Rebuni  Media
Rebuni  Media
  • Видео 64
  • Просмотров 93 769
Seena Gabaabaa Faarfattuu Altaayyech Galataa ( #rebunimedia )
Osoo dhukkubduu faarsaa barreessiti.
Altaayech Galataa:
Rakkoon tokkichi kopha kophaatti ishee quunnamaa tureyyuu, akka nama foon uffatee daangeffamee jiru tokkotti, baayyee ulfaataa ture. Kana malees rakkoo hedduu keessummeessiteetti. Ta'us garuu isheen, Rakkina ishee mudate hundaa keessatti Waaqayyoon ganuu murtoo hin godhanne.
#rebunimedia
#neworomomusic2023 #faarfannaa_afaan_oromoo #faarfannaa_haaraa #neworomogospelsong #gospelmusic #oboro #oboro_media #egereemedia #christianmidea #rebubinmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #mezmur #habesha #etvafaanoromoo #diraamaa #moa #raaji #rebunimedia #Seena #Altayech_galata #Altayech #abelbirhanu #Altayech_galata
Просмотров: 1 512

Видео

Oduu Gaddaa😭. Faarfatu Altayech Galataa Du'aan Addunyaa kanarra Boqotte. #RebubinMidea
Просмотров 1,5 тыс.День назад
Faarfattuu Altaayech Galataa dhukkubsattee yaalarra kan turte kalesssa galgala du'a fooniin addunyaa kanarraa boqotte. Akkuma beekamu faarfatu Altayech galata ijoolluma isheetti kassatte ayyaana Faarfaannan Waaqayyo tajaajila turte. #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #faaruuafaanoromoo #faaruuafaanoromoo #oromogospelsong #neworomomusic2023 #christianmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #neworomomu...
Of Eeggannoo🤔 : Raajichi Hidhata Hafuura Qaba⚠️( false prophet joy ciro) #rebunimedia
Просмотров 34714 дней назад
Hojiin hafuurota xuraawaa kun raroo hoolaa uffachuun uummta dhugaa Kristos haalaan hin hubamnetti dhimma bahuun Waldaa Ardittii kana keessa jirtu daran akka miidhe beekuun ulfaataa miti. Hojiin hafuura xuraawaa keessumaa jaarraa kana mul'achuu masihicha sobduuf karaa haruu keessatti joonjii inni hojjechaa jiru salphaa miti. #rebunimedia #falseprophet #presence #marsiltv #falseprophet #neworomom...
😭Ummata Keenya Salallef Waaqayyon haa kadhaannu🤲
Просмотров 56521 день назад
Waaqayyo Garuu firdii Qajeela ni kenna. Ummata keenyaf Salallef Waaqayyo haa kadhaannu Akkasumas sagalee haa Ta'aannuf. #rebunimedia #neworomomusic2023 #waldaawarrawengeelaaoromoo #christianmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #habesha #gospelmusic #oromogospelsong #qanqeeshow #abelbirhanuየወይኗልጅ #rebunimedia #rebunimedia #etvafaanoromoo #oduuafaanoromoo #gospelmusic '#moa #oboro_media #mezmur #abelbi...
Amantaa isaa Jijjiratee🤔 ( Ergaa Faar. Iyob Waaqjiraf Darbee) @Rebunimedia7 #oromogospelsong
Просмотров 720Месяц назад
Waggaa 17 olif tajaajila faarfannaa keessa ture, yeroo amma kana amantaa isaa Jijjiratee Faar. Iyob Waaqjira. Kanaafuu namni qalbiitti deebi'ee akka garaa mana abbaa isaatti deebi'uuf Waaqayyon haa kadhaannuf. #rebunimedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #gospelmusic #presence #ethiopianoromogospelsongs #oboro_media #oboro #christianmidea #diraamaa #habesha #waldaawarrawengeelaaoromoo...
Faar. Milion Lijamu Haala ulfaata keessa jira 🤔
Просмотров 310Месяц назад
Faar. Milion Miidhama isaarraa bayyannachuu dadhabee yeroo amma kana magaalaa Finfinnee Hospitaala Alert keessatti yaali irraa jira. Harki isaa miidhame foon akka godhatuuf garaa isaa irratti hodhanii yaalaa akka jiranif erga yaalamuu jalabee torbee sadii akka guutee namonni deemnan gaafatan himanii jiru. #rebunimedia #oromogospelsong #oromogospel #faaruuafaanoromoo #christianmidea #rebunimedia...
Amantota Dhiifama Gaafate 🤔 ( Kafyaalew tufa officials)
Просмотров 224Месяц назад
Kafyaalew tufa amantoota hundaa Dhiifama gaafate. Boqonna fi gammachun dhabe ergaan kufee jedhe jira. Namni kufuu koo Share godhe Deebii'u koos Share gochu qaba jedhe jira #rebunimedia #oromogospel #oromogospelsong #oromogospelsong #oboro_media #oboro #neworomogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #Kaffeshow #habesha #kafyaalew_tufa #oromochurch #oromochurch #egereemedia #gospelmu...
Henock Jorge Nyeya 🤔Ani Sirbi cubbuu miti Hin Jenne
Просмотров 202Месяц назад
Kan faarfatan waaqayyo irraa humna akkuma fudhatan, kan sirban hafuura seexanichaa qooddatu. Sirbicha kan sirbu Akkamitti hafuuricha qooddata ? Yeroo tokkotti sirbuunis faarsuunis hin danda’amu. Bishaan boora’anii fi qulqullaa’aan burqaa tokko keessaa hin maddu. #rebunimedia #oromogospelsong #oboro_media #oboro #araara #moa #Henock_Jorge #HenockJorjii #faarfannaa_afaan_oromoo #wakjiratube #eger...
Faar. Waanofi Alameyo ( 🤔Lafaan Dhufeen Beeka) Irratti ( #oromogospelsong )
Просмотров 4692 месяца назад
Naqamtee Kaate Finfinnee deemte Dhiifama gaafachuf. Namni dhiifama gochuu beekuu fi dhiifama gaafachuu beeku gammachuunsaa guddaadha. Inni nama guddaadhas. #rebunimedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #oduuafaanoromoo #habesha #worship #solomon #araara #comedy #oromogospelsong #neworomogospelsong #habesha #abelbirhanuየወይኗልጅ #neworomogospelsong #moa #mezmur #oromochurch...
Waldaan Makana yesuus Maal Gote?🤔🤔 ( ibsa Waldaa Makana yesuus)
Просмотров 492 месяца назад
Waldaan Makana yesuus maal balleessite? Tibba kana gaaffii waa'ee saala wal-fakkaataa waldaan M/Y ittiin komatamte Waan miidiyaa hawaasarra naanna'aa jirudha. Waldaan M/Y Itiyoophiyaa deeggartoota(partners) biyya alaa qabdi. Kan komii guddaa irratti kaases isa kana. #rebunimedia #oromogospelsong #araara #moa #araara #Ara#oromochurch #habesha #christianmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #f#oromochur...
Dhoksa Hafuura seexanna Ayyaana Irreecha Boddee jiruu 🤔
Просмотров 7762 месяца назад
Dhoksa Hafuura Seexanna Ayyaana Irreecha Boddee Jiruu Dubbate. Kristiyaanoonni tokko tokko waan oromummaaf quqamtan isinittii fakkaatee waaqa tolfamaa waaqeessuf keessa jirtu Kan bakka waaqayyoo fudhatu waaqa tolfamaa dha #rebunimedia #oromogospelsong #oromogospelsong #habesha #christianmidea #araara #faaruuchristianmedia #gospelmusic #ethiopianoromogospelsongs #irreecha #like #share #comment #...
Luba. Garrammu Jalataa ( Ministry Dandii Wangeela) Hojii Eegalee
Просмотров 2272 месяца назад
Akkuma baay'een keenya beeknu lubni Garrammu Jalataa nama sagalee Waaqayyo barsisun fi lallabun beekamanidha. Nama hinafaa gaarii Waldaa kristaana fi sagalee Waaqayyof qabanidha. Nama Waaqayyo bara kana dhaloota kanaf Kasee keessa nama tokkodha. Amma immoo Waaqayyo isaan gargaree Ministry Dandii Wangeela jedhu hundeessanirru. #rebunimedia #oromogospelsong #christianmidea #abelbirhanu #araara
Dawit Girma: Na Caqasaa ( Baga Itti Himte)
Просмотров 7 тыс.2 месяца назад
Faarfannaa Dawit Girma Faarfaanna isaa keessatti akka artistootni yesuusitti amananif Waamicha inni godhe ajandaa fuula midea hawaasaa ta'ee jiraa. “Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.” - Yoh. 14:6 #rebunimedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #araara #christianmidea #ethiopia #mezmur #motivation #araara #DawitGirma...
Dawit Girma 🤔 ( Maaltu isaa Mudatee? )
Просмотров 3,8 тыс.2 месяца назад
Bareeffamin Far. Dawit Girma fulaa midea hawaasaa isa irratti katabe amantoota hedduu dheekmasise namoota isaa jaallatan baay'ees rifachisera. #rebunimedia #christianmidea #Dawit_Girma #DawitGimafufa #Nacaqasaa #DawitGirma #araara #donkey #ethiopianoromogospelsongs #ethiopianoromogospelsongs #oromochurch #oromogospelsong #habesha #faaruuchristianmedia #afaan_oromoo #ebs #ebstv #ethiopia #oboro_...
Faarfaannan Remix Afaan Oromo Garaa Kamitti Deema jira 🤔 (Faar. Diriba Dinqu)
Просмотров 6412 месяца назад
Baay'een gadde, Heyyama koo malee didde Faarfannaa koo remix gote. Faar. Diriba Dinqu ( Lafaan Dhufeen Beeka) #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #oduuafaanoromoo #oromochurch #oromogospelsong #christianmidea #oboro_media #oduuafaanoromoo #moa #oboro_media #faaruuafaanoromoo #oromogospelsong #ethiopia #araara #marsiltv
Shamarre Jaabdu Missionary Obse Asrat ( Baga Gammade 😍)
Просмотров 5002 месяца назад
Shamarre Jaabdu Missionary Obse Asrat ( Baga Gammade 😍)
Du'aa Irraa Oleerra Jette 🤔. Faarfatu Altayech Galata
Просмотров 7883 месяца назад
Du'aa Irraa Oleerra Jette 🤔. Faarfatu Altayech Galata
🤔Ergamaa #Zawuduun Namarra Waldaa keessatti Maali Godhe? Dhiifama Gaafachuu Qaba (Dhugaa Tv)
Просмотров 4,5 тыс.3 месяца назад
🤔Ergamaa #Zawuduun Namarra Waldaa keessatti Maali Godhe? Dhiifama Gaafachuu Qaba (Dhugaa Tv)
"Si Waama jiraa Fayyisan kee "❤️✝️
Просмотров 3203 месяца назад
"Si Waama jiraa Fayyisan kee "❤️✝️
Yaa Seexanna Qoti Qoti Boolla🤔=Mark Garoma Sirba moo Faarfaanna
Просмотров 3604 месяца назад
Yaa Seexanna Qoti Qoti Boolla🤔=Mark Garoma Sirba moo Faarfaanna
Faar. Milion Lijamu: Du'a Olee Album CD Faarfaanna koo Eebbisiifadheera Jedhe Jiraachisa Koo
Просмотров 4,2 тыс.4 месяца назад
Faar. Milion Lijamu: Du'a Olee Album CD Faarfaanna koo Eebbisiifadheera Jedhe Jiraachisa Koo
Faarfattuun Altaayyech Baayyee Dhukkubsattee Haala Ulfaata Keessa Jirti😭
Просмотров 2,9 тыс.4 месяца назад
Faarfattuun Altaayyech Baayyee Dhukkubsattee Haala Ulfaata Keessa Jirti😭
Caalaa Bultume Ergaa Amanne maaltu Isaa Mudatee ?🤔 Dulaa ttu Irratti Geggeeffama Jira 🤔
Просмотров 1 тыс.4 месяца назад
Caalaa Bultume Ergaa Amanne maaltu Isaa Mudatee ?🤔 Dulaa ttu Irratti Geggeeffama Jira 🤔
Magalaa Bushooftutti Dubbiin Jabbaatera 🤔 Waldaa Qaala hiyootii Bishooftu Maaltu Mudatee?
Просмотров 1974 месяца назад
Magalaa Bushooftutti Dubbiin Jabbaatera 🤔 Waldaa Qaala hiyootii Bishooftu Maaltu Mudatee?
Faarfataa dha Moo Sirbitu dha ?🤔 Melese Argewu =Safuu 🤔
Просмотров 4305 месяцев назад
Faarfataa dha Moo Sirbitu dha ?🤔 Melese Argewu =Safuu 🤔
Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ? Yesuus Dhugumaa waaqa?
Просмотров 1,4 тыс.5 месяцев назад
Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ? Yesuus Dhugumaa waaqa?
Dilbii Galataa Konsartii Faarfanna Far. Phaawulos Tagenyi
Просмотров 4326 месяцев назад
Dilbii Galataa Konsartii Faarfanna Far. Phaawulos Tagenyi
Qaamni Nageenya Magalaa Mattuu tti Amantoota Irratti Reebicha Rawwwate
Просмотров 2826 месяцев назад
Qaamni Nageenya Magalaa Mattuu tti Amantoota Irratti Reebicha Rawwwate
Singer Jirra Tolesa = Sagalee Dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #oromogospelsong
Просмотров 1447 месяцев назад
Singer Jirra Tolesa = Sagalee Dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #oromogospelsong
Worship Night ( Didde Didde ) With Chala Merga ( #gospelmusic )
Просмотров 1337 месяцев назад
Worship Night ( Didde Didde ) With Chala Merga ( #gospelmusic )

Комментарии

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba День назад

    Waqayoo kan keessan sinif haa kenuu kan namaa hin balesin Waqayoo sii diberaa yoo ta,ee dibataa keesanirti hojedhaa dubartotaa ❤❤please

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba День назад

    Uuuuuuuuuufffeeeee Uuuuuuuuuufffeeeee yesus ulfadhuu gooftaa koo ❤❤❤❤❤❤💪💪💪♥️♥️♥️🤲🤲🩷🩷♥️♥️❤️🥰🥰🥰

  • @SimiEthiopia
    @SimiEthiopia 4 дня назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @JenenusArarsa-o3p
    @JenenusArarsa-o3p 5 дней назад

    Uuuuuufff ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @zewudituayele9064
    @zewudituayele9064 5 дней назад

    Waaqayoo si haa eebbisu

  • @zewudituayele9064
    @zewudituayele9064 5 дней назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AyaluAbbara
    @AyaluAbbara 6 дней назад

    Uuuuffuuuu Gara nama Guuba uuuffuuuu lubuu 😢😢😢😢😢

  • @user-debi3oliken
    @user-debi3oliken 7 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @MastuZxcvbnm
    @MastuZxcvbnm 9 дней назад

    Ufffff waqayo.baga.siolche ammaa.dhumaati.siyaa.dhaabu❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @josephjillo6926
    @josephjillo6926 10 дней назад

    😢😢😢😢😢😢😢 rest in peace our sister in christ ❤❤❤❤❤

  • @takaludabalaa8968
    @takaludabalaa8968 10 дней назад

    Uuufffeee giftikoo dhiphinaa biyyaa lafaa kanaaraa hundaa dandessaata waaqayyoo motumaa sati sihaa yaadatuu jechaa dhabee Anoo😢😢😢😢

  • @abeabebu3994
    @abeabebu3994 10 дней назад

    Yesus koo goftaa dhaa Amen Amen Amen Amen Amen ebbifamii Ebbifamii ebbifamii Ebbifamii ebbifamii Ebbifamii Adho koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GhjjjuuYttrtgik
    @GhjjjuuYttrtgik 13 дней назад

    Ufffffff waaqayyo baga siolche amma dhumaatti siyaa dhaabu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DamituuDessoo
    @DamituuDessoo 15 дней назад

    Amee amee amee

  • @DiribaBeyene-h8r
    @DiribaBeyene-h8r 22 дня назад

    Eebbifamii

  • @Kala-b4q
    @Kala-b4q 23 дня назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Turung0Getu
    @Turung0Getu 23 дня назад

    Uuufffff yaa waqayyoo nuu yaddadhuu

  • @AbdAwni-ij2zj
    @AbdAwni-ij2zj 23 дня назад

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @SisoSiso-d8h
    @SisoSiso-d8h 23 дня назад

    ባዳዱ መናጢ ሚስኪን ህፃን ኣለቀ 😭😭😭😭😭😭😭

  • @MunirMoh-do5qd
    @MunirMoh-do5qd 23 дня назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @romanmitiku4365
    @romanmitiku4365 27 дней назад

    Namnii nama ilaalee demuu namuma ilaalee galaa 🎉😢

  • @mulatuabera6546
    @mulatuabera6546 29 дней назад

    Deebi'i obbolessa koo. Jesus karaa dha dhugaa dha Jireenya dha ,Isaa malee daandiin gara abbatti geessu hin jiru. Dhugumaan sitti hima gurba Jesus haala malee tajaajilama, Mat 16:26 Tajaajiltootnis walif birmaadha malee Daandiirra wal hin dabsiina. Yoh3:16

  • @CHRISTIANITYISLIFE
    @CHRISTIANITYISLIFE 29 дней назад

    Maloo yeroo wan tokkoo dubbataan sodacha dubbadhaa maloo

  • @TakalegnFitee
    @TakalegnFitee Месяц назад

    deebi'i adaraaa jireenyi dachee fixeensa ganamaati😭😭😭😭

  • @efeefeyisayoutubeoffical4242
    @efeefeyisayoutubeoffical4242 Месяц назад

    Obbolesa koo debbi karaan dhugaan jireenyii isaaa

  • @efeefeyisayoutubeoffical4242
    @efeefeyisayoutubeoffical4242 Месяц назад

    😭😭😭😭😭😭😭

  • @ManesaaHamzeh
    @ManesaaHamzeh Месяц назад

    Gadhee dhiiraati innii

  • @daretube_DT
    @daretube_DT Месяц назад

    SIM Card 2014 deebisne baafnaaf yoo deebi'e

  • @chaltujiraabdin
    @chaltujiraabdin Месяц назад

    Ameeeeeeeen ❤❤❤

  • @chaltujiraabdin
    @chaltujiraabdin Месяц назад

    Debi'i gara goftattii balballi harara banadha

  • @chaltu7733
    @chaltu7733 Месяц назад

    Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Aselefech-d6w
    @Aselefech-d6w Месяц назад

    WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN TEBAREK tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek

  • @chaltujiraabdin
    @chaltujiraabdin Месяц назад

    Waqayyoo nama isaa hin gatu yesus fayyisadha

  • @EmAhmad-wy4dk
    @EmAhmad-wy4dk Месяц назад

    Uuuuuuffff waaqayyoo harka fayyisuu isaatiin si haa qaqqabatu innii namasaa hin gatuu

  • @Meetiikenaa
    @Meetiikenaa Месяц назад

    Ebbiffamaa namaa waqayyoo bagaa waqayyoo garaa kessan dhufee ibisaa gararaa ta'aa muladha

  • @user-fd7ot3cl8h
    @user-fd7ot3cl8h Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LivingwaterinheartofLodJesus
    @LivingwaterinheartofLodJesus Месяц назад

    🎉❤❤❤

  • @SadaGabi-ou7lr
    @SadaGabi-ou7lr Месяц назад

    Baddii diqala kijibduu

    • @Rebunimedia7
      @Rebunimedia7 Месяц назад

      @@SadaGabi-ou7lr #Dhaggeeffadha 👇 Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ...👇 ruclips.net/video/CxQiZQuLtXM/видео.html&si=_CQ9WLMS3TuOZzQQ

  • @BirtTe
    @BirtTe Месяц назад

    Ati Zeeman kee wara oktodoksif ta,a isaanis fakkaata😢

  • @ابوراشدالشمري-ر4ف
    @ابوراشدالشمري-ر4ف Месяц назад

    Qaxalee namaa baguma uumamte dhugaa waaqayyoo ammayyuu ayyaana dachaa siif haa kennu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MISSIONARYOBSEASRATOFFICIAL
    @MISSIONARYOBSEASRATOFFICIAL Месяц назад

    God bless you bro

    • @Rebunimedia7
      @Rebunimedia7 Месяц назад

      @@MISSIONARYOBSEASRATOFFICIAL Amen amen.

  • @bontufekadu-x5l
    @bontufekadu-x5l Месяц назад

    Dhiifama gaafachuun kee waan guddaadha waan sirrii biroo sirraa eegnaa

  • @LivingwaterinheartofLodJesus
    @LivingwaterinheartofLodJesus 2 месяца назад

    🎉

  • @ygd673
    @ygd673 2 месяца назад

    Inni guddaan ati dogoggorakee hubattee qaama dhiifama gaafachuu maltu gaafachuukeeti. Gara fuula durastti iyyuu faarfannaa kan mataa kee Waaqa harkaa fudhachuu bari malee kan nama biraatti hin rarra'in.

  • @AmanuelFeyisa-iw3ww
    @AmanuelFeyisa-iw3ww 2 месяца назад

    Bagaa ittin siga,e

  • @AaAa-ye6ii
    @AaAa-ye6ii 2 месяца назад

    😅😅😅😅🤨🤨🤨🤨🤨🤨👊👊👊

  • @BoontuuAdunyaa
    @BoontuuAdunyaa 2 месяца назад

    Uuuuuuff yesusiif. Galannii hatahuu ulfadhuu yesus koo haleluyaa

  • @Jalaneshow10
    @Jalaneshow10 2 месяца назад

    Nagaan waaqayyoo isin yaa baayyaattuu obbollootaa koo Akkam jirtu Maati naaf tahi atillee

  • @SleepyAtom-sq7se
    @SleepyAtom-sq7se 2 месяца назад

    Ammmmmen

  • @MomoAhmedbouha
    @MomoAhmedbouha 2 месяца назад

    Sirrii jedhe jireenya bara baraati caala