Dhuga-baatii ajaa'ibaa fi seenaa dhalootaa faarfataa SOLOMOON ALAMUU
HTML-код
- Опубликовано: 23 ноя 2024
- Director: TOLESA EDATO
camera & Editing: SAMUEL GIRMA
presents: KANENUS FILMS
Faarfannota isaa biroo argachuuf
ANAAF HIN MALA HIN SEENE: • Solomon Alemu ANAAF HI...
ERGAA DHALOOTAA: • ERGAA DHALOOTAA: SOLOM...
KUN MAALIIFI? • Solomon Alemu KUN MAAL...
DHALATEERA: • Far. Solomoon Alamuu ...
YESUUS KA'EERA: • Video
Follow: Singer Solomon Alemu
Facebook page: / singer-solomon-alemu-1...
Follow: KANENUS FILMS
SUBSCRIBE: / @kanenusgraphics
Facebook page: / kanenus-films-10161688...
Telegram: telegram.me/ka...
Eebbifamaa Waaqayyo isin haa eebbisu dachaa
Dhuguma isinitti boonneerra Yoon jedhe, isin hin ibsu "kanenus" waaqayyoo isin haa eebbisun jedha. Sol mucaa xiqqoo Dibanni hanga tulluu ga'u irra jiru kanaas waaqayyoo haa eebbisu♥️♥️♥️
Ani Toliidha Dareekoo Eebbifami nuuf jiradhu baga keenya taate cimaakoo
❤
Eebbifami dachaa muca kakuu
eebifamaa
@@Daandiieebbaa Ameen
Waqayyo si haa eebbisu dhugaa baatii ajaa'ibsisadha mul'ata kana caalu waaqayyo siif haa Kenny.eebifamii eebbifami
Dhugaa waaqayyoo bara fi jirenya kee haa ebisuu ebifamii nama dibata waaqayyoo kanuma calaa hubanafi oguma sif haa dabaluu biyaa furumata tii barbadamii maqaa iyesus kirisitosin amen 📖📖📖📖❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo bara fi jirenyaa kee haa Ebisuu mucaa kakuu Ebifamii dachaa ❤❤❤❤
Waqayo olchaa uuuuuuuuuufffffee baga si olchee adunyaa kana hundaafi nuufi si kenee Dhugaa
Dhageeffadhee hamma xumurutti immimman ija koo keessaa dhangala'u kontrol gochuun dadhabe. Siif safuu yaa Waaqayyo kan haalarratti hundooftee nama hin filanne.
Waqayyoo Sii ebbisuu Soollii ebbii gooftaa Si argatuu mucaa kaakuu
ammayyuu ayyaanni waaqayyo siif ha baay,atu addunyaa irraa naanna,i addunyaaf furmaata ta,i
kanenus eebbiffama. obbollessaa keenyaa solo yallii hedduu gonne matiin dandi wangela show af gaffii sii godhufi garuu asi irratii sii arguu kenyaaf baayye gammanna eeebbifama
Ijumaa dinaa irraa afii Qaxaleeko
Ebbifami warrii Mucaa kana jajabesitanii ebbifamaaaa
America America America
Solitii GOFTAN baraf jirenyake haa ebisuu bareda muca xiqo onne amma gubbii ga.uu GOFTAN ayana kana caluu sif haa dabaluu💟🤎🧡💞💟💔💞🧡💟💔🧡💞💟💞🧡💔💟💞💔🧡❣💞💕❤💕💓❣❤💞💕❣❤💞💕❤❣💕💞❤❣❤💞💕❣❣💕❤💓💓💕❣❤❣💓💕❤❣❤💓💕💓💕❣❤❣💞💕❤💓💕❣❤💓💕❣❤💕💞💔❤💕💞❤💔💓❤💕💔💞💕💔❤💕💓❣❤
Oowwoowoowow Waqayoo Bara kee haa ebbisu Bayyee kana namatti toludhaa uuffeeee yesusu
Uuuuuuuuffffffff imamaan fixaadhe waqqayyoo baraf jireenyaa ha ebbiissuu qaxalee koo Amma dhumatti si'aa dhabuu
Sol waaqayyoo Baraf jireenyaa kee haa Eebbisuu ayyaanni waaqayyoo dachaa siif haa dabaalamu!!!
Ajaayibaa rabbiiti mucaa xiqoo kanaa waqayyoo dibaataa hagaa tuluu gahuu bachisee fakkenyaa nuf tasisee sol hedu sijaalaana❤❤❤❤
Waqaayyoo jireenyi bara hunduma yaa ebbifami jabadhu Mucaa kakuu ebbifami
Uuuuuuuufffeeeee gallaani ullifnii gooftaa haa ta'uu ebbbifamii ebbbifamii solkooo
😭😭😭😭😭
I'm Orthodox but I love your Gospels song. God bless you, bro .
Bagaa goftaan isin olcheee
Uuuuufffiii ammeee ebbifamae waqayoo sifni ya ebbisuu jabadhuu gofata ko sifani ya ebbisuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🤲🙏🤲🤲🙏🙏🤲🙏🤲
Uuuuuuuuuuuffeeee Ameeen Ameeen mucaa kakuu ebifaamuu baayeeni namaati tolituu Ayyaanii waaqqayyoo sifii haa baay,tuu 💟💟💘💘💝💝💓💓👏👏👏👏🌷🌷🌸🌹🌹
Sol waaqayyo ayyaanaasa sif haa baayisuu ebifaami darbii demi maqa yesusin ebifaami ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
uuuuuuuuuuuffffffffffffffff dhugaa batiin kee bayee nabochisee waqaayyoo bara jireenyaa kee ha ebbisu ayyaani isa ammalee sif hadaabaluu
*Egaa Maal yaa waaqayyoo furmaanni keenyaa Kan jedhu haaressii nuuf hojjeedhumee farfannaa ke maloo sole*
Waqayoo sii haa gudisuu bayyee sii jaaladha muccaa waqayoo ebifamii
Waaww hojiin waaqayyoo dinqiidha gooftaan si yaa eebbisuu Sool waaqayyoo amma dhumaatitti cimsee si haa dhaabu eebbifamaa
Wooow waaqayyoo isin haa eebbisu sol jaallatamaa mucaa yesus ayyaanni kana caalu siif haa dabalamu 👏
Waqaayyoo Bara jireenyaa kee haa ebbisuu Ebbifamii Ebbifamii dabii demii maqaa Abbaati 🛐🛐🛐🛐🛐🛐💔💔💔💔💔💔💔💔💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝
😅😮😢🎉😂❤😮😮😮😮😮😅
Uuuuuuuuuuuuuuffff Ameen ayyaani goftaa isinfi haa bay'atuu Eebbifama
Waqayyo sina ebisu ebifama baay'e jaladha farfata Solomon alamu💔♥️💕💚
Bayyee waamicha waaqayyo Aja'ibatti eebbifami sol.
Uuuffe waaqayyoko sifi malitu dadhabama ebbifami bara jirenyake ebba sif haa tahu dhuga ebbifama.😍😍❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbifami Mucaa biyyaa koti waqayyoo si fana haa jiraa tuu
Ameen Ameen Ameen inni haa.jedhuu dhugumaa nuu hundumaaf gaffiidha😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏👏🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Tollii and Sool dhugaa hedduu sinitti boonnee jirra! Nuuf jiraadhaa!
Uuuuufffffeeeee waqayyoo dachaa siniyaa ebbisuu ebbifamaa kanumaa caalaa hayani goftaa sifiya bayatuu
Uuuuuuuuuuf wayoo soloo waqaa yumaan siyaa ebiisuu dabaalèe❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
uuuuuuuufffffffffff waqaayoo Si haa ebisu ebifami farana ke 'e bayeen ittin ebifame dhugaa
Waqayyo issina ebbisu barrumisa bayye dhuga batti qoffamitti mullata addati kanani sirra naffi keneme Ebbifami ❤❤
Far / salamoon Alamuu eebbifami mucaa kakuu bayyee si jaalana si kabajnas 📖📖🤲🤲 kanumaan oliti hayyaana addaa argadhu
Dhugaa bayy'ee guddaasa Eebbiifamaa ijoolee waaqayyoo dhalootaa boruu👍👍👍👍👍👍
Uuuuuuufffff ajab ojii waqayyoo salamon ebifami sin jaaladha baayyee uuuuuf ameeen 😭😭ajaaiba
Ebifami waqayo sii ebisu ayana isa canuma cala sifu ha dabalu bara Jirenyaa ke ha ebifamu bayee sii jaladha 🙏🙏☝️☝️🌹🌻🌻🌹🌻🌹🌻🌹🌻
Waaa baayyee si dinqisiifadha sooli Amma iyyuu ayyaani goofticha dachaa siif Yaa baayyaatuu biyyii lafaa siin argin faarfannaa kee hedduu ittin eebbifama jabaadhu
Uuffeeeee waqqayumitti koo bara jirenya kee haa ebbisu ammen ammen ebbiffami muca kaku
Barumitikee yaa Eebbiifamu muca xiqa nana dhuga kedha😘😘😘
waaqayyo goftaan lsan haa eebisu solko eebbifami waaqayyon ayyana kana iraatii sif haa dabalu
Waqayyoo baraf jirenya ke ha ebisuu obbolessa ko ebifamiii😍😍😍😍🙏🙏
Amma ille jabadhuu goftan Mana isaa kessatii sii ha eguu ayyan isaa kanarra siif ha dabalamuu 😍😍🙏🙏
Waqaayyoo ayyaana kan caluu sif haa bayisuu solmon
Waaqayyoo goftaan amma dhumati cimisee sii haa dhabbuu warrii media kan irraati isaa jajjabesits waaqayyoo siin haa eebbisu
Waqaayyoo gooftaan ayyaanaa isaa siif yaa baay'isuu kanaa caala Salomoon.Ebbiifaammii.
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Goftaan Bara fi jirenya kee haa ebisu ebifami mucaa kaakuu jabadhu ayanii waqayyo dacha sifi haa bayya.atu
Uuuuuuuf uuuuuuf bayyee namati tolaa baraa kee haa ebbifamuu mucaa kakuu mee lakkoosa kee naaf ergii commeti irraa nan dhappee
seenaa keerraa oolchun waaqayyoo guddaa ta'uu isaa nan hubadha. Solee eebbifami
Farffamnaa soolee baayeen jaaladha waaqayyoo dachaa dibata siifaa baayisuu uuuuuufffeeeee👏👏👏👏
ayyaanni waqayyoo sif haa baay'atu!akkuma nama isatti si guddise!jabadhu yesuus si waliin jira!
Uffee yesuus koo eebbifami bayyen Nama dhibaa gudda eebbifama
Waqayyoo siyyaa Ebisuu Ebifamii Barii Kee Gutuun Yaa Ebifamuu Salamoon Kanuuma Calaatii Goftaan Ayyanaa Isaa Siratti Yaa Dabaluu
Wowowowowoowww yaadinal isa lubbu namatti Debbisuf ulfinni ha ta'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa batii kee bayyee namati tolla waqaayoo si yaa ebisuu ebifamii darabii demmi ayyani sifi kenna iratii sifii yaa dabalamuu kani waqayoo dibe.ee hagaa dhumatii ebifamadha ❤❤❤❤❤❤❤
Wawwwoooo bayyee dhugaa bahumsaa aja'ibattii Ayyaannii waqqayyoo kanaa calluu dachaa siif haa bayyatuu mucaa kakkuu maqaa yesusiin Furmataaf barbadamii fkn dhalotaa Ta'ii darbii demii maqaa abbaa koottiin💓💓💓🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎷🎸🎸🎸🎸🎸🎷🎷🎷🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🙇♂️🙇♂️🙇♀️🙇♀️🙇♀️
Eebifami kanuman cala waqayyoo si haa ebisu nuf jiradhu ❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuuufe ka waqqayyo si ha ebbisu dachadacha bayye sin jalana ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wowww Nama kakuu In baduu soli koo waaqayyoo haa haa ulfaatuu Ebbifamaa 😢😭😭❤️💟🥰
Far Solomon Alemu ebiffami bayye sii jalana Ebbiifami😘😘😘
Solii kenyaa ebbiifamii goftaan baraafi jirenyaa ke haa ebbiisu
Abban keenna waaqqayyoo haa ebbifamu dhalaata kanas hammara eege manasatti nuf haa guddisu! finally, i would like to appreciate the interviewer he is such a talented person, kind and respectful may God bless you brother
Thanks my lovely family !!!
Sol waaqayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbiisuu nuuf guddaadhuu ayyaniichii dachaa siif haa dabalamuu ❤❤❤❤❤ qaxale koo ❤❤❤❤❤❤
God called you in your childhood to think of a great purpose ,l bless you so much with you song ,😍😍😍😍
Ameen ameen 🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🎶🎶🎶🎶
Wowoowowoowo waqaayoo waqaraa saa ebbisuu hamaiyuu dachaa ebbifamaa
Uuuuuuuuuuu ffffffffffff ebbifamiiiiiiiiii waaqayyo barafi jireenya kee haa ebbisuu ebbifamiiiiiiiiii ❤❤❤❤💗💗💗💗🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uuuuuuuuuuffffeeeee wqy Abban koo bara jireenya keessan haa eebbisuu eebbifama dachaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin hundumtii keessan maatii wqy, hafaa jiraadha ammas😍❤👍👏🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏👍
Dhugaa dubachuf imimmaaniinf dhagefachuun dadhabee. Saafuu Hojjii waqayyoof!
Uuuffeeeeee sol kooooooo ebbifami jechan dhabe dhugaa ❤️
Mucaa kakku amalee waqayyo dibbata isa sif haa bay'iisu 🙏🙏🙏🙏😍😍😍bayyeen farfana kee jaladha
Bagaa waqayyo Barra kessa dibee sii kasee ammayuu itti siffi haa dabaluu jiradhuu Barra mo'ii malee barri sin mo'ini mucaa waqqa♥️♥️♥️💚💚💞💓🤚🙏🙏♥️
Waaqayyo goftaan Isan haa eebisu Solko eebbifami waaqayyon ayyana kana iraatii sif haa dabalu
Uuuuuuuuuuffffeeeee ammeenammeen kuni ammeen nama jiachisaa sabiibini isayuu nama aj'abi'a dhugaa waqayo ammayuu qodda isaa sii haa godhatuu ebbifamma!!!!! Dhugaadha bochafuu dhagefadhe uuuuuuffe haa ulfatuu maqaasa ebbifami hadhokoo ammayuu calii qabeenya mitti dubbini meeshaa Iyesus taunu gahadha ammasi harki Waqayo siif hojeta !
Jechan dhabee waaqaayoof dhugaa farfannakee dhageefadhee qufuun dadhabee solkoo ebifaamii goftaan sii haa ebisuu jabadhuu waawuu
Uuueeeeeèee salo ko haadholee ko bagumaa keenyaa taatee dhugaa siinii booneeee jiraa ifaa keenyaa Qalii ko ♥ ❤ nuufii jiradhuuu
Waqaayyoo bara jireenyaa kee Solomon hadhoo koo ebbifamii ebbifamii dacha dachaan 🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿
Ameeeeeeeen Goftaakko Ayyaana Kana Caluu Si haa Eebbisu Soleekko Si Jallaana
Waqayyoo baraa fi jireenyaa kee haa Ebbisuu soli🤲🤲🤲🤲
Yeroon du'a keetii gaafa sana miti, innaaffa seexanaati malee,du'aaf hin dhalanne ati jireenyaaf malee eebbifami!
Wwwwwwooouu bay'ee bamatti tolaa waaqayyo sii haa ebisu ebifam
Sol mucaa kaakuu dhugaa hojii waaqaaf saafuudha ati baguma dhalate baay'ee garaa na raase eebbifami eebbifami eebbifami
Waaqayyoo Barak jireenyaa kee ha ebbisuu soleekoo
Uuuuuuffffeeee waqqayo kanuma calati ayaani dibanii ogumaa hubanan waqqayo siif haadabalamuu ebifama Ebifama dhugadha bayyen barumasa gudaa isin irra barane ebifama
Uuuuffffeee Ameen Ameen maqaan waqayyoo bara baran haa ebbiffamu f,sol waqayyoo ayyana issa sifi haa bayyisu
Waqayyo abban koo saa ebisu muca kakuu bayye sii jaladhaa
Uuuuuufff dhugaadhaa. Namaa ajabaa ebbifamii
Waaqayyoo bara fi jireenya kee haa eebbisuu Eebbifami dachaan Solomon keenya si jaallannaa jabaadhu hadhoo koo ❤😍😍
Waqayo amalee ayyanaa isaa siffi dabaluu ebifami maqaa yesus kiritosin🙏🙏
👍👍👍👍
Hoooo Aleluyyaa iyyesuseekoo ulfaadhu ebbifamaa maqaa iyyesuusiin soleekoo ebbifami ayyaanni waqayyoo kanuma caalaa sifaaa baay'atuu ❤❤❤❤
Sool Ayyannii waqayoo ammalee dachaa sif haa bayyatu ebifamii
Ebbifama waqayyo barafi jireenya keesan haa ebbisuu bay,ee namati tolaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee waaqayyoo Bara kee fi jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifami baay'ee sii jalanaa sool ❤️❤️❤️❤️❤️❤️✝️🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐
Uuuuufffffffffeeeeee Waqaayoo sii eebbisuuu dachaaan maaloo
Uuuuuuufffffffffeeee Waqayyoon kanuma caalati ayyaanna addunyaarra sii haa naanneessu soli Guddaadhu baay'ee sii jaalannaa jabaadhu Qaxaalee mucaa kakkuu
Ulfaadhu solomon muccaa kakuu
Jecha siif qabu ayyaanooma keenya❤❤❤❤❤
Dhugaa kee jettee; eebbifami!
Uuuuuuuffffff Ebifamii dachaan sool darbii argamii
What an annointing, Solomon praise be to our mighty and wonderful Lord Jesus Christ👏👏👏