Fayyisuu Waaqayyoo Ilaalaa.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 ноя 2024
  • Gargaarsa Waaqayyootiin Waanti Hin Danda'amne Hin Jiru,
    Obboleettiin Keenya Kun Infection Mar'ummaaniitiin Rakkachaa Turtee Abdii Kutattee Gara Iddoo Kadhannaa Waldaa Dhuga-Baatuu Kiristoos Dhufte Waaqayyos Hidhaa Isheen Ittiin Rakkachaa Turte Kana Irraa Hiikee Bilisa Ishee Baase.
    Ilaalaa Itti Eebbifamaa Egaan Obboloota Ko Namoonni Video Kana Daawwattan Subscribe Yoo Gootan Isin Waan Miidhamtan hin Qabdan Nuun Garuu Waan Nu Jajjabeessuuf Subscribe gochuu Hin Dagatinaa Akkasumas Like gchuu Hin dagatinaa Yaada yoo Qabaattan Comenti jalatti nuu Barreessaa Yoo Gochaa Waaqayyootti Gammaddan Share godhaa Eebbifamaa .#arara_tv_world_wide #christiansong #faarfannaa #faarfannaa_afaan_oromoo #amharic_mezmur #protestant_mezmur

Комментарии • 4

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 Месяц назад

    Waaqayyoo maqaan haa ebbifamuuu❤❤❤❤❤❤ ebbifama ebbifama maqaa yesusin❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @Ddman-u8o
    @Ddman-u8o 4 месяца назад

    Waaqayyo Haa Ulfaatu Barri keessan haa Eebbifamu

  • @gemechutilahun4451
    @gemechutilahun4451 4 месяца назад

    Waaqayyo Haa Ulfaatu Barri keessan haa Eebbifamu