fidedhufa akkuma Goolicha DHENGE Fa,atiKun Oromiyati Naga hinfidu!.
Dhugaa yoo ta'ee 😢
Maali sobnii akkanaa kunis? I
Dhugaa tasisaa yaa Waaqayyoo
Waaqaa galatoomi
FakkeessituuGantuuKan sammuun ishee akka daaraa
Kkkkkkkkkkkk😝😝😝😝😝😝😝😝🦴🦴🦴🦴🦴
Waboon bilisumadhan gala malee Arararan hin galuu
Waallii isiin haagalchuu
❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
Elililil 🎉 congratulations ❤❤❤❤❤❤
Nan kolfe wallahii
Araari dhugaan jal marrodhaa
Waan gaarii yoo dhugaa tahe
amma shanee miti?
እልልልልልልልል ማሻአላህ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Garu kijibni fayida qaba 😮
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Baga nagaa buuftaan
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤
Sobaa dhisaa 😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Egaa qoosadha dubbin
Oduu ammee😂😂😂😂😂
Waqayoo dhuga nuu tasisii maloo
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Sobda boo maaf sobdan
Uuuuuuuu mali gamachun na ajessee
Hiika takka hin qabu
Kkkkkkkkkkkk😂😂😂😂
Ayyy motumma kana garuu
Congratulations
❤❤❤❤❤
Maloo dhugaadha najedhaa waqqayyoo nadhagaheeree. Wayyoo yaraabbii kadhannakootif Debbi naf debsitee❤❤❤❤😢😢😢😢😢.
Yaa waaqayyoo galatakee dhugaa nuuf taasisi🙏🙏🙏🙏
Ara rabbi sodaadha dhugaa nuuf godhas angoon hin dabartii uuuuuuuf baha gala dhabne miidhane jiddutti ahaaaaaa waan keessa jirru rabbuma nu argaa 😭 qaala'insi jireenya addati nagaa dhabuun addati waan bara keessan taane bara opdo akka taane mililik seena dhageenye maalo ango darbuuf nun dararina tokko ta'a diina alaa qoladha ❤
Jara keenya fakkeessuu dhiisaati Ummata nagaya kennaa. Ummanni Kijibaa Siyaasaa osoo hin taane walii galtee dhugaa barbaade
❤❤❤❤❤Masha ahlaa baga nagan dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa waqaayyoo attii nagaa kee araraa kee nuffii dirirsii❤🎉❤🎉🎉
Masha.alllll.yarabi.dhuga.nufgodhiiiiiiiii
Oh wow i can't believe this, my eye full of tears, God can do anything & thanks God to hear this ❤❤❤👋👋👋🙏🙏🙏!
Yaa rabbi dhuga nuf tasisis umani kenya ngh dhobatan yaa rabbi ngh nuf busii ❤❤
Rabbiin dhugaa haa godhuuu
Wow baayee gaaridha wal ajjechan haadhabatuu ummani nagaa yaa hargaatuu
Waaqayyo fiixan haa baasu dhugaa
Maaloo yaa rabii dhigaa kenaa laffaan gatin
yaa rabbii gaalaanii si hagahuu dhuugaa dha gaa yaa rabbii koo dhugaa godhii atii yaa rabii koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Alhamdulaillah Yaa rabbiiko galanii kan rabbiti kan walitti isin dachaase
Mee haa ta'u Mal Jenna miti!rabbii fixaan haa baasu
Alhaamdulillah yaa rabbii dhugaa nuuf godhi 🤲🤲🤲
Shime Amma Refii kara Argate me hin Lala wan demu
Walii galtee baay'ee nama kolfisiisu😂😂😂😂😂
Isin qoosaa uummatni haa rakkatuu!
Yaa rabbii nagaa busii🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoon dhugaa nuf haa taasisuu😢😢
Wow Oromon ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa tananii waqayonii galanii haguuu🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Yaa rabbii dhugaa nuufgodhii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲 irraa
Dhugaadha garu
Maashallaa maashallaa maashallaa Allahmdulilahi ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Waqayyoon dhugaa nuf haa taasisu🎉🎉
uffff akkana kuno shime kenna nuf jiradhu dursite of dura ofte shime kabbajan kee yu adda bee
Waaqqayoof galani haa ta,uu!!!!!!
Anii utalan jiraa kun dhugamoo maloo Yaa waqayyoo sii haa galatuu
Alhamdulillah
Yeah waqayyo dhuga nu godhi❤❤❤
dhugaadhamoo ani amanuu dadhabeera galatakee yaa waaqayyo kadhannikoo imimmaankoo sibira anaaf gaheera ulfaadhu
Alhamduuliilah yaa rabbii 🤲❤❤❤❤
No More war between two brothers
Dhugaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hatuu hin barbaanu hojaane haa bulluu biyii keenya hatasggaboftuu😢😢😢
du'uuuuuf yeroo qabadhu. shak hin jedhi mallateesiteee
Yaa rabbi dhugaa godhi 😭😭
uummanni Oromoo marti baga gammaddan baga gammanne!
Garee shanee waliin waliigaluun keesan gaariidha....garuu caalati gaari kanta'u yoo ABO WBO waliinis nagaabuustaniidha
Tamazigeeen ufff namatii tolaa❤❤❤
Rabbikoo galatakee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Maaloo laphee koo naa olte dhugaa waqqayoo
Galataa waaqa.👏🏼👏🏼👏🏼
Jaal sanyiin eessati bakka Wbo bu'a jedhamee
Isa ji'a 3 dura gashitan amma reefu gadi baastu
Oduu sobaa akkasii ummataraa dhaaba rabbiif sodaadhaati
Soba soba soba😮😮😮😮😮
Oduu,Mee ilaallakaa!😊
yaa waaqayyo Galata ke
Elelelelelele yaa rabii at nu yadadhu
Jaal Sanyiin walii gala WBO bakka bu'ee moo gartuu isaa qofa bakka bu'eeti?
Diqoo foyesaa ammallee
Masha.alah❤❤❤
Gantuu.
Maal jechaa turte kaleessa?
The devil dwells in the details.
Bayee gamachisaa ✌🏼🎉🎉🎉
wooo nagaa fedha ummannii oromoo
Rabbi dhugaa nuuf yaa godhu!
Wow baayyee namattii tola
Yoo dhugaa tahe wanti akka kana nama gammachisu hin jiru. Ummanni keenya wagga meeqaf giddutti dhumaa ture.
Yaa rabbi nuu gargarii
Shane tesanin baga wal gartan ya badhadhina😂😂😂😂😂😂😂😂
Sganee waliin akuma taadistan WBO waliinis taasisaa
Comments kanneen ilaalun uummmatni ammam akka nagaa fedhu beekun salphaadha
Marroon maal jechaa jirra yoona
Huduu Haree senaa😂😂😂😂
Bagaa waqayyoo nagaa nubusee galata kee yaa waqayyoo
Waaw Baayee namattii tola.
Fakkesu dhisa WBOn walin Naga buusaaaa..
Sanyii Nagasa akka dhunffattii Harkakennate gale WBO 2 ykn 3 fidedhufa akkuma Goolicha DHENGE Fa,ati
Kun Oromiyati Naga hinfidu!.
Dhugaa yoo ta'ee 😢
Maali sobnii akkanaa kunis? I
Dhugaa tasisaa yaa Waaqayyoo
Waaqaa galatoomi
Fakkeessituu
Gantuu
Kan sammuun ishee akka daaraa