Wondimu Sonessa
Wondimu Sonessa
  • Видео 14
  • Просмотров 2 031

Видео

Seenaa Gabaabaa Namni Hundinuu Dhaga'uu Qabu
Просмотров 873 года назад
Iccitiin nama hundumaatti hin himamu. Namootni tokko tokko iccitii eeguu irratti hanqina qabu. Kaan immoo dhoksaa dubbicha keessa jiru sirriitti hubachuu waan hin dandeenyeef yoo itti himames seenaa iddoo malee dubbatame ta'a. Namootni gariin immoo dubbii dhoksa gadi fagoo of keessa qabu dhaga'uu fi qoruu danda'uun waan beekamaniif filatamoo dha. Akkasumas yoo nama sadarkaa hubannaa dubbii sana...
Haala Keessa Jirru Irra Dubbii Waaqayyoo Isa Nu Keessa Jiru Irratti Haa Xiyyeeffannu
Просмотров 4753 года назад
Lallaba keenyaa keessatti yeroo baay'ee haala nu mudate akka ijoo dubbiitti dhi'eessuun dogoggora guddaa dha. Ergaan lallaba akkasii waa'ee ofii keenyaa irratti kan fuuleffate dha. Maarqoos 1:1-8 gubbaatti kan waa'ee Yohaannis Cuuphaa barreeffamee jiru lallabni wangeelaa karaa namni iddoo aarsaa irra ba'uuf carraa argate jabina isaa, miidhama isaa, yookaan haala keessa jiru irratti xiyyeeffatee...
Hayyoota Amantii Ta'uu Irra Garaa Amanu Qabaachuutu Caala
Просмотров 314 года назад
Jireenya amantii keessatti yeroo tokko tokko gaaffii dorgommee hin taanetti nu galchu kaafnee isuma irratti wal qoccoluutti yeroo keenya gubna. Kana irraan kan ka'e Waldaa Kristiyaanaa keessaatti namoota amantiitti bilchina argisiisaa adeeman irra caalaa warraa falmii jabaa gochuu danda'antu baay'ata. Waa'ee amantii barumsa gadi fagoo qabaannus qabaachuubaannus gaafa falmiitti kaanu sababiiwwan...
Yeroo Akkasii Kana Waldaa Kristiyaanaa Ta'anii Argamuu
Просмотров 394 года назад
Biyyi keenya dhibee koronnaa fi rakkoo siyaasaa gidduutti hammacamaa jirti. Hundinuu furmaatni eessaa dhufa jedhee karaa eegaa jira. Kaan furmaata kennuuf, kaan immoo rakkina kana ittuu hammeessuuf hojjetaa jira. Yeroo akkasii Kristiyaana ta’anii hawaasa keessa jiraachuun itti gaafatamummaa guddaa of keessaa qaba. Waaqayyo ija nama galfata kennatee nu harkaa qabuutiin nu ilaalaa jira. Kanaafis,...
Ga'ee Waldaa Kristiyaanaa Hawaasa Keessatti
Просмотров 244 года назад
Waldaan Kristiyaanaa hawaasa keessa jiraachuun ishee maaliin beekamaa? Gamoon waldaa fagootti argamuunii fi sagaleen waaqeffannaa ganda keessaa dhaga'amuun isaa qofaan ga'aa miti. Waldaan hawaasa keessatti ga'ee raaww'achuuf itti waamamte qabdi. Har'a ga'ee ishee kana akka ta'utti akka hin raawwanneef keessaa fi alaan danqaa heddutu ishee mudataa jira. Amantootni rakkina isa keessaa hiikkachuu ...
Waaqayyo "Nagaatti Dhaqi" Siin Jedha
Просмотров 1184 года назад
Amantiin keenya ayyaana Waaqayyoo fi Hafuura Qulqulluu irra dhaabbata. Yesuus duukaa bu’uun mootummaa Waaqayyoo keessatti simatamuu argisiisa. Bartoonni Yesuus mootummaa Waaqayyootti galuu fi qomoodhan Yihudii ta'u waliin makanii ilaalaa waan turaniif kadhanni nama saba biraa keessa ta'ee isaan mufachiisa ture. Maaliif? Deebii isaa gutummaa ergaa viideo lallabaa Wangeela Maatewos 13:21-28 irrat...

Комментарии