Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Masii umrii dhertuu rabbiin siifii haa kenuu inshallah Allah qalii namaa
Really I have no word to say anything, God bless you guys…!
.Masarat Dhaabaa, Thank you for bringing talented kids and adults. We love you and proud of you!❤❤❤ Thank you Oromia 11❤
❤❤❤❤
አደኞች ስወዳችው አባደራርቱ አዳ ደራርቱ በርቱው 💜💙💙💙
Muccaati akka nama guddaati, qaamanis yadaanis akka nama guddaa bilchaatu.maashaa alla ❤
Arsii mtii adaba qabdii
Maashaallaha
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤@@arsii54
@@arsii54 Arsii warqii dhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla love you rabin hamtu isanira ha qabu 🎉🎉❤❤
ማር የሆናቹ ልጆች እድግ በሉ😍😍😍😍
አሚንትርጉምአላውቅም
amazing talent🎉
OMG 😂😂😂😂I love this kids it's the best derma ever ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla ❤❤❤❤
Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah 😊😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bayee bayee issiiniraa bareeda akkaasumas baruumsa bayee qaba orroomo dhaan koo🎉🎉🎉❤❤❤
Congratulations 🎉🎉🎉❤❤❤❤
❤❤❤ maasha Allaah Rabbiin isiin haaguddisuu
አባ ደራርቱ ጭቅጫቃ ነቸው❤❤❤❤❤❤አዳ ድራርቱ ርግት ያለች ርጋተዋ ድስ ስል❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
"የሚያጠግብ እንጀራ በምጣድ ላይ ያስታውቃል"እንዲሉ እነዚህን ታዳጊ ልጆች ማበረታታት ይጠበቅብናል በሚቀጥለው ድራማቸው ከተከስቱ አድራሻቸው ይፋ ሊሆን ይገባል
Hru🎉🎉🎉🎉😂😂🎉🎉😂🎉ttyygfxhggy
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 1:05
Masii jabduu namaa ijoollee ajaa'ibaa fiddee nu booharsite. ijoollee Rabbi ijarraa haa hambisu; guddadhaa bakka gayaa.
Amazing kids ever❤❤
Matii nafii tatii maloo sanyii
❤❤❤❤ijolee kaanaa waqayyoo siin yaa guddiisuu bakkaa guddaa akkaa gessaan abdii qabnaa❤❤
Mashalaa mashalaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tolaa ijolee nuuf guddadhaa hadhaa darartuu fi abba Darartuu dhugaa ergaa bayyee namaa gammachuu qabu titikoo isin ❤❤❤❤❤
Love them, they are So adorable 😂👏👏😂😂😂
Ijoollee haburaa jabadha boranaa irra isiin ilaala ijolen koo issin jalatti
This is beautiful 😍 OMG 😂😂😂😂 dying with laughter.
😅😅😅😅😅
Waqayyoon issin haa guddisuu ijolee oromoo tenyaa obbolesaa kenyaa habasee jabadhu jajabesii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa allaa mashaa allaa
Master heduu sii diqisifaadhaa jabduu intalaa galatomii qalii ufii ijolee tanaa onee iraa isinii jaladhaa dhalotaa qubee 💞💋💔💕
ምርጥ የአገሬ የአሰላ ልጆች ስወዳቹ በርቱ
u got , u know that
የኦሮሞ ልጆች 🌹🌳🌹🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Haati Daraartuu yaadi ishee Baay'ee cimtuudha ❤❤❤❤❤ nuuf guddadhu Buchoo koo 🎉🎉❤❤❤❤❤
Maashaalaah ❤️
Bayee baredaa dhugaa nuf gudadhaa ijolee qali nama 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
They are adorable ❤❤❤I couldn't stop laughing. God bless them..❤
🎉
I wish you brave artists in your future,they should indeed be encouraged!
What a pure talent they have 👏🏾 wow 🔥
በጣም ደስ ይላል የኦሮምኛ ቋንቋ በልጆች አንደበት !!
Nice sharing
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii
Maasha allah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wwwwww gudadhaa💕💕💕💕💕 wayiii hadha darartuu bektudha ❤️
Eebbifamaa👏🤝❤️💚🙏🥰😂😂💐🌻
Silaa ijoleeni tuni eessaa badee iyyaa iyyaa dabarisaa
Iijolee Oromoo 🌹🌳🌹🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Masarat dhugaan siin jedhaa eebifami umrii dheeraa jiraadhu''Haadha Sabaa''.
Nabi Muhammadﷺ fi Sahaabaan Isaa rakkoo jajjabduu keessa turan. Rakkoo san keessaa takka gaafa duula Khandaq (lola Ahzaabi). Lolli kun ji’a Shawwaal Hijraa amata Shaneessoo mudate. Gaafa kana Qureyshiin gosoota Arabaa hedduu kakaaftee Islaamaa fi Muslima lafarraa balleessuuf Madiinaa tti duulte. Araba qofaa miti, gosti Yahuudaa Banii a-nNadiir iis Nabi Muhammad ajjeesuu yaadde. Sababni lolli kun jalqabeefuu, gosa Yahuudaa Banii a-nNadiir tanaatu baallama Nabii waliin qaban diiganii fonqolcha gaggeessuu yaadan. Nabiin waraana Muslimaa itti ajajee isaan marse, akka harka kannatan gaafate. Harka kannuu dinnaan ammoo salphisee Madiinaa irraa isaan baqachiise. Banii a-nNadiir Madiinaa keessaa baafamnaan Nabii fi Muslimatti hijaawan, haaloo bahuuf gosoota Arabaa fi Yahuudaa hunda dirmachiifatan. Gosti Arabaa fi Yahuudaa hedduun owwaatteefii waraana bobbaasanii mootummaa Nabi Muhammad cabsuuf dhufan. Yeroon yeroo qabbanaati. Wanni nyaatamu gahaanis Madiinaa keessa hin turre, akka alaa hin galfanne qoqqobbiin hudhamanii jiran. Nabii fi Sahaabaan roga hundaan marfaman, carraa nama isaaniif tumsullee hin arganne. Gosa hangana baay’attu, humna guddoo yeroo san jirtu waliin walitti bu’uun laayyoo miti, sodaatu ture. Jiraattoota Madiinaa keessaa namni gariin, keessattuu Munaafiqni yaada injifannoo if keessaa haqee “nuuf dhumatte lubbuun numa baanaa? Mee tumsi Rabbii? Mee injifannoon abdachiifamaa turre? Sobaa?” ja’ee waywaatuu jalqabe. Gaafa kana Rabbiin Aayaa buuse.. Sa osoo (qormaanni) fakkaataa warra isin dura dabranii isinitti hin dhufin Jannata seenuu yaaddanii? Rakkinaafi dhukkubni hamaan isaan tuqee, hanga ergamaafi warri Isa waliin amanan “tumsi Rabbii yoom (dhufa) laata?” ja’an tokkotti shoorarkeeffaman. Ee dhugatti tumsi Rabbii dhihoodha [al Baqraa 214] أَمْ حَسِبْتُمْ أَن تَدْخُلُوا الْجَنَّةَ وَلَمَّا يَأْتِكُم مَّثَلُ الَّذِينَ خَلَوْا مِن قَبْلِكُم ۖ مَّسَّتْهُمُ الْبَأْسَاءُ وَالضَّرَّاءُ وَزُلْزِلُوا حَتَّىٰ يَقُولَ الرَّسُولُ وَالَّذِينَ آمَنُوا مَعَهُ مَتَىٰ نَصْرُ اللَّهِ ۗ أَلَا إِنَّ نَصْرَ اللَّهِ قَرِيبٌ Gaafas lolchiisaan/hogganaan Muslimaa Nabi Muhammadi. Lolchiisaan Mushrikaa ammoo Abuu Sufiyaani. Waraanni Muslimaa 3000 tti dhihaatan, waraanni jaraa ammoo 10,000 oli. Muslimoota irraa nama 9tu ajjeefame, jara irraa ammoo 4 qofa. Waraanni akkuun Islaama balleessuuf dhufe kun akka Madiinaa hin seenneef dursanii Muslmni mala tokko baasan. Madiinaan kibba, dhihaafi bahaan gaarreenii fi mukkeen hedduu waan qabduuf waraanni Mushrikaa keessa deemuuf hin mijjaawu. Kaaba Madiinaa bakka waraanni seenuu maluun ammoo boolla guddoo Fardi irraan tarkaanfatuu hin dandeenye qotan. Waraanni Mushrikaa kaabaan hoggaa daangaa Madiinaa gahu boolla guddoo qotamteen walitti dhufe, gara seenuun dhabe. Booda Madiinaa marsanii torbaan Sadiif qoqqobbii jabeessan. Qoqqobbiin tun Muslimoota hedduu rakkifte, bobbaa gala kutte, ni beeleessite.Muslima qofaa miti, waraanni Mushrikaatuu hedduu yaaddawan. Qabbana yeroo sanii obsuu hin dandeenye. Sinqiin qaban harkaa dhumaa dhufte. Sodaanis isaan seente. Guyyaa tokkoofi Lamatti Madiinaa tohanna ja’anii bahanii torbaan Sadi guutuu lola malee taa’an. Yaadni jalaa faca’e, dubbii walitti deddeebisuu jalqaban. Garee-gareetti adda qoqqoodaman. Booda bu’aa takka malee, osoo kaayyoo bahaniif hin dhugoomsin hogganaan isaanii Abuu Sufiyaan “haa gallu” ja’eenii bakka irraa dhufanitti deebi’an. Ummanni Muslimaa akkasitti injifate. Hoggumallee injifannoon ta warra Rabbitti amanee fi obseeti. Dureen warra amaneefi obsee isini! #JirraYaaErgamaaRabbii
Abbaa Daraartuu & Hadhaa Daraartuu Guddaadhaa Bakka Guddaa Nuuf Gaha 😍😍💗💗💓💓🙏🙏🙋🙋💪💪💓💓💓💓💓💓💓
maashaa allah baay'ee bareeddu bada ujoo guddadhaa!! garuu ambasseen gara xarafaa taa'i jidduu bahii jidduu abbaa mana fi haadha manaa taa'uun safuudhaa taatoo keessatti miiraa hawaasaa mul'isuurraatti gahee guddaa qaba waan ta'eef galatoomaa
,😂
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa tabarkala rabbi haa gudisuu ❤❤
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
Mashallaa ijafa hafaa
Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh ❣ ♥ ❤ 😍 masrti tenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤ gaaltmii ❤❤❤
Amazing TALENT!
❤❤❤❤👍👍👍🎉🎉🎉😁😁😁😁
Matii nafii tatii sanyii ko
Wowwww rabbin isnii haa guddisuu😍😍😍😍😍😍😍😍
Dagagina aartiifis ta'e dhaloota kana jajjabeessuun dirqama keenya rabbii isin yaa guddisu
Masha Allah
Brand family of father of darartu
Jabadha jabadhaa bayee namati tolaa❤❤😂😂
Osoo Dhimmi Ijoollee Tanaaf Carraan Barnootaa Hamma Guddatanitti Abbaa Qabeenyaa Oromootiin Kennameefi Hamma biyya Alaatti Barsiifamani Seenaa ture
❤ Isiin Jalanna jabadhu Dudhas Eggadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Hamma dhumatti Isiin Hordofna!!
bayyee namatii tolaa jabadhaa sanyii borutii siin nama abdii borruutii ta,aan birraa dhabachuu bayyee barbachisaa qacale sabototaa oromotii sinitii gamanaa dhalotaa biyya kaan dhisan nama adunyaaf ta,anii
Namati tolituu yaa ijolee oromoo gudadhaa❤❤❤❤❤❤
Taatoo gaarii tahu ijoolleen kun, haa guddatan,Fedha WAAQAAN!!!!!!!!!!!!!!
Jabbeessaa qabaa ijoollern kun bakka guddaa gahuu dandeettii dubbifii ijaa jabbina qabuu ija jabeessarrra sirbi hin fokkisu jedha oromoon yeroo mamaku gudadha quxusuuwwan koo❤❤❤❤
Muucattin ..maaasha allah. .❤❤❤❤ akkaa nama guddatii
Akkamitii siniii agachuu dadenya micayoo Dayimaa tokka shubisaa oromaa akka malee dadechii Maloo nuf gagaraa abidii boruu haa gagaruu bibilaa kesanii nuf gadhisaa
baayyee namatti tola jabaadha itti fufaa isiniiniin jenna
Mashaa Alhaa tabarkalhaa wly heduu namatii tolaa hujiin keessan itii haa fu....❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nufuu guudaadhaa dhugaa ❤❤❤❤
Wuwuwu 🥰🥰🥰🥰🥰qaqalii ijoollee guddaa masii jiraadhu kabajamtu keenyaa
Adde masarat DHA ❤️💚❤️
Gudadhaa qaqaliwan too masiyee attis nuf dhiyesuu ketif galatomi jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤
maashallah maashallah maashallah biqil toota oromo baba reedduu umrii isin haa dheresu guddadhaa
Masarat dhaabaa galatoomi hojiin ati hojataa jirttu hojii saboonummaati ❤❤❤
Galatoomi masii teenya ijoolleen tun barnoota haala gaariin barachuu qaban
kolfaan na ajjeeftan filmiif diraaman biyya kanaa yeroo jalqabaaf kan na gammachiise. ergaa habashaa duubaaf fuulduraa waan hin dhabneef baayyee itti dhimmamee laalee hin beeku ijoolleen kun natti tolani jiru harka walqabane ol yaa isaan baasnu rabbi waliin
I love you Arsii too❤
Ijoollee bayyee qaroomina qabanii dha bayyee namatti tola. Garuu ijoolleen kun fakkeenya daimman kan birooti waan ta'eef osoo wa'ee barnoota irratti hojjattan bayyee garii dha, umrii kanan wa'ee jaarsa fi jartii hasa'uu caala.
Rabbii isinf ha guddisuuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baay'ee bareeda jabaadhu Masi
Masiiiiiiiiiikooo❤ Qalii Nama nuu jiradhuu qaxalekoIjolee Qaqaxxaleenii kuni heduu Natii Toluu dhuga hojini isanii uufuuu waqayo Nufii haa guddiduu Abba darooo fii hadhaa dareeeee😂❤❤❤💕💕💕 Love Love 💟💟💟😘😘
Wow abbaa darartuu fi haadha darartuu nuuf guddadha qaxaleewwan too 🥰🥰🥰🥰🥰
Dhugaa rabbii ijjollen tun dandetti addaa qabaanii jajaabefamuu qaban
ayi Abbaa Daraartuu eebbisee deebi'eet aarrabsa. Guddadhaa.
Kotuu matii nafa thii a qalii 💓
Wyoo.koflanii.dueee.malo❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤bayee isaani jaladhaa masiye 11 oromiyaa Abbaa daratuu Hadhaa daratuu baro nuufi gudadhaa❤❤❤❤❤
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Barreedduu waan koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯
Rabbin isin haguddisuu❤
Ijolee jajabeefamuu qaban masii galatomii gara istidio keetii aferuu keetiif dhugaa ❤❤❤❤
Jabaadha barnoota gaarii ummataa keennnaf Kenna jirtuu
Ijoollee goddattuu. Anbbassee Adaa Naanoo barssisii.
ijoollee qaxaleewwan tana rabbi haaguddisu ❤
Wowwww guddadha masii atiis heduu
Ijaraa hafaa jabduwan koo itti fufà waqayyoo isiin haa jabessuu❤❤
Jafee
Rabbii haa gudiisuu ❤❤❤❤
Thanks 👍💪💪🥰🥰👌
I Love this kid ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ijjoollee biyyaa kootii Anaa kootii Guddaadha
Good journalist
Bareedaa jabaadhaa guddadhaa❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂
Waqayyooo nuf haa guddisuu bayyee namatii toluu dhugaa hojin isanii barumsaa guddaa qabaa wowowo gudadhaa❤
Maasha,allaah
Masii umrii dhertuu rabbiin siifii haa kenuu inshallah Allah qalii namaa
Really I have no word to say anything,
God bless you guys…!
.Masarat Dhaabaa, Thank you for bringing talented kids and adults. We love you and proud of you!❤❤❤
Thank you Oromia 11❤
❤❤❤❤
አደኞች ስወዳችው አባደራርቱ አዳ ደራርቱ በርቱው 💜💙💙💙
Muccaati akka nama guddaati, qaamanis yadaanis akka nama guddaa bilchaatu.maashaa alla ❤
Arsii mtii adaba qabdii
Maashaallaha
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤@@arsii54
@@arsii54 Arsii warqii dhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla love you rabin hamtu isanira ha qabu 🎉🎉❤❤
ማር የሆናቹ ልጆች እድግ በሉ😍😍😍😍
አሚንትርጉምአላውቅም
amazing talent🎉
OMG 😂😂😂😂I love this kids it's the best derma ever ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla ❤❤❤❤
Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah 😊😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bayee bayee issiiniraa bareeda akkaasumas baruumsa bayee qaba orroomo dhaan koo🎉🎉🎉❤❤❤
Congratulations 🎉🎉🎉❤❤❤❤
❤❤❤ maasha Allaah Rabbiin isiin haaguddisuu
አባ ደራርቱ ጭቅጫቃ ነቸው❤❤❤❤❤❤አዳ ድራርቱ ርግት ያለች ርጋተዋ ድስ ስል❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
"የሚያጠግብ እንጀራ በምጣድ ላይ ያስታውቃል"እንዲሉ እነዚህን ታዳጊ ልጆች ማበረታታት ይጠበቅብናል በሚቀጥለው ድራማቸው ከተከስቱ አድራሻቸው ይፋ ሊሆን ይገባል
Hru🎉🎉🎉🎉😂😂🎉🎉😂🎉ttyygfxhggy
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 1:05
Masii jabduu namaa ijoollee ajaa'ibaa fiddee nu booharsite. ijoollee Rabbi ijarraa haa hambisu; guddadhaa bakka gayaa.
Amazing kids ever❤❤
Matii nafii tatii maloo sanyii
❤❤❤❤ijolee kaanaa waqayyoo siin yaa guddiisuu bakkaa guddaa akkaa gessaan abdii qabnaa❤❤
Mashalaa mashalaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tolaa ijolee nuuf guddadhaa hadhaa darartuu fi abba Darartuu dhugaa ergaa bayyee namaa gammachuu qabu titikoo isin ❤❤❤❤❤
Love them, they are So adorable 😂👏👏😂😂😂
Ijoollee haburaa jabadha boranaa irra isiin ilaala ijolen koo issin jalatti
This is beautiful 😍 OMG 😂😂😂😂 dying with laughter.
😅😅😅😅😅
Waqayyoon issin haa guddisuu ijolee oromoo tenyaa obbolesaa kenyaa habasee jabadhu jajabesii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa allaa mashaa allaa
Master heduu sii diqisifaadhaa jabduu intalaa galatomii qalii ufii ijolee tanaa onee iraa isinii jaladhaa dhalotaa qubee 💞💋💔💕
ምርጥ የአገሬ የአሰላ ልጆች ስወዳቹ በርቱ
u got , u know that
የኦሮሞ ልጆች 🌹🌳🌹🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Haati Daraartuu yaadi ishee Baay'ee cimtuudha ❤❤❤❤❤ nuuf guddadhu Buchoo koo 🎉🎉❤❤❤❤❤
Maashaalaah ❤️
Bayee baredaa dhugaa nuf gudadhaa ijolee qali nama 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
They are adorable ❤❤❤
I couldn't stop laughing. God bless them..❤
🎉
I wish you brave artists in your future,they should indeed be encouraged!
What a pure talent they have 👏🏾 wow 🔥
በጣም ደስ ይላል የኦሮምኛ ቋንቋ በልጆች አንደበት !!
Nice sharing
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii
Maasha allah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wwwwww gudadhaa💕💕💕💕💕 wayiii hadha darartuu bektudha ❤️
Eebbifamaa👏🤝❤️💚🙏🥰😂😂💐🌻
Silaa ijoleeni tuni eessaa badee iyyaa iyyaa dabarisaa
Iijolee Oromoo 🌹🌳🌹🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Masarat dhugaan siin jedhaa eebifami umrii dheeraa jiraadhu''Haadha Sabaa''.
Nabi Muhammadﷺ fi Sahaabaan Isaa rakkoo jajjabduu keessa turan. Rakkoo san keessaa takka gaafa duula Khandaq (lola Ahzaabi). Lolli kun ji’a Shawwaal Hijraa amata Shaneessoo mudate. Gaafa kana Qureyshiin gosoota Arabaa hedduu kakaaftee Islaamaa fi Muslima lafarraa balleessuuf Madiinaa tti duulte.
Araba qofaa miti, gosti Yahuudaa Banii a-nNadiir iis Nabi Muhammad ajjeesuu yaadde. Sababni lolli kun jalqabeefuu, gosa Yahuudaa Banii a-nNadiir tanaatu baallama Nabii waliin qaban diiganii fonqolcha gaggeessuu yaadan. Nabiin waraana Muslimaa itti ajajee isaan marse, akka harka kannatan gaafate. Harka kannuu dinnaan ammoo salphisee Madiinaa irraa isaan baqachiise. Banii a-nNadiir Madiinaa keessaa baafamnaan Nabii fi Muslimatti hijaawan, haaloo bahuuf gosoota Arabaa fi Yahuudaa hunda dirmachiifatan. Gosti Arabaa fi Yahuudaa hedduun owwaatteefii waraana bobbaasanii mootummaa Nabi Muhammad cabsuuf dhufan.
Yeroon yeroo qabbanaati. Wanni nyaatamu gahaanis Madiinaa keessa hin turre, akka alaa hin galfanne qoqqobbiin hudhamanii jiran. Nabii fi Sahaabaan roga hundaan marfaman, carraa nama isaaniif tumsullee hin arganne. Gosa hangana baay’attu, humna guddoo yeroo san jirtu waliin walitti bu’uun laayyoo miti, sodaatu ture. Jiraattoota Madiinaa keessaa namni gariin, keessattuu Munaafiqni yaada injifannoo if keessaa haqee “nuuf dhumatte lubbuun numa baanaa? Mee tumsi Rabbii? Mee injifannoon abdachiifamaa turre? Sobaa?” ja’ee waywaatuu jalqabe.
Gaafa kana Rabbiin Aayaa buuse..
Sa osoo (qormaanni) fakkaataa warra isin dura dabranii isinitti hin dhufin Jannata seenuu yaaddanii? Rakkinaafi dhukkubni hamaan isaan tuqee, hanga ergamaafi warri Isa waliin amanan “tumsi Rabbii yoom (dhufa) laata?” ja’an tokkotti shoorarkeeffaman. Ee dhugatti tumsi Rabbii dhihoodha
[al Baqraa 214]
أَمْ حَسِبْتُمْ أَن تَدْخُلُوا الْجَنَّةَ وَلَمَّا يَأْتِكُم مَّثَلُ الَّذِينَ خَلَوْا مِن قَبْلِكُم ۖ مَّسَّتْهُمُ الْبَأْسَاءُ وَالضَّرَّاءُ وَزُلْزِلُوا حَتَّىٰ يَقُولَ الرَّسُولُ وَالَّذِينَ آمَنُوا مَعَهُ مَتَىٰ نَصْرُ اللَّهِ ۗ أَلَا إِنَّ نَصْرَ اللَّهِ قَرِيبٌ
Gaafas lolchiisaan/hogganaan Muslimaa Nabi Muhammadi. Lolchiisaan Mushrikaa ammoo Abuu Sufiyaani. Waraanni Muslimaa 3000 tti dhihaatan, waraanni jaraa ammoo 10,000 oli. Muslimoota irraa nama 9tu ajjeefame, jara irraa ammoo 4 qofa.
Waraanni akkuun Islaama balleessuuf dhufe kun akka Madiinaa hin seenneef dursanii Muslmni mala tokko baasan. Madiinaan kibba, dhihaafi bahaan gaarreenii fi mukkeen hedduu waan qabduuf waraanni Mushrikaa keessa deemuuf hin mijjaawu. Kaaba Madiinaa bakka waraanni seenuu maluun ammoo boolla guddoo Fardi irraan tarkaanfatuu hin dandeenye qotan.
Waraanni Mushrikaa kaabaan hoggaa daangaa Madiinaa gahu boolla guddoo qotamteen walitti dhufe, gara seenuun dhabe. Booda Madiinaa marsanii torbaan Sadiif qoqqobbii jabeessan. Qoqqobbiin tun Muslimoota hedduu rakkifte, bobbaa gala kutte, ni beeleessite.
Muslima qofaa miti, waraanni Mushrikaatuu hedduu yaaddawan. Qabbana yeroo sanii obsuu hin dandeenye. Sinqiin qaban harkaa dhumaa dhufte. Sodaanis isaan seente. Guyyaa tokkoofi Lamatti Madiinaa tohanna ja’anii bahanii torbaan Sadi guutuu lola malee taa’an. Yaadni jalaa faca’e, dubbii walitti deddeebisuu jalqaban. Garee-gareetti adda qoqqoodaman. Booda bu’aa takka malee, osoo kaayyoo bahaniif hin dhugoomsin hogganaan isaanii Abuu Sufiyaan “haa gallu” ja’eenii bakka irraa dhufanitti deebi’an. Ummanni Muslimaa akkasitti injifate. Hoggumallee injifannoon ta warra Rabbitti amanee fi obseeti.
Dureen warra amaneefi obsee isini!
#JirraYaaErgamaaRabbii
Abbaa Daraartuu & Hadhaa Daraartuu Guddaadhaa Bakka Guddaa Nuuf Gaha 😍😍💗💗💓💓🙏🙏🙋🙋💪💪💓💓💓💓💓💓💓
maashaa allah baay'ee bareeddu bada ujoo guddadhaa!! garuu ambasseen gara xarafaa taa'i jidduu bahii jidduu abbaa mana fi haadha manaa taa'uun safuudhaa taatoo keessatti miiraa hawaasaa mul'isuurraatti gahee guddaa qaba waan ta'eef galatoomaa
,😂
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa tabarkala rabbi haa gudisuu ❤❤
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
Mashallaa ijafa hafaa
Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh ❣ ♥ ❤ 😍 masrti tenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤ gaaltmii ❤❤❤
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii
Amazing TALENT!
❤❤❤❤👍👍👍🎉🎉🎉😁😁😁😁
Matii nafii tatii sanyii ko
Wowwww rabbin isnii haa guddisuu😍😍😍😍😍😍😍😍
Dagagina aartiifis ta'e dhaloota kana jajjabeessuun dirqama keenya rabbii isin yaa guddisu
Masha Allah
Brand family of father of darartu
Jabadha jabadhaa bayee namati tolaa❤❤😂😂
Osoo Dhimmi Ijoollee Tanaaf Carraan Barnootaa Hamma Guddatanitti Abbaa Qabeenyaa Oromootiin Kennameefi Hamma biyya Alaatti Barsiifamani Seenaa ture
❤ Isiin Jalanna jabadhu Dudhas Eggadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Hamma dhumatti Isiin Hordofna!!
bayyee namatii tolaa jabadhaa sanyii borutii siin nama abdii borruutii ta,aan birraa dhabachuu bayyee barbachisaa qacale sabototaa oromotii sinitii gamanaa dhalotaa biyya kaan dhisan nama adunyaaf ta,anii
Namati tolituu yaa ijolee oromoo gudadhaa❤❤❤❤❤❤
Taatoo gaarii tahu ijoolleen kun, haa guddatan,Fedha WAAQAAN!!!!!!!!!!!!!!
Jabbeessaa qabaa ijoollern kun bakka guddaa gahuu dandeettii dubbifii ijaa jabbina qabuu ija jabeessarrra sirbi hin fokkisu jedha oromoon yeroo mamaku gudadha quxusuuwwan koo❤❤❤❤
Muucattin ..maaasha allah. .❤❤❤❤ akkaa nama guddatii
Akkamitii siniii agachuu dadenya micayoo Dayimaa tokka shubisaa oromaa akka malee dadechii Maloo nuf gagaraa abidii boruu haa gagaruu bibilaa kesanii nuf gadhisaa
baayyee namatti tola jabaadha itti fufaa isiniiniin jenna
Mashaa Alhaa tabarkalhaa wly heduu namatii tolaa hujiin keessan itii haa fu....❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nufuu guudaadhaa dhugaa ❤❤❤❤
Wuwuwu 🥰🥰🥰🥰🥰qaqalii ijoollee guddaa masii jiraadhu kabajamtu keenyaa
Adde masarat DHA ❤️💚❤️
Gudadhaa qaqaliwan too masiyee attis nuf dhiyesuu ketif galatomi jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤
maashallah maashallah maashallah biqil toota oromo baba reedduu umrii isin haa dheresu guddadhaa
Masarat dhaabaa galatoomi hojiin ati hojataa jirttu hojii saboonummaati ❤❤❤
Galatoomi masii teenya ijoolleen tun barnoota haala gaariin barachuu qaban
kolfaan na ajjeeftan filmiif diraaman biyya kanaa yeroo jalqabaaf kan na gammachiise. ergaa habashaa duubaaf fuulduraa waan hin dhabneef baayyee itti dhimmamee laalee hin beeku ijoolleen kun natti tolani jiru harka walqabane ol yaa isaan baasnu rabbi waliin
I love you Arsii too❤
Ijoollee bayyee qaroomina qabanii dha bayyee namatti tola. Garuu ijoolleen kun fakkeenya daimman kan birooti waan ta'eef osoo wa'ee barnoota irratti hojjattan bayyee garii dha, umrii kanan wa'ee jaarsa fi jartii hasa'uu caala.
Rabbii isinf ha guddisuuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baay'ee bareeda jabaadhu Masi
Masiiiiiiiiiikooo❤ Qalii Nama nuu jiradhuu qaxaleko
Ijolee Qaqaxxaleenii kuni heduu Natii Toluu dhuga hojini isanii uufuuu waqayo Nufii haa guddiduu Abba darooo fii hadhaa dareeeee😂❤❤❤💕💕💕 Love Love 💟💟💟😘😘