- Видео 70
- Просмотров 178 609
GIDDA TUBE
Кения
Добавлен 11 сен 2020
SEENAA UUMMTA OROMOO FI ILMAAN OROMOO MACCAA NAANNOO GIDDAA JIRAATANII. KANA MALEES WAANTOOTA BASHANNANSIISOO TA'AN OF KEESSAA QABA
Weellisaan Kun eenyu Who is this vibrant Musician
Weellisaa, qaxalee sagaleen isaa kiilolee yoo dhaggeeffatan mi'aawu. Garuu hanga beekamuu male hin beekamne
Просмотров: 26
Видео
Mootummaa Gumaay Jimmaa kutaa 1FFAA
Просмотров 54Месяц назад
Mootummaan Gumaay Mootolee Jimmaa shanan keessaaa isa tokko yoo ta'u mootummaa humna guddaa qabu ture. Mootummaa Gumaay keessaa Bara Mootii Horaa Waarraa gumaay Ol ka'ee mullatee ture.
Aggaammii Baballifannaa Lafa oromoo irratti godhamaa turee fi itti Jiran
Просмотров 662 месяца назад
Habashoonni maqaa mootota garaa gara amoggaafachuun lafa Oromoo irratti saamicha gaggeessaa turan. Arras Ajjeechaa Oromoota Darraa fi Wallaggaa irratti gaggeefamaa jiru itti fufinsa isaati
Dargaggeessa Oromoo Warra Rippaabilikaan Bakka Bu'uun Filannoo Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru
Просмотров 782 месяца назад
Mikaa'el Yaadataa Dargaggeessa Oromoo Siyaasa Ameerikaa keessatti dhiibbaa uumuuf socho'aa jiru. Dhaabbata Ijaarsaa kilimanjaro constraction hundeessuun hojii businessii keessatti dhiibbaa guddaa uumaa jira
Wallee Shambal Mokonninii fi Laggasee Abdii KAn yoomuu hin duune
Просмотров 1532 месяца назад
Sirboonnii Shaambal Mokonni fi Laggase Abdii Waggaa jaarratti dhiyaatu dura sirbaman sirboota arra istuudiyoo Ammayyaatti sirban heeddu harka baayyee caalu. Mee dhaggeeffadhaa.
Miidhagina uumamaa faaya uumamaa hojii harka waaqaa
Просмотров 463 месяца назад
Humna bishaanii miidhagina uumamaa humna uumamaa
Seenaa Oromoota Garbummaan Gurguramanii [Ijoollee Abdii]
Просмотров 1354 месяца назад
Seenaa Oromoota Garbummaan Gurguramanii [Ijoollee Abdii]
Sagalee Adoobee C6tiin akkamitti gulaaluu dandeenya
Просмотров 909 месяцев назад
Sagalee Adoobee C6tiin akkamitti gulaaluu dandeenya
Seenaa gootota Oromoo wal lolaa turanii
Просмотров 21210 месяцев назад
Seenaa gootota Oromoo wal lolaa turanii
Seenaa oromoon Injifannoo Aduwaa keessatti qabu
Просмотров 1,1 тыс.10 месяцев назад
Seenaa oromoon Injifannoo Aduwaa keessatti qabu
Yaala harka nama du'ee, nama fayyaaf jijjiirame
Просмотров 9610 месяцев назад
Yaala harka nama du'ee, nama fayyaaf jijjiirame
Intalli Pirezidaantii Keeniyaa Abbaa manaa barbaadaa jirti
Просмотров 8710 месяцев назад
Intalli Pirezidaantii Keeniyaa Abbaa manaa barbaadaa jirti
Finfinnee-Daandii Addabaabayii kooyyee Faccee
Просмотров 9311 месяцев назад
Finfinnee-Daandii Addabaabayii kooyyee Faccee
3Masters of TekWanDo--Muuxannoo fi Muudannoo isaanii kutaa 2ffaa
Просмотров 150Год назад
3Masters of TekWanDo Muuxannoo fi Muudannoo isaanii kutaa 2ffaa
3Masters of Tekwando- Muuxannoo fi Muudannoo isaanii kutaa 1ffaa
Просмотров 244Год назад
3Masters of Tekwando- Muuxannoo fi Muudannoo isaanii kutaa 1ffaa
Dararaa Mokonnin_Jireenya Daandiirraa gara fiixee milkaa'inaa isa olaanaa
Просмотров 71Год назад
Dararaa Mokonnin_Jireenya Daandiirraa gara fiixee milkaa'inaa isa olaanaa
Injiinera Oromoo Type Afaan Amhaaraa jalqabaaf kalaqe
Просмотров 806Год назад
Injiinera Oromoo Type Afaan Amhaaraa jalqabaaf kalaqe
Seenaa Bir Jeneraal Taaddasaa Birruu
Просмотров 16 тыс.2 года назад
Seenaa Bir Jeneraal Taaddasaa Birruu