I have been with his Golden Musics since 1991 and I always remember ............ Naqqamtee, Amboo and Horro Bulluq ! Can we restore(repeat) the explosion of the then Sab-boonummaa ...Uffffff ???? Wayyoo !!! Namni ormaa namaa hin naatu.
Daagoo Qabsa`aan durii maqaa hin Argatu Isa Booda dhufetu maqaa Argataa kun bara Aduwaa irraa kaasee waan jiruudhaa ati anaaf Qabsa`aa yeroon hin geeddarreedha Nagaan naaf jiraadhuu!
Bagaa Dhufiite Dagi ♥
Thank you..thank you.. thank you for listening
Changes that u make nafisaa
Thank you 🙏
Raayyaa ittisaa biyyaa Hubadhu keenne hawaasaa gurriis Eegumsaa loontu dubbii
I have been with his Golden Musics since 1991 and I always remember ............ Naqqamtee, Amboo and Horro Bulluq ! Can we restore(repeat) the explosion of the then Sab-boonummaa ...Uffffff ???? Wayyoo !!! Namni ormaa namaa hin naatu.
Dagi.Baye..sijalenaa
'Wayyoo ya gamtaa dhabaa marabbaa dhabaa
Halagaa ormaa nama reebsisa'😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Namni ormaa naaf hin anatuu yoo qaloo firaa ofiti malee dhugaa jetee Qomoo koo jajajabee sabaa jiradhu ❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌
Thank you soooooo much for all the people listening and liking my music video, and pleas continue liking, subscribing, and sharing.
Thank you🙏
Asd
we love you Dagim i have old cassette tape from you my favorite you are our beloved legend🙌🏽❤️💚❤️
Please dagim adama kotuu. Yeroo takkaan si waliin photo ka'aa. Bayeeen sii jallaadha
Dagim I love you so much 💗 long live
I love your music from early my children stage also now day i have big respect to you my big brother dagim
Wow bayye gara nama nyata dhuga 😭😭😭
Ayi yaa deemsa yeroo! Ijoollummaa Koon yaadadhe....Kormee sanyii koo jabaadhu...!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻bagaa geessan bara hara 2013 kan gammachuu kan jaalala isiniif haa ta’uu ummata Oromoo bakka haalli irraa jirtan wajjin🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Feelings Gaaddisaa gurriis Eegumsaa
Wooow dhuga dhaaaaaaa yaa qomooko abshira baari edo ti inafuu anaa nyatuu lammii koo
Eyyee dhugaa kee jetee namani hadhaa hin qabaane kabaaja hin qabu kanaa qofaa mitii hirriyyaan ilee hin jaalatu
dhugaa keeti jette daagim warrii malummaan halagaa hin beekne jira garaasani malee har'as fkn Abbaa duulaa isaa jedhan sani.ulfaadhuu waaqayyoon umurii sif yaa kennu hamtuun sihin argi
Amazing music 🎶❤ 🎶 ❤ nuuf jiradhu Qalii keenyaa
Uuufffff dhugaa keedha
Essumaa jirtaa goota koo ani bayy'ee si jaladhaa jabaa nama❤💚❤
Woyoo yaa Gamitaa dhabaa alagaa orimaa nama rebisisaa
Weedduu kana keessaa "... wayyoo yaa gamtaa dhabaa; marabbaa dhabaa, alagaa ormaa nama reebsisa "inni jedhu baayyee laphee na tuqa. Gaafuman waa'ee rakkoo biyyakoo(lammii keenya kanaa)yaadun dhaggeeffadha! Abbaa Bulchaati. Biyya Ameerikaa, magaalaa Waashingtan Diisii irraa
Sirba kana waytan dhaggeeeffadhu himimmaan qabachuu hin danda'u.
Wayta oromoon meeqa itti lubbbuu dhabe.
Eebbisaan Adunyaatis waytuma kana wayyaaneetiin ajjeefame.
Baraa ijjolumaa nayadachisee🌹🙏❤️
Wowww jabadhuu namati tolaa umurii nufi dheraadha oromoo koo hunudini isin jalaadha sanyii koo👍👍💛💕
Dhugaa rabbii sirbi kun amma dhugaan isaa naaf gale
uffffffffffff maaloo sirbaa kee
kessaa isa kana fi intaala abbaa gadaa sana dhageffadhe quufun dadhabee dagi
Dagiye umuri umuri nufi dheradhu💕💕💕💕💕💕💕💕💕👈
😭😭😭😭yaa Abako uttu xiqolee naaturte maali 😭😭😭😢
Wayyoo garaa namaa nyaata galatoomi
Dagi I love your voice please add some more music, it's so impressive, jiraadhu sanyiikoo
😢😢😢😢 waayoo dhuugaa keetii jeetee naamii haadhaa hin qaabee yoomiiyuu kaabajaa hin qaabuu waayoo yaa haadhaa ofii😢😢😢😢😢😢
Ufffe yaa gara koo obsi waqqayoo umurii nuuf sii haa dhersuu 💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝👈
dhugaa jeete hadhoo Koo lammii ofii enyuumtuu sif nahuu, galataa guddaa olmaan haganaa hin jedhamnee qabdaa darbii naf jiradhuu!!
Dhugaa keetii baayee namatti tola dagim keenyaa gudda nuf galatoomii umurii dheeraa nuf jiraadhu
Sirba duri kiliphin akka hijjattan abdi gudda isinirra qaba hanga rabbi isinif laffise 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌
Baay'ee na yaachise sirba kana yoodhageefadhee raawwadhe baay'ee bareeda Daagim keenna jabaadhu
አይዞክ ወንድሜ አንጀት የሚበላ ሙዚቃ ነው
Dagi❤❤❤❤❤❤
Heart touching music.....
si jaalanna❤ sagalee yoomuu hin jijjiiramne .bakka jirtutti fayyaa nagaa nuuf ta'i
wayyoo ya gamtaa dhabaa marabbaa dhabaa saree karaarraa nama nyaachisaa daagim keenya si jaalannaa
Woow bayyee bayyee namati tolaa sirbii kee garaa nama baleessa sabonaa mucaa biyyaa koo uuuuffff ❤️ jabadhuu lamii koo uuuuffff ❤️ ❤️ 💖 uuuuffff
Great 👌 music 🎵 love it heddu jaladha ❤
namni ormaa namaaf hin natuu yoo laammii ofii maalee
Dagi eessatti badde habibi baay'ee siyaadne😍😍😍
waayyoo yaa Santa dhaba ayi oroomoo hammaa yoomit ormaan ajeefamna biyyaa kenyarraatti
Good music Oromia
Wowww baayee namati tolaa Lammii koo jabadhu :Uuuuuuffffff yaa biyyaa koo 😭😭😭😭
yeroo hundaa Kabajaa fi jaalala guddaa siif qabna lammiinkee!
Dhugaadha yaa kobaa wayii natii dagaame yaa kobuumaa akka koo kobadhemuu eyuu qabaa waqayyoo maale uuufff😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Maalo yaa oroomo iyyaafadha eessa akka inni jiru.nama haala ulfaata keessa dhaabate uummaata oromoof sagalee ta'aa tureedha. Sirbi isaa ergaa guddaa qaba.adaraa iyyaafadha maalirra akka jiru.
Uuuuuuffffeeee sirbii kunii garaa nama rasaa nuuf jiraadhu qomoo koo
Seenaa baay'ee erga qabu🙏
Nuuf jiradhuu
namni tokko seenaa isaa keessatti bu,aa cehii keessa darba waan garaa nama nyaatu jiraadhaa
Waayyoo yaa hadhaa dhaaba isaa argeetuu beekka haatii waaraqiidha anni immoo keessa tokkoodha
Wwwwwwwooo bayeeeee Naamatitolaa nujiraadha Galtomaa Ayiiiiiiii 💕💕💕💕💕Anadhufuu 😢
Dagiim
Sanyinkee
Nufaabaayyatu
Badaanatti tola
Heart touching song.....
Dagiye, your work is heart touching!!!!! but, I wanna ask a question, is Dawit Mekonen your brother?
BAYEE NAMAATI DHAGA,AMAA NUF JIRAADHUU OROMOO TO 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💛💓💓
Angelina Chehaitly
Wow! Abboo nuuf jiraadhu
Jabadhuu sanyii kenyaa ilma oromoo umurii nuuf dheraadhuu bayee namati tolaa sirbike wan bayee nama barsiisaa wan hudu nama yachisaas
habenat mul'ete kj
akkamiinaan qufaa sirbaa kana naa ququqxii sireenkoo ufffffffff
Dagim please siriba ke Dakiyee Boraa jedhuu aboo nu maxanisii
❤❤Hinaaffaan bara 2013fi2014 Qalbii naa guuttee gurriis Eegumsaa yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa faayaa Sawsa DawaaHawaasaa Hawwii eegiif harki hojiidha=yaada
dhugadhaa.wan.warri.wayyannee.sabbaa.oromorati.hojetaan.mulissaa.sirbissaa.kun.Ani.Bay'eengadee. Goggorin.biyyoo.biyya.ormaa.hin.hatuu.yoo.biyyoo.biyyashi.mallee.kan.jedheratiI . Gudda.Galatomii. 🙌🙌🙌❤💚❤💚🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤👏👏👏👏👏👏👏👏
🥺🥺🥺🥺❤️❤️❤️❤️wowowow Dagim keenya
sirruma ormi namaa hin naatu,,,hedduusaa argineera,,,,galatoomi
Dhugaa keeti uuuuuuuuuuuufi garaa nuu gubaatee maalummaa nuu woyaa yaa rabbii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭👈☝
wayooo...dagi...atimee lubbuuma nuuf dheeradhu
Dagimee sirbaa kee bayee jaladhaa
Uuuuuuuuuuuffff Waa hedduu Yadadhe Gara na balesiitee
wayyoo bayyee garraa namaa raasaa 😢😢
Woyyoo woyyoo sangaa dhaba gasoo gudda guddaa nama bachisaa wayyoo yaa biyya orma?
Daagoo Qabsa`aan durii maqaa hin Argatu Isa Booda dhufetu maqaa Argataa kun bara Aduwaa irraa kaasee waan jiruudhaa ati anaaf Qabsa`aa yeroon hin geeddarreedha Nagaan naaf jiraadhuu!
Dhugaadha.iyyaafatamu qabu.haala ulfaata keessatti qabsaa'a turani.
Roorroon kun yoomuma darbaa laata?
Jechi kee hundinuu waan garaa nama nyaatu
Ni dabra hundu galltomi Abba Kenya 😍😍😍
Obsaan wayya
Garaa nama nyaata jechi kee Daagim.Umrii nuuf dheeradhu.
uuuuffff gara nama ballessa nuf jiradhu dagim sanyi ko
Maati dhabun koo alaaga orma naa dhansise
yoona yoona yaadukaa....!!!
Remind me ma childhood time 😢😢😢😢😊 I missed that time
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa Jetani nuufi jiradhaa Qomoo Koo
Baay'ee garaa nama nyaata sirbi kee hundi
nuuf jiraadhu lammii koo
Sabboonaa Oromoo
Wayyoo yaa sangaa dhabaa kan jedhu yoon dhaggeeffadhu imimmaantu na hudha
Yaahlelak jedhu arabonni yaa dagimm 😍😍😍😍😍
Ahmad AL to qualify and 7rttiqreuLord and and
Dagii Koo maliif nu jalaa badee leencaakoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
It is true. Unity is power in every aspect.
Love it this song GBU
Ww
Wowowow jajabe kooo gota koo eti
Seenaa,,siyaadata
Bagalubbuu
Jiraate
Dagi where are you been we miss your voice
Uuuuuuuuuffffffff wayooo malo gara nama ameesaa
😭😭😭😭😭 wayyoo gamtaa dhabaa
eeeeehhhhhiiiii dhugaan namafi rakkoon nama sirba kessatti dabartti.
Fantastic Song before 15 years a go an till now
kiiii
Uuuuffffff dhugadhaa yaa fira koo Abshir 😭😭😭😭😭
uuuuuff sirbikee garaa nama nyatta essa jirta
Eyyen dhugaa jetanii 😢😢😢
dagiim maaloo naa dhisii wayoo yaa gamtaa dhabaa
😭😭😢😢Ayii uuufff madaa koo 💔😭😭
Esuma keessa badde ati yaa nama ofii?
si dhagenyee hin beeknnu@hin badin
Wayyoo gara nama amesaa