Kabajamtoota hordoftoota keenyaa yaada keessaniif Galatoomaa Namoonni video kana jaalattan’ Download kan jedhu cina “ Thanks “ kan jedhurratti buutanii super thanks sticker erguu dandeessu. Akkasumas share gochuun miidiyaa keessan kana jajjabeessaa
Dhugaa Dr Nafyaadi nan kolfee garuu harmee kee bayyee nama gaaridha dhugaan bohee ani maaloo hojjumaa kessan nyaadha Dr nafyaadi❤❤❤ sinaan jaaladha hundaraa
Wow wow amazing! Baay'ee namati toltu eebifama waaqayyo gooftaan maccaa isin haa eebbisu eebifama! Happy mother's day Dr Naafyad mom and all mother's all over the world! Kabajaa fi jalaalaa guddaan ayyoo Dr Naafyadif qaba!!
I felt so bad for your mom and I wanted the video to end soon, you guys put her in a lot of 💔 even though she will soon know the truth..she is so beautiful and loving mom..God bless her.
Kabajamtoota hordoftoota keenyaa yaada keessaniif Galatoomaa
Namoonni video kana jaalattan’ Download kan jedhu cina “ Thanks “ kan jedhurratti buutanii super thanks sticker erguu dandeessu. Akkasumas share gochuun miidiyaa keessan kana jajjabeessaa
Nuuf Jiradhu Harmee kee Rabbiin umurii isaani Nuuf Haa dheeressu ani arguudhumaan Hawwee Harmme❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@@rayanfaris4795 anisi akasumaa
Wuwuwuwu❤️❤️❤️Baaye kanii nama gamachiftu Harmeen keessan nama dhalaa sheef yaada gariif jalala keessa shee qabduuf argisitu wawayyoo waggaa 1000siinif haa jirachisuu🥰🥰
Ya a abbacabsa😂😂😂😂
ruclips.net/video/kIdIqInsorQ/видео.html
wayyoo Harmeen kee numaa namaa garridhaa rabbiin umrii ishee siif haa dheerreessuu❤❤
Wow haadhakee baay'ee jaalladheera Dr harmee ati dhuguma haadha gaariif hubattuudha. Waaqayyo umrikee haa dheeressu❤️❤️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wly yero maraa dhagefadhaa qufuu dadhabee gifitii koo umrii dheradhuu ayoo tiyya❤️🥰😭😭
Dhugaa Dr Nafyaadi nan kolfee garuu harmee kee bayyee nama gaaridha dhugaan bohee ani maaloo hojjumaa kessan nyaadha Dr nafyaadi❤❤❤ sinaan jaaladha hundaraa
Wowwwww bay'ee namatti tolaa hallaa kanan prank garaa garaa hojjeechuun itti fufaa. Barumsaa garii siinirraa arganee jiraa
Abbaa cabsaa
Bay'ee isiin galtoonfadhaa Harmee Dr. Naafyad. Bay'ee Namaatti tolaa yaadnni keessan hin qufaamuu duubiin afaan keessani
Nuuf jiraaadha Umurii arraggeessaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Kkkkk yaa Dr nafyaad hojii kesan nyadha wowowo Harme kessa umrii isinif hadheresu wlhi goodness 👍👍👍❤💚❤😘😘😘
Isheenis baay'ee dandetii qabdi!! Harmeen kees nama gaaridha! Utuu tokko tokkoti Badi essaati SI beekna jeti! Harmee keef umurii dheeraa❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰 love you mom🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Matii naa tayi
@DAWA TUBE kotuu matii walii tanaa
@@oromiyatube4218 matii nafii ta.ii maloo
Mati naafi tayyii please siifan
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Kkkkkkkk 😁😁😁 hojii keessan nyadhaa Dr nafyad kkkkkkkk 😁 baay'ee kolfee harmee umurii nuuf dheradha ❤️❤️ dhugummatti jabduudha ati Dr umurii siif haa dherataan ❤️ harmee kee jabduudha
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
💓
Wawwwwww
@@SMATv3 Asumaan matii naf tahii
@@lemunlomimidhaso6622 Asumaan matii naf tahii
Wow waaqayyoo umrii isaanii siniif haa dheeressu harmee keessan dhugaa bektuudha ❤❤ sagaleen isanii harmee kootin walin fakkaata ❤❤
Wallaahi baay'ee tokko itti boone deesse harmee kee umrii dheeraadhuu giftii too haadha akkana qabaachuun mashaa Allah 🌹🌹🌹♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Jaallanneera loqoda harar keessumaa kan ishee immoo uuuuufff maal akkam namatti tola jabaadhu na jedhiin..!!!❤👏
Intalli acting cimtuu dha harmeen kee immo araadaa fi Gara laafettii dha love it 👌
Dhugumaatii harmee bekktuu dha dhugaa Umurii dheera siinif haa jiraatan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow wow amazing! Baay'ee namati toltu eebifama waaqayyo gooftaan maccaa isin haa eebbisu eebifama! Happy mother's day Dr Naafyad mom and all mother's all over the world! Kabajaa fi jalaalaa guddaan ayyoo Dr Naafyadif qaba!!
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏
Maatii naf taii keenaa ko ❤️❤️❤️🙏
Mati naafi tayyii please mamitu
Mee mati nufi ta.a
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Dhugaa Harmee tee Hayyuu dha. Garuu Dhugaa Harmee tee akkaati rifaachisuun gaarii miti. Harmee ufii Warqiidha ❤️❤️
Dhugaa ajaibaa Dhugaa Bay'ee namatii tolaa harmee umurii dheraa jiradhaa 💘💘💘
Wow dhugaa Haadha jechuun akkasi. Waaqni fayyaaf Umurii dheeraa isaaniif haa kennu.
Uuuuuuuuuuu 😂😂😂😂😂😂 garuu haadha akkasiu namaaf ha kennu ❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂wayoo oso in yadin kalifee arii qabaa turee🎉🎉🎉🎉❤❤
Happy mother's day for ur Mom Dr..
Uuuuuffffeeeeee harmee keessan kana Umuurii dhertuu inniif haajiraatu dhugaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍👍👍👍
Wow Harmee keessaan dhugumatii Bektuudhaa Namaa Jabdudhaa WOW❤❤❤
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏
Okay
@@marrikiyyaa4378 maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Lakofsake naf ergi dhimaf si barbade
Hadha jechuun akkas umurii dhertuu fayya gutuu wajjin sinif haa keenu waqayoo harmee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowww dhugaa baa'yee diqisasaanee haramee kee Dr waqaayyoo goftaan fayyaa siif haa godhuu
Wooow! Harmee too garaa lafeeti too umurii dheeraa sif haa jiratan💯itti fufaa maloo
I felt so bad for your mom and I wanted the video to end soon, you guys put her in a lot of 💔 even though she will soon know the truth..she is so beautiful and loving mom..God bless her.
Kkkkkkkkkk❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin haadholii akkasii nuuf haa baay'isuu.Dr harmee kee umurii dheeraa ... galatoomi
Uuuuuuffff harmeen garamidhaa umuri sinif haa dheresuu waqayo wayo harmee hadhaa durbaa ❤❤
Matii Naf Ta'i Qalii
Uuff haadha WAAQAYYOO umurii isaani sinif yaa dheeresu Dr osoo wajiin olaani haadha akkana akkatii jaaladhu rabbii umurii isaani sinif yaa dheeresu. 💚💚💚💚💚
Kkkkkkkkkkk nan kolfee waqa.
Rifachistan Harmee😢 Dudaa na ciite jedhanii Harmee... Wayoo garaa dubarti 💔😍
Heddu nama toluu dhugaa Harmee ke😘❤
Umrii siif Haa dheeratani 💗
Matii naa tayi maloo
Mati naafi tayyii please obsiitu
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html.
Uuuuuuffffff isi boin jedhan namani namafi yaadu akasi dhugaa umurii nuf eradha harmee❤️❤️
Uuuuuuuuuuuuumphaaaaaaaaaa harmee koo uuuuuufff dhugaa waaqayyoo jechaan dhabee giifti koo umurii dheeraa nuuf haa jiraatani harmee hundaa keenyatti dr naafyaad harmeen keeffa baay'een isan jaalladha 🙏🥰🥰🥰🥰💋💋❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ni dandeessi mucayoonis👍🥰🥰🥰🥰
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gaad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Uuuufffffffeeee waggaa 1000❤❤❤❤❤ siif haa jiratanii akam namattii toluu harmee kenyaa nuuf jiradhaa intallii dandettii addaa qabdii
Wwwwwwwuuuuuu.mashaalla.harmekee.bayee.nama.garidhaa.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qaali koo maati naaf ta.i please
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Anii Wan jedhu hin umurii nuf dheradhu dhugummaa tu beekktudha harmmee nfyd nuf jiradhu momayee💕💕💕
Dhuguma harmeen keessan dubartii garraamii fi gaariidha kuma isiniif haa jiraatan!❤❤
...Hojii prank kun gaarii miti.
1ffaa. Sobaa jirra.
2ffaa. Namni sun naasuun waa mudachuu ni danda'a.
3ffaa. Yeroo biraa dhugaa yoo itti dubbannullee nu amanuuf isaan rakkisa.
Kanaafuu prank kun otuu hafee gaariidhan jedha. Kanaa achi baay'ee namatti toltu eebbifamaa!!
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Maati naaf tahi
Maati naaf ta'i please 🙏🙏
@@obsetub4656 maati naaf ta'i please 🙏🙏 obse
@@RoyalTeam1290 Asumaan matii naf tahii
Haremeeke dr bayee jalaadha dhugaa rabii waqayoo umurii dherasaa isanf haa latuu i love you dr Nafi ❤
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gaad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Omg walhi harmen te heddu heddu nama garidha walhi ahh miskina tiyya 🥺🥺🥰❤umri dheradha harme garisho nama 🤕🤕🤕
Wowowo bayyee namati tolu harme dr umuri dhiraa isinif haa jiratan 🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuff hadhaa hubaatuu akkaasi qabachuu baay'ee namaatii tolaa 🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤
Matii naa tayi maloo
Dr dhuga duran bayyen sodatan turee dhumarrati garu na gammachise😍 namatti tola mathari kedhani nuf jiradhu jedhiin bayye na ajia'ibe dhuga🙏❤
Matii Naf Ta'i Qalii
Dhugaa waqayoo kolfaa nuu fixanii dr nafyad🤣🤣 harmee kesanii waqayoo umurii isanii haa dheresuu💚💚💚💚💚💚👍👍
Matii naa tayi maloo
Lubbuko maati naaf ta.i please
@@oromiyatube4218 qaali koo maati naaf ta.i please
Tole 👍
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
This is a super talented girl !! Gaaruu haadha sirriitttii dhifamaa gaaffachu gaaffachu qabdu
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
@@SMATv3 maati naaf tahi ples
Harmee naafiyaa woggaa 1000 nuuf jiraadhuu💘💘💘❤❤❤dhugaa namaa gaariidha wowwooww
Wwwwww haramee jabaduu jiradhuuu ❤❤❤💋
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html.
Wollah harmee tee hedduu takkaa jaaladhee.Umrii naf dheeradhuu harmee 💕
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffffff dhugaa ani garuu naan bo'ee harmee kee umuri siif haa dheerasuu gooftaan mucaayoon dandeetti guddaa qabdii ❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
Matii Naf Ta'i Qalii Nama Asuuman
Nufii jiradhuu harmee💯💝💯hadha dhugaa kechotatu na hirata mali jedhe akani sifi baresu hin beku keedsa tiyaa oso hunduu akati yadee garidha....
Ayiii miskin mom 😥❤️❤️
Masha allha hatii akkan haa bayatuu wly ❤️❤️❤️
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Maati naaf ta'i please 🙏❤️🙏
Harmee Kee bayee na bektudhaa jabdu harmee Kee umuri sif haa dheratan dhugaa hedu tokko jaladha ❤❤❤❤
Waayii yaa hojjjikee Abbaa cabsaa 😃😃😀😀🙆 dhugumaatii intalii siritii dandeetii qabdii😍😍❤❤inumaa kolfee Har'aa...harmee kee umurii dheeraa siinif yaa jiratuu😍😍❤❤
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Waaa dr nafaya bayee natii tolituu hairmee kesanii waqaayoo umurii nufaa dheresuu isinisi nujabadhaa
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Hammaa bodaa ittii himii wajjiin hojjee dhuu haraameen kee namaa dandeetii qabduu dhaa
@@faantuuabate2260 Asumaan matii naf tahii
Wow Harmee kessaan dhugaa beeytudha rabbii isini haa tursisu
Haramee.Dr.woggaa.1000
Jiradhuu.👌👍👌🥰🥰❤❤❤
Maati naaf ta.i please
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Hadhaa ogummaa dr guddaa qabdaa waaqayyoo umurii dheeradhuu hadhaa too❤❤❤
Harmee Hubaatu Waaqayyoo umrii dherraa sinnif haa kennu!😘
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Ooooooo bayyee ajibaa dhugaa harmee akkasii argachuu kessaniif hedduu bonaa🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩❤❤❤❤
Wow Hadhaa nafyad nuu jiradhuu hedduun isin jalaadhaa dhugàa♥️♥️♥️
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Waawu prank ajaayibaa dalagdanii Dr nafyad
Hedduun kolfee ummaan hedduu nama kofalchiisu Love 💕 from Egypt
Kkkkkk yaa ojii kesaan maloo mafii Armee ketii tabataa maloo kodee koo😭😭😭😭😭 wayoo Armekooo dhugaa siifiin gadaa rabii siijeqanii dhugaa ijolenkee
Kkkkkkkkk 😁😁😁 hojiin keessn nyadhaa Dr nafi harmee umurii nuuf dheradha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah Harmee tesan rabbii umurii isinif haa dheresuu❤🥰
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Kkkkkk hojii keessan nyaadha ayiiiiiii dhugaa harmee waaqayyoon sin ha eebbisu dhugaa dubbaachuun umurii keessaan waaqni ha dheereessu
Wooowww mashaa Allah hadha kessaan hundaa rabbiin umir isin haa dhersuu 🥰🥰🥰ani dhabee😭😭😭 yeroo hundaa qalbiin naa cabaa❣❣😭😭😭baga guyyaa hadhota getan 🥀🥀🥀😭😭
Obsi lubbuu homaa miti
Rabbii jannataani fi haa qananisuu
@@qanafaatube95 Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin 🥰
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏🙏❤️❤️
Ayii hojii keessan nyaadhaa
Harmeenkee garaa nama nyaatu😍
Dr. Naafuu dhugaa harmee garii qabdaa RABBIIN umrii isaani siif haa dheeresuu💚
Waan garaa namaa nyaatu wa heduu dubaatani sanii keesaa tokkoo sii haa fudhu, ilmaa ni gudisaa, hin boyiin, Dasii ofiitti qabii hin bahiin jedhiin....
Namaa gaarii nuf jiraadha ❤😘
Harmee kee Gafaa tokkoo Biraa dhaqii Video nuf waraaba Naafuu Ok?
Akkasumaa mucaayoon Maqaan ishee maryam jedhaamtuu takka Dubai irraa sii jaaladhaa harmee sin jete jedhiin Nafuu Ok?? ❤💚❤😘
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html.
Wow wow namati toltuu dhuga waaqqayyoo goofta baraf jireenyaa keessani haa ebbisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Woow prank Ajaa'ibati.
Harmeen kee beektu dubartiiti!
Kootuu maatii naaf ta.ii saanyiikoo
🥰🥰🥰🙏🙏🙏👌🥰🥰🥰
@@mucajalaa8463 kunoo Atis nuuf tahii
@@ZiYooEntertainment qaali koo maati naaf please
Qaali koo maati naaf ta.i please
Wowwwww harmee teessan heddu bekketudha rabbi umurii dhertu wollin isin haa jirachisu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍❤
your mother mashallaah tabarakallh 1️⃣0️⃣0️⃣✔️❤️
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
@@haweetube4926 matii nafii ta.ii
@@belayneshtube2582 ishii sanyii ko anis sif tarraa atis naf taii ❤️🙏
Mati naafi tayyii please naasii
Hiin bohin maaloo uuufffff Akkam garaa namaa ballesuu rabbii umrii hadhaa keessan maraa haa dheeresuu oro koo ❤❤🥰🥰🥰🥰❤
You all guys, really it was funny...keep it up!
Subscribe naaf godhi deresa😍
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️
Wowww Micatiinis dadetii gudaa qabdii dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuufffeee harme kee gara naarafame ❤❤❤❤💕💕💕💗💞
Lubbu maati naaf ta.i please
Uuuufff harmee umrii dheerraa waallin jiiradhaa
Kkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂😂harmee tee nama garidhaa rabbi umrii siif haa dheressu
Uffee harmeen Kee garaamiidha❤️❤️🥰🥰
Kootuu maatii naaf ta.ii saanyiikoo
Mati naafi tayyii please siifan
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html.
Wowwwwwwww harame koo baa.yee namatii tolu umrii dhera sif.hawa hadha kooooo 😘😘😘😘😘😘ya hojii kechan Nafii🥰
Sistu maatii naaf ta'ii
Wayoo Armee koo sarekoo Adhakoo garaa nabalesiitekaa Adhakooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Galatomii qoqakoo Garuu karaa hadhaa kanan garaa nabalesiin tiirukoo. Adunyaa kanaraa hatii tokko fadhaa
@@urjiiamboo5417 Matii Naf Ta'i Qalii
Haa jirattu haatii ke maaloo haadha akkana maashaallah rabbi umrii ishe ha dheeressu wowwwwwww🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Naan baaddeem jetee harmeen ❤
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Wawawawa Adha garii sifa yaa jiratuu waga Kuma bayee namati tolatuu dhuga ❤❤❤❤❤❤
hojii kessaan nyadhaa 😂😂😂😂😂harmee rifachistani🙊😃👍
Lubbu maati naaf ta.i please
Matii naa tayi
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏
Waaaww dhugumatti harmeen hubattudha waqqayyoo Umrii sinni yaa dherressu🥰🥰🥰🥰🥰
Mati naafi tayyii please widdee
Masha Allah your mother is the best 👌 mom
Garuu maaf dudaa issi kutaan
Dr.bagaa nagaan nuu dhuftaan dhugaa dubachuuf waan addati hundumaa kesaanu dinqisifaadha hani ni dubaati jedhee hin yanee inumaa gaalafaate harmeedha dr.🙆 harmee kenyaa waqaayoo isinaa ebisuu umuruu nuuf dheraadha dr qalii kenyaa wow armee addati isiin matii jalaala ebifamaa uuff harmee tanaa gudinuumaa keraa haa tahuu bari🤣🤣🤣
Like godheen jira Acting kee Haniyee.❤
Matii naa tayi
@@oromiyatube4218 atuu naaf tahii
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@@Nuratubers matii nafii ta.ii maloo
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Dhugaa Raabbii bayyeen jallaadha ummaa kee Dr Nafi jiraadhaa umri dheraadhaa sin hundduu
አማማዬ እግዚአብሔር አድሜ አና ጤና ይስጥልን❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕💕💕💞💞💞💞💞💞💞💞💞🌹🌹🌹🌹🌹🌹😘😘😘😘😘😘😘🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Wwow Baye natii tolaa harme kef ummurin ha dheratuu Dr nafyadi
❤️❤️❤️😍😍😍😍
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Shamsiyaa dubayi iraa piraki kesaani bay'ee namati tolaa__
@@shmsiyakk2087 matii nafii ta.ii maloo
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
@@SMATv3 maati waalif haa taanu
Wow harmen hundinu osso akkanati yaddan nama hin rakkatu Ture 😍😍😍
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
Hojii kee Dr Waqayoo ummirii isanni Haadheresuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😢😢
😍😍😍😍
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
Maati naaf ta'i please 🙏🙏❤️
Woww bayeeeee namati tolti dhugaa rabbii harmee kessaa dhugumatii bektuuu jabdhuudha waaqayoo umurii isani sif haa dheressuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😍😍😍😍😍👌
Maatii naf taii sanyiikoo ❤️❤️🙏🙏❤️❤️❤️
@@haweetube4926 matii nafii ta.ii
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
harmee kee nama gaariidha rabbi umrii isaanii siif haa dheeresuu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ raabii umurii isanii sii haa dheresuu inshallah 🦁🦁🦁🦁🦁
wwwww baayyee namatti toltu Dr Naafyee .Hanii fi Feeniyyee
Dhugaa baayyee cimtuudha. Harmeen keessan baayyee gara-laafettii fi ogeettiidha. I amazing her! Thank u!
Mati naafi tayyii please marara
Matii naf tahaa pranki fii video babaredaan gad dhisaa jiraa galatomii m.ruclips.net/video/7AOwxN0lN4E/видео.html
wow dhuga baay'e nama buhaarsa haadha akkasi baga qabaatte umurii siif haa dheressu
Wowowo bayyee namati toluu dhugaa umurii dherraa nuufi jirraadhaa