- Видео 136
- Просмотров 114 158
Abera Damise official
США
Добавлен 13 май 2020
Baga gara RUclips chanalii kootii nagaan dhuftan; Kaayyoon Tamsaasa midiyaa Koo kanaa✍️
√ Ulfina Uumaaf malu, Eenyummaa Koo Isa Galata isaaf Uumame isaaf bichisiisee akkan Ani ta'uuf Isa inni na Uume keessaa waa muraasan dhugaa ibsuu Fi yaada namoota biroo Fi wanta isaan Ulfina Waaqayyoo mul'isuuf Raawwatan yoo fedha isaanii ta'e, karaa kana isaanif dabarsuudha.
√ akkasuma Gahumsa keessa koo; Walaloon, faarfannaan, seenessuu Fi kitaabolee dadammaksuu Fi barsiisuuf humna qaban dubbisuun namoota Aamileessudha.
∆Welcome to my RUclips channel; The purpose of My media Broadcast✍️
√ Glory to the Creator, My Identity Who was Created for His Praise and reveal the truth to Him so that I can be some of what He created me to be And the opinions of others And what they Do to reveal the Glory of God if they are willing, this way for them it is a transmission.
√ as well as my inner Efficiency; Poetry, hymns, narrative And reading books that have the power to awaken And teach is to Amilize

Abarraa Damisee Har'ayyuu #BAQNEE HIN BANNU Oromo gospel song music video
Topic : Baqnee Hin Bannu
Faarfannaa Dhalotatti Abdii horudha.
#Eeyyama isaa Malee Eenyu kan Uumame
Lubbuu hin tolfannee Uumaan nuuf kenname
Hafuura hin Hojjatannee Uumaan nuuf kenname
Hin barbaachistuu naan hin jedhu
Innoo waa'ee koo beeka waan godhuu
Hin barbaachistu siin hin jedhuu
Innoo waa'ee kee beeka waan godhuu
#Abbaan lubbuu namaa Rabbii
Maddi Hafuuraa fi qalbii
Bara baraan jiraannaa
Baqnee hin bannu akka cabbii
#kan Abdii qabuu jiraachuuf hamilee
Uumamni waaqayyoo jaalate Eeyu nama malee
Uumamni waaqayyoo ofitti Aanse Eenyu nama malee
#Dursee isa nu filaatee
Nu miti isa nu jaalatee
Uumamuuf dhiibbaa hin goonee
Hunduu fedha isaa jiraate
#yaadan nu qabee jiraachuu keenyaa isa fedhe
Jaalala isaatu fii...

Просмотров: 3 154
Видео
ofitti Dhihoon si'idha. walaloo ergaa qabdudha.
Просмотров 286Месяц назад
#matolemagdainaafailedinuparchha #stitch #of Argadhu, of simadhu# Jireenya jechuun of simachuudha #duet #waldaawarrawangeelaa
UUMAAN HIN UUMAMU FAR. ABARRAA DAMISEE
Просмотров 8314 месяца назад
NoUumaa malee Uumamnii si Waaqayyoo malee namnii Hafuuraaf Lubbuu malee qaamni jiraachuuf Hin kennamneef Eeyyamnii Eenyutu Eenyuun Eenyu Uumee maaltu maalin Maal Waame kamtu kamiin kamirraa Argamee Akkaaf Bakkasaa yaadaaf maddasaa situ beeka namaaf hin galu Herreegamee galatoomin namaa jabina keetti hin dabalu namni si leellisu Dhibus Ulfinni Kee gadi galu Ati sanumaa kalees Ammasumaa har'as Ak...
Walaloo yaaddannoo #du'a Moo'uu yesuus#ibsu kan bara #2016#
Просмотров 2858 месяцев назад
#baga geessan# #hojiin yesuus hojjate Gahaadha!!# yesuus Du'a moo'ee kaheera! #Egeree#Waqjiraa#Wakjira#
Faarfataa Dajanee katamaa @faarfannaa@afaanoromoo. 'Goota Koo"
Просмотров 23010 месяцев назад
Faarfataa Dajanee katamaa @faarfannaa@afaanoromoo. 'Goota Koo"
Faarfattuu Boontuu Koorsaa Gatii Qajeelotaa! @faarfannaa@afaan@oromoo@
Просмотров 89310 месяцев назад
Faarfattuu Boontuu Koorsaa Gatii Qajeelotaa! @faarfannaa@afaan@oromoo@
Faarfattuu Boontuu Koorsaa @ jaalala Fannoo#
Просмотров 59410 месяцев назад
Faarfattuu Boontuu Koorsaa @ jaalala Fannoo#
Abarraa Damisee Har'ayyuu Uumaan hin Uumamu @oromo@gospelsong@
Просмотров 1,3 тыс.11 месяцев назад
Abarraa Damisee Har'ayyuu Uumaan hin Uumamu @oromo@gospelsong@
walaloo "---Ati addaa---"Abarraa Damiseetin
Просмотров 332Год назад
walaloo " Ati addaa "Abarraa Damiseetin
@gfaarfannaa3898@, Faarfataa Beekkamtii Baay'isaa Gaarummaa Waaqayyoo leellisa
Просмотров 456Год назад
@gfaarfannaa3898@, Faarfataa Beekkamtii Baay'isaa Gaarummaa Waaqayyoo leellisa
kutaa 4ffaa #Adeemsa Milkaahinaa#2023 # Dubbisa kitaaba #xin-sammuu# kitaaba Joon Maakswel.
Просмотров 141Год назад
kutaa 4ffaa #Adeemsa Milkaahinaa#2023 # Dubbisa kitaaba #xin-sammuu# kitaaba Joon Maakswel.
Adeemsa Milkaayinaa kutaa 3ffaa Dubbisa kitaabaa, kitaaba Joon Maakswel.
Просмотров 156Год назад
Adeemsa Milkaayinaa kutaa 3ffaa Dubbisa kitaabaa, kitaaba Joon Maakswel.
Kutaa lammaffaa Dubbisa kitaabaa #Adeemsa Milkaayinaa# jedhu.
Просмотров 232Год назад
Kutaa lammaffaa Dubbisa kitaabaa #Adeemsa Milkaayinaa# jedhu.
Adeemsa Milkaa'inaa #Dubbisa kitaabaa# Abarraa Damiseetin.Milkaa'uu ni dheebottaa? Dhaggeeffadhumee!
Просмотров 247Год назад
Adeemsa Milkaa'inaa #Dubbisa kitaabaa# Abarraa Damiseetin.Milkaa'uu ni dheebottaa? Dhaggeeffadhumee!
Nan Danda'a! Abarraa Damisee Har'ayyuu. #2023#2015# walaloo nama si'eessuu Fi Aamilee dadammaksudha.
Просмотров 224Год назад
Nan Danda'a! Abarraa Damisee Har'ayyuu. #2023#2015# walaloo nama si'eessuu Fi Aamilee dadammaksudha.
Ayyaana yaaddannoo Dhalachuu Fayisaa keenya yesuus kiristoos irratti walaloo qohaaheedha.
Просмотров 9482 года назад
Ayyaana yaaddannoo Dhalachuu Fayisaa keenya yesuus kiristoos irratti walaloo qohaaheedha.
#ni barbaachista# mormaaf mataa qabaannan# Abarraa Damiseetin#2023#
Просмотров 1572 года назад
#ni barbaachista# mormaaf mataa qabaannan# Abarraa Damiseetin#2023#
faarfannaa#CaalaaQaanqee#DantaaAbarraa Damisetin# kirografin Yoo mul'isu.
Просмотров 3422 года назад
faarfannaa#CaalaaQaanqee#DantaaAbarraa Damisetin# kirografin Yoo mul'isu.
#Bagan obse#2022 # Abarraa Damiseetin.
Просмотров 1272 года назад
#Bagan obse#2022 # Abarraa Damiseetin.
Abera Damise #sagalee# gitaaraa#2022 #
Просмотров 6132 года назад
Abera Damise #sagalee# gitaaraa#2022 #
worshipping to God yeroo waaqeffannaa maatii waliin Waaqayyoon jajannu Ture.#faarfannaan Waaqayyoofi
Просмотров 2982 года назад
worshipping to God yeroo waaqeffannaa maatii waliin Waaqayyoon jajannu Ture.#faarfannaan Waaqayyoofi
Si'iif jiraachuun Koo #Nagaa# naaf baay'isee#2022 Yeroo waaqeffannaa maatii Koo wajjin
Просмотров 1,4 тыс.2 года назад
Si'iif jiraachuun Koo #Nagaa# naaf baay'isee#2022 Yeroo waaqeffannaa maatii Koo wajjin
with my wife; yeroo waliin waaqayyoon#Galateeffannudha#
Просмотров 3682 года назад
with my wife; yeroo waliin waaqayyoon#Galateeffannudha#
Abarraa Damisee #miti meeshaa salphinaa#faarfannaa haaraa#2022 #
Просмотров 5522 года назад
Abarraa Damisee #miti meeshaa salphinaa#faarfannaa haaraa#2022 #
ur soul and with all your might.Deuteronomy 6:5 *Wangeela*Dhugaan*Namaaf gallaan*Fayisaa Abbabaa
Просмотров 1182 года назад
ur soul and with all your might.Deuteronomy 6:5 *Wangeela*Dhugaan*Namaaf gallaan*Fayisaa Abbabaa
#Seenaansaa# hin dhumu# osoo dubbatamee # Fayisaa Abbabaa #
Просмотров 6032 года назад
#Seenaansaa# hin dhumu# osoo dubbatamee # Fayisaa Abbabaa #
#Giduu nu dabarse # Raayyaa# Diinaa# Hiriiree Dhaabbatu far.Fayisaa Abbabaa#2022 #
Просмотров 9152 года назад
#Giduu nu dabarse # Raayyaa# Diinaa# Hiriiree Dhaabbatu far.Fayisaa Abbabaa#2022 #
#Nan Boonaa# Faarfataa Fayisaa Abbabaa#
Просмотров 3712 года назад
#Nan Boonaa# Faarfataa Fayisaa Abbabaa#
Faarfataa#Fayisaa#Abbabaa Darbee jiraata #Namni kakuu#
Просмотров 4962 года назад
Faarfataa#Fayisaa#Abbabaa Darbee jiraata #Namni kakuu#
Abeko❤
Nama jabaa
Faarfannaa baayyee namatti toludha eebbifami❤❤❤
Thank you
Ulfaadhaa hundumtuu
Abookoo baay'een namatti tola Baga waaqayyoo si gargaare, Baay'een si jaalladha, baay'een si kabaja, ayyaanni waaqayyoo siif haa baay'atu dachaa dachaa,itti fufi ammas kan hafe ni caala 👍👍👍👍👍
Ameen ulfaadhu firakoo
I admire your intelligence, and you are a blessed man!
❤❤❤ thank you
Eebbifamaa maatii eebbifamoo kana❤❤❤
Amaeeeeeeeen
Amazing 🎉gospel song
❤❤❤❤❤❤❤❤
Hin barbaachistuu naan hin jedhuu... 🙏🙏🙏🙏
Ebifaamaa ❤❤❤❤❤❤
Wow🙏🙏 Very Good, May god bless you abundently.
Thank you so much
Jabadhu ebbifami
Tige isunumti naaf jabaadhaa malee youtu.be koo ijoolleen baay'ee hin beekani
❤❤❤❤
Jabaadhu Jabaa Keenya
Waaqayyoo. Sin. Haa. Ebifaamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen
❤❤
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉 abee ebbee koo❤❤❤❤
Thank you
Eebbifamaa
Eebbifamteetta abe ❤
Maatiikoo😍😍
Waaqayyo ammayyuu Dibatsaa sirratti haa dhangalaasu Abee koo dabalee dabalee dabalee dabalee dabalee !!!!!!!!!!!!!
Ameen ulfaadhu
Jabba namaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ammeni Ammeni Ebifamaa Ebifamaa ❤❤❤
Ameen eebbiffammaa💗💗🙏🙏
Wow Amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤gooftaan sii haa eebisuu❤❤❤
Ameen
Abeekoo❤❤❤❤ Anaa dhufu nama waaqaa. baayyee baayyee namatti tola
Ulfaadhu fira koo
Issay faarfaannaa kana ergan argee guyyaatti osoon dhageeffatiin hin oolu eebbifamaa maatii jaalalaa❤
Ulfaadhu sanyii koo
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
Waqayoo isinii Ebisuu Ebifamaa bayee namatii tolituu dhugaa
Ameen
Waaqayyo isin haa eebbisu, ammayyuu webbaf ta'a❤❤❤
Ameen
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Ameen Ameen Eebifamaa 🙏 ❤️
Ameen
#Badii Addaam Raawwate duraa Haqe yesuus taasise haraara Nu adheessuu hin danda'u dinni Dhiqee nu qulleessera dhiignii..... eebbifami ayyaana dachaa!!!
Ameen
❤❤❤❤❤❤
Baga gargaaramtani nama waaqayyoo❤ baay'ee namatti tola
Thank you
ruclips.net/video/7me65Z1a9hA/видео.htmlsi=zv8t0WWryZ7WJGm4
Without GOD'S permission There is no Created Man We are souls in ourselves We didn't work, GOD gave it to us And we didn’t make the spirit GOD gave it to us He doesn't tell me you don't need it God is the source He knows what to do with my case God doesn't say you don't need him either He knows about you and what he does. The Father of the human soul is Allah Source of Spirit and Heart We will live forever We will not escape like snow The Hopeful Courage of Life The only creation that God loved Specially, is man. God cared about my existence I needed to live God cares about your existence You needed to exist He chose us first He loved us, not us We have done nothing to influence our Creation Everything happened by His will He wanted us to live in thought His will was done What Satan had planned against man has been destroyed The sin that Adam committed earlier Jesus wiped it out with His blood and made it Atonement. Satan will no longer accuse us Jesus cleansed us with His blood.
Hadhooko baguma waqayoo sigargare gobozii ko jabadhu sifana Jira ishii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Thank you
God bless you 🙏🙏
❤❤❤❤❤❤
Ammas waaqayyoo dachaa ayyaana isaa siif haa dabalu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊
Wow amazing song ❤❤❤❤
Wawoo wawoo ebifami waqaayo barakeef jirenyakee haa ebisu🤲🤲
Ameen
Ebbifamii
Ameen
❤❤❤❤❤❤ Abban kennaa waaqayyoo haa ulfaatu!!! Aboo obbolleessa koo jaalatama waaqayyoo baga si gargaaree Bara kee haa eebbisu gooftaan!
Ameen
Wow amazing work
Thank you! Cheers!