Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Thanks!
subscribe naaf godhaa maaloo
Support Oromo RUclipsr
Thank you Habte! This is the only way by which Oromo can Unite and win!
Habatmu really appreciate the way you're trying to explain our heroes speech, thank God bless you
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
Like 👍
Thanks! Qaanqee show u show me being *Oromo is being lucky much love from San Jose California I’m proud of you*
Jaawarin hin xuqinii haada jaawari du"ee dhabamaa male dantaa oromo dabarsee hin keennu jaweee💝💝💝💝💝
Wow Habtuu great...Perfect rational man.Namoota akkanatu dhabamee rakkanne bar.waan goonu dhabne.
Habtee Lamuu Baay'ee natti tolta.Dhugaa dubbachuu fi dhugaa Saba kanaa loogii tokko malee hojjechaa jirta. Jabaadhuu.Umurii dheeraa siif hawwa.
Habtee Koo walabummaa oromoo rabbi si haa agarsiisu!Ati dhuguman tokkummaa oromootif hojjatta
Matii nafii ta.ii maloo
really Habte I thanks more more and appreciate you for universal speech on our Heroes. God bless you!
Habtisha Kiyya Baay'ee Ulfaadhu🙏🙏🙏Abbaa Tokkummaa❤ Abbaa Furmaata💚 Baga Jirate Umrii Dheertuu Fayyaa Wajjin Rabbii Siif ha Kennuu
Tolee Siifin Taha
Abshiir Siifan Godha Sanyii Koo
jabadhuu bilchaata nama ka akka keeti.kun nuf haa baayyatuu ♥️♥️♥️💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍♥️♥️
Jawar is now acting like a leader, and I believe he is going to lead us. also thank you habte for your best analysis.
Dhugaa keetii Gudaa galtoomii dhugaan jirtuu tanuumaa💯💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍👍👍👍
Jabaadhu jabaa kenyaa nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤
Babbaysiif Mee Galatoomi B.H.Gin..
Qaxalee keenna, nuuf jiraadhu. Hayyoota keenna kabajuun, caqasuun, deeggaruunii fi tokkummaa keenna cimsuun dirqama lammummaa ti. Karaa isa kamiiniyyuu deemnee galma geenna taanaan kan barbaadamus kanuma. Keessattuu gidiraa sabni keenna keessa jiru kana furuuf mala, falaa fi furmaata barbaaduun gahee hunda keennaa ti. Galatoom ilma sabaa!
Dhugaa ketii bro umaani kenyaa wali xiqesuu fi wali qequu ykn tufachuu jaalata anii garuu yaada isaa bayee jaaladheraa yoon akka duraa saniti Hasaye akkumaa Haceen biliqi nu jela godhan Jawaris akkasi akka nu jela hin gonee lubbuu isaa waqaayo nuf haa eguu jawee wagga 1000 nuf jiradhuu 💪🐅💪🐅💪🐅💪🐅❤️💚❤️
Galatomii Sanyii gottaa ko oromoo fi oromiyaa waqayyoo tuu jiraa dhugaa garuu osoo kan akkaa kee kuni nufii bayyatee urmrii nufii dherradhu❤❤❤❤❤
dhuga G/Habte dhuga warrii midiyaa irra taa'aan FNN Sa'aatti 1 oliif duula jibbaa geeggessu ati garuu jibba san keessa baaste oromoo akka oromootti yaadu naa goote thank u
Maaf "bushaa'e" osoo hin taane maaf qeeqame jedhii sirreessi.
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
ruclips.net/channel/UC1AYKNPJJs9fSjlIoW7X3-g
Habtsh Galatoomi akka gaariitti ibsiitee
Fair analysis. Thank you Habtamu!
Yaboo akam sihata'u naradubate ulfadhuu
Thank you dhugaa dubbachukeef 🙏🙏🙏
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawar abbaa biyyaa gootaa koo 🥰🥰🥰🥰,,, general keenyaa atis nuuf jiraadhuu ,,
Jabadhuu jabaa kenyaa nuuf jiradhuu
Oromoo.matii.naaf.ta.aa thank you
Waaqayyoo qofti dhugaa ilmaan oromoo haala gabaabaan deebii nuuf haa kennuu.
Gallaatomaa Nuuf jiraadhuu urmii dheeruuu ❤❤❤💚💚💚❤️❤️❤️💯💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
jabadhuu
Dhugadha, xinxilattee Abbaa gingilichaa 🙏🙏🙏🙏
Dhugaadha motuummaan horroo guduruu wallaaggaa , shanee barbadessinee,daraa gonerra ammaa dhumaniiruu biyyaa basnnerraa arinee jedhee gabafatee garuu sobadhaa WBOn jira 💪💪💪💪💪💪💪👌
Habatamu laammuu Atti Nama sirratti waa hubaatudhaa dhugaa Raabbii Bay'ee sii Galatoofadha. worraa jawweetti duluu waan Gigilichiteef 🌹🌹🌹🌹🌹🙏
@@keetube3666 matii nafii ta.ii
@@belayneshtube2582 TOLE Atis kiyaa naf tasisi
@@keetube3666 egaa matii nafii tatee demii vedio kiyaa jalatii coment baresii
Haftee koo bayyee kabajaa guddaa siif qaba galatoomi
Dhuga dubata ati Habtisha jabadhu
Jawaar nam jabaadha Garu ini har,a hidhameef quba itti hin qabna❤
Gingilchaa sirti gingilchii siritiMataa dhiraa jiradhuu nufYou always come with great 😊 jobKeep it up 👌🏾
Albaate dibateka cacabdu
Jabaadhu siwaliin jirra
Jabbadhu
Habtishaa jabaadhu kana caala.
Jabaadhu Habtee koo dhugaa jirtuu gingilchuu keetiif
Galatoomi obboleessa keenya
Habtish Aboo naaf taatee JirtaaHabtish please yomu Jawar biraa dhaabadhu Jawar mana hidhaa bahuu isaa namaa in barbaaeetu jiraa Eenyu faa akka ta,an niin beekkna gaafa inni mannaa hidhaa jirru bakkaa isaa qabachuuf warra achif as fiiga turani tokkoo tokkoon beekna ha bultu dubbiin
100%fact
Galatomaa jeneral kenyaa
You gave a fair assessment of Jawar. Good on you.
Great analysis, thank you very much General Habte!
Great job Habte
Dhugaaa keettii beekkaa kennaa galattoommi🙏❤️
Galatoomii Gameessaa Keenya Jiraadhu Ammasii Dhugaan Kee Haa Bayyatuu Haftee Keenya
Sin jaalanna sin kabajna sin dinqisiifanna,jabaadhu
Galatoomi haftaamu lamuu beekaa nama
Galatoomi qaxalee sabaa jabaadhu tokkummaa oromootif hojjachuu itti fufi
Haptee dhuguuma attii nama jabaadha darbii jiraadhu amalee
Wowowo Qaanqee ShOW Qcalee keennyyaa jabaduu gobaze 👍👍👏👏✅✅ Dhugaa dha
Galattomii HabtaamuuLamuu Ayyaanii waqayoo siif habayyaatuu....
Galatoomii ❤❤ habte ulfaadhuu
Habtee. Dhugamaan ati QAXALEE namaati.
horii Buli Gurbaa Qaxaleilmidhugaa Siifhaadhalatu
Abbo atumaa nu jiradhu waan gaarii dabarsiteef galatoom
Abboo darbbii jiraadhu Habttee keenna saganttaa ajaa'ibaati dhugaa GINGILCHA🙌
Jawar yomu hin jijjiramu hin yadin gingilchoo we have been trusting him and we will be trusting him for ever
Addatti waa'ee ilaalcha siyaasaa walii kabajuu dhabuu saba keenyaa kanarraa dubbadhu Habtee. Namni keenya wal utubuu, wal ijaaruu, waliif obsuufi wal caqasuu caalaa diinaa olitti walirratti duuluufi wal cabsuu hojii idilee isaa taasifatee jira. Rakkina kana yoo hin cabsine, yoo furuun hin danda'amne akkuma walirratti duulletti wal daakuufi qaawwa diinaaf bannee wal galaafanna. Mee bal'isii irraa dubbadhu!🙏
Bulii leenca koo dhuga rabbii habtamu
Galoomi adeeroo dhiiraa.
Haftee galatomii dhugaa jabaadhuu
Dubbii namaa akkanatti yoo qalbiin hubatan namatti tola. Dhugamaan si kabaje Habtee!Karaa nu tokkoomsu qofa haa yaannu, haa hojjannu.
Dhugaa keti haftee
Jabadhu habtish dhuga kettii
Ilmi dhuga siif ha dhalatu,Habtee
Wow wow si jaalataa Oromoon 💚💚❤️❤️❤️💚💚
Great, this is how we need to understand each other.
Bro kiyya koo sabcribe. Naaf godhi Riyo Tube
@@RiyoApp Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
@@lokomedias Maatii naf taii sanyiikoooo❤
Galatoomi haftee oromo
welcome hbtesh tanks
Dhuga atii nuuf jiraadhu qaali jirinala koo
Thanks
I thanks my hero
Baayee nutti tolee jiraa nuuf jaabadha obboo habtamuu lamuu
Major General Habtamu Gingilchaa guddaa Galatoome jabadhuu 👌❤️💚❤️👏🇾🇪🇾🇪
Dhugama ati qaan qee sabaati galatoomi
Habtee Well Come back, Ardhaa ganamaan naa seqachifttee.
Abishir buloo koo rabbiin siif jiraa ❤💚❤☝️
Matii nafii ta.ii
Namoonni irratti duulan osoo akkasitti hubatanii gaarii ture eebbifami #Generala keenya
Habtaamuu karaa ittiin Wbof maallaqa eergan natti himimee Rabbiif jedhii
Galatoomi haftamuu Afaan kootiin naaf dubbattee nama siyaasa hin Amaninaa jechii jette dhugaadha galatoomii
Big respect Habtamu keenya!
Welcome jeneral
Best best alex
Habtamu we need a men who think and understand other like you Sammuu akkaa kee kana sila oromoon hundinu qabaate yoona Africa bulchinne
General Habitamuu koo jabadhuu lencaa koo nuf jiradhuu ♥️♥️♥️
Jawaariin maal jetta atuu xinxallaa kabaadiidha. bayyee Galatoomi
Dhugaa Keeti Habtee!
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hori buli habtish
Great Habte
Leencaa namaa jabadhuu jabaa ofii abbatuu jaberfata
Goota keenya umrii nuuf dheeradhu 💜💕💜💕💜💚💜💚💜💜💚
Bayyee gaalatomii haabtish nama jabba keenyaa
Abbo ati dhuguma Gingilchita akkasumas ni xinxallita great job 👍
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
thank u habte
Habtish Oromoof hingalee yoo taee malee haassaa issa mitt jiruun issauu kan bushaee gaafa wbo harka lachisuuf kateef gaafa J/Dawudiit arabaasaa dherra mirmirsedhaa.
Dhugaa jete Habtsmu
Thanks!
subscribe naaf godhaa maaloo
Support Oromo RUclipsr
Thank you Habte! This is the only way by which Oromo can Unite and win!
subscribe naaf godhaa maaloo
Habatmu really appreciate the way you're trying to explain our heroes speech, thank God bless you
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
Like 👍
subscribe naaf godhaa maaloo
Thanks! Qaanqee show u show me being *Oromo is being lucky much love from San Jose California I’m proud of you*
Jaawarin hin xuqinii haada jaawari du"ee dhabamaa male dantaa oromo dabarsee hin keennu jaweee💝💝💝💝💝
Wow Habtuu great...Perfect rational man.Namoota akkanatu dhabamee rakkanne bar.waan goonu dhabne.
Habtee Lamuu Baay'ee natti tolta.Dhugaa dubbachuu fi dhugaa Saba kanaa loogii tokko malee hojjechaa jirta. Jabaadhuu.Umurii dheeraa siif hawwa.
Habtee Koo walabummaa oromoo rabbi si haa agarsiisu!
Ati dhuguman tokkummaa oromootif hojjatta
Matii nafii ta.ii maloo
really Habte I thanks more more and appreciate you for universal speech on our Heroes
. God bless you!
Habtisha Kiyya Baay'ee Ulfaadhu🙏🙏🙏
Abbaa Tokkummaa❤ Abbaa Furmaata💚 Baga Jirate Umrii Dheertuu Fayyaa Wajjin Rabbii Siif ha Kennuu
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
Tolee Siifin Taha
subscribe naaf godhaa maaloo
Abshiir Siifan Godha Sanyii Koo
jabadhuu bilchaata nama ka akka keeti.kun nuf haa baayyatuu ♥️♥️♥️💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍♥️♥️
Jawar is now acting like a leader, and I believe he is going to lead us.
also thank you habte for your best analysis.
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
subscribe naaf godhaa maaloo
Dhugaa keetii Gudaa galtoomii dhugaan jirtuu tanuumaa💯💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍👍👍👍
Jabaadhu jabaa kenyaa nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤
Babbaysiif Mee Galatoomi B.H.Gin..
Qaxalee keenna, nuuf jiraadhu. Hayyoota keenna kabajuun, caqasuun, deeggaruunii fi tokkummaa keenna cimsuun dirqama lammummaa ti. Karaa isa kamiiniyyuu deemnee galma geenna taanaan kan barbaadamus kanuma. Keessattuu gidiraa sabni keenna keessa jiru kana furuuf mala, falaa fi furmaata barbaaduun gahee hunda keennaa ti. Galatoom ilma sabaa!
Dhugaa ketii bro umaani kenyaa wali xiqesuu fi wali qequu ykn tufachuu jaalata anii garuu yaada isaa bayee jaaladheraa yoon akka duraa saniti Hasaye akkumaa Haceen biliqi nu jela godhan Jawaris akkasi akka nu jela hin gonee lubbuu isaa waqaayo nuf haa eguu jawee wagga 1000 nuf jiradhuu 💪🐅💪🐅💪🐅💪🐅❤️💚❤️
Galatomii Sanyii gottaa ko oromoo fi oromiyaa waqayyoo tuu jiraa dhugaa garuu osoo kan akkaa kee kuni nufii bayyatee urmrii nufii dherradhu❤❤❤❤❤
dhuga G/Habte dhuga warrii midiyaa irra taa'aan FNN Sa'aatti 1 oliif duula jibbaa geeggessu ati garuu jibba san keessa baaste oromoo akka oromootti yaadu naa goote thank u
Maaf "bushaa'e" osoo hin taane maaf qeeqame jedhii sirreessi.
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
ruclips.net/channel/UC1AYKNPJJs9fSjlIoW7X3-g
Habtsh Galatoomi akka gaariitti ibsiitee
Fair analysis.
Thank you Habtamu!
Yaboo akam sihata'u naradubate ulfadhuu
Thank you dhugaa dubbachukeef 🙏🙏🙏
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawar abbaa biyyaa gootaa koo 🥰🥰🥰🥰,,, general keenyaa atis nuuf jiraadhuu ,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
Jabadhuu jabaa kenyaa nuuf jiradhuu
Oromoo.matii.naaf.ta.aa thank you
Waaqayyoo qofti dhugaa ilmaan oromoo haala gabaabaan deebii nuuf haa kennuu.
Gallaatomaa Nuuf jiraadhuu urmii dheeruuu ❤❤❤💚💚💚❤️❤️❤️💯💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
jabadhuu
Dhugadha, xinxilattee Abbaa gingilichaa 🙏🙏🙏🙏
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
Dhugaadha motuummaan horroo guduruu wallaaggaa , shanee barbadessinee,daraa gonerra ammaa dhumaniiruu biyyaa basnnerraa arinee jedhee gabafatee garuu sobadhaa WBOn jira 💪💪💪💪💪💪💪👌
Habatamu laammuu Atti Nama sirratti waa hubaatudhaa dhugaa Raabbii Bay'ee sii Galatoofadha. worraa jawweetti duluu waan Gigilichiteef
🌹🌹🌹🌹🌹🙏
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
@@keetube3666 matii nafii ta.ii
@@belayneshtube2582 TOLE Atis kiyaa naf tasisi
@@keetube3666 egaa matii nafii tatee demii vedio kiyaa jalatii coment baresii
Haftee koo bayyee kabajaa guddaa siif qaba galatoomi
Dhuga dubata ati Habtisha jabadhu
Jawaar nam jabaadha Garu ini har,a hidhameef quba itti hin qabna❤
Gingilchaa sirti gingilchii siriti
Mataa dhiraa jiradhuu nuf
You always come with great 😊 job
Keep it up 👌🏾
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
Albaate dibateka cacabdu
subscribe naaf godhaa maaloo
Jabaadhu siwaliin jirra
Jabbadhu
Habtishaa jabaadhu kana caala.
Jabaadhu Habtee koo dhugaa jirtuu gingilchuu keetiif
Galatoomi obboleessa keenya
Habtish Aboo naaf taatee Jirtaa
Habtish please yomu Jawar biraa dhaabadhu
Jawar mana hidhaa bahuu isaa namaa in barbaaeetu jiraa Eenyu faa akka ta,an niin beekkna gaafa inni mannaa hidhaa jirru bakkaa isaa qabachuuf warra achif as fiiga turani tokkoo tokkoon beekna ha bultu dubbiin
100%fact
Galatomaa jeneral kenyaa
You gave a fair assessment of Jawar. Good on you.
Great analysis, thank you very much General Habte!
Great job Habte
Dhugaaa keettii beekkaa kennaa galattoommi🙏❤️
Galatoomii Gameessaa Keenya Jiraadhu Ammasii Dhugaan Kee Haa Bayyatuu Haftee Keenya
Sin jaalanna sin kabajna sin dinqisiifanna,jabaadhu
Galatoomi haftaamu lamuu beekaa nama
Galatoomi qaxalee sabaa jabaadhu tokkummaa oromootif hojjachuu itti fufi
Haptee dhuguuma attii nama jabaadha darbii jiraadhu amalee
Wowowo Qaanqee ShOW Qcalee keennyyaa jabaduu gobaze 👍👍👏👏✅✅ Dhugaa dha
Galattomii HabtaamuuLamuu Ayyaanii waqayoo siif habayyaatuu....
Galatoomii ❤❤ habte ulfaadhuu
Habtee. Dhugamaan ati QAXALEE namaati.
horii Buli Gurbaa Qaxale
ilmidhugaa Siifhaadhalatu
Abbo atumaa nu jiradhu waan gaarii dabarsiteef galatoom
Abboo darbbii jiraadhu Habttee keenna saganttaa ajaa'ibaati dhugaa GINGILCHA🙌
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
Jawar yomu hin jijjiramu hin yadin gingilchoo we have been trusting him and we will be trusting him for ever
Addatti waa'ee ilaalcha siyaasaa walii kabajuu dhabuu saba keenyaa kanarraa dubbadhu Habtee. Namni keenya wal utubuu, wal ijaaruu, waliif obsuufi wal caqasuu caalaa diinaa olitti walirratti duuluufi wal cabsuu hojii idilee isaa taasifatee jira. Rakkina kana yoo hin cabsine, yoo furuun hin danda'amne akkuma walirratti duulletti wal daakuufi qaawwa diinaaf bannee wal galaafanna. Mee bal'isii irraa dubbadhu!🙏
Bulii leenca koo dhuga rabbii habtamu
Galoomi adeeroo dhiiraa.
Haftee galatomii dhugaa jabaadhuu
Dubbii namaa akkanatti yoo qalbiin hubatan namatti tola. Dhugamaan si kabaje Habtee!
Karaa nu tokkoomsu qofa haa yaannu, haa hojjannu.
Dhugaa keti haftee
Jabadhu habtish dhuga kettii
Ilmi dhuga siif ha dhalatu,Habtee
Wow wow si jaalataa Oromoon 💚💚❤️❤️❤️💚💚
Great, this is how we need to understand each other.
Bro kiyya koo sabcribe. Naaf godhi
Riyo Tube
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
@@RiyoApp Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
subscribe naaf godhaa maaloo
@@lokomedias Maatii naf taii sanyiikoooo❤
Galatoomi haftee oromo
welcome hbtesh tanks
Dhuga atii nuuf jiraadhu qaali jirinala koo
Thanks
I thanks my hero
Baayee nutti tolee jiraa nuuf jaabadha obboo habtamuu lamuu
Major General Habtamu
Gingilchaa guddaa Galatoome
jabadhuu 👌❤️💚❤️👏🇾🇪🇾🇪
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa,,,
Maatii naf taii sanyiikoooo❤❤
subscribe naaf godhaa maaloo
Dhugama ati qaan qee sabaati galatoomi
Habtee Well Come back, Ardhaa ganamaan naa seqachifttee.
Abishir buloo koo rabbiin siif jiraa ❤💚❤☝️
Matii nafii ta.ii
Namoonni irratti duulan osoo akkasitti hubatanii gaarii ture eebbifami #Generala keenya
Habtaamuu karaa ittiin Wbof maallaqa eergan natti himimee Rabbiif jedhii
Galatoomi haftamuu Afaan kootiin naaf dubbattee nama siyaasa hin Amaninaa jechii jette dhugaadha galatoomii
Big respect Habtamu keenya!
Welcome jeneral
Best best alex
Habtamu we need a men who think and understand other like you
Sammuu akkaa kee kana sila oromoon hundinu qabaate yoona Africa bulchinne