HIR-KOO Marsaa 2ffaa Kutaa 21ffaa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| oduu Etv Afaan Oromoo |Ethiopia

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 фев 2025
  • HIR-KOO Marsaa 2ffaa Kutaa 21ffaa etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| oduu Etv Afaan Oromoo |Ethiopia#etv
    #EBC #EtvAfaanOromoo #EBCTelevision

Комментарии • 565

  • @lemarcenter
    @lemarcenter Месяц назад +149

    Hirkoon madda koolfa kiyyaatii kan jeetan mee agarsiisaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

    • @KimoTube-je7zn
      @KimoTube-je7zn Месяц назад +2

      Anaaf

    • @Gariinamaafyaadii
      @Gariinamaafyaadii Месяц назад +3

      Asumaan maatii naa ta'aa please Oromo koo Sabiscirayibe naa godhaa

    • @AmiraAp-n6n
      @AmiraAp-n6n Месяц назад +1

      Kotaa maatii naa ta'aa ❤❤🎉🎉😂ummaata Qashtii

    • @LensaJr-z3x
      @LensaJr-z3x Месяц назад

      Matii sif ta'eraa atiileen itti fuffii​@@AmiraAp-n6n

    • @Melissa-u5p
      @Melissa-u5p Месяц назад +1

      👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @Gazi896
    @Gazi896 Месяц назад +45

    DIBAABEN HIRKOO ❤bakka guddaa nu biraa qabu yoo jette like godhi❤

  • @Samson-Youtube-Channel
    @Samson-Youtube-Channel Месяц назад +50

    Diramaa hirkoo warreen jallattaan like godhaa mee

  • @Kiyaa-c8h
    @Kiyaa-c8h Месяц назад +34

    Maddi gammachuu kootii Dibaabee Hirkoo waliin gara fulduraatti kan jettu like❤

  • @SADORATUBE
    @SADORATUBE Месяц назад +58

    Hirkoo kan akkakoo Jaalatanifi Maatiin Hirkoo Na Eda'a 4k na galchaa🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹

  • @FamiMahammed-s2k
    @FamiMahammed-s2k Месяц назад +17

    🗣Baga nageyan dhuftan warii matii Hirkoo jalatan like godha 👍❤

  • @Bakalu-ui3yh
    @Bakalu-ui3yh Месяц назад +20

    Akkuma ilmoon Hadhaa Egduu isn Egaa Rakkadhe Dhugaa ❤❤❤❤❤❤

  • @Kiyaa-c8h
    @Kiyaa-c8h Месяц назад +15

    Dibaabee Hirkoo☂️ jalatti nageenyi biyyattii teenyaa nuf Eeggamuu qaba ❤isinoo maal jettu

  • @Shaahidtube
    @Shaahidtube Месяц назад +13

    Arra jalqabarratti laaluu koof ❤❤❤

  • @FiloWardi
    @FiloWardi Месяц назад +7

    Wawuu 🥰😂👏
    Ijolee OROMOO 💚mee esaa irra ilala jirtu dibabe hirkoo ani
    UAE 😔💙

  • @GulumaMitiku
    @GulumaMitiku Месяц назад +2

    EESSan ture gaafa sin sammuudhaa hagana deemtanii❤❤❤❤❤ yaa Hirkoo

  • @Yaasial
    @Yaasial Месяц назад +4

    Hirkoo sambataa baga nagaan dhuftan jaalattoonni hirkoo like godhaa

  • @HusseenAbraahim-f6l
    @HusseenAbraahim-f6l Месяц назад +8

    Mee namni diraama hirkoo Hunda like godhe jettu comment kanas like godhi❤

  • @MasiiTolasa-iv9vp
    @MasiiTolasa-iv9vp Месяц назад +12

    Anatu dura arge🎉 like godha ❤

  • @CaalaaAhmed-v5k
    @CaalaaAhmed-v5k Месяц назад +5

    Anni immoo gamttaan jaladhaa walhi bilhi ❤❤❤❤❤❤

    • @orotube5464
      @orotube5464 Месяц назад

      Anii tiyaa fii hirikoo natii tolluu🎉🎉😂

  • @Hawa-lb2xz
    @Hawa-lb2xz Месяц назад +4

    Hirkon boqonna kenyaa warii jetaan like godhaa Ebbifama

  • @BontuuAPP
    @BontuuAPP Месяц назад +2

    Dibabee hirkoo bg nagaan dhuftaan❤❤❤❤❤❤

  • @BiniamNado
    @BiniamNado Месяц назад +5

    Nuf jiraadha hirkoo keenyaa buarsituu sammu keenya❤❤❤

  • @chalagemechu2149
    @chalagemechu2149 Месяц назад +6

    Gaaffii Sooreefi deebii Gamtaa😂😂😂

    • @BontuKedir-x7t
      @BontuKedir-x7t Месяц назад

      😂😂 kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk wayyoo garaa koo

  • @DesalegnTaresa
    @DesalegnTaresa Месяц назад +2

    Hirkoo nama jaalalaa❤❤

  • @gishuaduna9815
    @gishuaduna9815 Месяц назад +2

    Bayee bayee namati totuu ❤❤❤❤🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗

  • @ebiseebise-q9f
    @ebiseebise-q9f Месяц назад +2

    Ijjoolle ani baay'ee jaalladhufi kabaju baga nagaan dhuftan nuuf jiraadha qaaliwwan koo ❤❤❤❤❤❤

  • @magge1367
    @magge1367 Месяц назад +9

    Namni Akka ko diraama kana jaalattan like naaf godhaa

  • @Furomsaa
    @Furomsaa Месяц назад +4

    Hir-koo baga nagan dhuftee like godhaa❤❤❤❤❤

  • @eliasebisa-rq3op
    @eliasebisa-rq3op Месяц назад +4

    barii gaafaan hiribaa ka'u hirkoo jedhaan ka'a guyyaa har'a

    • @aberuteressa9024
      @aberuteressa9024 Месяц назад

      🤔🤔🤔🤨🤨🤨🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @DanielAbdata
    @DanielAbdata Месяц назад +7

    Warrii drman Kun torbeettii 2 haa tahu jettan mlaalo like

  • @FenetMuleta-e9z
    @FenetMuleta-e9z Месяц назад +1

    Woow qaxxalee sanyii waara taadasa❤❤❤

  • @Kiyutube27
    @Kiyutube27 Месяц назад +1

    draama hirko waren jealata na damara 😅oroko😮😊😊❤❤❤

  • @Meseret-x1y
    @Meseret-x1y Месяц назад +1

    Hirko irati hirmachun Barbara Maloo

  • @IsuOro
    @IsuOro Месяц назад +14

    Gamtaa yoo jiranee diramichi namni itti hin tole like na godha me🙏

  • @DerartuTeresa-q1d
    @DerartuTeresa-q1d Месяц назад +6

    Welcome dibabe hirko family❤❤❤❤

  • @DabaloShifera
    @DabaloShifera Месяц назад +4

    Jabaadha akkasuman itti fufa baayee namatti tola ❤

  • @BonaGelchu
    @BonaGelchu Месяц назад +3

    Hy gamtaa🎉🎉🎉❤❤❤

  • @desalegnnamo
    @desalegnnamo Месяц назад +1

    Tiyyaan innisheen hirkoootti Amma ammaatti utuu hin eerumin jiraachuunshee qoosaadha.

  • @Caaltuu-y8i
    @Caaltuu-y8i Месяц назад +1

    Gamttaa kashuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂

  • @BayisaKefeni-r7s
    @BayisaKefeni-r7s Месяц назад +1

    Baayee namati toltuu dhugaa❤❤❤❤

  • @NuradinXahaa-m1t
    @NuradinXahaa-m1t Месяц назад +2

    Barri Bara Kolfaatin 😂
    Yoomuma Hir-koon dhaabate maltu na Kolfisiisa😂😂

  • @MitikeAssefa-c1q
    @MitikeAssefa-c1q Месяц назад +2

    Tiyyaa bareduu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tasfayee-yj3ht
    @Tasfayee-yj3ht Месяц назад +1

    Bagaa nagaa dhuftaan❤❤❤❤❤sinjalladha

  • @LensaJr-z3x
    @LensaJr-z3x Месяц назад +4

    Waaaw😂😂😂😂😂

  • @TSaayeeTekela
    @TSaayeeTekela Месяц назад +1

    Woooowoo bagaa nagaan dhufuuteen ijoolee oromoo nufi'jiraadhaa baay'ee sin jaĺanaa ǰabbadhaa ebifamaa. dachan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @YaikobBadasa-vj4qd
    @YaikobBadasa-vj4qd Месяц назад +4

    Jalqabarra ilaalu kooti for first time

  • @BireeAlamu
    @BireeAlamu Месяц назад +1

    Bagaa nagan dhuftaan ijolee jalaatamtotaa Ana dhufu jeneera❤❤❤❤❤❤❤

  • @BiliseBegnaTemesgen
    @BiliseBegnaTemesgen Месяц назад +3

    Diraamaa hirkoo Kan akakoo jaallatan like godha

  • @WorkuFayisa-g2g
    @WorkuFayisa-g2g Месяц назад +2

    Horkoo Abbaa kolfaa🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MuktarsultanBuli
    @MuktarsultanBuli Месяц назад +1

    Baga naghaan nuuf dhuftana Qaaliiwwan keenya yoomiyyu nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤

  • @Alisanyimooti
    @Alisanyimooti Месяц назад +2

    Wow ❤😂😂❤

  • @TujubeAlEMAyEHU-er1hh
    @TujubeAlEMAyEHU-er1hh Месяц назад +1

    Akkuman egaadhu dirama hirko torbansa🎉🎉🎉

  • @wokeelahmeed3214
    @wokeelahmeed3214 Месяц назад +2

    Hirk♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚💚

  • @rabbirraailmasabaa7867
    @rabbirraailmasabaa7867 Месяц назад +1

    Mucaan gamtaa jedhamu kun madda cinqii kootiim dhiirooo 😂😂😢😢

  • @TigistDati
    @TigistDati Месяц назад +1

    Jaabadha jajabowan😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂😂❤❤❤❤❤❤❤😂😂😊😊😊

  • @GAMACHUDejene
    @GAMACHUDejene Месяц назад +1

    ❤❤❤❤baayee sin jaallanna

  • @OfiiKooti4
    @OfiiKooti4 Месяц назад

    Hirkoo dhugamaa baalchaa saafuu hirkoo

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa Месяц назад +3

    Margen kolfite nuu kofalchifte😅😅😅😂😂😂

  • @GEDI_BEKI
    @GEDI_BEKI Месяц назад

    Warri akkakoo hirkoon issin buaarsu mee 🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙

  • @KaamilKamal
    @KaamilKamal Месяц назад +2

    Welcome baga Ngy dhufte I hir koo❤❤❤❤

  • @RahmaAlmoor-o8q
    @RahmaAlmoor-o8q Месяц назад +3

    Hir-koo🎉❤🎉

  • @Raajibalay-u2x
    @Raajibalay-u2x Месяц назад +1

    Wow bayyee sin jaldha jiradha loon idoo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @salamona3427
    @salamona3427 Месяц назад +1

    Hir koo gabaabadha ❤❤❤

  • @MusxaqimaOr
    @MusxaqimaOr Месяц назад +2

    Namnni hirkkoo jaallattan agarsiiaaa❤❤❤

  • @MusabPower
    @MusabPower Месяц назад +1

    Jabaadha jaallan diraama hirkoo

  • @MarataMengistu
    @MarataMengistu Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤ oso guyya guyya nufi dhuftin bayye ega bayye isa jalandha jabadha❤❤❤❤

  • @SimboOromo-u4i
    @SimboOromo-u4i Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤❤ Hirkoo Ofi qabii Jedhee Gamtani😁😁😁😁

  • @nemerajorgo3372
    @nemerajorgo3372 Месяц назад +2

    ትያ ጎበዝ ነሽ ገምታ የሚያቦካውን በበሰለ አስተሳሰብ መልሰሻልና።

  • @KhalidAhmed-wb9fg
    @KhalidAhmed-wb9fg Месяц назад +1

    Maati jaalalaa❤🎉

  • @GedionHika
    @GedionHika Месяц назад +1

    Warri diramaan hirkoo har'aa waa'ee dubbii torbee kana ture irraatti xiyyeeffata ykn siyaasaa torbee darbee kana har'aa diramadhaan arginee jetan Like Xuqaa mee 👍👍👍

  • @Fîrø_Tube-d2w
    @Fîrø_Tube-d2w Месяц назад

    Qaxaleewwan koo hawwiidhaan isin eegaa ture ❤❤🎉🎉

  • @sulutaaoro
    @sulutaaoro Месяц назад +1

    Isaa badiyaa dha dhufee obelecha hirkoo san na mararaa ❤

  • @TadeluGelana-t9i
    @TadeluGelana-t9i Месяц назад +2

    Woowww🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤bagaa nagaan dhuftaan❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰😍😍

  • @YTt-o9t
    @YTt-o9t Месяц назад +1

    Diramaa hirkoo bayyee namaa hawataa hangaa sabannii dhufee lalutiin arifadhaa wly😂❤

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 Месяц назад +1

    We come nagaa dhufta 🎉🎉

  • @GurmesaFituma
    @GurmesaFituma Месяц назад +1

    Hirkooo like godhamw🎉

  • @HikmaaGabre_6
    @HikmaaGabre_6 Месяц назад

    Namni hirkoo dibabee jalatan 👍👍👍👍fayya ta'aa baay'ee isiitti gammada bashanana jiru garu isiin laalu hojii madam irrafadhe waa balesse😂

  • @NasradinAbdii-e3n
    @NasradinAbdii-e3n День назад

    Jabadhuu 🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BulchaaTamasgen
    @BulchaaTamasgen Месяц назад +1

    Boqonnaa waggaan ba'e Ani yeros jedhe hirkoom😁😁😁😁😁

  • @salamona3427
    @salamona3427 Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤ mashallhaa

  • @AyaGrma
    @AyaGrma Месяц назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂 Nufi jiradha qomowani koo❤❤❤

  • @rahiiszakiir8102
    @rahiiszakiir8102 Месяц назад +1

    Dhuftanii bagaa nagaan dhuftan taheen egaaraa irkoo dibaabee

  • @SaledinSiraj-wl9dd
    @SaledinSiraj-wl9dd Месяц назад +1

    Gamtaa the first 😂😂😂😂😂

  • @AdisTube-eq7kd
    @AdisTube-eq7kd Месяц назад +1

    Jabadhaaa🥰😁

  • @Mahammad4488
    @Mahammad4488 Месяц назад

    Jabbadhaa Dhugaa dubuchufuu yaroo isini ililuu bayyee namachiftana kophaa waan jirufuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LaliseNafilet
    @LaliseNafilet Месяц назад +1

    Well come dibaabe hirkoo ❤❤❤

  • @MareshetBelay
    @MareshetBelay Месяц назад +4

    Ohhhh welcome
    Loowwanif account yoom banamare gamta 😂😂😂😂

  • @FunnyAirplane-vu6en
    @FunnyAirplane-vu6en Месяц назад +1

    Qashtiiwaan kana❤

  • @WekjiraGonfa
    @WekjiraGonfa Месяц назад +1

    Ayi Gamtaan
    Wakabaa wayii!

  • @GamachisIbsa
    @GamachisIbsa 12 дней назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂❤❤

  • @SHUKRIITUBE
    @SHUKRIITUBE Месяц назад

    Matii na godha❤

  • @OchoLiwo-hh1si
    @OchoLiwo-hh1si Месяц назад

    Bagaa nagan dhuftan bayyee namaa buaarsituu❤❤❤❤❤❤❤❤ bayyee bayyee sin jalanaa

  • @KhalilKhan-w9g
    @KhalilKhan-w9g Месяц назад

    Namonii margee jallatan like tuqa me😂😂😂❤❤

  • @GutuMegersa
    @GutuMegersa Месяц назад

    Dibaabee Hirkoo baga nagaan dhuftan!

  • @Wenduu-n6i
    @Wenduu-n6i Месяц назад

    Diramaa Hirkoo kana warii jalata jajabessaaa🎉🎉🎉🎉🎉

  • @مهاالشمري-ض1ب
    @مهاالشمري-ض1ب Месяц назад

    Bagaa nagaan dhuftan Mattii jalalaa bayy'ee namatti tollaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @engineermohammedqasiim9614
    @engineermohammedqasiim9614 Месяц назад +1

    bagaa nagaan dhuftan.

  • @Senyitemesgen
    @Senyitemesgen Месяц назад +1

    Wow Hirkooo wel come❤❤❤❤❤❤

  • @devtubee825
    @devtubee825 Месяц назад +1

    Wowowo wel come hirkoo❤❤❤

  • @EbraahimAhamadee
    @EbraahimAhamadee Месяц назад

    Dhugaa baayyee isinirratti gammad❤❤❤❤❤

  • @JuharIndrisabdu
    @JuharIndrisabdu Месяц назад

    Hirkoo❤❤❤❤❤

  • @OromtichaOro
    @OromtichaOro Месяц назад

    Hirko madda kolfa biro bos❤

  • @BiyyaTasfaye
    @BiyyaTasfaye Месяц назад +2

    Thank you!! I appreciate you so much. Keep it up we are with you!!!?❤❤❤❤❤❤😅😅

  • @nuurstudio
    @nuurstudio Месяц назад +1

    Diraamaa kolfaaf osoo hin taane barumsas irraa fudhatamuu qabuudha.
    Adunyaan amma digital system irra jira nuti ammoo karama dur sanarra jirra. Kanaaf haala yeroo beekanii fayyadamuun bareeda.
    An dhaabbilee online waliinin dalaguutti argama dalagaa koo biratti kanaaf carraa argattaniin dhimma madda galii karaa intarneeta kana hubachuuf yaala.
    Kanin beekurraa ammoo isiniof qooduuf qophiidha.
    Diraamaan hirko dhimma kana haala diraamaatiin gootee akka hawaasni dammaquuf waan gooteef guddaa galatoomaa