Dhifama wolin jadidi ati yeroma kamu hadha mana ke jetee namatin hin demtee hin lolinin oke yeroo heduu si tasabee wollahi hati mana qalidha oke of siresii kifiyan misikina wollahi oso ana tatee sifi abdiilee mata adani isin basaa wollahi
Jadiid wanti akkasii sirraa hin eeggamu,osoo wanti abdiin jedhuuyyuu dhugaa taatee abdii ooftee isirraa qulqulleeffatuu qabda ture,malee jaartii tee nama biratti dhiitichoo fi kaballasn xiqqeessuu hin qabdu ture,jaartii tee caalaa nama biraa hin amanin,bultituu si diigamaatii. Dhiira akkanaa kanatuu natti hin tolle wallaah kan jaartii ofii caalaa nama biraa amanu!😫
jarsii kiyalee jarjara akaa. jadid kana hin tanee dubin waa hubadhu jadid yoo artee hanga ijaa ketin argituti hin arifatin micayoon da.ima qaba jabesi jadid
Wallahii hedun arre piranki akkattii na arsiitte hin agare kifaya tumamun hedu garaa nanyate jadid wani fette yo tate harkan namati hin jarjarin boda nishenoyta keysafu kifaya hin xuqin please
Worrii natti artaani hundii dhiifamaa na godha!ani abdiidha.
Amshirii garuu bausaa gudaa qabaa pirakiin kuni nama hubatufi
Abdii dhugaa bayyeen sii jaaladha garuu dhisii
Abdii summaa dubisuun fedha akkamin sii argaa
Laa abdii
@@rahmarahmati4968 mati naafi tayyii please rahma koo
Salluu allaa nabii muhamad
Sallaallahu Aleeyhi wassallam
Salallahu Aleeyhi wossallama Salallahu Aleeyhi wossallama Salallahu Aleeyhi
Sallallahu alleeyhi wasaallam Sallallahu alleeyhi wasaallam Sallallahu alleeyhi wasaallam Sallallahu alleeyhi wasaallam Sallallahu alleeyhi wasaallam
Sallalaahu aleehi wosallam
Saw saw saw
S...A...W..S..A...W😘😘😘😘
Dhifama wolin jadidi ati yeroma kamu hadha mana ke jetee namatin hin demtee hin lolinin oke yeroo heduu si tasabee wollahi hati mana qalidha oke of siresii kifiyan misikina wollahi oso ana tatee sifi abdiilee mata adani isin basaa wollahi
Kulan maatii tahhii ruclips.net/video/xfE13ppHEVI/видео.html
Kulani arsii oboletti tiyyaa qalli isaani wali galanni dhufani baar
Dhugaa keetti sanyii anni bayyi naa arrise
Mati naafi tayyii please kulan koo
@@genetbonsaatube5972 mati naafi tayyii please ge koo
Jadid yeroo bayye kifaaya dhahuf hin jarjrat ofi egadhu mucati mita 👌
As wr wb jadid &kifaya isinin jaladhaa garu dadid maliyu yoo ta'ee jartike amaa ijaken agartutii ufata darbite demi in jedhin nikan wanuma xiqishoti butii obbsa qabadhu
Jadid bultii jechuun shanxaa walii darbuu miti yeruma hundahu jaartii tee obsaan caqasi👌👌
Azubillah Abdii hojii kee nyaadhu jarsa jartii akkas gotta weeyyi kifaaya boose gara nyaatte uffffff 🤔😭😭👈
Hamana jarti te xiqqesu sirri miti dhugaaa isheni miskina namni hundi sila akkasi dhifama sif hin godhu jadid jarti te kabaja qabadhu
Jadiid osoma jaartii kee nama woliin ciistee siin jedhamee Jaallattee Amanta taanaan gonkumaa hin shakkiin hammaa Ragaa fii ija keetii argituutii kifayyaa miskina habibatii
Saaaah 😭😭😭😭😭😭
Hikma maatii tahhii ruclips.net/video/xfE13ppHEVI/видео.html
Mati naafi tayyii please hikm koo
Dhugaa ke jette dama ko
Kifaya ati masha alladha jabadhu yero hunda obsa qabadhu miskin jadid
Miskina kifaya habibti obsike masha allah ♥
Maati naf ta'i fate koo
Wowwwwwwwwww dhugaa rabbi piranki akkana takka argee bekku abdi hoji kee moo umaata fixe piranki isiin hundaa keessanu bayye jaladhaa jabaadhu ❤️❤️
Wallahi dubartiin akka kifayaa hin argamtu abdiin waan gaarii hin hojjanne jadiid ammoo ni ariifate maraafuu kifayaan isin lachuu injifattee jirti 😍
Wolahi hibilahi mujirimaa hazubilahi
Dhiira gowwa akka jadiid kana yeroma fedhan bultii isaa diguun hin ulfaatu
Maalli fi shaxaa ishe darribate rabbi Maalli sin jedha wly bayyi narrisitte jadidi 😢😒🥺🥺🥺🥺😡😡😡😡👈😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡😡
Kifaya obsa qabdi wallahii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sarah maati naf ta'i pls
@@siifanmultimedia8088 bareddu kottuu mattii walli tanna
Aboo Jadid off egadhuu mucaa miskinaa tana jabeyfadhuu❤️👌
Dayyusaa jedhani Saani Jadid 🤔Jarti ufi Calaa Nama biroo Amanun mali?
Prank gafaa Arusaa Kifayaa irrati dalaydee Isiin debii akkasi sifi kenitee
Atti har'a shanxaa kifayaa gadarbitee demii jeteeni Bay'ee gade wlh
Jadid wallahi naama gaari miti ati utuma waan fedhe tahee jartike sadaqu dhiste orma amante ati hikaa jarsaf jarti inbektu fayuma fuute maale
Wlh ana osoo taatee mataa adda isin baase👨🔧👨🔧🤔 abdii hojii kee nyaadhu wolitti ooftee🤣♥️♥️
Wallha abdii sitii ara maa birkpa akana mucatii daima itti bochifata
waly masha allah, mucatiin obsa guddaa qabdi dhugaa rabbii ❤🙏🙏sanuu ijolee Harargee tahuu waliin, wwwww Ani heduu na dinqisiifte kifaayan, 😍😍😍😍rabbiin waliin isin ha bulchu
Maatii naaf tahi mee sanyii
@@burkaentertainment6929 kottuu walli damara
@@burkaentertainment6929 mattii nafii tayyii sih tayyaa
Abdii hojii kee nyadhu kifaya habbati rabbi obsaa fi bekumasa dhuma hin qabane sifi haa keni amale jaddi attis sitti fakkachu nadada guruu obsaa horadhu
Natuu duraa laleee mee namani akakotii jaraa kanaa jalatani Like roobasaa
Uuuuuuuuffffffff dubin jabduu hojii kee nydhuu abdii huduu namtii tollaa Pirak simatuu hojatuu bekaa abo
Dhamasaaa Jadidi Qabuu Ati Hargaaa Adani Bafatuti Hin Tumin People Mocayooo Damaaa Argateee itii Xabatin
❤💚❤
Rose Koo subscribe naaf godhii pls
Jadid gowwaadha wly osoo dhugayyuu ta'ee jaartiidha moo nama biraa amanuu qaba hindhitayyuu sanuu akka harree kifayaa rabbi obsa sif haa kennu ammallee kana ka jecha namaatif shaantaa jartii darbu yaa rabbi nurraa qabi dhiira akkanaa
Abdii rakoo dalagee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ati dura waan hundaafuu hadha manaa kee amanuu qabda jadidi
Uuuuuuuuuuuuuuu kkkkkkkkk walahyii abdii atii mooo mashaallaaah jabaadhaaa misikiina kifaaya n 😭😭❤❤❤
Uuuuuuuffffff misikinaa dhugaa 😭😭😭😭😭😭🤦♂️🤦♂️🤦♂️🤦♂️🤦♂️🤦♂️🤦♂️
Maasha Allaah kifaayan obsa qabdi rabbiin ammalle obsa siif haa kennu habibti❤️❤️❤️
Kafiyaa obsituu dhuga rabbii shanxaa koo narati darabe figee bahaa turee garuu atii obasa qabada
Uuuuuuffffffff kkkkkkkkk waayooo yaa Abdii Hojjii kee nyadhuu 😂😂😂
Gadisee maatii tahhii ruclips.net/video/xfE13ppHEVI/видео.html
Gadise koo subscribe naaf godhii pls
Wly miskina kifayaa🥰🥰 Abdii hujii ke nyaadhu🤣🤣🤣🤣
Abdii mashallah attii namaa bay'ee diqisifadhuu keessaa namaa tokkoo 💓
Yaa abdi hooji kee rabbin dhifamaa siif gooti amaa kifaayan abshrii ruuhi kifaya
Mucaati miskina wlh prank fi jete bulti nama hin diginaa😭kifaaya 💘❤obsaa qabeti koo .jadidi mucaa gowwaa mucaatin tuni sini hin maltu 🤫
Mashaallaahaa mashaallaahaa
Abdi dalaggaa kee moo omg you are so funny seriously kkkkkkkk 👍👍👍👍
Maati naf ta'i dammaa koo
@@siifanmultimedia8088 hayye sabonettu oromo
@@chaltubeshir3032 galatoomii wan ofii❤💋
@@siifanmultimedia8088 you welcome any time sister we have to help each others sweet sister ❤🙏💯
@@siifanmultimedia8088 mati naafi tayyii please si koo
Wallahi kuni prank miti hisidumma gudda jadid atis guwwa dha abdii walahi
Kifayan naa bosisitee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Ayii hadhookoo obsaa qabdaa kifayaa ❣️💓💓💚💚💚💚❣️💙💙💙💙💙💙💙❣️💚💚 Jadidi dhama'aa sif qaba ati obsaa qabachuu qabdaa Maalif jecha nama fudhatee hadha mana keeti demii jetaa?????? Isheen gaaruu obsaa qabdii dhugaa osso akami tahee hinarifatee demii jechuun sirimiti bayeee bayee rukkuteeleetii kifayaa 💙💙💙💙❣️❣️❣️❣️💚💚 Jadidi fi kifayaa isin jaladha obsaa qabadhaa
Uuuuuuuu dubii ulfataaa abdii rabbii sif haa dhisuu 😢😥
አንተ ግን ባል ነክ ባላህ እንዴ ሁሌ ፕራንክ ባረጋቹ ቃት እስዋን መምታት አይደብርክም ሰው ስለነገተክ ሳይሆን እስዋን ቁጭ አርገህ በስነስራት ያለውን መጠየቅ እውነትም ቢሆን መምታት መፍቴ አይሆንም
Kifayaa obsituu too😍😍❤️❤️
Wayii Abdi 😂😂😂😂 masikin dhuga rabbi Abdi hojii kee 🌹🥰🙆
Pirankii hojechuni Abdiin 1ffaa dha kefayan karaa waraa shamaranii 1ffaa jabadha gaaruu haarraa baay'ee Abdii hojii kee
❤️❤️😍❤️❤️
Jadiid wanti akkasii sirraa hin eeggamu,osoo wanti abdiin jedhuuyyuu dhugaa taatee abdii ooftee isirraa qulqulleeffatuu qabda ture,malee jaartii tee nama biratti dhiitichoo fi kaballasn xiqqeessuu hin qabdu ture,jaartii tee caalaa nama biraa hin amanin,bultituu si diigamaatii.
Dhiira akkanaa kanatuu natti hin tolle wallaah kan jaartii ofii caalaa nama biraa amanu!😫
Mati naafi tayyii please foozi koo
Dhugaa ketii ❤️💚💚❤️
خخخختختخختخخ
Jadid kifayaa abdiyee🤩💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Kkkkkkk Kkkkkkk uuuuuuuuuufffffffffffffff
Abdiyyee qaalii keenna hojii kee moo ?
Mashaallahaa jadii mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa jarsa qalii
Miyoo ajesee jadidi yaa rabbii kiyaa 😁😁😁😁😭😭😭😭
Wallahi Kifaayan ofsa keessa dabarteee hanga shakkin natti dhuftu tae. Waan beektu seehe garu ati Abdi talagaa tee nyaadhuuu.
Yaa ijoollee oromo biyya Yamani jirtani yoomi dhisitu kijiba prank kkkkk
Kkkk kkkkk ofii qabde naa sensiftee jedhee hayyii hujii keessan moo kolfaan garaan naa dhukkube wly🤣🤣😂😂
😭😭😭 uuuuufiiii uuuuufiiii yaa Jadidii akkati maa dhita ebda hadha mana tetii bari
Wswrwb uuuufff kifayaa misiikin wallahi obsaa qabdii 😭😭💔 jadiid rabbii yoo sodatee hadhaa manaa tee artee was hiin jedhin duraa isii caqasii itii yadii dubadhu wallahi wataa shaxaa darbiitu rifatun anii riifadhe uuff yaa Allah marafuu dhifamaa garuu jabefadhu kifayaa mee gafaa tokkoo wan isiin fetuu osoo isiin hiin bekiin bitiif fiid gamchiisii hadiiyaa keniif Ok waliif isiin haa dhisuu
Uuuuuuuuuuuy birank hadhaa bayyee nama sodaachisa kifayaa and jadiid miskiin wol isiin tumsiise dhifamaa godhaafi Abdiidha
Kifaya tiyaa qallii 🥰🥰🥰🥰🥰💯
Makii maati naf ta'i pls
Rabbin isin haa qajelchu garuu yoo dhugaa jarii dhugumati hin bene tate bayee namati dhagayama Marafuu rabbin isin haa qajelchu
Osoon pirank tahuu beekuun rifadhee wajjiin boohe wallahi garaa nama nyaatti dhugaa jaarsilleen amanuu didee
Kifayayeko ibsake mashaallh hadha qalbii wayii jadid hin arifatini atii
Abdi wlhi ati balagedha micoyo malif tumsista ho
Uuuuuf hudii keessaan walin olaa bulaa hiriyaa garaa tokkoo ta'aa 💏💏💏💏🙏🙏🙏🙏👈👈👈👈
Kkkkkkkk jabadhaa woly Nama kofistani 👍👍👍👍👍👍👍💯💯💯🌹🌹🌹❤❤💚
Uuuuuu maloo IJOLEE Ani dhugaa nati fakateyuu kefayaa❤️
Well came ijole qaqali
cvcm6
wtyup
.up
Kkkkkkkkk
Abdii dhugaa rabbi bay'een sitti arreen jira. Kifaya miskinaakoo. Jadid atii yeroo hundaa sin ilalla kifaya rukutuuti hin figiin
Abdii moo kkkkkk masha allaah tabarakallaa 💋💞💔❣
Semu yee maati naf ta'i pls
@@siifanmultimedia8088 eshii marree too
@@semiraamanrobeli9790 galatoomii lubbuu ❤️💋
Mati naafi tayyii please semi koo
@@biliseetube2622 eshii marree too
Wly ani hin bohee uuuuuuuuuuuufffffff 😥😭😭😭😭😭😭😭😭
Aswrwb ❤
K.... Ati dhugaa Namaa gariidhaa habibit
😭😭😭😭❤❤❤
Kkkkkk abdi hojii kee nyadhuu jadidi naa arsite dhugaa 🌶🌶🌶👌
Maatii naaf tahi mee sanyii
Abdii dhugaa rabbii piranki haadha manaa fi ABBA manaa gidduu dhiisi
jarsii kiyalee jarjara akaa. jadid kana hin tanee dubin waa hubadhu jadid yoo artee hanga ijaa ketin argituti hin arifatin micayoon da.ima qaba jabesi jadid
Jadid attii nama jarjaruu wallahi if siresssii
Abdii hoji kee nyaadhuu🤣🤣🤣💗💗💕💕
Jadiid atii jartii kee sirriitti hamaanuuf murteesi ok 100% hamaanun sirraa jiraata guyyaa biraas yoo waa isiin mudaate akkasumaatti mucaayyoo miskina kanaaf shanxaa ittii darbiite galii jetan garuu uttuu ishee jalaate ishee hamaantee akkaamiittii ittii darbiita guyyaan kun guyyoota fulaa kee duraa jiruuf fakeenyaa siif haa ta.u ok hedduun isiin jalaadha horaa bulaa😍👍👍💟💟💟
Wswrwb hhhhh hojji kee nyadhu abdi😂😂😂
Abdii mucaa biyyaa koo jabba nama jiradhuu😘👍👍
Abdiii hojjii kee nyaadhu uuuffff kifayaa miskina tiyyaa obsii kee wowwoo osoo antahe marma abdii irrati rakadhee wly Jadiid ofduraafu odu namattiin jartii tee hindhayiin haga ijaan laaltutii xayyiii bayye aree yoo isii dhoyiitu san
Jadidii maalif dhofta kifayaa miskinaa waalahi isunu duraa heduu rifatee yeroo ABDIN achii kessaa shokoysuu😃😃😃💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞jajaabadha heduu namati toltani qaaliwan koo
Garu waaniti akkana waani jarasafi jarati jiduti dalagamumii akka waali shakani tasisa garu maali godhani piranki dha
uuuuuuufff maalif milaa ol futee dhiitee dhugaa imimaan qaabachuun daadhaabee😭😭😭😭
Jadid wallahii atii nama miti itushin hagam balesiteyu wayashe itii darbachu jin qabdu bayee naarsite yajadid
🤣🤣🤣🤣🤣 kifayaa miskinaa yaa Ŕåbbìì 😭🙈🙈
Wayoo garaa koo Abdiiye yaa hojii kee 🤣🤣🤣🙆🏻♂️🙅♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Uuuuuuufffff Abdii hojii kee nyadhuu wly 😭😭😭😭
Jadid amanulee didera gidimaa amansisisee abdiin 😢😢😢😢
Masha Alla wayaa kifayana wly heddu obosa qabdii atii ammo jadidi heddu takka .......?garuu maifi arabatich naa aragee jee sana bira dheyexee hin hubatu takumana bahii jetanii
Goowwa wly mucati bareduu taanna deemmii jedhaa ishukkaa
Hojii kee naydhu Abdii😁😁😁😁😁
abbo rabbi si haa qajeechu abdii mana namaa keessa deemtee waan hin taane oddeessitaa
Niitii cimtuufii obsituu MAASHAA ALLAH Tabaarak allah ❤️❤️❤️❤️❤️
Waayii dhiira isii anii durbumma fudhachuu hin dandahuu jennan Rakkoo hin qabuu siin jette ati osoo hin hubannee maliif shanxaa isii darbitee wallahii na bochiftan bakkee nuf laadha please. Warri dhiraa kifayaan miskinaa jiradhuu qaalii intalaa oromoo
Uuuuuffff Malo abdii ijolee ama kana gotaa
Wallahii bilaahii niin bohe Kifaaya wajjiini 😭😭😭😭
Anile nibo,ee wly😭😭😭😭😭🤦🤦🤦
Wallahii hedun arre piranki akkattii na arsiitte hin agare kifaya tumamun hedu garaa nanyate jadid wani fette yo tate harkan namati hin jarjarin boda nishenoyta keysafu kifaya hin xuqin please
Omg waqayoo kani hojii ketii nyadhu