abduu rabbiirraa nuti akka ilma keenyaatti heeddu si jaalanna amantiin habashi jedhamtu hin jirtu soba dhiisa nuti ummata amantii ganamaa qabudha isa dhalachuu nabi keenyatis gammannuudha , ahbaash hin jirtu hin sobin mee gara ulama'oota keenya ganamatti deebi'ii waa'ee jecha ahbaash ati jettu kana sheikh muhammed raashad abdulle irraa haasa'a isaa dhaggeeffadhu likkitti soban eessayyu deemuun hin jirtu
Masha Allah rabbiin umri isini ha dheresu sheki amini ibro ❤❤❤❤❤❤dhuga kesani ❤❤
Baaba kiyya Rabbiin umrri sihadhereessu ☝
Abdu atileen nama adda nama dinqisiifamu qabu jabaadhu.
Ana waan odeefama jiru kanarrayyu haasaya keettu na ajaaibe ati wallahi dhuguma nama bilchaata jabaadhu jaba nama
Dhugaa keeti
RUclips.kaan. Sheeran.godhaa
Abdu yerroo hundaa
The way talk
I like it
When I began to listen you
Like goodhunin egalaa
Maashaa Allah bro koo sagalee keeyrii nuun dhaqabuu keetiif jzklkrn
Masha allah baba jzk umrii nuuf jiradhaa❤❤
Masha Alaha Abduu kenyaa heduu galatomii jechaa bilchaataa nuf qodee
Thank you Abdiyee❤❤❤
Masha'allaah tabaraka'allaah rabbiin umrii keessan nuf haa dheeressu
Amaa Babaan adaa nubasee galtomii Abduu kenyaa ❤❤❤❤❤❤
Sheeka keenya. Sheekawwaanii. Umrii. Isaanii. Rabbii nuf haa Dheereesu ❤❤❤❤❤❤❤
Masha allah rabbii umri nu ha dheresu baba kenaa
Mashallha Allahu Akubaar Rabbin isinirra hjalatuu umrii tessan hdheressu ❤warri osoo waa addan hin bafannee dubbattan uf qusadha waa addan habafannuu
Goota koo nuuf jabaadhu ❤❤❤❤❤
Dogongora guddaa kana Kan uume mu'aaz Naziifi
Rabbiin umurii sheekhaa nuuf haa dheeressu 🎉
Mashaa allah
Jabaadhu namni affaan keennaan dubbatu siima qofaatu mula'ataa jiraa jabaadhu siyyaassa irraa of qussaadhu 😢haagaa biliisomnuu jaratiin sii futtii😢😢😢😢
Dhugaa ani akka nama tokkooti Waan ammaa jechaa jirtan Kan irraa Waan guddaan hubadhee isiin hundi guddaa galatooma🙏 yeroo baayyee Waan umaame irraati jarjaruun gaarii miti. Kanaafu hundi keessaan xiqqoo wal-hubachuu qabna yoon dogoggoree dhiifama naaf godhaa🙏 Abdu atis akka nama tokkooti galatoomi maalif yoo jattee yeroo hunda Waan nama hundati gaaffii ta'u qabatee nuuf dhihaata❤
Mashallah mashallah rabbiin umrii tessan haa dheressu
Maashaa allah ganaallee akkanuma suuta deemi ❤❤❤❤
Mashaa allah babaa kiyyaa
Ee miskiina wly Baabaa sheek Amiin Ibroo umrii nuuf dheeradhuu
❤oliin rabbin isin haa demu ❤rabbin isin haa gammachisu😍😍❤maati naa tahaa❤
Jaabadhu wly Rabbinf jechaa baaye sii jaaladha Rabbi silee Hayuu akkaa baaba sii taasissu inshaallh
Thank you brother you'e matured
Masha'allah Rabbi jecha sijaaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha allah Galatoomi habiibi Qaali jiraadhu❤❤❤❤❤❤
Baba kenya umrii keessaani nuf haa dherrattu❤❤❤❤
Beekan beekumsaan Nu Furree Hayyuu Gorsaa Baabaa❤suuta jedhuu hedduu barbaachisaa
Abduu Atiin kun Dubbiin Sheeka Amiin Siifiin galle mucaa saniif dhaame baabaan mucaa mu'aaz naziif santu Albaatiirra jarjara
Maashaa allaah dhugaa rabbii hedduu galatoomi abduu koo jiraadhu❤❤❤❤❤
Jabadhuu abduu kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbi umrii kessan nuf ha dheresdi baba kenna
Guddaa Guddaa Galatoomi Abdii 🙏🙏
reefu dhugaa eessaa dhuftee keessanii baasaa jirtu. nuti duras wallaallee miti jabaadhaa dhugaatu bahuuf jira
Masha Allah tabarakalh 🥰🥰🥰
Mashaallaa❤❤❤❤❤❤
Abdu Galatomi Rabbin sirra hjalatuu jabadhuu Qalii nama ❤
umanii kun umataa badaadhaa shekotiin kenyaa jabadhaa akaa itilafne jajabaadhaa
As wr wb nagaya jirtaa fayaadha baga nagays dhuftee❤❤❤❤
Jabaadhu waan gaari nuuf dhihessite
Jabaadhuu yaanii kee heduu bareedaadhaa❤❤
Masha Alaha Rabin umurii kesaan nuf hadheresuu
Dhugaa keeti babaa ko nufi jirraadhuu❤❤
Rabbi dhugatti nuhaa qajeelchu
Masha Allah dhugaketi baba
Baabaa umrii nufi Dheeraadhu
Jaaba namaa jabaadhuu 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
Umrii issani nuf Rabbin nuf ha dhereysu
Jabaadhaa sheek amiin
Welcome back 🙏
As wr wb baba jzk
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ጀግና ኣሮሞ
Babaa Gaalotomaa❤❤❤❤❤❤❤
as wr wb🎉🎉🎉🎉 maatii naa tahaa🎉🎉 mee oboleyaan koo rabbii isiniraa Haa jalatuu ❤❤❤❤❤
WS WR WB naafiis taha
@AhmedAdem-ub7gy ok
Jabaadhu abdu
yeroo hedduu yaada faca, e wolittivqabda
Atoofillahii Atoofiilahii yaa rabii nu basii
Mashallah Mashallah Mashallah ❤❤❤
Mashaa allaah
Masha Alaha❤❤❤❤❤
❤
Bagaa naghaa dhuftee
نعم كلامك صحيح👍
ummaata dhalachuu nabii keenya nagayaaf rammanni irraa haa jiraatu jibbuutu har'a ahbaash jadhe soba dubbata malee amantii ahbaash jedhamtu hin jirtu caal jedha , ganaa mallaqni isin sassabdaniis hin jiru kan amma duraa irrattu baasa waalitti baaftanii mii
Baabaan Mucaa Mu'aaz naziif saniif deebii kenne mucaan sun baayyee jarjara
Mashaa allah
❤❤❤❤❤Duhgdaaktti
She amiiniin ibiro umir keessan rabbi hadheeresu jabdha nutis isiniwojjinjirra
amanta siyasa.dura.amirikadha.dhufee.achin.imarat.galatomaa.jezakallah
Dhugaa keeti brother
fahmii akkasii kenne nuhunda haakennu ❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu Abduu keenya 😢😅
❤❤❤❤❤❤ 14:40 14:42
Mashaallaah ❤🎉
Amantichi wlh baay'ee natti tole nu fudhachuuf qophiidha ...wlh wlh ibraahimiyyaan falaasama haqaati
Abduu ati dhuunftti araarsuu dandeetta dhugaa rabbii
AS WR WB hojji maallaqa ittiin argannu Nuuf waraabi Videon keeheddu nufayyadaa Ittinuufyaadi
abboo Abdu bilchaataa namaa nuf jiraadhu waggaa 1000
❤❤❤Baabaa❤❤❤❤jabadhu ❤❤🎉🎉
Jabaadhu
Ati bekadha jiradhu ❤🙏
Atiyyuu habashiidha osoo of gaafatte😂
Amantii ahbaash jedhamu immoo hin jiru habiibii hubadhu barnoota siif ta'a.
abduu rabbiirraa nuti akka ilma keenyaatti heeddu si jaalanna amantiin habashi jedhamtu hin jirtu soba dhiisa nuti ummata amantii ganamaa qabudha isa dhalachuu nabi keenyatis gammannuudha , ahbaash hin jirtu hin sobin mee gara ulama'oota keenya ganamatti deebi'ii waa'ee jecha ahbaash ati jettu kana sheikh muhammed raashad abdulle irraa haasa'a isaa dhaggeeffadhu likkitti soban eessayyu deemuun hin jirtu
Muktaamuhmmad❤❤ 1:43 1:45 ❤ 1:51
Guyyuma guyyaan wadhagenus hadilaafuu
Alhamduulila 🎉
WS wl WB ❤❤👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nu jirdhaa
Wlhi ati dhugumaani majliisa islimaa irratti ummata hubannoo hinqabne ijaaraa jiruudha.
Nuufjiraadhu Abdu mobile yeroo kamuu hedduu sijaalanna ❤
❤❤❤❤❤amishirri
Dhugaadha waly ❤❤❤
Dhuga dubbatte Abbaa Kenya umri nuuf dheradhu
Baba you are write
Jabadhuu
Babaa keenya umrii nuuf dheeradhu.
Hin beekan jattaa sa ATI waanuma hin beekne mormita akka nama beekkomsa waan moruuf San sirritti beekuutitti😅😅😅😅😅😅😅
🤫🤫🤨🤨🤐🤐
Mallif majallisa ballesittan subbahan Allaaha
One love
Subhaan allh
Dhugadha walahi