- Видео 11
- Просмотров 3 840
Alemayehu & Kifle Talk Show
Кения
Добавлен 31 май 2024
Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Dr Mettaasebiyaa Adulaa(Kutaa 1ffaa-4ffaa). Dubartiin malaafi dandetti itti hooggantu qabdi!
Dr Mettaasebiyaa Adulaa, Yuunivarsiitii Bulee Horaa,Kolleejjii Ikoonomiksiifi Biizinasiitti, Barsiistuu Damee Barnoota Manaajimentii
Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Просмотров: 180
Видео
Kutaa 4ffaa. Akka dubartiin dandeettu hojjannee hojiin agarsiisuu qabna.
Просмотров 12021 день назад
Sababa hubantii dhabaatiin Uummati dubartiin akka isiin hin dandeennetti fudhataa ture. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 3ffaa. Rakkoon kamiiyyuu mul'ata kee bira gahiisaaf wanti si dhooggu hin jiru.
Просмотров 20121 день назад
Dr Mettaasebiya Adulaa, Dubartiin Hooganuuf wanti isii dhibaa hin jiru. "Mala Dubartii Humna Bishaan....jedheera Oromoon." Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 2ffaa. Dr Mettaasebiyaa Adulaa, Dubartiin ni dandeetti! Bulchuulle ni dandeetti.
Просмотров 21228 дней назад
Dubartiin Ni dandeetti bulchuulle ni dandeetti. Kana uummanni beekuu qaba Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 1ffaa. Dr Mettaasebiyaa Adulaa Dullachaa Jechi Humna akka qabu jecha abbaa kiyyaarratti arge.
Просмотров 629Месяц назад
Abbaan Kiyya Yeroo Hunda Gaafa Tokko Nama Guddaa Teeta Naa Jedha Ture. Jechi Akka inni Humna Qabu Waan Abbaan Kiyya Naa jedheratti Arge. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Guutuu Viidiyoo kanaa asii argatan(Kutaa 1-5).Barsiisaa tahuuf jaalala gadii qabuun filadhe.
Просмотров 138Месяц назад
Waa'ee haqaa, jijjiirama barnootaan dhufu, akkasumas haqaan tajaajiluun ifii beekuurraa dhufa. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 5ffaa fi Xumuraa. Bariisoon Dukkallee Nama Barnootaaf Gatii Baase dha.
Просмотров 174Месяц назад
Namootni an dinqisiifadhu tokko Sooqiraaxes, Dr. Xilayee Taaddessee fi Goota Barsiisoo Dukkallee. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 4ffaa. Yoo galii addaa hinqabaanne mindaa qofaan 'Adaamaatti •••' galiin si ijaarsisu hin jiru
Просмотров 423Месяц назад
Namni yoo galii addaa hinqabaanne mindaa qofaan mana 'Hawaasaatti, Adaamaatti, ykn Finfinneetti' galiin si ijaarsisu ykn bichisiisu hin jiru Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 3ffaa. Haqi siif maal? What is justice?
Просмотров 990Месяц назад
Haqi maal? Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 1ffaa. Waan sadiif baradhe. Barsiisaa Falaasamaa Kifilee Miidhadduu Kallachaa.
Просмотров 3102 месяца назад
Waan sadiif baradhe. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
Kutaa 2ffaa. Barnootaafi jijjiirama isaa. What is education?
Просмотров 4672 месяца назад
Barnoonni jijjiirama amalaa fida. Akkasumas meeshaa wallaalummaa itti dhabamsiisanii dha. Telegram: t.me/alemayehu_kifle_talk_show
jabadha hojii ajaibaa irraa jirtani
Go ahead
❤❤❤❤
That is good idea
Baayyee namata tola. Ija irra hafi
❤ jabduu namaa waaqayyoon siin dura ha deemu
❤❤❤❤❤ Bareedda. Garuu Dhiifamaa waan tokkoo qofa Dr.Mettasebiya gaafachuu barbaadaa Maqaa Mettasebiya jedhuu Hiika akkam qaba? Hiiki isa maali? Maqaa akkas Oromoo Gujii Keessaatti hin dhaggeechee. Waan saani malee waan birati miti.
Very informative podcast that I had ever seen.
Great!
🎉🎉🎉🎉 baayyee namatii tola.
❤❤❤❤❤❤❤❤
Baay'ee gaarii dha. Garuu, namni gaafachaa ykn keessummeessaan active ta'uu qaba. Sagaleelle baay'ee dadhabaadha.
❤❤❤❤ hashuu waaqi sii nuuf kenne galatoomuut
Excellent 💯 Metasebia
🎉🎉🎉🎉
This media should have to grow up!
Dr Mettaasebiyaa "excellent"❤❤❤❤
Dr
Dr Metasebia Adula, The role model and proud of generation. Let Almighty God be with her. We learn a lot!
WOW............
🎉🎉🎉wow keep going
Wawu thanks Dr. YOU ARE GREAT WOMAN!!
Wow,B/saa Kifilee Nama Waan jedhe san mara hujiin mudhisu🙏 Nuu jiraadhaa;Wqy nu duratti isin bulchee oolchu!
Dr.meti big respect
brvo
Baayy'ee namatti tola sagantaan keessan. Alexo Dhaabbilee naannawaa kana jiran ammaaf haga midiyaan kun jabaatu Tolaanis ta'u beeksisa Hojjedhuuf
Tole nuu kabajami yaadni kee dhugaa dha
Wawu great! Dr.Meti irraa dhalooti waan heedduu barata..galatoomi alexo!!
Meti❤💪💪
Lovely
Wow guddaa galatoomaa isiin jaalanna isin kabajna b/ s ykn hayyuu keenna
Jabaadhaa ammas milkii guddoof isin eennaa nuuf jiraadhaa❤❤
Kutaan itti aanu Meeti?
Abboo Kiflee Miidadduu numa nuuf tolchitee maarre. Reefuu ifi dhaggine waan keessa jirru. Jabaadhu
Baayy'ee gaarii!! Yaada gaarii yaada fudhatama qabu.
warra ani baayyee jaalladhu...goo forward...Alexo fi kiflee...jabaadhaa
Galatoomaa!
must have continuity.............is Great knowledge share
Very Good Interview and Answer from both of you
Alex ogummaa journalism kee akuu dinqisiifadhe... waan guddaa hojjachaa jirtaanii jabaadhaa. media kanaaf eyyami haa bahu!!
oo galii addaa hinqabaanne mindaa qofaan 'Adaamaatti •••' galiin si ijaarsisu hin jiru😇
Baay'ee dansa! Keep it up.
Ok, galatoomaa
Ulfaadha hayyoota teena beekumsa baayyee isirra argacha jira jabaadha🎉🎉🎉
Milka'a Darbaa deema🎉🎉🎉🎉
our teachers this ideas is very important ❤
Really,Great!!
Isin hordofaa jirra, Kutaa itti aanuun dafaa koottaa. Eebbifamaa! ❤👍👍
❤ jabaadha
Jabaadhaa hayyoota teenna!
Wow wow wow, Keep up the good work. Dear brothers, you are unique.